
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
24.4

Advertising on the Telegram channel «Qaroo Post»
5.0
6
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$12.00$12.00local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
HRW Gareen hidhattoota Huutii naannawa Galaana Diimaa jeeqaa jiru jedhe.
Gareen Huutii Yaman dooniiwwan Galaana Diimaa irra socho’an irratti haleellaa raawwachuun, namoota balaa uumamaa fi namtolchee Baha Afrikaa fi Galaana Arabaa keessatti miidhamaniif qarqaarsa barbaachisaa ta’e geessuun rakkisaa ta’uu gabaafameera.
Galaanni Diimaan kanaan dura daldala addunyaa dhibbeentaa 12 ol kan raawwatu yoo ta’u, erga haleellaan Huutii deebi’ee jalqabee sochiin doonii baay’ee gadi bu’eera.
Baasii fe’umsaa al-ergitoota Baha Afrikaa dachaa sadii kan dabale yoo ta’u, kaffaltiin inshuraansii dooniiwwan naannicha keessa darban dachaa ol dabaleera.
Buufata doonii Berbera fi Bossaso irraa ergiin Somaaliyaa keessumattuu meeshaalee mancaatiin(baduu danda'an) kan akka horii fi meeshaalee gara Galoo Galaanaatti imalaniif saaxilama ta’aa dhufeera jedha Dhaabbanni mirga namoomaa.
Adoolessa bara 2023 irraa eegalee Huutiin dooniiwwan daldalaa naannicha keessa jiran irratti haleellaa 100 ol raawwachuun, lammiilee Falasxiinota Gaazaa keessa jiran waliin hojjetaa jirra jedhaniiru.
Ji’a darbe qofa torbanuma kana keessa dooniin Giriikiin gaggeeffamuu fi dooniiwwan biroo irratti xiyyeeffatamuu isaanii dhaabbatichi ibseera, kunis haala nageennaa Galaana Diimaa keessatti guddataa dhufe irratti dabaleera.
Ameerikaan, humni waraanaa Gamtaa Awurooppaa Operation Aspids, fi mootummaan Yaman sadarkaa addunyaatti beekamtii qabu, miseensonni hojjettoota doonii butaman haalduree tokko malee akka gadhiifaman gaafataniiru.
@Qaroopost
156
13:43
03.08.2025
Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa dhaabbilee hawaala seeraan ala maallaqa biyyoota alaa irraa gara Itoophiyaatti dabarsan ifa godheera.
Baankichi ibsa baaseen dhaabbileen kun ''maallaqa yakkaan argame seera qabeessa gochuuf yaaluufi gochoota seeraan alaa maallaqaan hirphaa jiraachuunsaanii bira gahameera'' jedheera.
Dhaabbilee kun ''amanamummaa sirna faayinaansii Itoophiyaa shakkii keessa akka galu godhaniiru, gatii gabaasa waliin dhahaniiru'' jechuun himate.
Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa dhaabbilee gocha kanarratti hirmaachaa jiru jechuun kan ifa godhees:-
1. Daddabarsa Maallaqaa Shaggaayee (Silver Inspiriing )
2. Daddarsa Maallaqaa Aduliis (Silver Inspiriing)
3. Ramadaa Peey (Fools Charch)
4. Daddabrsa Maallaqaa Taa (Minisootaa)
Baankiin biyyaalessaa iddoowwan dhaabbileen kunniin jiranitti aanga'oonni dhimmichi ilaallatu qorannoo gaggeeffamuuf deeggarsa haa godhu jechuunis waamicha dhiyeesseera.
@Qaroopost
153
14:37
03.08.2025
imageImage preview is unavailable
Feestivaala Daa’immanii
Giddu gala biyyattii Finfinnee, dirree masqalaa biratti kan argamu giddu gala agarsiisaatti ijoolleef sagantaawwan bashannanaa qophaa’ee jira. Hagayya 2-4 ijoollee keessan qabattanii yoo dhuftan yeroo hin dagatamne waliin dabarsitu.
Sagantaa kana kan qindeesse Dhaabbata Hooggansa Manneen Tiyaatiraa Finfinnee fi Giddugala agarsiisaa fi Dhaabbata Misooma Gabaati.
Iddoon- Giddu Gala Agarsiisaa
Guyyaa- Hagayya 2-4
@Qaroopost
139
18:27
04.08.2025
imageImage preview is unavailable
Chaayinaatti namoonni 7,000 vaayirasii Chikunguyaa qabamuu beeksiste
Chaayinaa keessatti vaayirasiin busaadhaan walqabatee dhufu namoota 7,000 irratti mul'achuu aangawoonni gabaasan.
Taateen kuni eega baatii Waxabajjiitii eegalee bulchiinsa Chaayinaa Guwaandong jedhamu keessatti mul'ate.
Magaalaa Foshaan keessatti namoonni dhibee Chikunguyaan qabaman hospitaala keessa tursiifamuu qabu.
Turtii torban tokko booda yookiin erga qoratamanii bu'aan qorannoo isaanii negatiiva agarsiise booda hospitaala keessaa bahu.
Bookeen busaa yeroo nama hidditu kan babal'atu dhibeen kuni akka qufaa nama dhukkubsa, buusaa qaamarrattis nama dhukkuba.
Maddi:- BBC Afaan Oromoo
@Qaroopost
154
19:09
05.08.2025
135
08:57
06.08.2025
imageImage preview is unavailable
Dhaabbanni tajaajila geejibaa 'Abisiniyaa Leegzharii Kooch' jedhamu magaala guddoo Keeniyaa-Naayiroobiidhaa gara Finfinneetti atoobisiin ummata deeddebiisuu eegaluu beeksiise. Dhaabbatichi Dilbata darbe tajaajila kana ifatti eegaluu daarektarri dhaabbatichaa Mikaa'el Jeems Maachiiyoo BBCtti hime.
Imala tokkof Shilingii Keeniyaa 7,500 yookan ammoo dhaqaafi galaaf Shilingii Keeniyaa 15,000 (birrii Itoophoyaa kuma 16) akka kaffalchiisu ibseera.
Obbo Mikaa'el Abiisiniyaa Leegzhariin dura tajaajila geejiba deddebiisa ummataa 'Royaal Allaayiid' jedhameen Keeniyaa Moyaalee fi Mombaasaatti tajaajila ummata deddebiisuurratti bobba'ee akka ture kaaseera.
Waggaa afuriin dura kan hundeefame 'Royaal Allaayid' daandii Itoophiyaa dhaquun hanga Moyaalee qofaatti hojjataa akka ture kan kaase daareektarri dhaabatichaa, amma gatiin tikeettii xiyyaaraa waan qaala'eef fedhiin atoobisiin imaluu jiraachuu fi fedhii kana guutuudhaaf tajaajilli gara biraa waan hin jiraanneef ''yeroodhaaf qaawwi akka ture'' dubbate.
@Qaroopost
180
11:04
06.08.2025
Uummata keenya cina yaa dhaabbannu
50
08:59
12.08.2025
Namichi Mana hin qabne dorgommii fiigichaa akka tasaa itti makamuun fiige injifate.
Isaaq Doos Saantoos jedhama. Biraazilitti jiraatan magaalaa Gaaraavaawoo Doo Noortee yoo tahu araadni dhugaatii isaa hammaachuun daandiirra akka jiraatu taasise.
Mana dhabuu'saarraan kan kahe araadni isaa daranuu dabale malee hin hir'isne.
Maarree tibbana, akkuma Amala isaa dhugaa bulee ganama yeroo kahu dunquqquun qabee, dhukkubbiin mataa itti hammaate.
Osoo maal akka godhu dhabee rakkatuu, atileetotni gurmuun fiigan daandii isaarratti dhufan.
Yeroo kana yoon isaan faana fiige mata-dhukkubbiinis na dhiisaa, dunquqquunis narraa deema jedhee waan yaadeef itti makamee fiiguu jalqabe.
Namootni dorgommii kana daawwataa turaniifi daandiirra turan Haalli nama mana dhabeessa kanaa ifuufii baatus dorgommicha osoo addaan hin kutin,atileetota fiigaa jiran dursuu isaan miira ajaa'ibsiiffannaa keessa galuun isa hordofuu eegalan.
Wanti xiyyeeffannaa addunyaa akka argatu fi miidiyaa hawwaasummaa irratti viidiyoon fiigichaa isaa akka gadi lakkifamu taasise fiigichicha irratti hirmaachuu isaa qofa miti.
Isaaq dorgommii kanaaf galmaa'uu baatullee Kiiloo Meetira Saddeet (8) fiigee injifachuun medaaliyaa badhaafamuu isaati malee.
Fiigichi inni mata-dhukkubbii isaa balleessuuf itti makamee, jireenya namticha kanaa jijjiire jechuun gabaafameera.
Namtichi kun akka inni itti fiigu kaameeraa dirooniin kan waraabame yoo tahu ariitiin miilla isaa, haalli uffannaa isaa fi waliigalaan haalli inni keessa jiru miidiyaa hawaasummaarratti gadi lakkifameera.
Af-gaaffii godhameefiin ani dhugaan ture, garuu yeroon tuuta dorgommii sana ilaalu, amma fiigichatti deebi'uuf murteesse,'' jechuun haala ittiin dorgommichatti makame ibseera.
Manni Qopheessaa magaalichaa, Isaaq erga gaafa sanaa daandiirratti osoo sochii qaamaa taasisuufi fiiguu mul'achaa jira jechuun kan ibse yoo tahu, carraan kun jireenya isaa jijjiire jechuun beeksiseera.
Isaaqis dhugaatii dhiisee dorgommiiwwan biroof of qopheessaa jiraachuu miidiyaa hawaasaa dhiyeenya banate irratti qoodeera.
Madda:Odiitii Sentiraaltu
@Qaroopost
49
11:54
12.08.2025
close
Specials
Kaachuu Promotion

Channels
4
62.6K
lock_outline
CPM
lock_outline$$ 83.92
$$ 50.35
-40%
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
0 reviews over 6 months
c
**ffeenold@******.io
On the service since June 2022
12.12.202401:11
5
Everything is fine. Thank you!
Show more
New items
Channel statistics
Rating
24.4
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
15
Subscribers:
3.4K
APV
lock_outline
ER
2.7%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий