Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
23.1

Advertising on the Telegram channel «Oro Tech Tips»
5.0
5
Education
Language:
Other
479
2
Chaanaalii kanarraa👇
■Games
■APPS
■Programming
■Tech news
■Tech tips argattu!
♡Join & Share with your friends!
Share
Add to favorite
570
Buy advertising in this channel
Placement Format:
1/24
keyboard_arrow_down- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%1
keyboard_arrow_down- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$3.60$3.60local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!
𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐈𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐚𝐧 𝐓𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐮𝐮𝐧 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐚 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐡𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚
Add wave🏄 @Mage49
95
13:10
05.11.2024
Channalii kanatti dafii ariifadhu itti makami, ergaan gurguddaan kan keessa jirudha.
Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
94
10:26
05.11.2024
imageImage preview is unavailable
FBI'n suuraa shakkamtoota Kooriyaa sadii Ethereum hack godhame waliin walqabatee gadhiise
Nama lammiilee Kooriyaa kana keessaa nama 1 argateef doolaara miiliyoona 1 akka badhaasu beeksiseera. Nama sadan isaanii argateef immoo doolaara miiliyoona 3 Nan kenna jedheera.
Amma kanaaf jennee Kooriyaa deemnaaree?😳😆
1425
15:42
22.02.2025
play_circleVideo preview is unavailable
#Google_Gemini
🤖AI app task garagaraa kanneen akka (writing, answering questions, summarizing, image generation, coding) fi kkf irratti hedduu sin gargaaru danda'udha.
@Oro_Tech_Tipz
2033
14:01
30.01.2025
play_circleVideo preview is unavailable
#Gemini

Baga Ayyaana Cuuphaatiin ittiin isin gahe!
Ayyaana Gaarii❤
@Oro_Tech_Tipz
2455
07:16
19.01.2025
imageImage preview is unavailable
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻
It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.
⚡️ Place your ad here in three simple steps:
1 Sign up
2 Top up the balance in a convenient way
3 Create your advertising post
If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.
Start your promotion journey now!
243
02:07
11.01.2025
imageImage preview is unavailable
Baga ayyaana Qillee bara 2017 geessan. Ayyaanni kun kan fayyaa, kan nagaa fi kan gammachuu isiniif haa ta'u.@Oro_Tech_Tipz
2951
07:18
07.01.2025
Waa'ee #Interneetarraa Galii argachuu.1, Interneetarraa Galii argachuun ni danda'amaa? Deebii: Eeyyen Sirritti ni danda'ama. Bara darbe Yuutuubii qofarraa namni Doolara Mil54 argateeyyuu jira, Itoophiyaa keessatti dhaabbatni Yuutuubii irraa waggaa 1tti Mil.80 argate ni jira. 2) Dhaabbileen sirrii karaa Interneetaa namaa kafalan kam fa'a? Dhaabbileen karaa interneetaa namaaf kafalan lakkoofsaan baay'eedha. Isaan keessaa bebeekkamoon Dhaabbilee gurguddoo akka Google, Facebook, Tiktok, Instagram, Telegram, Youtube, Amazon, fikkf yoo tahu, Dhaabbilee kana irratti hojii walitti fufaa akka viidiyoo hojjachuu, barreeffama barreessuu, beeksisa hojjachuu fa'a yoo tahu, Dhaabbilee akka Upwork, fiver, LinkedIn irratti garuu beeksisa hojii bahan hordofnee dorgomuudhaan hojicha yoo moo'anne manuma keenya teenyee hojjachuudhaan hojicha qulqullinnaan yoo raawwanne kafaltiin nuuf kafalama. 3) Dhaabbileen Kafaltii namaaf kafalan dhaabbilee sirrii tahuu akkamitti beekna? Gaaffiin kun gaaffii ijoo namni hedduu yeroo ammaa dogoggora keessatti akka kufuufi saamicha adda addaatiif hawaasa baldhaa saaxilaa jiraniidha. Dhaabbileen Kafaltii namaaf kafalan siirrii tahan beekuufi adda baafachuun salphaadha. Tooftaaleen fayyadamuu qabnu: a) Dhaabbileen Interneetaan mallaqa namaaf kafalan Bebeekkamoo akka gubbatti eerree kanneen tahuu adda baafachuu b) Dhaabbatni Kafaltii namaaf kafalu dhaabbata sirrii taanaan dhoksaan osoo hin taane waldorgomsiisee ykn hojii keenya irra deddeebiidhaan hojjannu agarsiifnee akka nuuf kafalamu gaafannee kafaltii argachuuf ulaagaa guutuu qabnu yeroo guutnu, Kafaltii tokko osoo nu hin gaafatin hojii keenya hojjanne sanaaf Kallattiidhaan kafaltii madaalawaa nuuf erga. Fkn: Yuutuubii irraa galii argachuuf Hordoftoota Kuma 1 Qabaachuu, hojiin keenya sa'aatii 4000 ilaallamuu qaba. Karaa Google, Tiktok, Facebook fa'as ulkaagaa garagaraatu jira. -- Kafaltiin ulaagaa akkasii keessa dabarree argannu kan soba irraa bilisa taheefi sababni nuuf kafalamuufis ifatti beekkamuudha. Dhaabbilee Hattuu adda baafachuuf ammoo: -- Kafaltii argachuuf dursa miseensa tahaa, baasii miseensummaa Mallaqa akkasii(hangasii) kafalu qabdu kanneen jedhan -- Caasaa ijaaraa(Pramid sceme) uumaa adaduma miseensa fiddaaniin fayyadamaa kanneen jedhan(Gareen kun garee akka #FIAS) -- Level kanarraa gara Level sanaa darbuuf Mallaqa hammasii kafali warra jedhan fa'a Walumaagalatti sababa tokko malee ykn sababa isin qabatamatti hin beekneen mallaqni akkasii siif kafalama dursii mallaqa kana kafali, Mallaqa dhaalaan argadhe maqaa keetiin gara biyya kee erga, siin wajjiin investi gochuu fedha biyya kee dhufa, Meeshaalee adda addaa siif ergeera mallaqa xiqqoo kafalii fudhadhu.... fi kkf hundi garee #HATTUUDHA, irraa fagaadhaa, Firootaafi maatii keessan irraa ittisaa. @Oro_Tech_Tipz
4059
10:09
30.11.2024

close
Reviews channel
Added: Newest first
keyboard_arrow_down- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeenold@******.io
On the service since June 2022
13.01.202500:38
5
Everything is fine. Thank you!
Show more
New items
Channel statistics
Rating
23.1
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
15
Followers:
6.2K
APV
lock_outline
ER
9.3%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Followers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий