
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
30.2

Advertising on the Telegram channel «ETH CRYPTONIST»
5.0
8
News and Media
Language:
English
0
2
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$6.00$6.00local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
ምቾትዎን ጠብቀን ልናስተናግድዎ ሁሌም ዝግጁ ነን። የኢትዮጵያአየርመንገድ
@Ethiopian_ICS0
1877
18:16
16.07.2025
imageImage preview is unavailable
ለማይረሳ አስደሳች በረራ ምንጊዜም የኢትዮጵያ አየር መንገድን ይምረጡ!
የኢትዮጵያአየርመንገድ
@Ethiopian_ICS0
1984
18:18
16.07.2025
imageImage preview is unavailable
📢መግለጫ
የኢትዮጵያ አየር መንገድ የበረራ ቁጥር ET-298 በዛሬው ዕለት ከአዲስ አበባ ተነስቶ መቀሌ አሉላ አባነጋ አየር ማረፊያ ካረፈ በኋላ ከአውሮፕላን መንደርደሪያው መጠነኛ የመንሸራተት እክል አጋጥሞታል። አውሮፕላኑ በሚያርፍበት ጊዜ ዝናብ እየዘነበ ነበር።
🛬🛬🛬🛬🛬
እስካሁን ባለን መረጃ በክቡራን መንገደኞቻችን ላይ ምንም አይነት ጉዳት ያልደረሰና በሰላም ከአውሮፕላኑ እንዲወርዱ የተደረገ ሲሆን በሁለት የበረራ ሰራተኞቻችን ላይ መጠነኛ ጉዳት በማጋጠሙ ለተጨማሪ የህክምና ዕርዳታ በአቅራቢያ ወደሚገኝ የህክምና መስጫ ተቋም ተወስደው ከታከሙ በኋላ ወደ ሆቴል እንዲሄዱ ተደርገዋል።
🛫🛫🛫🛫🛫🛫🛫🛫🛫
ምንግዜም ለደንበኞች ደህንነት ቅድሚያ የሚሰጠው የኢትዮጵያ አየር መንገድ ለተፈጠረው የደንበኞች መጉላላት ይቅርታ እየጠየቀ ተጨማሪ መረጃ ሲኖር ለክቡራን ደንበኞቹ የሚያሳውቅ መሆኑን በአክብሮት ይገልፃል።✈️
የኢትዮጵያ አየር መንገድ
የስታር አሊያንስ አባል
@Ethiopian_ICS0
2267
16:37
17.07.2025
imageImage preview is unavailable
በፈገግታ ታጅበዉ ከእኛ ጋር ይጓዙ።
የኢትዮጵያአየርመንገድ🛬🛬🛬🛬
@Ethiopian_ICS0
2687
10:21
18.07.2025
imageImage preview is unavailable
✅ Nice work on $TIA. Taking partial profits.
Kicking back with The Last of Us Season 2 while the balance grows. Yeah... this is exactly what I've been working toward
🛫🛫🛫🛫🛫🛫
‼️ I have the 200%+ profit trade ready right now!
💬Hit me up to get the details
@Nik29X 🪙✅
💰Qarshii jedhame hidha gara dhumaa irra jiru tuquun fuudhaa👇@drhoneliat12em🔣
511
06:56
28.07.2025
imageImage preview is unavailable
Fayyummaa fuula keessaniif hanqaaquun akka fayyadu beektuu❕🪙✅
💰Qarshii jedhame hidha gara dhumaa irra jiru tuquun fuudhaa👇@naf37fspainbv🔣
531
07:33
28.07.2025
imageImage preview is unavailable
📨Inbox: Malli ittisa ulfaa kan dhiiraa jiraa❕
💰💸💸💸💸💸💰
Deebii: akkuma beekamu ulfa karoora malee ittisuuf Yeroo baay'ee kan fayyadaman shamarroota. Biyyoota addunyaa hedduu akkasumas biyya keenya keessatti baayinaan baratamuu baatus Malli ittiin ulfa ittisan kan dhiirotaa keessa inni hanga umurii dhumaatti (permanent) beekame vasectomy jedhama. Kunis ujummoo sanyii dhiiraa (ispeermii) geejjibdee gara ujummoo keessoo qaama saalaa (Urethra) dabarsitu kan vas deferens jedhamu akkuma suuraa irratti argitan muranii hidhuun taha. Kunis sanyiin dhiiraa gara keessoo ujummoo qaamaa saalaa(urethra) akka hin dabarre gochuun akka gara alaatti hin baane godha. Biyya keenya keessattis Malli yaalii baqaqsanii yaaluu salphaan hospitaalota keessatti kennamaa jira.
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu.💵✅
💵Qarshii jedhame hidha gara dhumaa irra jiru tuquun fuudhaa👇@drhoneliat12em🔣
602
10:28
30.07.2025
imageImage preview is unavailable
Kana beektuu laata❕
Yeroo wal qunnamtii saalaa Dhiirri tokko Dhangala'aa seelii sanyii dhiiraa(Ispeermii) miliyoona 40 hanga miliyoona 150 dhangalaasa. Kanneen keessaa hedduun isaanii Inzaayimoota akkasumas Dhangala'aawwan furdaa qaama saalaa dubartootaa keessa jiraniin hedduun isaanii du'uun ykn qabamuun karaatti hafu. Ispeermiin dhiiraa hanqaaquu dubartiin qopheessite tokko bira ga'uuf daqiiqaa 30- hanga guyyaa tokkoo itti fudhachuu danda'a. Kanaaf dhangalaa'aawwan seelii dhiiraa(Ispeermii) miliyoonaan lakkaa'aman keessaa kan Lola kanneen dandamatee darbe, fayyaa guutuu qabuuf saffisaan ujummoo gadameessaa bira ga'e akkasumas kan golgaa hanqaaquu dubartiin qopheessite cabsetu gara ilmoo namaatti jijjiirama. Achii booda erga fartalaayizeshiniin uumamee gadi dhufuun gara keessoo gadameessatti erga maxxananii booda suuta suuta guddachaa deema. Kanaaf hundi keenya taatee kana keessa darbinee, turtii guyyaa 280 gadameessa keessa turreen booda as geenye.
Yoom as geenye salphaatti🤠❗️ (Saayinsiitu jedhagaa)
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu.🪙💵✅
💵Qarshii jedhame hidha gara dhumaa irra jiru tuquun fuudhaa👇@drhoneliat12em🔣
599
23:08
30.07.2025
imageImage preview is unavailable
Bishaan xiqqoo Ho'isanii cuunfaa loomii waliin dhuguun;🌟💎💎🌟
1.dandeetti dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa ni dabala
2.Ulfaatina qaamaa garmalee ni hir'isa
3.dhukkubii qoonqoo ykn dhukkubbii toonsiliif hir'isuuf gaariidha
4.vaayirasii ujummoo qilleensa keenya miidhan nurraa lola.
5.dhiphina hir'isa
6.Sammuu keenya si'eessa
7.nyaata nuti nyaanne akka bullaa'uu godha
8.gogiinsa garaa ni ittisa!.
Fayyaa hin dhabinaa💛
Dr Nafyad Getu!.✝️💎💵✅
💵Qarshii jedhame gara dhumaa irra tuquun fuudhaa🤑👇@drhoneliat12em🔣
1499
21:03
03.08.2025
imageImage preview is unavailable
Dhiibbaa Dhiigaa olkahaa (Hypertension)
(Lubbuu abbootii, harmoolii fi dargaggoota baay'ee nu jalaa dabarsaa jira.)
Dhiibbaan dhiigaa dhibee akka tasaa utuu hin beekiin duhaaf nama saaxilu keessaa isa tokkodha.
Dhiigni keenya onneerra maddu gara kutaawwan qaama keenyaa ujummoowwan dhiigaan raabsamuuf dhiibbaa ykn pressure barbaada. Dhiibbaan dhiigaa kun humnaa ol yoo tahe ujummoowwan dhiiga keenyaaf qaamolee keessa keenyaa kan biraarratti miidhaa geessisuu nii danda'a. Dhiibbaan dhiigaa inni sirriin ykn normal in 90/60-120/80 ti.
Wantootni Dhiibbaa dhiigaa olkahaaf nu saaxilan:
🌱ulfaatina qaamaa garmalee
🌱tamboo xuuxuu
🌱nyaata coomni ykn zayitni itti baayyate baayinaan soorachuu
🌱nyaata soogiddi itti baayyate baayinaan nyaachuu
🌱alkoolii baayinaan dhuguu
🌱Dhukkuba sukkaaraa
🌱sochii qaamaa gochuu dhiisuu
🌱Dhukkuba kalee fi akkasumas genetically maatii irraalee dhaaluun nii dandahama
Yeroo baayyee Dhiibbaan dhiigaa olkahaa qaama keenyarratti mallattoo hin agarsiisu. Kanaaf namootni umuriin isaanii waggaa 18 ol tahe too xiqqaate waggaa 2tti si'a tokko dhiibbaa dhiigaa isaanii ilaalamuu qabu.
Mallattoowwan dhiibbaa dhiigaa olkahaa;;
🌱mataa dhukkubbii hamaa, keessumaa ganama ganama yeroo hirribarraa kaatan naannoo mataa gara duubaa bowwaafachuu.
🌱Mataan namatti salphachuu(yeroo baayyee namootni tokko tokko Mataan kiyya narra hin jiru jechuun dubbatu)
🌱dacheen namaan shir jechuu(lafaan nama maruu)
🌱iji keenya nutti dimimmisaahuu
🌱fuununa funyaaniifaadha
Miidhaan dhiibbaa dhiigaa olkahaa nurraan gahu:
🌱Ujummoowwaan dhiigaa sammuu keessatti dhohuun akka sammuu keenya keessatti dhiigu godha(stroke).
🌱kalee keenyarratti miidhaa geessisa
🌱dadhabbii onnee fida
🌱ija, sombaaf qaamolee keenya biraarratti miidhaa geessisa
Akkamitti ofirraa ittisuu dandeenya
🌱sochii qaamaa gochuu
🌱ulfaatina qaamaa garmalee hirisuun
🌱aarii baayisuu dhiisuu
🌱nyaata madaalamaa soorachuu
🌱yeroo yerootti ilaalamuu
fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu✝️💎💵✅
https://otieu.com/4/8265120
https://otieu.com/4/8265120
1299
13:05
04.08.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
2 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
b
**emisew831@*****.com
On the service since May 2025
21.06.202507:37
5
Excellent price
Show more
New items
Channel statistics
Rating
30.2
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
12
Subscribers:
7.5K
APV
lock_outline
ER
11.9%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий