
Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
26.4

Advertising on the Telegram channel «DAMBALI BEEKUMSA💡»
5.0
11
Education
Language:
English
479
7
✨♦️ Chaanaalii kana irratti maalttu argama🤔? 🎴 Seenaale barsiisoo 🎴 Dhugaalee ajaa'ibsiiso 🎴 taateewwan nama kofalchiisan fi kkf.. 👉 yaada kamiifu
Share
Add to favorite
Channel temporarily not accepting requests
Choose another channel from recommendations or get a tailored list within your budget using AI
AI Channel Picker
Recent Channel Posts
Gaaffii har'af qabanne xumurreerra 🙌
5 keessa hamma argattan reaction dhaan agarsiisaa👇
0.😭
1.😁
2.👍
3.👏
4.😍
5.❤
Waan nu waliin turtaniif galanni keenya guddaadha 🙏🙏
Halkan gaarii❤✨
⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔
1162
18:13
18.04.2025
Guyyaa Guutuu kolfaa ooluu hin jaallattuu??...
Chaanala keenya Join gochuun kolfaa oolaa.kolfuun umurii dheeressaa👇👇
https://t.me/Dambalii_Kolfaa/103
1904
15:41
18.04.2025
imageImage preview is unavailable
✔️ Abba manaa ishee yeroo hunda dugdatti baatte mana yaala geessiti...."Hiibbaa" jedhamti dubara ganna 32 yoo taatu...haadha ijoollee 3ti.....waggaa 6 dura abbaan warraa ishee dhukkubaa g/garaan rakkachaa kan ture yoo ta'u....sababa kanaafis miilli isaa lamman hojii ala ta'u......
✅ Sababa kanaafis abbaan warrraa dubara kanaa....guyya guyyaan mana yaala deeme ogeessota fayyaan hordofamuu qaba turee...haati warraa isaa kunis na waliin itti fufu hin dandeenyu osoo hin jedhin....yeroo hunda dugdatti abbaa warraa ishee kana baattee gara mana yaala geessiti......
✅ Abbaan warraa ishee kunis nama biraa barbaadadhuu ani sin hiika jedhee ture.....isheen garuu yaada isaa kanatti tasuma walii galuu hin dandeenye.....Waa'e haadha warraa isaa kana yeroo dubbatu akkas jedhaa: 🗣
"Haati koo ji'a sagal garaatti na baatte, haati warraa koo garuu waggaa 6 dugdatti na baatte".....Jaalala akkamidha kun.....❤️❤️ ⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
2409
12:07
18.04.2025
imageImage preview is unavailable
Ruusawiyaanonni 🇷🇺 aadaa Dubbisa osoo hin taane.....Araada dubbisaa qabuu!!
✅ Uummatni biyya ruusiyaa araada kitaaba dubbisuu qabaachuudhaan akka addunyaatti beekamoodha....akka qorannoon gaggeeffame agarsiisutti uumatni biyyatti osoo kitaaba hin dubbisin guyyaa akkasumaan oolan hin qabanii!!
✅ Suuraan kunillee edit waan godhame isinitti hin fakkaatin.....kuni suura qabatamaa uumanni biyyatti osoo baabura keessa dhaabbatanii kitaaba isaanii dubbisaanii suuraa kaafamedhaa.... 📷
➡️Wal-hamachuun hin jiru, Hinaaffan hin jiru, dubbisaaf dubbisa qofa!! 🫡
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
2611
07:54
18.04.2025
imageImage preview is unavailable
2Qorontos 5:14 "Tokko hundumaaf du'ee..."✔️ Hordoftoonni amantaa kiristaana marti baga guyyaa yaadannoo fannifamu goofta keenya iyesuus kiristoosin nagaan geessan...🙏 Ayyaana gaarii!!..❤️❤️ ⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
2692
05:02
18.04.2025
imageImage preview is unavailable
Kana beektuu❓
✅ Biyyoota akka porchugaalii fi ijipt keessatti mana nyaata deemtanii ashaboo ykn qaara itti naaf dabali jechuun yakkadha....sababni isaas isaan biratti jechoonni akkanaa nyaatni kee hin minyaa'u..gatii hin qabu akka jechuuttii waan fudhatamaniifidha!! 🗿
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
3250
15:59
17.04.2025
imageImage preview is unavailable
New platform, new opportunity, seize the opportunity for a better tomorrow
HUAWEI 5G is a high-quality online work platform dedicated to creating a high-income platform for low-income people and people with dreams. To help you get a satisfactory income, please set the following goals:
1️⃣ Invite 1 new member to join your team every day and become a formal member.
2️⃣ Guide 1 B-level member to invite work every day to help them increase their income.
3️⃣ Help 1 B-level member to increase their income by renting high-yield products every day.
Remember, you are here to make money, not to waste time. If you don't work hard today, your income will not change tomorrow.
Channel link: https://t.me/huawei5G_investors
Registration link: https://www.hw5ginvestors.com/?invitation_code=37A93
2249
14:47
17.04.2025
imageImage preview is unavailable
#30🔤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
📊
1 2 3...jennee kuma soddoma geenyera
✉️
✈️Hundi keessanuu guddaa galatooma🙏
🆕🆕🆕Midiyaa guddaa oromoon qabu akka taanu shakkii hin qabnu❤️
⚡️Imalli itti fufa 🆙🆙🆙🆙🏃♂️🏃♂️....
🔔Join @Dambalii_beekumsaa ✅3034
12:22
17.04.2025
imageImage preview is unavailable
Kana dhageessanii laata ❓
Akka qorannoon tokko tokko jedhutti Namoonni 80% ta'aan, dhukkubbii isaanii hubachuun namoota biroof rakkisaa ta'a jedhanii waan amananiif, miira isaanii ofitti qabatanii ittiin miidhamu.
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
3080
08:58
17.04.2025
imageImage preview is unavailable
Santiago barnabawotti 📷
3485
20:12
16.04.2025
close
New items
Selected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий