Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
2.3

Advertising on the Telegram channel «Xinsammuu»
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$2.40$2.40local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
Jechoota mimmiidhagoo
•••••••••••••••••••••••••
■Jireenyi patternii mataa ishee qabdi! Hack gochuun gahee keeti.
•••••••••••••••••••••••••
■Namoonni hedduun osoo eenyummaa kee hin hubatin, jireenya kee karaa hedduutti hiikkatu.
•••••••••••••••••••••••••
■Namni biraa akka si jaallatuuf of hin jijirin, Namni dhugaa akka si jaallatuuf of ta'i.
•••••••••••••••••••••••••
■Gatii osoo hin baasin kaayyoon ati galmaan geessu hin jiru, hin jiraatus.
•••••••••••••••••••••••••
■iImi namaa gaafa gad-jettuuf si tuffata. Garuu, Waaqni gaafa ati jilbeeffattuufii ol si qaba.
•••••••••••••••••••••••••
■Kan baatu ni ulfaata yoo jedhu. Kan baachiisu salphaadha jedha.
•••••••••••••••••••••••••
■Namoota nu cunqursaniif dhiifama gochuun moo'amuu osoo hin taane, Jaalala barsiisudha.
•••••••••••••••••••••••••••
❤️ itti fufaa .......

80
07:55
09.03.2025
imageImage preview is unavailable
Gonkumaa abdii hin kutatin, sababiin isaas yaaliin itti aanu isa hojjetu ta'uu isaa gonkumaa hin beektu .
204
09:43
08.03.2025

More
More
204
09:43
08.03.2025
Good Morning 👋 🌄
230
06:15
08.03.2025
Haala nyaataa yeroo sooma ramadaanaa gama fayyaatiin.
**
Baatii ramadaanaa kana keessa namoonni fayyaa ta’anii fi umuriin isaanii ga’e akka sooman beekamaadha. Yeroo hedduu nyaatni guyyaatti al lama qofa, yeroo iftar (galgala) fi suhoor (yoo bari’uu jedhu kan) nyaatama. Jireenyi hawaasaa ammoo kan duraanii calaatti si’awaa fi mi'aawaa, kan namoonni hedduun walgaafatan, maatii firoottan waldubbisan walargan, namoota harka qalleeyyii fi haalli hawaasdinagdee kan biroo itti wal gaafataniidha. Namoonni tokko tokko ammoo guyyaa guyyaa waan rafaniif, sochiin waan hir’isuudhaan kan duraanii irra furdachuu malu. Mee gama fayyaatiin haalli nyaata keenyaa yeroo ramadaanaa walumaa galatti maal fakkaachuu qaba kan jedhu irratti dhaabbanni fayyaa addunyaa fi dhaabbattoonni fayyaa kan biroo, ogeessota fayyaas dabalatee maaltu gorfama kan jedhu haa ilaallau.
1. BISHAAN (WATER)
♡ Walumaa galatti yeroo ramaadaanaa kana bishaan ga’aa sirriitti dhuguu fi soorata bishaan hedduu of keessaa qaban soorachuun dirqama dha. Bishaan yoo xiqqaate haga fuullee (burcuqqoo kan jedhan san) kudhan dhuguun/argachuun dirqamadha.
♡ Nyaata akka watermelon ykn hab hab jedhamu kan bishaan hedduu of keessaa qabu soorachuun qabiyyee bishaanii ga’aa guyyaa guyyaatti argachuuf hedduu gargaara. Timaatimnii fi salaaxaan illee akkasuma bishaan hedduu waan of keessaa qabaniif hedduu gargaaru.
♡ Dhugaatii kaafeenii of keessaa qaban akka bunaa, shayii fi kokaakollaa irraa of qusachuun gaariidha. Kunis yeroo tokko tokko dhugaatiiwwan kun karaa fincaanii bishaan hedduu nama keessaa yaasuun hir’ina bishaan qaama keessaa (dehydration) dhaaf nama saaxilu waan ta'eefidha.
♡ Ramaadanni biyyootaa fi baroota addaa addaatti haala qilleensaa fi dheerina guyyaaf halkaniin gargarii waan qabaatuuf, yeroo tokko tokko guyyaan halkanirra dheeratee sa’aa 15 haga 16 soomuun dirqama ta’uu mala. Yeroon ramadaanaa kun amma biyya keenya keessatti haala qilleensaa ho’aa keessa oola, dheerinni guyyaas halkan irra xiqqoo haa taatu malee ni caalaa. Kanaaf akka bishaan karaa dafqaa fi kan biroo qaama keenya keessaa hin dhumne, bakka gaaddisa bareedaa qabu keessa turuu fi aduutti ba’uu dhiisuun hedduu nu gargaara.
2. IFTAR
♡ Iftar irratti nyaata annisaa gaarii qabuu fi fayya qabeessa ta’e soorachuu qabna.
♡ Yeroo hedduu tamiirii (dates) ija sadii nyaachuun, akka fayyaattis hedduu gaarii kan ta’ee fi iftar irrattis kan sooratamuudha. Tamiiriin nyaata rafeejii (fibre) hedduu barbaachisu of keessaa qabudhas.
♡ Kuduraalee fi muduraalee ga’aa nyaata keenyatti dabalachuun viitaaminootaa fi neutrientota addaa addaa argachuuf hedduu nu gargaara.
♡ Nyaata midhaanii (whole grain) akka qamadii, garbuu, ruuzii, boqolloo, xaafii fi kkf irraa hojjataman kan anniisaa guddaa fi faayiberii gaarii qaban iftar irratti soorachuun filatamaadha.
♡ Foon (coomaa hin qabne), lukkuu (gogaa ishee irraa hambisuun) fi qurxummii yoo argaman soorachuun qaamni keenya pirootina ga’aa akka argatu gargaara.
♡ Nyaanni waarshaa keessatti oomishamanii golgamanii suuqota addaa addaa irraa gurguraman fi sooratni sukkaara hedduu of keessaa qaban hin gorfaman.
♡ Soorata yoo soorannu akka humnaa ol nutti hin taanetti, daddafnee nyaannee of rakkisuu irra, suuta jennee yeroo dheeraa nyaachuutu filatama.
3. SUHUUR
♡ Nyaata salphaa ittiin sooma eegallu nyaachuun hedduu gorfama, keessumaa namoota umuriin hedduu raagan, ijoollee soomuu filatan, dubartoota harma hoosisanii kan soomuu filatanii fi kkf niif hedduu barbaachisaadha.
♡ Nyaati suhuuriif nyaatamu kana keessatti, kuduraalee fi muduraalee, nyaata kaarboohydratii qaban akka daabboo fi nyaata pirootina of keessaa qaban akka bu’aalee loonii, hanqaaquu fi avokaadoo dabaluun ni gorfama.
4. HAALA NYAATA WALII GALAA IRRATTI
♡ Nyaata sukkaara hedduu of keessaa qaban erga iftar nyaannee booda nyaachuun hin gorfamu.

278
17:34
07.03.2025

Kani itti anuu

Goguu hidhii ittisuuf:
1. Hidhii jiisuuf yokaan laaffisuuf jecha harraabuu ykn arrabaan xuuxuun irraa of eeguudha. Hancufni dafee qilleensaan goga, yeroodhaaf kan jiise ykn laaffise nutti fakkaatee, garuu erga hancufni ittiin jiifne sun irraa gogee booda kan duraanii irra baay'ee waan goguufi.
2. Yeroo hedduu yoo afuura baafannu funyaaniin afuura baafachuu amaleeffachuu qabna. Kunis afaaniin yoo hargannu ta'e hidhii keenya waan goggogsuufi.
3. Bishaan ga'aa dhuguudha. Bishaan ga'aa yoo dhugui baannee hedduu dheebanne, afaan keenya hidhii dabalatee ni goga. Kanaaf osoo hin dheebotiin illee dhuguudha.
4. Qilleensa qorraa fi gogaa keessa deemuuf jennu ta'e, ba'uu keenyaan dura dibata cream hidhii eegu, yoo danda'ame keessumaa kan aduu dhorku (sunscreen) dibachuudha. Sana booda kafana qal'oo mormatti maratan (scarf) saniin hidhii keenya qilleensa irtaa haguugnee deemuudha.
5. Waantoota qaamni keenya akka alagaatti ilaalee lolu (allergens) akka qalamoota garagaraa fi keemikaalota hidhii keenyarraa eeguudha.

286
12:40
07.03.2025
imageImage preview is unavailable
AMALOOTA NAMOOTA MO'ATOO TORBA (7)
1. Waan gaarii fi cimina ofii isaanii fi kan nama biraa arguu danda'u. Hir'inaa isaaniirratti malee hir'ina namaa irratti hin xiyyeeffatan. Waan qabanii fi waan danda'anirratti xiyyeeffatu.
2. Namoota (hiriyyoota) gaarii ta'an naannoo isaaniitii qabaatu. Hiriyyoota kaayyoo, ergama fi ilaalchaan waltumsuu danda'an of biraa qabu.
3. Kufaatii isaanii dhoksuuf hin dhama'an, akka barumsa argatanitti yaadu.
4. Abdii hin kutani. Yoo kufan ka'uu akka danda'an beeku.
5. Waa'ee doggoggora darbee deddeebi'anii yaadanii of hin dhiphisan, garuu irraa baratu.
6. Yeroo kaayyoof jedhanii miidhamni, dhiphinni fi rakkiinni irra ga'u waan isaan miidhe caalaa waan miidhama sana keessaa argatan yaadu.
7. Murtoo murteessuuf dudduuba hin deebi'an. Murtoon jireenya keessatti barbaachisaadha, namoonni mo'atoon ni murteessu.
****
Mo'atoo isin haa taasisu rabbi!

283
09:02
07.03.2025
imageImage preview is unavailable
Jalqabni haaraan bakka haaraa osoo hin taane yaada haaraadha.
329
20:23
06.03.2025
imageImage preview is unavailable
Guyyaan fiigicha itti dhiiftu guyyaa fiigicha itti injifattudha.
413
12:14
05.03.2025
close
Reviews channel
No reviews
Channel statistics
Rating
2.3
Rating reviews
0.0
Сhannel Rating
0
Followers:
8.6K
APV
lock_outline
ER
--%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Followers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий