
Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
12.4

Advertising on the Telegram channel «Finfinnee Post»
5.0
Humor & Memes
Language:
English
0
0
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$26.40$26.40local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
Hojii online mana keessan teessanii hojjettanii fi bu'aa guddaa isiniif argamsiisun isin beeksisa.
👇👇
Namoonni bilbila, Internet gaarii fi yeroo qabdan nu waliin hojjechuuf yeroo qabaannaan keessaan nu dubbisaa. Hundumtuu hirmaachuu ni danda'a.
@Amandamam quunnamaa!
Keessumattuu obboloonni keenya shamarranii hojii dhabuudhaan mana ooltan hojjedhaa fayyadamaa. Isiniif carraa gaariidha. 🙌
@humnajaalalaa
@humnajaalalaa
501
15:19
22.04.2025
USDT fi crypto kamiyyuu namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuu dandeessu.
Hub:- screenshot gootanii erguun amma fi ammaamiin akka gurgurattan ibsuun jalqabdu
Usdt 1 qarshii 135 kaasee hanga 150tti baayyina isaa irratti hundaa’uun ni bitna.
902
07:09
28.03.2025
Guyyaan dubartootaa march 8 utuu hin taane march 7 akka ta'e dubbatama. Garuu utuu dhiqatanii, dibatanii, uffatanii guyyaan tokko darbe jedhan😂
Happy Woman's Day 🥰
1253
04:56
08.03.2025
#Anaa_fi_Marii_Geetaa👨🍳
Group marii-geetaa ani karaa telegram baqadhee dadhabetu karaa TikTok natti dhufuu jalqabe. Mee waanti kun maaluma jedheen dhaggeeffadhe. Gosti dhukkubaa isaan biratti furmaata hin arganne hin jiru😂 Dhukkuba dawwee, teessisaa, kaachisaa, dadhabina wal qunnamtii saalaa, kaanserii, HIV, busaa, taayifooyidii, garaa kaasaa, dugda kutaa, hafuura kutaa, abdii kutaa😂, rakkoo waa dagachuu...
Hunda keessaa inni dhumaa kun xiqqoo na ilaallata. Darbee darbee rakkoo waa dagachuun nan qaba. Waan kana deemee ilaalamuun qaba jedheen deeme. Achi ga'ee gaafa dabareenkoo ga'u #Marii_geetaan'faa na waamanii "Maal taatee dhufte?" naan jedhan. Maal jedhee itti himuu? Daqiiqaa 5 keessatti maal ta'ee, maal barbaadee akkan deeme nan dagadhe😭 Taa'ee itti yaadee yaadeen dadhabe. "Baqqaa ka'ii gara manaakeetti deemii, gaafa yaadatte koottu" naan jedhan. Tole jedheen bahee deeme. Gara manaa utuun deemuu karaa walakkaa yoon ga'u dhimman deemeef sanan yaadadhe. Rakkoo waa dagachuukoo...😭 Yerooma sana fiigeen ofirra deebi'e. Garuu maal godha? Gaafan achi ga'ummoo deebi'een bakka manichaa dagadhe 😭
1261
12:06
07.03.2025
USDT fi crypto kamiyyuu namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuu dandeessu.
Hub:- screenshot gootanii erguun amma fi ammaamiin akka gurgurattan ibsuun jalqabdu
Usdt 1 qarshii 125 kaasee hanga 140tti baayyina isaa irratti hundaa’uun ni bitna
1058
09:50
04.03.2025
Waa bituuf suuqii deemnaan abbaan suuqii namicha tokko wajjin wal falmaa jira. Namichi poostaa bituuf dhaqee 'Oriijinaala miti, baayyee haphiidha' jedhee falma. Abbaan suuqii 'Ani ofiikoo hin hojjenne, yoo siif ta'e fudhuu narraa deemi' ittiin jedha. Namichi yookaan fudhatee hin deemu yookaan dhiisee hin deemu, dhaabbatee falma😂
Ani sirumaa waanan bituuf deemeyyuu dagadheen haasaa isaanii dabaree dhaggeeffadha. Achii namicha isa bitu sanatti garagaleen "Fudhu obboleessakoo! Poostaan kanuma' ittiin jennaan "Baayyee haphiidha bar" naan jedhe. "Maal rakkoo qabaree? Waraqaa ittiin baatta malee icciitii ittiin baattamoo?" jennaan abbaa suuqii dhiisee anaan dalga ilaaluu jalqabe🤭
1832
13:56
07.02.2025
Gatii kitaabichaa fi Shamarran Lama 👭
Taaksiidhaan deemaa jirra. Isheen tokko ilkaan kaarruu balbala banaa fakkaatu qabdi. Ilkaan sana lamaan walitti fiduudhaaf #bireesii'dhaan hidhattee jirti. Garuu ilkaan sana bireesiin walitti fiduun haa hafuu, dallaalaan ana jedhe haasa'ee waan walitti fidu hin fakkaatu😂
"Nama hin dhibuu garuu? Utuu 1000 jennee iyyinuu warri raabsan 3000 hanga 5000 gurguraa jiruum. Maal waansaa karaa jireenyi ittiin nuuf salphatutu irratti barreeffamee jiramoo?" jette kolfite. Achumaan bireesii sana akka nu argisiisuuti natti fakkaata🙈 Hiriyaan ishee "Ati qoosi, kitaaba kanammaa uqqubii galee illee bitadha malee ani hin dhiisu" jette, miira xiiqiin. Natti tole! Bara Oromoon baayyee kitaaba dubbisuun haa hafuu, wal dubbisuu dhiise kanatti qaxalee akkasii arguunkoo na gammachiise😋
Isheen sun itti fuftee, "Ani qarshii kana hundaan hin bitu; utuma namni bitee naaf kenneyyuu kitaaba hamma kanaa guddatu dubbisuun haa hafuu, fuula isaa lakkaa'ee iyyuu fixuu hin danda'u" jette. Ani kana caalaa callisuu hin dandeenye, "Itti hin dhiphatiin obboleettiikoo! Namni hamma dhumaatti dubbisee fixe tokko yaada isaa gabaabsee sitti haa himu" jedheen taaksii sanarraa bu'e. "What ?" naan jette. Deebii isheef hin kennine, deebiikoo #raddaatii irraa fudheen bu'ee miillaan deemuu jalqabe🚶♂️
Akkan hubadhetti hamma ilkaan ishee lamaan wal baqatan caalaa ishee fi kitaabni wal baqataniiru. #Bireesiin dhaloota kanaa fi kitaaba walitti fidu hojjetamuu qaba 😂
28266
18:49
29.12.2024
Qarshii natti fidee "Ishee kana account koo irra naaf galchi" naan jedhe. Irraa fuudhee lakkaa'uuf jennaan birriin foorjidii dha. "Kabajamoo maamilaa! Qarshiin kun kun foorjidiidha" ittiin jennaan "Rakkoo hin qabu callisii irra galchi" naan jedhe🙄 "Foorjidiidhan jedhe bar, akkamittan galcha?" ittiin jennaan "Qarshiin kankoo, account'n kankoo mitii? Siin maaltu si dhibe?" naan jedhe😭
Dhumarra "Isin silaas quuftaniittu, qarshiikoo naaf deebisi, baankii biraa deemeen galfadha" naan jedhee na lolaa jira😂
2268
11:57
20.12.2024
Amala na dhiisuu dide keessaa tokko konkolaataa keessatti nama irra rafuudha😂 Har'ammoo dabareen na ga'ee namatu narra rafe. Sanuu dhiira🙈 Jalaan siqe, natti siqe. Achin jedhe, natti jedhe... dhumarra narratti jige. Ani hirriba akkasii taaksii irratti mitii, siree irratti rafee hin beeku😁
19900
16:47
11.12.2024
#Anaa_fi_kondominiyeemii 🏢
Namoonni tokko tokko kaffaltii kondominiyeemii kaffaluuf garakoo dhufu. Warri isaaniif bahe 'mee qarshii kana account kondominiyeemii koo irra naaf galchi' jedhanii kokkolfaa dhufanii kokkolfaa deemu. Gammachuu qabu. Sababni isaayyuu mana isaanii keessa jiraatu. Mana fincaanii tokko nama 30 ta'anii hin fayyadaman. Firrikoo dhufe jedhanii hin dhiphatan. Sagalee TV gad qabaa jedhee namni isaanitti dubbatu hin jiru. Yoom asii baana jedhanii hin dhiphatan...
Warri kondominiyeemiin sun utuu isaaniif hin ba'iin kaffalaa jiran ammoo fuulli isaaniiyyuu nama sodaachisa. Qarshii natti kennanii deemu utuu hin taane natti darbatanii deemu yoon jedhe wayya. "Ayi Adaanech...manichi silaa nuuf hin ba'u callisnee qarshii keenya as keenya" jedhanii dalga na ilaalu. Ani akka waan ofiikoo manicha isaan dhowwadheettin ol jedhee isaan ilaaluu sodaadha😭 Kaanimmoo dhufanii "Yookaan mana hin argannu, yookaan qarshiin keenya hin dhalu..." jedhu. Ani ammas akka waan ofiikoo dhala isaa isaan dhowwadhee ofii fudhachaa jirutti natti dhaga'ameen callisee gad jedhee hojiikoo hojjedha.
Jarana na dhiisaa🤲 Anaa fi kondominiyeemii keessan waanti walitti fidu hin jiru. Tarii suufii uffadhee fuldura keessan teenyaan #baala_gizee sinitti fakkaadhee laata? Ani baala-gizee miti, akkuma keessan taa'een #gizee eeggachaa jira😂 Mammaaksa "Jarjaraan re'ee hin horu" jedhu sana siniif jennee jijjiirree jirra. "Jarjaraan kondominiyeemii hin argatu!" 😁
@waaqooF
6384
16:49
03.12.2024
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeennew@******.io
On the service since June 2022
16.02.202513:07
5
Everything is fine. Thank you!
Channel statistics
Rating
12.4
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
1
Subscribers:
5.2K
APV
lock_outline
ER
121.2%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий