
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
22.8

Advertising on the Telegram channel «Love Messages 📩»
5.0
Other
Language:
English
0
0
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$2.40$2.40local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
✨ Mallattoo dubartii jaalala siif hin qabne ittiin adda baafattu 15... ➡️As tuquun dubbisi!
👇👇👇
🫱✨ See More😀
🫱 ✨See More ✨
⬆️⬆️⬆️
141
21:29
10.09.2025
ayyoofi kaka’umsaan guutamuu qaba;akka nama dhuunfaattis ta’ee akka walootti. Lameen waljaalatan yaadaafi karoora isaanii bakkaan gahuu irratti waldeeggaruun alatti furmaata biroo hinqaban. Waan waahilli kee jireenya keessatti fedhu gargar baasii hubadhuu deggarsaan bira dhaabadhu.
9. Jalalli dhugaa miidhamaa ofgodhanii ofkaayuu hinfedhu. akkasumas fayidaa irrattis hin xiyyeeffatu. Waan uumame hundarratti too’annaa hinqabu waan jedhu dhiisi. Irra jireessi waan uumamuu eeyyama keetiin alatti hin uumamu. Hir’inaafi rakkina qabdu hundaaf sababa tarreesuu dhiisii itti gafatamummaa fudhadhuu akkamitti akka funduratti tankaarfachuu qabdurratti jabaadhuu hojjadhu. Jireenya kee irratti shufeera ta’i.
10. Kaayyoof jiraadhu. Maal akka barbaaddu ifatti beeki. Uf-fooyyessuuf maal maal bifa fooyya’iinsa qabuun hojjachuu akka qabdu beeki. Jaalalli dhugaa kan waloo qofa osoo hintaane kan dhuunfaatis. Jalalli dhugaa yoo kophummaan sibarbaachise siif eeyyama; yoo sibarbaachise akka ofitti haasoftuufi ofiin mari’attuuf haala siif mijeessa malee bifa kamiinuu danqaa sitti hinta’u.
123
11:04
11.09.2025
Jaalalli dhugaa qabxiilee 10 kanniin ofkeessatti ammata
Kan akka jalalaa jaalatamuufi faarfamu jira hin fakkaatu. Hundi jaalachuufi jaalatamuu fedha. Bineensotaafi allaattiis dabalatee. Jaalalli gammachuu qaba. Jaalalli, seeraan hin qabamu tanaan, gadda, kufaatiifi cabiinsa hamilee hamatti nama geessuus danda’a. Gammachuu guddatti kan nama geessu jaalala dhugaati. Miidhaafi hubaatii irraas kan nama tiksu isuma jaalala dhugaati. Humni jaalalaa danuu ta’uu isaati kan kuni hundi argisiisu.
Jaalalli dhugaa waan akka salphatti argamu ykn bira gahamu miti. Namoota baay’ee xiqqaa ta’aniidha, yoo kan jiran ta’e, kanniin jaalala dhugaan akka salphatti badhaafaman. Garuu hedduun namaa hojjatee, carraaqee, akaafeefi bishaan obaaseeti kan jaalala dhugaatiin walitti bahu. Ammas hedduun namootaa waan jaalala isaanii gidaara(girgiddaa) manaan walitti buusu, galaana dhufaa jiru fudhachiisu irraa fagootti oftiksu. Jaalalli dhugaa waliigaluu, kennanii fudhachuufi wal hubachuu gaafata. Dimshaashumatti jaalalli dhugaa hojii cimaa ykn dadhabbiin waan argamu ykn uumamu malee waantuma gadi bahanii oorruudhaa(maasiidhaa) haammatanii harkatti qabatanii manattiin galan miti.
Jaalalli dhugaa garuu maaliidha? Madaalliin isaa hoo? Jaalala dhugaa isa kan sobaa ykn fakkeessaan akkamitti gargar baasuun danda’ama?
Qabxiilee jaalalli tokko isa dhugaa ta’uu agarsiisan 10 tarreeffamaniiru. Warreen Jaalala keessa jirtan qabxiilee kanniiniin walbira qabaa madaallii mataa keessanii itti laadhaa.
1. Jaalalli dhugaa gocha. Jaalalli dhugaa waan ati namaaf taatu ammallee waan namni biros siif ta’u; haaluma kamiin keessattuu. Jaalalli dhugaa waan gochaan agarsiistu malee waan afaaniin odeessitu akka hin taane quba qabaadhu. Jaalala dhugaa nama jaalattuuf qabdu ‘sinjaaladhaa’ afaanii qofaan osoo hintaane gochaan agarsiisi.
2. Jaalalli dhugaa nama hinhubu. Jireenya keessatti walitti aaruun, mufannaafi walhubachuu dadhabuun jira. Bakka jaalalli dhugaa jirus kuni inuma jira. Bakka jaalalli dhugaa jirutti rakkooleen ykn hir’inni kunniin waan irra deddeebi’aa mul’atanii miti, garuu.
3. Jaalalli dhugaa haasawa gaariin madaalama. Lafa jaalalli dhugaa jirutti maqaa walballessuufi wal yakkuun hin jiru. Yoo haasoftu jechoota ‘akka natti fakkaatutti’ ykn ‘akka amantaa kootiitti’ ykn ‘akka yaada kootti’ jedhanitti dhimma bahuu yaali. Waan dhibbaan dhibbatti hinbeekne namatti hinfe’in. Jechaafi shakkiidhaan walhadheessuun ganda jaalalli dhugaa jiruttii miti kan heddumaatan.
4. Jaalalli dhugaa waan jaalannu akka wareegnuuf nu hingaafatu. Kana jechuun jaalalli dhugaa waan jalannu, maatii, hiriyyaafi fira keenya akka dhabnu ykn gargar baanu hin eeyyamu. Namni wantoota jaalattuun gargar sibaasuuf carraaqu jaalala dhugaa siif akka hinqabne hubadhu. Jaalalli kee madaalawaa ta’uu qaba; gama hundaanuu. Namni jaalala dhugaa siif qabus kanarratti sijajjabeessa.
5. Jaalalli dhugaa nama jaalattuufi kanniin biroo gargarbaasuu irratti hundaa'a. Kana jechuun maatiifi fira jibbi jechuu miti. Namni ati jaalattu hunda irra akka jalattu, yeroo kees waliin galaafattu, bakka kamuu jiraattu akka yaadattu sirraa eegu. Kana hir’isuun, keessumattuu yoo walirratti kuusame, balaa inni fiduu malu guddaadha.
6. Waahila gaarii harkatti galfachuufi, dursii nama gaarii ta’i. Nama kaayyoo qabu, dhimma isaa too’atuufi waan barbaadu harkatti galfachuuf carraaqqatu ta’uun jaalala barbaaddu argachuufis ta’ee isa harkaa qabdu cimsachuuf sigargaara. Gufuuleen jireenyaafi jaalalaa bakka heddutti sirukutaniiran taanaan bu’uura rakkoo sanii sakatta’ii gara funduratti waan fooyya’iinsa qabu hojjachuu irratti fuulleffadhu.
7. Jaalalli dhugaa daangaa jireenyaa keessa nama sochoosa. Maaliif jiraatta? Maal qabaachuufi horachuu feeta? Maal jibbita ykn maal waahilli kee akka hinhojjanne barbaadda? Waan jaalattuufi jibbitu ifatti gargar baasi. Nama wajjiin jiraatan waliin walitti iyyaa, mataa waldhukkubsaa jiraachuun jiruu hinta’u. Waanti ykn dogoggorri uumamu tokko tokko kan hireen 2ffaa ykn 3ffaa kennamuuf nijiru. Hanga barbaachisuu ol obsuun ofsobuu ykn nama murtee ta’uu dadhabuudha calaqqisiisa.
8. Jaalalli dhugaa ka
121
11:04
11.09.2025
imageImage preview is unavailable
💝 Dubbiilee 10 jaalalleen kee yoomiyyuu sirraa eegdu kanneen....➡️As tuquun dubbisi!
👇👇👇
🫱✨ See More😀
🫱 ✨See More ✨
⬆️⬆️⬆️
106
22:43
11.09.2025
Walaloon Jaalalaa
"Daldalaa Qullubbii"
-----::-----:::------
Waatu dhufee na kakaase
Diriirfadhee utuun rafuu
Maalif qorraan waxalamta
Kophummaankee sitti ha hafu
Ka'ii ilaali adeemiitii
Hin dhabduutii eebbifamtuu
Carraan har'aa si darbinaan
Yoomillee hin deebifamtu
Yaaluu hin dadhabini
Jireenyi qabsoodha
Marmarattee taa'uun
Dhibooftuu si godha
Yoo hordoftee deemte
Kaayyoodhaaf karoora
Galmakee qaqqabdee
Bor sumatu koora
Daawwadhu,daawwiikee
Bashannani har'a
Bor guyyaa biraadha
Hin dabarsin carraa
Barbaadi hin argattaa
Kan siif taatu warra
Jaalala keessakeef
Hin ta'ini farra
Jedhee na tuttuqee
Yaadni koo na jeeqe
Battala akka ta'uuf
Sammuunis na qeeqe
Tole Jedheen ka'e
Ofis babbareechee
Rifeensakoo filee
Hunda qaqqajeelchee
Nyaara ija kootii
Gobbatee baay'atu
Funyaakoo akka tulluu
Ol-ka'ee dhaabbatu
Daawwitii ilaaladhee
Yeroon xumuretti
Fiigeetan ol-bahe
Fuuldura dirreetti
Intalli obbo Irranaa
Maqaanshee dureettii
Bishaan waraabachuuf
Sussukaa dhufteetti
Suutan ishee ilaale
Hangasheen fagaattu
Mucayyoo miidhagduu
Qalbii nama hattu
Naannokoo yoonlaalu
Homtinuu hin turre
Fiigichan jalqabe
Dachaafadhee surree
Ilkaannishee akkuma
Boqqolloo asheetaa
Guntunni harmashee
Ol-ka'ee dhaabbata
Ijishee kuulleedha
Nyaarrisheemmoo ciisaa
Waaqarraa gad-buute
Nama-jechisiisa
Rifeensishee dheeraa
Akkuma eegee fardaa
Safuu simboosheetii
Uumamnishees adda
Nagaa gaafadheetan
Haasaakoo itti-fufe
Kan dur ani hin-beekne
Dubbiinis naaf dhufe
Baay'ee akka bareeddu
Itti himnaan mufatte
Siifan du'as jennaan
Aartee na kabalte
Waan keessakoo ibsuuf
Jechootas filadhee
Tasgabbaa'i maaloo
Jedheetan kadhadhe
Narraa achi-siqxee
Dhaggeeffadhu jette
Dubbishees jalqabdee
Qalbii na rarraaste
...............................akkas jette
....
Na waliin dhaabbattee
Haasa'uukeen dura
Mee sirriitti yaadi
Wanta si-fuulduraa
Miindaankee meeqadha
Maal-hojiinkee addaa
Jaallachuukeen dursa
Kana yaaduu qabda
................................
Akkasin Jedheeni anis
....................
Hojiinkoos miindaankoos
Siif-ta'a dureetti
Yoo baruu barbaaddees
An dokteera Onneeti
....jennaan. .............
Tole ya Dokteeraa
Fayyisaa mogolee
Nama siin-oliiyyuu
Tuffadheetan gale
Homaa miti ta'us
Suuta tarkaanfadhu
Gowwaa akka keetiis
Darbii barbaaddadhu
Sin beekaa nan sobin
Daldalaa qullubbii
Sassattuu akka keetii
Siif ha laatu rabbi
Nan-qaba jaalallee
Qulqulleessaa kophee
Bashannansiisaakoo
Qabbaneessaa laphee
Isatu waa-mara
Baay'ees na marara
Dhugaakoo jalqabaa
Boris isan qaba
Egaa dubbiin dhumtee
Sobnis dhara dhalee
Galatoomi jedheen
Fiigee mana gale
Carraa koottis aareen
Taa'ee of-abaare
Gaa'ela dhiiseetan
Mana qofa ijaare
Haadha-warraa dhabuun
Baay'ee na dhamaasee
Amma kophaan jira
Dulloomee harrii baasee
.......
122
11:05
12.09.2025
🌻 Happy New Year 🎆
🎄🎄🎄🎄
⏲ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇
┃➕ Now Speak English
┃─
┃🚨 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃❤️ Miira Jaalalaa
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃🗣️ Kana Beektuu
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃⭐️ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! ⬇️⬇️⬇️
43
21:23
12.09.2025
imageImage preview is unavailable
🟢 Jaaladha dhugaa yaadoleen isin ibsuuf itti fayyadamtan humna qabeessa ta'an 15 Kunooti,.... ➡️As tuquun dubbisi!
👇👇👇
🫱✨ See More😀
🫱 ✨See More ✨
⬆️⬆️⬆️
113
22:13
12.09.2025
imageImage preview is unavailable
👀 Amaloota Gurguddoo Shamarran hunda walfakkeessu 7 kana,... ➡️As tuquun dubbisi!
👇👇👇
🫱✨ See More😀
🫱 ✨See More ✨
⬆️⬆️⬆️
87
22:06
13.09.2025
Fayyadamuu 🚗 fi Jaallatamuu❤
🌹Namichi wayii osoo konkolaataa isaa miicuu, mucaansaa waggaa 6 dhagaa fuudhee cinaa konkolaataa hooqee sarara itti uume.
🌹Aareetu, harka mucaa qabee baay'isee reebe!
🌹akka miidhaa jiru hin hubanne ture.❤
🌹Mucaa hospitaala geessanis qubni cacabuun, mucaan quboota harkaa hunda dhabe.
🌹Mucaan yommuu abbaasaa argu, ...❤
🌹ijasaa imimmaaniin guuteen,"qubnikoo yoom fayya?'' jedhee gaafate❤
🌹Namichi nahee waan dubbatu wallaalee;❤
🌹achi deebi'ee konkolaataasaa deddeebisee dhidhiite.❤
🌹Gochaasaatti baay'ee miidhame.....❤
🌹konkolaataasaa fuuldura taa'ee isa dhodhooqesse ilaale;❤
🌹Mucaansaa 'Abba sin jaalladha' jedhee barreesse.❤❤
🌹Guyyaa itti aanutti, namichi of ajjeese. . .❤
🌹Aarii fi jaalalli dhuma hin qaban;❤
🌹Jireenya bareedaa fi jaalalaa jiraachuuf isa lammaffaa filadhu....❤️
🌹Wantoonni ni fayyadamamu, namoonni ni jaallatamu.
🌹Garuu rakkoon biyya lafaa har'aa,❤
🌹Namoonni ni fayyadamamu, wantoonni ni jaallatamu.❤
🌹Bara kana, wantoota kanaaf iddoo haa laannu:❤️
🌹Wantootatti haa fayyadamnu, garuu namoota haa jaallannu❤
🌹Yaadakee ilaali; isaantu jecha ta'a.❤
🌹Jechootakee ilaali; isaantu gochoota ta'a.❤
Gochootakee ilaali; isaantu bartee ta'a.❤
🌹Barteekee ilaali isaantu amala ta'a;❤
🌹Amalakee ilaali; isaantu dhuma jireenyakee ta'a.❤
🌹Kana hiriyaankoo yaadannoof naaf erguusaatti guddaan gammada.❤
🌹Waaqayyo si haa eebbisu.❤
🌹Kana yoo nama biraaf dabarsuu dhiifte badiin uumamu hin jiru;
🌹yoo dabarsite garuu jireenya nama tokkoo jijjiiruu dandeessa❤
🌹Hariiroo ijakee lamaanii beektaa?❤
🌹Wal faana libsatu, wal wajjin socho'u, wal faana boo'u, wal faana waa ilaalu, wal faana junuunfatu.❤
🌹Haa ta'u malee wal hin argan.❤
🌹Hiriyummaan akkana ta'uu qaba!
🌹Jireenyi Hiriyootaan alaa duwwaadha.
🌹Michuunkee eenyu? Kana hundumaa michuuwwankeef ergi. Anis isaan keessaa tokko yoon ta'e deebisii naaf ergi. Meeqatu akka siif deebise ilaali. Yoo 7 ol argatte, ati dhugumatti nama jaallatamudha!🌺🐾🌺
Join
562
11:12
14.09.2025
imageImage preview is unavailable
▶️Kutaa 12ffaa Odeeffannoo Hanga ammaatti jiru asiin argachuu dandeessu,... ➡️As tuquun argadhaa!
👇👇👇
🫱✨ See More😀
🫱 ✨See More ✨
⬆️⬆️⬆️
50
17:03
14.09.2025
close
Specials
Top Inspire

Channels
25
134K
lock_outline
CPM
lock_outline$$ 75.60
$$ 68.04
-10%
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeennew@******.io
On the service since June 2022
13.08.202518:18
5
Everything is fine. Thank you!
Channel statistics
Rating
22.8
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
2
Subscribers:
3.0K
APV
lock_outline
ER
4.3%
Posts per day:
2.0
CPM
lock_outlinekeyboard_double_arrow_left
shopping_cart
Channels:
0
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Total:
$0.00
Add to Cart
Clear the cart
Are you sure you want to clear the cart?
You will be able to add channels from the catalog to the cart again.
You will be able to add channels from the catalog to the cart again.
Clear my cart
Cancel
Комментарий