
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
5.4

Advertising on the Telegram channel «Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromootiin»
3
Education
Language:
Other
235
0
Share
Add to favorite
Buy advertising in this chat
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- 7 days
- Forwards
Delete after 24 hours, pinned for the duration of the post
Quantity
keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$3.60$3.60local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
#Fulbaana_1- #Dursa_Ayyanoota/ #mataa_ayyaanota_wagga_maraa!
#Baga_Gessan🌻
Gi'iziin:-(አውደ ዓመት) jedhamaa - Mataa ayyaana waggaa - Ayyannota hundumaan ol kan ta'ee ፣mataa jechuu dha. ayyanonnii fi somnii waggicha kessa ba'aan fulbaana tokkoo(1)ka'uumsa godhatanii wan ta'eef mataa ayyanoota jedhamee.kara biraa ammoo #Inquxaaxesh, bara haaraa/jijjirra baraa yookin Qulqulluu yohannis jedhamaa. jijjiirra bara kan jedhuu ifaa wan ta'eef kannen laman qofa qofatti ilallaa.
Qulqulluu yohannis jedhamee kan moggafamee ilma raajicha zakkariyaas yohannis cuuphatti malee/Yohannis wangeelawwiitti akka hin tanee hubachuun barbachiisadha. Yohannis cuuphan kakuu mofaa fi kakuu haaraa gidduu kan turee fi "Mootumman waaqayyoo dhiyateera qalbii jijjiiradha" jechaa wa'ee fayyisuu kiristoos ragaa ba'aa gammojjii kessa cuupha gabbii cuuphaa kan jiratee፣ dhumaa irrattii ajajaa herodsiin mormii isa kan citee waregamaa guddaa dha.
Sababaa kananis abbonni mana kiristaana sirna ayyaanota yeroo hojjeetan,Ayyannii kun yaadannoo yohannis cuuphaaf akka ta'uu fi maqaa isatiinis akka waamamuu murtessuu isaniitin qulqulluu yohanis jedhamaa.
🌻Inquxaaxesh jedhamee sababnii wamamuuf. Yaada kana irratti yaadonni gara garaa ni ka'uuti dabaree dabareen haa ilalluu.
1ffaa wa'ee nohi fi ijjollee isa kan ibsuu.sem,kam fi yaafet sadan isanii ijollee noh dha. noh sadan isaniif biyyaa qoqqode yeroo kennuuf kamiif afriikatu isa ga'ee. kam..gara afriika kan galee fi jalqabaa irrattis kan inni irra qubatee ajjetee itoophiyaa yoo ta'uu jiini isas laftii ishee ababoon miidhagan uffifamtee kan miidhaduu ji'a fulbaana turee. miidhagina lafaa ishetti gammaduunii fi carran kun isa ga'uu isatiin hedduu gammadee “ዕንቁ ዕጣ ወጣልኝ” jedhee. egaa yaada jechii inquxaaxesh jedhuufessa dhufee jedhuuf inni kun isa tokkoo dha.
innii 2ffaan laftii/dacheen ababoon guttee marfamtee miidhagdee yeroo arguu “ዕንቁ ዕፅ አወጣሽ” kan jedhuu irraati moggasnii inquxaaxesh jedhuu kan dhufee.
3ffaan ammoo mootittii saaban mooticha salamooniin dawwachuu yeroo demtettii mootichui “ዕንቁ ለጣትሽ ጌጥ ይሁንልሽ” jedhee kennuu isa hundee/ka'umsaa/sababaa godhatee yaada ka'uu yoo ta'uu jiini isas ji'aa fulbaana turee.
፨፨፨ #Galanni_waaqayyoof፨፨፨
#As_Goraa_👇
👉 YOU TUBE| #Subscribe_👇
https://youtu.be/zT7XDQ_uY0A?si=b8VYxtDBhji8a0LL
TELEGRAM |#Join_Share👇
https://t.me/sagaleegammachuu
TIKTOK|#Follow👇
https://vm.tiktok.com/ZMjD9dJ3c/
🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍💫
2
06:48
11.09.2025
59246
08:46
11.09.2025
imageImage preview is unavailable
Ijoolleen Tawaahidoo hundi Baga bara haaraa 2018 nagaadhaan geessan!
Baga Bara Yohaannis irraa gara bara Maatewoositti nagaadhaan ceetan!
🌻🌻🌻 🌼🌼🌼
424
10:15
11.09.2025
imageImage preview is unavailable
Baga Bara Haaraa 2018 nagaadhaan geessan!
Baga Bara Yohaannis irraa gara bara Maatewoositti nagaadhaan ceetan!
🌻🌻🌻 🌼🌼🌼
Waa'ee Ayyaana Bara Haaraa Itoophiyaa fi Qulqulluu Yohaannis link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!
🔗 https://qubeeonline.com/2024/09/ayyaana-bara-haaraa-itoophiyaa-qulqulluu-yohaannis/
2901
18:46
11.09.2025
imageImage preview is unavailable
Baga Bara Haaraa 2018 nagaadhaan geessan!
Baga Bara Yohaannis irraa gara bara Maatewoositti nagaadhaan ceetan!
🌻🌻🌻 🌼🌼🌼
Waa'ee Ayyaana Bara Haaraa Itoophiyaa fi Qulqulluu Yohaannis link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!
🔗 https://qubeeonline.com/2024/09/ayyaana-bara-haaraa-itoophiyaa-qulqulluu-yohaannis/
2901
18:46
11.09.2025
🌹#Abbaa_Hiriyaaqos 🌹
☞Jiini Galee Guyyaa 2ttii michuu fi jallatamaa giiftii keenyaa durbee mariyamii senessa/barressa sirnaa qulqullessaa maariyaam yaadannoo ji'aa #Abbaa_Hiriyaaqos dha. hiriyaaqos jechuun aduu, ifa jechuu dha. monoksoota 10'000 irrattii muudamera. Sirna isanittii ni jabeessa . kan hin barannee/hayyuu wanin turref garuu isa tuffatuu. innii garuu akkaa na jibban isanin jibbaa akkaa na tuffaatan isanin tuffaadha osoo hin jedhiin jaalala fi garramumman jabatee isan barsisuu egalee.
☞Guyyaa kessaa guyyaa tokkoo sababa maalin isa qanessinuu angoo isa irraa isa busnuu jedhanii mari'ataan. sirnaa qulqullessaa senii(qiddasee qaddasii) fonii fi dhiigaa isa nuf kennii(nu qorrobsisii)jennee qiddasee/sirnaa qulqulleessa ulfaata ta'ee ittii keninee isa salphisnaa, angoo isa irraa isa busna jedhanii murtessan.
☞innii garuu akkaa qulqulluu efreem galannii giiftii keenyaa osoo akkaa cirracha galaana naf bay'atee akkaa uffaata uffadhee akkaa nyaata soradhee akkaa bishanii dhugee hawwaa dhebochaa tureetii sirna qiddasee xumuree firee qiddasee irra yeroo ga'uu beektonnii kan rakkisuu jechaa basaa fi buusa laphenkoo wan garii Baaroo (ጉሥዐ ልብየ ቃለ ሠናየ) jedhee hangaa #ወይእዜኒ_ንስብሖ_እስከ.jedhuttii dogoggora godhee dubbateera.
☞Kan isa jibbanii fi isa tuffatan wan ittii himan rawwatee dubbachuu kan hin dandeenye har'aa ammoo seenessa haaraan dhiyessa jedhee akkaa argee hasa'aa xebexebaa jedhanii isa tuffataan isa cabsan.
☞kan isa jallaatan ammoo afuura Qulqulluu yoo ta'ee malee qaama fonii fi dhigaa uffatee irraa iccitiin kana fakkaate hin argamuu jechuun barressanii gessiisanii bishan irratti yoo gatan biranaan isa osoo hin gadhiisin abidda irra yoo busan osoo hin gubatiin ba'ee. dhukkubsatota irra yoo ka'an dhukkusata fayyisee. kan caale ammoo du'a kaase.
☞Kun senessa gaarii dha jedhanii seenessa qiddasee gidduu dha 14ffa taasisan toora qabsisaniruu ida'uun ka'aniruu.
☞Abbaan hiriiyaqos muudamee osoo jiruu senessuu hedduu fi gorsa hedduu barresseera. Sirnii qulqullessa maariyaak isan gidduu dha isa tokkoo.
☞Giiftiin keenyaa qulqulluu efreemin soriyaa irraa atii galatakoo abbaa hiriyaaqosin bihansaa irraa atii qiddasee koo ittii himaa jettee dumessaan fudhattee Qulqulluun yaared yeedalon isaniif kenneera.
☞senessa qulqullichaa abbaa hiriyaaqos kan ta'ee goosota qiddasee 14n jiran kessaa " Qiddasee maariyaam " jedhanii moggaasan.
☞qulqullettiin durbeen maariyaam abbaa hiriyaaqosif,abbaa efremiif,qulqulluu yaaredif,abbaa giyorgiis zegasiccaf kadhatamtee nufis haa kadhatamtuu jira nun haa jettuu. hubannaa afuuraa nuf haa bay'istuu.
#Nuttii_Araaramii_Nuttii_Araaramii_Nuttii_Araaramii🙏
☞💕Dhugumatti ameen
☞💕Dhugumatti ameen
#As_Goraa_👇
👉 YOU TUBE| #Subscribe_👇
https://youtu.be/zT7XDQ_uY0A?si=b8VYxtDBhji8a0LL
TELEGRAM |#Join_Share👇
https://t.me/sagaleegammachuu
TIKTOK|#Follow👇
https://vm.tiktok.com/ZMjD9dJ3c/
🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍💫
6
09:56
12.09.2025
imageImage preview is unavailable
Baga guyyaa Yaadannoo Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa nagaadhaan geessan!
Qulqulluun Yohaannis Cuuphaan eenyudha?
Link kana tuquun dubbisaa!
👇👇👇
https://qubeeonline.com/2021/12/qulqulluu-yohaannis-cuuphaan-eenyudha/
1160
19:21
12.09.2025
imageImage preview is unavailable
Baga guyyaa Yaadannoo Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa nagaadhaan geessan!
Qulqulluun Yohaannis Cuuphaan eenyudha?
Link kana tuquun dubbisaa!
👇👇👇
https://qubeeonline.com/2021/12/qulqulluu-yohaannis-cuuphaan-eenyudha/
1160
19:22
12.09.2025
imageImage preview is unavailable
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 1ffaa
• Hiika Sirna Qiddaasee
• Qoqqoodama Sirna Qiddaasee
• Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe?
• Qurbaanaa fi Qiddaasee jalqabaa irratti warra hirmaatan
• Kaayyoo guddaa Sirna Qiddaasee
Link kana tuquun dubbisaa!
👇👇👇
https://qubeeonline.com/2021/10/hiikoo-sirna-qiddaasee-kutaa-1ffaa/
970
09:33
13.09.2025
imageImage preview is unavailable
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 1ffaa
• Hiika Sirna Qiddaasee
• Qoqqoodama Sirna Qiddaasee
• Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe?
• Qurbaanaa fi Qiddaasee jalqabaa irratti warra hirmaatan
• Kaayyoo guddaa Sirna Qiddaasee
Link kana tuquun dubbisaa!
👇👇👇
https://qubeeonline.com/2021/10/hiikoo-sirna-qiddaasee-kutaa-1ffaa/
970
09:33
13.09.2025
close
Reviews channel
No reviews
New items
Channel statistics
Rating
5.4
Rating reviews
0.0
Сhannel Rating
4
Subscribers:
8.7K
APV
lock_outline
ER
--%
Posts per day:
6.0
CPM
lock_outlinekeyboard_double_arrow_left
shopping_cart
Channels:
0
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Total:
$0.00
Add to Cart
Clear the cart
Are you sure you want to clear the cart?
You will be able to add channels from the catalog to the cart again.
You will be able to add channels from the catalog to the cart again.
Clear my cart
Cancel
Комментарий