
Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
12.5

Advertising on the Telegram channel «Dr.HEERAN TUBE. 💠»
4.8
7
Health & Medicine
Language:
English
1.0K
4
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$6.00$6.00local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
Nyaatni fayya qabeessa ta’e soorata qaamni sirnaan hojjechuu fi haala gaarii irra turuuf barbaachisu kennuudhaaf barbaachisoodha. Kunoo akka Suura irratti argitan nyaataa mi'aawaa fi fayyaa qaamota keessaniif kennu isiniif keenyee jirra. Fayyadamaa.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
❤Gatii shaayii hidha dhuma irra jiruun yaalaa.
https://t.me/Dr_Heran_Offical
282
04:49
19.04.2025
imageImage preview is unavailable
WALQUUNNAMTII SAALAA IRRAATTI SHAMARREE TOKKO GAMMACHISUUF WAANTOTA BEEKUU QABDU
1.Osoo Wal-qunnamtii saalaa Hin Jalqabin Dura Miira Walii Hoo'isuu Ykn Miira Keessa Ishee Seensisuu Fkn Qaamota Miira Ishee Itti Kakaasuu Danda'aan Kanneen Akka Harmaa, Mormaa, Luka Fi KKF Suuta Jechuun Sukkuumuu
2. Yeroo Walqunnamtii Saalaa Raawwatan Sana Position (Akkaataa walquunnamtii saalaa itti raawwatan) Kan Ishee Hin Cannaqinee Fi Bayyee Isheef Mijatu Fayyadamuu Akkasumas Akkaata Kana Dura Raawwatanii Hin Beeknetti Raawwachuu
3. Yeroo Walquunnamtii Saalaa Raawwatan Qaamni Ishee Dhukkubaa Jirachuu Fi Dhiisuu Adda Baafachuun Yoo Ni Dhukkuba Tahee Dhaabuu Qabdu Yoo Ittuma Fufuun Kan Raawwatan Tahee Keessi Qaama Ishee Ni Miidhama Hanga Gadameessattillee Miidhamuu Ni Danda'a
4.Yeroo Walquunnamtii Saalaa Qaama Ishee Sukkuumuu Kunis Bakkoota Herogenous Zone Tahan [Bakkota Fedhiin Ishee Irratti Argaman] Tuttuquufii fi kkf
https://t.me/Dr_Heran_Offical
499
20:04
18.04.2025
Yoyyaa! ✅ Namoota dhimma passporti bellamaan baafachuuf barbaadan hundaaf:
❶. Haaraya baasuuf
- ❖ woraqaa eenyummaa
- ❖ woraqaa dhalootaa
- ❖ Laakkofsa bilbilaa
❷. Haarayoomsuuf
-❖ Suuraa gurdii
-❖ koppii passport
-❖ Laakkofsa bilbilaa
❸. Kan bade/ hatame
-❖ woraqaa eenyummaa
-❖ suuraa gurdii
-❖ xalayaa waajjira poolisii
-❖ laakkofsa bilbilaa.
❹. Umrii 18 gadiif
-❖ woraqaa eenyummaa maatii
-❖ woraqaa dhalootaa daa'imattii
-❖ Laakkofsa bilbilaa.
❺. Umrii sirreesuuf
-❖ Woraqaa dhalootaa
-❖ suura gurdii
-❖ Koppii passport
-❖ laakkofsa bilbilaa
❻. Maqaa sirreessuuf/jijjiiruuf
-❖ Suuraa gurdii
-❖ koppii passport
-❖ Woraqaa mana murtii
-❖ laakkofsa bilbilaa
🔴Beellama qabsiifachuuf user name kanaan ergaa:-
Inbox 👇👇
@Passport_Support11
Join channel - https://t.me/passport_agent
680
11:49
18.04.2025
imageImage preview is unavailable
Faayidaa Dubrummaa/ Gorsa Shamarraniif
••••••
Hamma gaafa heerumtuutti dubrummaadhan turuun maaliif si fayyada?
1. Mallattoo qulqullummaa keetiiti yookis ati ishii hin xureeffaminiidha/hin laaqaminidha.
2. Mallattoo kabaja keetiiti, ati kabaja qabeettiidha.
3. Hawaasa keessatti maqaa gaarii qabda.
4. Abbaa warraa kee "abbaa dubrummaa koo" jettee isa yaamuu dandeessa.
5. Ulfina keen waan itti heerumtuuf aruuzni keessan kan jaalalaa fi nagaa ta'uuf carraa guddaatu jira. Sababuma dubrummaa irraa kan ka'e gaa'ila nama baay'eetu diigama. Inni dubartii fuudhu garaa isaatti, "dhiira meeqaa wajjin turte laata, yeroo hammamiif sagaagalaa turte laata, eenyuufaa wajjin turte laata" ja'ee waan yaaduuf garaa guutuun si hin jaallatu.
6. Dubrummaan heerumuu kee gaafa baran, maatii fi firoottan kee, maatii fi firoottan abbaa manaa kee, ilmaan kee fi sanyiin si booda dhufan siin boonu, akka fakkeenya gaariitti maqaa kee kaasu, kabajaa siif kennus, ati isaanif nama gaarii nama addaati fi kkf dha.
https://t.me/Dr_Heran_Offical
735
08:10
18.04.2025
DURBUMMAA
===============================
👉Durbummaan Maalii?
Yeroo itti kennii yeroo boqonnaa keetii dubbisi. Shamarreen dubbisa jaallattu ogeettii dha, ishoo dubbisi giiftii ko👉💙.
Ana obboleessa keetu siif jedhee yeroo isaa kennee, amma hubate siif barreesseetii.
Barruun koo kuni shamarran hin heerumin jiran irratti xiyyeeffata. Warri heerumtanis dubbisuu dandeessu.
Maqaa Durbuummaa jedhu kana gaafan kaasu:
😒warra kaaniif seenaa ta'ee irraanfatanii jiru.
😟Kaan immoo dhi'oo obbaafachiisanii madaa hin qoorreen kulkulfataa jiru.
😞Warri kaan immoo akkaataa hin taaneen wareeganii gaabbin of cicciniinaa jiru.
😠Kan immoo durbummaa qabaachuu isheetti qaana'aa jirtu jirti.
😠Tokkos qabaachuu isheetti kan of tuultuu kabajaa namaaf hin qabne jirti.
🔜Hiikni Durbummaa jedhu: Shamarreen tokko qaama saalaa ishee dhiira kan hin xuqsiisin, jirtuu fi haftee dha (qaama duudaa) jedhu abboonni dur dur😂. Kun eenyu jalaa dhokataa miti. Durbummaan kun simbo fi kudhaamaa, naqata amanamummaa dubarri tokko gaa'ela isheef umaamaan kennameefii dha.
Akka ilaalchaatti adda adda malee dhiirri morma na kuttan malee shamarree durbummaa hin qabne hin fuudhu jechuun dhaadhannoo agarsiisu jira. Kan immoo maalan godha waan daqiiqaa shaniif jedheen ishee jibbaa dhabdus hamaa miti (waannaan fiqirii dha) kan jedhus jira. Yaada kana quba qabaadhaa warri shamarree😂
🚻Dhiirri tokkoof dhalaan tokko gaafa wal quunnamtii saalaa raawwatan aniif ati tokko taaneerra jechuu dha, hiikumti ciisicha gaa'elaa mallattoo tokko ta'uu ibsa. Fakkeenyaaf dhiirriif dhalaan gaafa wal quunamtii saalaa godhan, qaamaan wal quunnamuu fi miira gammachuu
Kutaa 2 ffaa....ittii fufaa......
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical
1245
12:51
16.04.2025
Yeroo keenya hojii irraatti dabarsuun yaaddoo nu dagachiisuun boqonnaa sammuu nuf kenna.
Hojiin xiqqoo, guddaa hin qabu. Hojiidhaan boona.❤💙💚
❤Gatii shaayii hidha dhuma irra jiruun yaala
@Dr_Heran_Offical
1038
12:38
16.04.2025
Araadni Fiilmii saal-qunnamtii ilaaluu (Poornoogiraafii) dargaggoota hedduu sammuu isaanii hadoochaa jira.
Biyya xaaliyaanii yuunibarsiitii Paadu’aa keessatti qorannoo gaggeefame tokko akka ibsutti dargagoonni 70% filmii walqunnamtii saalaa kakasuu inteernetii irratti utuu wal irraa hin kutiin ilaalan akka jiran warri qo’annaa wal’aansoo narvii bira ga’aniiru. Qorannoo amalaa inni kan biraan akka ibsutti, fedhii salqunnamtii dhabuun kan argamu warra fiilmii fedhii saal qunnamtii kakaasu ilaaluudhaan sammuu isaanii bashannansiisu barbaaduudhaan yeroo dheeraa fudhatan ta’uu isaaniiti. Fedhiin wal qunnamtii uumama namaa kana qorichaan kakaasuun waggoota namatti fudhata. Kun immoo waan fedhaan alaati, araada nama qabsiisas. Si’a tokko gammachuun namaa filmii saal qunnamtii waliin walitti hidhate jennaan fedhiin saalaa inni sirriin deebii hin kennu. Kun namoota baay’ee keessatti fedhii dhabamsiiseera.
Wiliyam struthers koollejjii wiyaton macaafa isaa wired for intimacy: how pornography hijaks the male brain, jedhu keessatti, fiilmiin wal qunnamtii saalaa kakaasuu sammuu dargagootaatti araada ta’a kan jedhu irratti dubbate. Kun hundumtuu waa’ee walitti siiqenyaati. Namoonni miira isaanii isa gad fagoo guuttachudhaaf waan hundumaa fiilmii fedhii wal qunnamtii kakaasu kana irraa eeggatu. Isaan hariiroo saalaa isaaniitiif gara sanatti gugatu jedhee dubbate.
Fiilmiin saal qunnamtii miidhaa akkamii qaba, akkmitti namoota amala kanaa qaban adda baafna akkasumas yaaliin isaa Maal fakkaata kan jedhu VIDIYOO isaanii liinkii gadiin Seenaa Ilaalaa.
❤
Namoota umuriin keessan 18 gadiif ilaaluun hin heeyyamamu.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical
1232
04:12
16.04.2025
imageImage preview is unavailable
Walqunnaamtiin saalaa waantoota gaa'ela keessatti ijoo ta'an keessaa isa tokko. Faayidaan fayyaa walqunnaamtii saalaa irraa argamuhoo maal fa'i?
***
1. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa hedduu cimsa.
2. Dandeettii fincaan qabaachuu afuuffee fincaanii dubartootaa ni dabala.
3. Dhiibbaa dhiigaa qaama gadi buusuuf gargaara.
4. Sochii qaamaa waan ta'eef fayidaalee sochiin qaamaa agamsiisu nuuf kenna.
5. Carraa dhukkuba onnee tasaa gadi buusa.
6. Dhukkuubbii qaamaa (pain) kamiyyuu kan qabnu yoo ta'e akka nutti hin dhaga'amne taasisa.
7. Dhiirotaaf ammoo carraa kaanserii xannacha prosteetii dhiiraa hir'isa.
8. Hirriba qulqullina qabu akka rafnu taasisa.
9. Dhiphina sammuu (stress) nurraa ittisa.
***
Fayyaan Faaya
https://t.me/Dr_Heran_Offical
1470
12:08
15.04.2025
𝗗𝘂𝗿𝗯𝗶𝗶 𝗗𝗵𝗶𝗶𝗿𝗮 𝗔𝗸𝗸𝗮𝗺𝗶𝗶 𝗝𝗶𝗯𝗯𝗶𝘁𝗶 !
=============================
Sababa ati hin beekneen shamarran gaafii jaalalaa yeroo gaafattu kan sii jibbaan maaliifi yaadee beekta?? sammuu kee keessatti uumamuun hin hafu.
👉Egaa gaafii kee kanaaf deebii argachuu barbaadda? Sababa shamarran si jibbaniif akka armaan gadiitti beeki:
✓Jalqaba irratti shamarran akka nama hin jibbine beekuu qabda garuu ati filannoo isaanii tahuu dhiisuu dandeessa.
👉Itti aansuun rakkoon guddaan si bira jira waan taheef ani eenyu maal godhaa jira jettee of ilaaluu qabda.
Amaloota shamarran dhiira irratti jibban kan asiin gaditti tarraahe keessaa atis amala kanaa yoo qabaatte shamarran akka si jibban beektee amala kee sirreessuu qabda:
𝐈𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐬 𝐢𝐧𝐧𝐢𝐢 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧
1. dhiira dubartii tuffatu
2.dhiira mallaqatti amanu
3. dhiira qulqullina hin eegganne
4.dhiira kijibu
5. dhiira waan hunda anatu beeka jedhu
6.dhiira gowwaa/kan waan badaa fi waan gaarii addaan baase hin beekne
7.dhiira hattuu/kan mallaqas tahee qabeenya namaa saamu
8. dhiira hafuurri afaan isaa ajaahu
9.dhiira haadha ufii tumu
10. dhiira qumaarii taphachuu jaallatu
11.dhiira akka durbaa of godhu/kan dhiira mo durba tahuu isaa haga nama dhibu takka akka durbaa tahu
12.Dhiira caqcaaqa waan hundumaaf akka saree dullome gungumuu
13.Dhiira duubartoota hundumatti of fakkeessuu.
Egaa qabxii asiin olitti tarraahe kanniin yoo ufirratti beeyiifte dafii amala kee jijjiiri yoo qabxii olitti tarraahe kana hunda waan ati hin qabne tahee garuu haga ammaatti jaalallee osoo hin qabaatin turte yoo tahe inni carraa kee wajjiin waan wal qabatu taha.
Kanaa ol kan biraas jiraachuu danda'aa kan isaan jibbaan garuu akkaan hubadhetti kunniin isaan ijoodha !
Kanaaf amala keenya as keessa haa barbadaanu!
Hiriyoota keessaniif #share godhaa...
https://t.me/Dr_Heran_Offical
2085
14:08
13.04.2025
Walqunnamtii saalaa booda wantoota dubartoonni barbaadan
======================
➲ Dhiira baay'etti Walqunnamtii saalaa dura malee dubartiin Walqunnamtii saalaa booda omaa hin barbaaddu itti fakkaata. Garuu akkuma Walqunnamtii saalan dura gochoonni nuti goonu barbaachisa ta'an gochoonni Walqunnamtii saalaa booda taasisnus Walqunnamtii saalaa san guutuu taasisuu bira darbee Walqunnamtii saalaa itti aanu akka ishiin hawwiin eegdu taasisa.
➲ Jaalala kee ibsiif : Akkuma yeroo kaanii san erga raawwattanii xummurtanii boodas jaalala kee qoodif. Akka ishiin siif nama addaa taate ibsiif. Ati giiftii Walqunnamtii saalati jedhiin. Akka baay'ee itti tolte himiif. Baay'ee mi'oofta jedhiin.
➲ Haammadhu : Erga raawwatteen booda yoo dadhabdeyyuu dugda kee itti naannessuu hin qabdu. Haammadhu. Bobaa kee jalattu ofitti ishii qabi.
➲ Dhungadhu : Dhungoon dura malee booda hin barbaachisu jettee dhiisuu hin qabdu. Kissing godhi, bakka miirawaa hundayyuu dhungadhu. Qaama ishii hundarrayyuu arraba keetin irra deemi.
➲ Qaama ho'isi : Sex dura malee booda qaama ho'isuun eessa jira akka hin jenne. Boodas barbaachisaadha. Harka kee qaama ishiirraa wali gadi oofii susukkuumu, dadaabbasi.
➲ Uffachiisi : Ishiin uffachuu dadhabde miti ati uffachiisi kanan siin jedhu. Garuu yoo ati itti uffata itti uffistu jaalalleen kee baay'ee gammaddi. Waanuma dura irraa baaste kan akka paantii, pijaamaa, uffata halkanii kamiyyuu sirnaan itti deebisi
➲ Nyaachisi : Galgala Walqunnamtii saalaa raawwachaa bultan yoo ta'e ishiin haa ciistuti ati ganamaan ka'ii ciree hojjadhuu dhiyeessif. Kan yeroo kaan siif dadhabde ni ga'aa har'ammoo mee ati laadhuf. Nyaata beektee hojjachuu dhiisuu dandeessa, ta'us garuu yoodhuma bukeessitee dhiyeessiteefiyyuu haadha warraa keetti ni tola, sababni isaas mi'aawa nyaatichaa osoo hin taane yaadufii kee siif hubatti. Yoo xiqqaate shaayifii daabboo dhiyeessufiin waan sitti ulfaatu miti.
Guyyaa gaarii isinif haa ta'u!!!
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!
https://t.me/Dr_Heran_Offical
1824
20:22
12.04.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
4.8
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeenold@******.io
On the service since June 2022
24.10.202400:02
5
Everything is fine. Thank you!
Show more
Channel statistics
Rating
12.5
Rating reviews
4.8
Сhannel Rating
11
Subscribers:
9.0K
APV
lock_outline
ER
6.8%
Posts per day:
1.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий