
Haramaya Official
This channel you will get free text book 💯% final exam and COC questions and ans 📚reference books, 📚Different exam and question. 📚different short notes for students
Channel statistics
አስደሳች ዜና ለሁሉም ሐረማያ ዩኒቨርስቲ ተማሪዎች በሙሉዛሬ ማለትም አርብ ከቀኑ 8:00 ጀምሮ " ትብብር ለሰብአዊነት" በሚል መሪ ቃል በሐረማያ ዩኒቨርሲቲ ዋናዉ ካምፓስ ግቢ ዉስጥ በ ኦዲተርየም አዳራሽ የሀረማያ ዩኒቨርሲት የቀይመስቀል ክበብ ከ ኢትዮጵያ ቀይመስቀል ማህበር ምስራቅ ሀረርጌ ዞን ቅርንጫፍ ጽ/ቤት እና የሀረማያ ዩኒቨርሲቲ የሴቶችና ማህበራዊ ጉዳዮች አካቶ ትግበራ ስራ አስፈፃሚ ቢሮ ጋር በጋራ በመሆን አለም አቀፍ የቀይ መስቀልና የቀይ ጨረቃ ቀን ፕሮግራም አዘጋጅቶ እናንተን በመጠባበቅ ላይ ይገኛል በእለቱ የተለያዩ አዝናኝና አስተማሪ ፕሮግራሞች ይቀርባሉ ከእነዚህም መካከል ባህላዊ ዉዝዋዜ(ሸጎዬ)፣ የመድረክ ተዉኔት ፣ የመጀመሪያ ደረጃ እርዳታ ስልጠና ለወሰዱ ተማሪዎቻችን የምርቃት መርሀ ግብር ፣ ግጥም እና ተጋባዥ የሚዲያ አካላትና እንግዶች ካልተጠቀሱ ቀሪ ፕሮግራሞች ጋር እንጠብቃችሗለን ። ለሰብአዊነት እንኖራለን የሀረማያ ዩኒቨርስቲ ቀይመስቀል ክበብ
Oduu Gammachiisaa barattoota Yunivarsiitii Haramayaa hundaaf,Guyyaa har,aa jechuun (Jimaataa) Guyyaa keessaa sa’aatii 8:00 irraa eegalee Sagantaan Guddaan “Tumsi Namoomaaf” jedhu , Main Campus Yunivarsiitii Haramayaa keessaatti Galma Oditooriyemii keessatti, Kilabiin Qaxxaamura Diimaa Yunivarsiitii Haramayaa fi Dameen Bahaa Harargee Waldaa Qaxxamura Diimaa Itoophiyaa fi Biiroon Dhimmoota Dubartootaa fi Hawaasummaa Yunivarsiitii Haramayaa waliin ta’uun Sagantaa Guyyaa Addunyaa qaxxamura Diimaa fi baatii Diimaa qopheessee isin eegaa jira. Guyyaa kana keessatti sagantaaleen bashannansiisoo fi barsiisan hedduun ni dhiyaatu. Isaan keessaa muraasni: • Sirbaafi shubbisa aadaa (Shegoyyee) • diraama , tiyaatira fa,a irratti dhiyaatu • Agarsiisa Aadaa saboota fi Sablammoota Biyya keenya hedduu ni dhiyaata • Sagantaa Eebba Barattoota leenjii Gargaarsa Yaala duraa fudhatanii • Walaloo • Miidiyaalee affeeramanii fi keessummoota kabajjaa Akkasumas sagantaaleen biroos hedduun ni jiraatu. Kanaaf Hundi keessanuu Sagantaa kana irratti akka argamtan Affeeramtanii jirtu.
Namoomaaf ni jiraanna!Kilabii Qaxxaamura Diimaa Yunivarsiitii Haramayaa
Reviews channel
Catalog of Telegram Channels for Native Placements
Haramaya Official is a Telegram channel in the category «Образование», offering effective formats for placing advertising posts on TG. The channel has 2.3K subscribers and provides quality content. The advertising posts on the channel help brands attract audience attention and increase reach. The channel's rating is 7.1, with 0 reviews and an average score of 0.0.
You can launch an advertising campaign through the Telega.in service, choosing a convenient format for placement. The Platform provides transparent cooperation conditions and offers detailed analytics. The placement cost is 3.6 ₽, and with 0 completed requests, the channel has established itself as a reliable partner for advertising on Telegram. Place integrations today and attract new clients!
You will be able to add channels from the catalog to the cart again.
Комментарий