Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
12.4

Advertising on the Telegram channel «Think Positive💡»
5.0
Motivation & Self-Development
Language:
English
0
2
Channel (Chaanali Kanaan) 👉For Professional Quotes (Dubbi hayyotaaf) 👉For Motivational speeches (Barsiisa kaka'umsa sammuf)
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$3.60$3.60local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
Wantoonni lama si ibsu:
1. Obsa kee gaafa homaa hin qabnee: Yeroo obsa dhabu, yaada fi gochaalee sirriitti hin hubanne, akkasumas rakkoolee furuuf carraaqqii gochuu dadhabda. Kunis, jireenya keessatti rakkoo fi dhiphina fida.
2. Ilaalcha kee yeroo waan hunda qabdu: Yeroo ilaalcha bal’inaan qabdu, wantoota hedduu fi haala garagaraa irratti xiyyeeffachuun, yaada fi gochaalee sirrii filachuuf si gargaara. Kunis, murteewwan sirrii fi bu’aa qabeessa taasisuuf si dandeessisa.
Obsa fi ilaalcha bal’inaan qabaachuun, jireenya keessatti milkaa’ina fi gammachuu argamsiisuu danda’a.
❤️ 🌹 🫴 👏 👍

22
14:21
12.10.2024
JOIN
𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
83
18:56
11.10.2024
imageImage preview is unavailable
Banaa
Banaa
1
2
3
...........
............
....
See..more
274
14:24
11.10.2024
imageImage preview is unavailable
Banaa
Banaa
1
2
3
...........
............
....
See..more
274
14:24
11.10.2024
imageImage preview is unavailable
Bara dargaggummaa keetti nama sammuutti amanu yoo taate bara dulluma keetti nama irree Fi sammuu cimaa qabu taata! Sababni isaa barri dargaggummaa bara irree barri dullumaa immoo bara sammuu fi yaada bilchaataa itti horattudha!
✅Kutannoo
✅Kutannoo
51
12:51
11.10.2024
Jireenya kee keessatti namaafis ta’e ofiif ilaalcha akkamii qabdaa? ilaalcha kee yoo gara ilaalcha sirriitti jijjiirte bor fudhatama argattaa.
Namoonni hundi ilaalcha mataasaanii qabu. Tarii akkas jedhanii yaadu taʼa:
‘Ilaalcha gaarii qabaachuuf jecha rakkina koo maaliifan dhoksa?’
‘Hamma fedhe ilaalcha gaarii yoon qabaadhe iyyuu haala koo jijjiiruu hin dandaʼu.’
‘Akkanumaan abjoochuu mannaa dhugaa jiru fudhachuun qaba.’
Yaadawwan kun dhugaa fakkaatu taʼa. Taʼus, ilaalcha gaarii qabaachuun faayidaa hedduu qaba. Kana fakkeenyaan ibsuuf, haalawwan armaan gadii ilaali. fkn 1:
Rabbumaa fi Lalisaan bakka hojii isaaniitti hojii garaa garaa irratti cimanii hojjetu. Hogganaan isaanii hojii isaanii erga ilaalee booda, dogoggora guddaa isaan hojjetan tokko tokko itti hime.
Rabbumaa: “Hojii kana irratti yeroo fi humna koo gubeera; garuu sirriitti hin hojjenne! Matumaa waanan milkaaʼu natti hin fakkaatu. Hamma fedhe jabaadhee yoon hojjedhe iyyuu, buʼaan isaa nama hin gammachiisu. Kana booda itti dhiisuun qaba.”
Lalisaa: “Hogganaan koo wantoota gaarii ani hojjedhe tokko tokko natti himeera; taʼus dogoggora gurguddaa muraasa hojjedheera. Barumsa gaarii yeroo itti aanutti hojii koo fooyyeffachuuf na gargaaru argadheera.”
MAAL SITTI FAKKAATA?
Jiʼa jaʼa booda hojjetaa dandeettii qabu kan taʼu eenyu sitti fakkaata? Rabbumaa moo Lalisaa dha?
Ati hogganaa utuu taatee namoota kana lamaan keessaa eenyuun qacaruu barbaadda? Yookiin isa kamtu akka itti fufu barbaadda?
Wanti si aarsu yeroo si mudatu, ati isaan keessaa akka isa kamii goota?
Yaada...............................................................
🌹 🌹 🌹 🌹 🌹 🌹 🌹
✨ ✨ ✨ ✨ ✨ ✨ 🐲 🐲 🐲 🐲 🍇 🍇 🍇 🍇 🍇
🎁🎁 Channels! 🎁🎁
▣ Click on This 👇
Join Us
⇣
🌺🌺
🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
⿻ Join Us ⿻

118
05:05
11.10.2024
imageImage preview is unavailable
#Wantoota jaalala midhaan
1.Tilmaama : Waan qabatamaa hin taane akka yaannutti tilmaamun jaalala balleessa. Dubartii wayii biratti yeroo baay’ee waan agarteef qofa kun girlfriend isaa ta’uu hin ooltu, narratti michuu biraa baafate jettee murteessuf hin sardamin.
2. Diddaa : Wantoota xixiqqoo wal diduu. Waantoota xixiqqoo yoo waldidan yeroo sanaaf salphaa fakkata. Lakki yoo inni tokko jedhe sammuun keenya galmeessaa deema. Dhumarratti gara dubbii ijoo ati dhimma kiyya hin qabdu jedhuutti dhufa.
3. Shakkii : Akka nama hin amanneetti guddachuu dandeessa. Isa guddisa keetii garuu jaalallee keetirratti calaqqisiisuu hin qabdu. Ofii dhoksaatti waan biraa waan dalagduuf isa/ishii akkasitti hin yaadin. Hin shakkin jechuun 100% amani jechuu osoo hin taane shakkiin kee sun waan qabatamaa irratti haa hundaa’u.
4. Wal cufuu : Jaalala keesatti wal lolun ykn walitti muufachuun waanuma jiru, haa ta’u malee namoonni tokko tokko lola isaanii walitti dubbachuudhaan baafatu. Kun immoo wal cufanii eenyu akka dura haasofsisu akka adurreef hantuutaa wal eeggatu. Abbaan dura haasofsise gadaantummaadha jedhanii yaadu. Kanaaf yoo wal lolan wal cufuun amala taanaan ammuma wal lolan jaalalli badaa deema. Sababa lolaa osoo hin taane sababa wal cufuutin jechuudha. Kanaafuu wal hin cufiinaa.
5. Hinaaffaa : Jaalala balleessuu keessatti hinaaffan hangafa. Ammuma of mimmiidhagsanii manaa ba’an tokko mataa dhukkubsachuu hin qabu. Oolman ishiin dhiira waliin qabdu jiraachuu danda’a. Ta’us garuu gara waan biraatti yaaduun hin barbaachisu. Waan ofii keetii akkas gootuf ishiis/isaaf akkasitti hin yaadin.
6.Sammuu namaa keessatti waa dubbisuuf yaaluu (mindreading) : Jaalalewwaan tokko tokko waan ati yaaddu nan beeka sammuu keessatti waliin jedhu. Kana garuu kan beeku Rabbi qofa. Kanaaf waan namni tokko hin dubbatiin dursanii akkasitti yaadda ykn akka sana gochuuf ati jedhanii abbaa dursanii lafa kaa’uun deemee deemee walitti bu’iinsa guddaa fida.
7.Dabsuu/Dalga hubachuu : Kallattiin hubadhu Waan barbaade yoo jedhe/jette akkasumatti hubadhu malee kallattii biraatti hin hikkatin. Yoo si galuu baate gaafadhu malee hiika mataa keetii itti hin kennin.
8. Dorgomsiisuu : Hiriyaa ofii nama biraa waliin wal dorgomsiisuu. Hiriyyaan kee nama biraadha, siif adda. kanaaf nama biraa waliin madaalchiftee karaa kamiinuu olaantummaa ykn gadaantummaan itti akka dhaga’amu hin godhin. Siif jaalallee kee kan caalu dachee kanarra hin jiru.
9. Daangaa ce’uu : Ammuma fedhe jaalallee walii ta’an, ammuma fedhe abbaa warraaf haadha warraa walii yoo ta’aniyyuu jidduu isaanii daangan jiraachuu qaba. Utaalanii waan dhuunfaa isa tokkoo keessa seenun hin barbaachisu. Dhimma hojii isaa/ishii murteessuu irraa of eeguu. Dhimma maatii Isaa/ishii keessa seenurraa of eegun murteessadha.
10. Too’achuu : Hiriyaaa keenyaa to’achuuf yaalii gochuu. Hiriyaan jaalalaan to’atama ykn to’atamti malee qamaan too’achuun dhumarratti lola fiduu danda’a.
11. Miiran murteessuu : Miiran hoogganamuun wantoota jaalala keenya miidha irraan ga’an keessaa tokkoodha. Waanuma hunda miira keessa seenanii murteessurra tasgabbaa’un barbaachisaadha. Namni rakkoolee isaatti furmaata barbaadu dhiisee hadhaa rakkoolee irradeddeebi’uun itti xiyyeeffatu Waan guddaa yaadu hin danda’u. Rakkooleetti garmalee yaadun dhiphinna dabala. Dhiphinni dandeetti yaaduu dadhabsiisa.Dandeettin yaadu yoo dadhabee waan guddaa akka hin yaanne nama taasisa.Akka kanatti rakkoolee keessaa bahuu dhiisuu fi dhiphinni karaa “Waan Guddaa Yaadu” keessatti gufuu namatti ta’u.
🌹 🌹 🌹 🌹 🌹 🌹 🌹
✨ ✨ ✨ ✨ ✨ ✨ 🐲 🐲 🐲 🐲
🎁🎁 10K+ Channels! 🎁🎁
▣ Click on This 👇
Join Us
⇣
🌺🌺
🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
☘🌺🌺☘
☘☘
🎋 🍃
🎋 🍃🍃
🎋 🍃🍃🍃
🎋 🍃🍃🍃🍃
🎋 🍃🍃🍃🍃
🎋🍃🍃🍃🍃🍃
🎋🍃🍃🍃🍃
🎋

60
18:36
10.10.2024
imageImage preview is unavailable
Baga guyyaa Fayyaa Sammuu, akkasumas guyyaa kabaja fayyaa sammuu addunyaa!geessan Guyyaan kun, fayyaa sammuu keenya irratti xiyyeeffannoo kennuuf carraa guddaa ta'ee, iddoo hojiitti fayyaa sammuu cimsuuf yaada fi fala barbaaduu nu gaafata.
Hojiin baay'achuun, walii galtee dhabuu fi naannoon hojiitti mijataa ta'uu dhabuun rakkoo fayyaa sammuu uumu danda'a. Kanaafuu, iddoo hojiitti tasgabbii fi jaalalaa uumuun, namoota waliin wal-qunnamtii cimsuun, akkasumas hojii keenya jaalannee hojjachuun barbaachisaa dha.
Fayyaa sammuu eeguuf, wantoota gurguddoo tokko tokko raawwachuun ni danda'ama:
1. Waliigalteewwan Ijaaru: Hojjattoota waliin walii galtee fi tokkummaa uumuun, rakkoolee hiikuu keessatti gargaara.
2. Hojii Gammachiisaa: Hojii keenya jaalannee fi fedhii keenya guutuu dandeenyu hojjachuun fayyaa sammuu keenya cimsuuf gargaara.
3. Tajaajila Fayyaa: Tajaajila fayyaa sammuu argachuuf carraaqqii gochuu fi namoota gargaaraa ta'anii fi tajaajilaa kennan waliin hiriiruu.
4. Qorannoo fi Barnoota: Fayyaa sammuu irratti hubannoo fi barnoota guddifachuun, rakkoolee mul’atan furuuf gargaara.
Kitaaba Fayyaa Sammuu bitachuu fi hubannoo cimsuu yaaluun, akkasumas sagantaalee fi sochiiwwan fayyaa sammuu irratti hirmaachuun, fayyaa sammuu keenyas eeguuf murteessaa dha.
Mental Health Matters! Let's shatter the silence! Yaada keessan nuuf qoodaa!
💬💬💬💬
💌💌💌💌💌
💟💟💟💟💟💟

59
06:40
10.10.2024
JOIN
𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
108
05:05
10.10.2024
-“Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta’uu qaba, hin jedhin.”
Maartiin Luuter Kiingi.
-“Kaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha.”
Miratuu Shanqoo

42
03:29
10.10.2024
close
Specials
Getbi

Channels
2
5.0K
lock_outline
CPM
lock_outline$$ 8.40
$$ 7.56
-10%
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeennew@******.io
On the service since June 2022
27.03.202512:52
5
Everything is fine. Thank you!
New items
Channel statistics
Rating
12.4
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
1
Followers:
4.0K
APV
lock_outline
ER
--%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Followers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий