Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
17.8

Advertising on the Telegram channel «FAYYAA OROMOO»
5.0
2
Education
Language:
English
277
1
Share
Add to favorite
Channel temporarily not accepting requests
Choose another channel from recommendations or get a tailored list within your budget using AI
AI Channel Picker
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
Bututtii sammuu (burnout) maaltu fidaa??
***
¶Hojii ofii irraa bu'aa gar-malee guddaa eeguu ykn karoora ifa ta'e dhabuu.
¶Jireenya ykn hojii ofii irratti to'annaa dhabuu fi Jireenya ofiitiif madaala dhabuu..... hojii, bashanna, hariiroo maatii fi namootaa fi kkf walmadaalsisuu dhabuu.
¶Haala hojii namaaf hin mijanne, burjaajii ta'e keessaa hojjechuu.
¶Deggarsa maatii, hiriyaa fi kkf dhabuu.
¶Hojii walfakkaataa, kan jijjiirama/dorgommii hin qabne hojjechuu.
¶Nama mara gammachiisuuf yaaluu.
¶Hojiin namatti baayyachuu, Yeroo ofii seeraan fayyadamuu dhabuu.
¶Waan hin dandeenye, garmalee nama muddutti waadaa galuu
**
FB ' Dr. Dawit (Speeshalistii dhibee sammuu).
Gorsaf odeeffannoo fayyaaf
🚑 @fayyaaoromoo
Bohaartiif
🤭 @jechama1

638
09:16
29.12.2024
Dhukkuba Toonsilii
■Toonsiliin Xannachoota kutaa qaama afaan keenyaa gama duubatiin naannawaa laagaa ykn qoonqoo kessatti argamanidha.
■ Fayidaan isaas dhukkuba Baakteeriyaa kan nyaata ykn qilleensa keessan gara qaamaa seenuun dhibee fidan ittisuu dha.
■Dhukubni kun kan nama qabu yaroo Xannachii tonsilii baakteeriyaa fi vaayraasiile gara garaan hubamuudha.
■Dhukubni kun nama umrii kamuu irratti argamu qabuu danda'a: haa tahuu malee yeroo hedduu namoota waggaa 5-15 jiran baay'inaan huba.
■ Dhukubni laagaa kan baakteeriyaan namatti dhufu isa cimaa fi qoricha farra baakteeriyaa( antibiotics)kan barbaduudha.
■ Obboleewwan fi daa'imman waliin baraataan haala salphaan walitti dadabarsuu ykn tatamsaasuu danda'uu.
Malattoowwan:
■ Dhukkubbii laagaa fi dabaluu ho'aa qamaa.
■ Mataa bowwuu, Dhukkubbi garaa qabaachu fi haqqisiisu
■ Xannachooti mormaa dhiita'uu
■ Foolin afaani ajaa'uu
Rakkoo tonsiliin wal qabatee dhufuu danda'aan
■ Dhukkubii Gurraa fi Saayinasii fiduu
■ Malaa laagaa Kessatti kuufachuu.
■ Dhukubaa onnee (Rheumatic Heart Disease)
■Dhukkuba kalee (APSGN)
■ Dhukubaa mogolee ykn buusaa
■ Rakkoo sammuu fiduu danda'a
■ Kana malees irraa deddeebi'anii yoo kaan dhukkubsataan ta'an daa'iman quncaruu danda'u.
💥xaxawwan dhibee kanaan walqabatanii dhufan hir'isuuf namni dhibee kanaan qabame yeroo yaala gahaa akka argatu gorfama!
Nagaa hin dhabiinaa!
#share gochuun waliin gahaa!
=> t.me//drmoii
✅ Follow ✅ 👇👇👇
Bohaartiif 👉 @Jechama1
Gorsa fayyaaf 👉 @fayyaaoromoo
Crypto 👉 @digital11

1600
19:21
18.12.2024

HUBACHIISA!
Qaamoleen itti gaafatamummaan itti hin dhagahamnr dhukkuba sukkaaraa dabalatee odeeffannoo fayyaa sobaa miidiyaa hawaasaa adda addaa irratti gadhiisaa jiru. Karaa midiiyaalee hawaasaa Dhiheenya kana odeeffannoon dhukkuba sukkaaraa teeknooloojiitti fayyadamuun sa’aatii muraasa keessatti dhabamsiisuun ni danda’ama jedhu babal’achaa jiru dhugaa irraa fagaateef kan nama dogoggorsudha.
Namoonni miidiyaa hawaasaa irratti Ogummaa fayyaa osoo hin qabaatin tajaajila kennaniifis gahumsa seeraa odeeffannoo hawaasa miidhan fi odeeffannoo sobaa lakkisan baay’achaa dhufaniiru. Gochi kun hawaasarra miidhaa guddaa kan geessisu yoo ta’u, baasii fi miidhaa hin barbaachifne irra ga’uu bira darbee lammiilee keenya qoricha barbaadaniif rakkoo fayyaa hamaa fi walxaxaa ta’e fidaa jira.
Kanaaf warri hojii gosa kanaa irratti bobbaatan hojiin kun seeraan kan nama gaafachiisu ta'uu hubattanii hojii badaa keessan irraa akka of qusattan dhaamsa dabarsina.
Hawaasniis eeruu yoo qabaattan karaa [email protected] akka gabaastan dhaamna!
=> Ministeera Fayyaa

2200
11:39
16.11.2024
Kabajamoo hordoftoota channel kanaa akkuma baayyeen keessan beektan barreeffamoota fayyaan walqabatan siniif maxxansuurra darbee; karaa bot keenya "Gaaffii fayyaa" jedhuun gaaffiii keessan gaafattanii dhimma barbaaddan irratti sin mariisisaa turtan yeroo dhihoo asitti bot keenya tajaajila laachuu waan hin dandeenyeef addaan citee ture amma tajaajilatti deebi'eera....
Garee @fayyaaoromoo join godhaa!
Gaaffii qabdaniif karaa @gaaffiikoo_bot nu qunnamaa!
Bohaartiif 👉JOIN
Gorsa fayyaa 👉 JOIN
Garee guddicha join godhaa
👉FAYYAAN FAAYA

3100
08:22
10.11.2024
close
New items
Selected
0
channels for:$0.00
Followers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий