
Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
7.3

Advertising on the Telegram channel «Dirree Barnootaa»
Education
Language:
English
395
2
We provide:
✔Video Torturials for University students
✔Technology Tutorials for all users
✔ Legal advice
✔Campus life advice
✔Teaching materials
✔Updated informations and entertainment.
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$3.60$3.60local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
Ticktock irratti niche'wwan armaan gadii irratti content create gochuufani yoo isin fayyade follow godhaa hordofaa:
Seera, Dhugaawaan Saayinsawaa, ta'eewwan dinqisiisoo, Falaasama, Theology, beekumsa waliigalaa,....
👇👇👇
tiktok.com/@olyadmekuria
814
14:53
06.05.2025
imageImage preview is unavailable
173. Akka firiin qorannoo University New Brown tti gaggeeffame mul'isutti namni hirriiba keessa osoo jiruu miirri fuunfachuu isaa hin hojjatu waan ta'eef osoo rafee jiruu ajaa/urgaadhaan hin jeeqamu. Haa ta'u malee namni osoo rafuu sagaleewwan naannoo isaa jiran waan dhagahuuf ni jeeqama.
Dirree Barnootaa
Dirree Barnootaa
1648
05:38
06.05.2025
𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢
𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚?
1952
16:36
05.05.2025
Maqaa Saboota Itoophiyaa #85 ol (85+ Ethnic Groups in Ethiopia):
1️⃣. Adaree
2️⃣. Affaar
3️⃣. Agawu(Awi, Hamriyaa)
4️⃣. Alaabaa
5️⃣. Amaaraa
6️⃣. Anyuwaak
7️⃣. Arbooree
8️⃣. Argobbaa
9️⃣. Arii
🔟. Baaccaa
1️⃣1️⃣. Baaskeettoo
1️⃣2️⃣. Bannaa
1️⃣3️⃣. Bartaa
1️⃣4️⃣. Beenchi
1️⃣5️⃣. Biraayilee
1️⃣6️⃣. Boodii
1️⃣7️⃣. Bummee
1️⃣8️⃣. Burjii
1️⃣9️⃣. Caaraa
2️⃣0️⃣. Daasaanachi
2️⃣1️⃣. Daawuroo
2️⃣2️⃣. Dabbaasee
2️⃣3️⃣. Diimmee
2️⃣4️⃣. Diizii
2️⃣5️⃣. Doongaa
2️⃣6️⃣. Faddaashee
2️⃣7️⃣. Falaashaa(Beeta-Israa'elii)
2️⃣8️⃣. Gaamoo
2️⃣9️⃣. Gaawaadaa
3️⃣0️⃣. Gabbaatoo
3️⃣1️⃣. Garbaa
3️⃣2️⃣. Geedi'oo
3️⃣3️⃣.Geedichoo
3️⃣4️⃣. Giidolee
3️⃣5️⃣. Goofaa
3️⃣6️⃣. Gumuz
3️⃣7️⃣. Guraagee
3️⃣8️⃣. Hadiyyaa
3️⃣9️⃣. Hamar
4️⃣0️⃣. Hararii
4️⃣1️⃣. Iiroobii
4️⃣2️⃣. Kaaroo
4️⃣3️⃣. Kafichoo
4️⃣4️⃣. Kambaataa
4️⃣5️⃣. Kontaa
4️⃣6️⃣. Kooguu
4️⃣7️⃣. Koomoo
4️⃣8️⃣. Koonsoo
4️⃣9️⃣. Koontoomaa
5️⃣0️⃣. Kooree
5️⃣1️⃣. Kooyagoo
5️⃣2️⃣. Kunaamaa
5️⃣3️⃣. Kusuumee
5️⃣4️⃣. Maalee
5️⃣5️⃣. Maa'oo
5️⃣6️⃣. Maaraqoo
5️⃣7️⃣. Maashoolaa
5️⃣8️⃣. Majangir
5️⃣9️⃣. Masangoo
6️⃣0️⃣. Meree
6️⃣1️⃣. Mi'an
6️⃣2️⃣. Moosiyyee
6️⃣3️⃣. Murillee
6️⃣4️⃣. Mursii
6️⃣5️⃣. Naa'oo
6️⃣6️⃣. Niyaangaatoom
6️⃣7️⃣. Nu'er
6️⃣8️⃣. Oongaa
6️⃣9️⃣. Ooyidaa
7️⃣0️⃣. Oromoo
7️⃣1️⃣. Qabbeennaa
7️⃣2️⃣. Qacham
7️⃣3️⃣. Qawaamaa
7️⃣4️⃣. Qimaanti
7️⃣5️⃣. Shakoo
7️⃣6️⃣. Shee
7️⃣7️⃣. Shinaashaa
7️⃣8️⃣. Shitaa
7️⃣9️⃣. Sidaamaa
8️⃣0️⃣. Silxee
8️⃣1️⃣. Somaalee
8️⃣2️⃣. Suurmaa
8️⃣3️⃣. Tigree
8️⃣4️⃣. Tsamaayi
8️⃣5️⃣. Xanbaaroo
8️⃣6️⃣. Walaayittaa
8️⃣7️⃣. Warjii
8️⃣8️⃣. Yam
8️⃣9️⃣. Zalmaam
9️⃣0️⃣. Zayyasee
.
.
.
....
For Academic purpose only
DIRREE BARUMSAA
DIRREE BARUMSAA
4193
15:38
01.05.2025
"Hiriyaan koo inni elementary tti nabiraa hafe amma Miliyeenara ta'eera, ani Degree, MA, PHD,... baadhee hiyyeessa kootu jira,...." jettanii namoota of ceephaataniif, Falaasama John Stuart Mill (Eudaimonistic/happiness Theory) irraa ka'een waa siniif qooda👇
https://www.facebook.com/100035581092386/posts/pfbid0RWoxMzg8LmhGZQ7hZZ7DoScJsxCQPeNDXwDAupRcG5XPeUpYPLvQkDqTwTJJWirrl/?app=fbl
2693
17:51
23.04.2025
"Dubartoota qaama isaanii gurguran(prostitution) hoo seerri hin adabuu?" 👇
https://www.facebook.com/100035581092386/posts/pfbid02gGuLLotVoRXiX8qG1y6aqcTjR9XP6EU3w5TscN69VgkgV5H865Q1iYWHDpe4vsABl/?app=fbl
3023
05:53
15.04.2025
imageImage preview is unavailable
Gocha adduggumaa fi faallaa safuu Hawaasaa ta'e seerri Yakkaa maal jedha?👇👇👇
https://www.facebook.com/100035581092386/posts/pfbid02Ddo9FHha2kN4jenhC1eUuSGrhEBQH8jebxaf8nzeVDwqktidB7HTVYVRKj2Z7WyDl/?app=fbl
4895
12:03
11.04.2025
imageImage preview is unavailable
Waa'ee gocha addaggumaa fi faallaa safuu Hawaasaa ta'ee seerri Yakkaa maal jedha?👇👇👇
https://www.facebook.com/100035581092386/posts/pfbid02Ddo9FHha2kN4jenhC1eUuSGrhEBQH8jebxaf8nzeVDwqktidB7HTVYVRKj2Z7WyDl/?app=fbl
4895
12:03
11.04.2025
imageImage preview is unavailable
"Chiikonni tokko tokko maaliif tapha kubbaa miillaa dhiirotaa laaluu jaallatu?" kan jedhuuf firii qorannoo kiyya👇
https://www.facebook.com/100035581092386/posts/1371522874043736/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v
5458
09:14
09.04.2025
~#Jaarteekoo!
~Warra lixa biiftuu
~Kitaaba beekumsaa
~Anaan yaa jaarteekoo
~Warra cumboof, baksaa!
Anan gudeelchakoo
Jaartee mataa dhiiraa
Ormi maal nuu godhe
Nutu waliif diina!
👉Dhaamsa Jaartee😭😭
Osoo waliif gallee
Osoo walii tollee
Osoo waliin lollee
Ormi maaf nuu nyaara?
Jiraa naa awwaalee
Maaf dhalakoo dhaana?
Qubsuma naa dhowwee
Maaf qe'eekoo saama⁉️😭😭
Oromoooookoo❓
Yaa saba garraamii
Kan alagaan cabee
Yaa isa iyyatee
Dirmoo firaa dhabee
Walii galtee dhaba
Sareen bifan qabne
Hallayyaa si naqee⁉️
Silaa ta'uun mallee
Gatiin kee akkana
Nutuu waliif uume
Danqaa qara lamaa⁉️
#Justice for jardaga Jaarte❗️❗️
By: Megersa Bedada, from Finfinnee University!
DIRREE BARNOOTAA
5053
12:04
08.04.2025
close
Reviews channel
No reviews
New items
Channel statistics
Rating
7.3
Rating reviews
0.0
Сhannel Rating
2
Subscribers:
17.0K
APV
lock_outline
ER
10.9%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий