Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
12.4

Advertising on the Telegram channel «BBC News Afaan Oromoo»
News and Media
Language:
English
0
0
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$12.00$12.00local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
Somaaliyaa fi Puuntilaand kan duraanuu akka gaarii hin jirre amma muddama seenaniiru.
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c39z9l7newdo?at_campaign=ws_whatsapp

6050
16:55
24.07.2025
Komishiniin Poolisii naannoo Affaar ibsa baaseen odeeffannoowwan tibbana fuula Feesbuukii isaa irratti maxxanfamaa jiran ergaa ykn yaada komishinichaa akka hin taane ibse.
Maxxansichi waa'ee mootummaa Itoophiyaa, hidhattoota naannicha keessa socho'anii fi bulchiinsa naannoo Affaar maal jedhe? Mootummaan Itoophiyaa hoo maal jedhe?
Feesbuukichi akkamiin harka isaaniitii bahe? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c9w1wjkwqnpo?at_campaign=ws_whatsapp

7620
16:55
24.07.2025
Guyyaattii yeroo 7,000 qofa tarkaanfachuun rakkoolee fayyaa nama mudachuu malan akkaan xiqqeessa jedhe qorannoo haaraan.
Rakkoolee fayyaa sababa kanaan xiqqaatan tarreesseera.
👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c335g3z00ego?at_campaign=ws_whatsapp

7680
16:55
24.07.2025
Dubartii jabduun hojii tola-ooltummaa hojjetaniin maqaa guddaa horatan Dr kabajaa Abbabach Goobanaa erga du'aan addunyaa kanarraa boqotanii ganna afur ta'eera.
Hojiin tola-ooltummaa isaan qormaata guddaa keessatti eegalan waggaa 45 darbeera.
Ganna afur booda Abbabach Goobanaa akkamiin yaadatamu? Ijoolleen isaan guddisaa turan amma maalirra jiru? Eenyu gargaaraa jira?
👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c5ypdwzkpvqo?at_campaign=ws_whatsapp

7230
13:35
25.07.2025
"Halkan sa'aatii 11:30tti nutti seene. Sareen dutaa waan turteef ani waraabessatu ol-seenee se'een 'hin badduu bada harree' jedheen arrabse.
Qeerransis utaaletuma na qabate. Darbee dhiiga na dhuguudhaaf narra gadi taa'e" jechuun haala ture BBCtti himan Aaddee Maaliyaan.
Sana booda waan godhan BBCtti himaniiru. 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cly8ygdegywo?at_campaign=ws_whatsapp

6480
13:35
25.07.2025
'Ilmoolee leencaa abidarraa baraarree guddisnee sodaanne'
Obbo Umar Waabee fa'aa yeroo bosonni Baalee gubate ilmoolee leencaa labiddarraa ubbuun oolchanii aannan obaasaa guddisan.
Yeroo guddatan nu nyaatu jennee sodaanne jedhan namni abiddarraa oolchanii guddisan. Bosonatti gadhiisuufis deebi'anii manatti galu.
Sana booda maal godhan? 👉👉 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c51vnqxk3pxo?at_campaign=ws_whatsapp

4820
19:28
26.07.2025
Pirezidantiin bulchiinsichaa Leetanaant Janaraal Taaddasa Warradaa Adooleessa 22, 2025 akka jedhaniitti, jijjiramni hoggansaa 'Tigraay keessatti balaa biraa maqsuuf' jecha haala nagaa ta'ee gaggeefameera.
Dhimma kana ilaalchisuunis BBC jiraattootaafi maangoddootatti dubbateera. ⬇️⬇️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c9vrv9l972jo?at_campaign=ws_whatsapp

5220
19:28
26.07.2025
Bara kana biyyoonni Eeshiyaa dinagdeefi tekinooloojiin baayyee guddatan akka tarreeffama Henley Passport baase kanaatti gara duraa qabataniiru.
Skip Baay'ee kan dubbifame and continue reading
Itoophiyaan meeqeffaarratti argamti? 🛂🛂 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cqle3r74pvno?at_campaign=ws_whatsapp

5700
19:28
26.07.2025
Chaayinaan hidha guddicha addunyaa bulchiinsa Tiibet keessatti ijaaruu eegaltee jirti.
Hidhi guddichi addunyaa Chaayinaan ijaaruu eegalte kun Hindii qofa osoo hin taane Baangilaadish illee yaaddoo keessa galchee jira.
👉 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cly2j0d029jo?at_campaign=ws_whatsapp

2380
20:53
27.07.2025
Addi Bilisummaa Oromoo Mootummaan Naannoo Sumaalee caaseffama bulchiinsaa bifa haaraan eegaluu fi aanaalee 14 bulchiinsa haaraa jalatti akka hammataman ibsuu hordofee ibsa baaseen, adeemsi kun akka isa yaaddessuu fi akka mormu ibseera.
Caaseffamni haaraan kun maali?
👉 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c2074lyl9q7o?at_campaign=ws_whatsapp

2460
20:53
27.07.2025
close
Reviews channel
No reviews
New items
Channel statistics
Rating
12.4
Rating reviews
0.0
Сhannel Rating
0
Subscribers:
53.4K
APV
lock_outline
ER
--%
Posts per day:
2.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий