
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
23.0

Advertising on the Telegram channel «Yerusaaleem Haaraa»
5.0
6
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$1.20$1.20local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
❓ Kana beektuu? Odeeffannoo dinqisiisoo fi dhugaa hin fakkaanne addunyaarraa walitti qabamee asiin isiniif dhiyaata,.... ➡️ As tuquun join taasisaa!
👇👇👇
🫱✨ See More✨
🫱 ✨See More ✨
👆👆👆
116
22:38
12.08.2025
🤌“Warri Kristositti dabalamuudhaaf cuuphamtan Kristosin akka uffataatti uffattaniittu.”
— Gal. 3:27
🤌“Waaqayyo garuu, utuma nuyi cubbamoota taanee jirruu, Kristos nuuf du'uu isaatiin hammam akka nu jaallate in argisiisa.”
— Rom. 5:8
✓Ayyaanni fi nagaan isiniif haa baay'atu............................#Ameen ♥️
#GALATOOMAA
341
09:33
26.07.2025
#YESUS_AARSAA_IDDOO_DHAABAA_EDEN_TA'UU_ISAA
✍️Waa'ee dhiigaa (aarsaa) yommuu dubbannu, Waaqayyo mataan isaa nama jalqabaa fayyisuu fi furuuf iddoo dhaabaa Eeden keessatti aarsaa dhiyeessun isaa akkam nama ajaa'iba. ✍️ “Caaffata qullaa'oo keessaa jireenya bara baraa qabna jettanii waan yaaddaniif, caaffatoota in qortu; caaffatoonni sunis immoo anaaf dhugaa in ba'u.”
— Yoh. 5:39
✍️“Innis macaafa Musee fi macaafota raajotaa hundumaa keessatti iddoo itti waa'ee isaatiif dubbatu hundumaa isaaniif hiike.”
— Luq. 24:27
#NB:_Caffanni qulqullaa'oon hundi waa'ee Yesuus ni dubbatu!
✅Sababni Waaqayyo dhiiga dhangalaasee aarsaa ofii dhiyeesseef jaalala ofii isaa argisiisuuf jedheetu. ✓Rom. 5
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁷ Tarii namni, nama waan gaarii godhe tokkoof du'uuf fedha qaba ta'a malee, nama qajeelaadhaaf waan du'uuf hin fakkaatu.
⁸ Waaqayyo garuu, utuma nuyi cubbamoota taanee jirruu, Kristos nuuf du'uu isaatiin hammam akka nu jaallate in argisiisa.
⁹ Kanaafis amma nuyi dhiiga isaa isa dhangala'een qajeelota erga taanee, hammam caalaatti isumaan immoo dheekkamsa Waaqayyoo jalaa ooluuf jirra!
✍️ Addaamii fi Hewaan cubbuutti erga kufanii booda fudhatama argachuuf baala harbuu Waaqayyoof dhiyeessuun salphina isaanii haguuggachuuf yaalan,hojiin namaa (amantaan ykn dhaabbati amantaa) garuu furmaata tokkoyyuu isaaniif hin fidne.
✓Seera Uumamaa 3:7
✅Baalli Muka harbuu fakkeenya (gaaddidduu) hojii namootaati....#fakkii Qajeelummaa fi qulqullummaa namootaati....#gaaddidduu gaarummaa namootaati.....#walumaagalatti Baalli Muka harbuu Kan Addaamiif Hewaan marxoosaa hojjatatanii qullaa isaanii ittiin dhokfatan....#fuula waaqayyootti namummaa (eenyummaa) moofaa ykn moofaa abaarsaadha........#kanaafiim kan waaqayyo Marxoo baala harbuu Addaamiif Hewaan irraa baasee.....#horii Qulqulluu qalee gogaa irraa baasee,huffata hojjateefii kan isaanitti uffiseef.
#kun fakkeenya Ayyaana waaqayyoo Isa Kakuu Haaraa keessatti ittiin fayyinedha.
✅Du'uun horii Qulqulluu fakkeenya yesus kristoos Isa biyya lafaaf du'eeti.
✅Dhangala'uun dhiiga horichaa ammoo fakkeenya dhiiga yesus Isa ittiin amantoonni kakuu haaraa keessatti ittiin fayyaniiti(furamaniiti).
#kanaafitu, Cubbuutti kufuu Addaamiif Hewaan booda, kufaatii isaaniirraa kan ka'e waaqayyottii adda ba'an,garba cubbuu ta'an,hafuuraan ni du'an.......#waaqayyo garuu furmaata qopheesse💁
🤌Waaqayyo garuu jaalala ilma namaatiif qabu irraa kan ka'e furmaata mataa isaatti fayyadame......#Innis iddoo dhaabaa Eden keessatti bineensa qulqulluu fi qulqulluu ta’e aarsaa godhee, ergasii Addaamiifi Hewaan gogaa bineensa qalame sanaa uffachuun qaama isaanii haguugee ture.........#kunis, gaaddidduu;Ayyaana waaqayyoo Isa kakuu haaraa keessatti ittiin fayyinee fakkeenya yesus kristoosidha.
✓Uumama 3:21
✍️Bineensi iddoo dhaabaa Eden keessatti du'ee qaama isaanii gogaa isaatiin haguugee, qaamni isaa kakuu haaraa keessatti mul'ate kun yesuus Kiristoosidha.
✍️Yesuus Kiristoos,hoolaa waaqayyoo foonaa horii ykn siree horiin keessaa nyaatu keessatti kan dhalateedha.
✓Luqaas 2:15-17
✍️Yohaannis cuuphaan “Kunoo hoolaa Waaqayyoo isa cubbuu biyya lafaa irraa fuudhu” jedhe iyyee dubbatee ture.
✓Yohaannis 1:29
✍️Hoolaan kun aarsaa ta'uu waan qabuuf ergamaan Phaawuloos Kiristoos Faasikaa keenya aarsaa nuuf ta'eera jedhe.
✓1 Qorontos 5:7
✍️Dhiiga Kiristoosiin cubbuu keenya isa bara baraa jalaa fi dheekkamsa Waaqayyoo jalaa fayyine.......#Cubbuun keenya Waaqayyo duratti akka hin mul’anneef Kiristoos uffata keenya bara baraa nuuf ta’eera..........#Kiristoos qajeelummaa keenya,qulqullummaa keenya, ogummaa keenya,Waaqayyo biraa kan nuuf ergame furii keenya ta’eera.
✓1 Qorontos 1:30
🤌“Warri Kristositti dabalamuudhaaf cuuphamtan Kristosin akka uffataatti uffattaniittu.”
— Gal. 3:27
✅Hoolaan Waaqayyoo inni dhugaan, Addaamii fi Hewaan dheekkamsa Waaqayyoo jalaa dhiiga isaatiin furamanii, gogaa isaa uffachuudhaan ija jabinaan fuula Waaqayyoo dura dhaabbachuu danda'an..#Yesus nama Naazireetidha.
290
09:33
26.07.2025
Innoo sanyii Abrahaamiif in dhimma.
📖 Ibr. 2 ¹⁵ Warra du'a sodaachuudhaan bara isaanii guutuu garbummaa jala jiraatan hundumaa birmaduu baase. ¹⁶ Innoo ergamootaaf utuu hin ta'in, sanyii Abrahaamiif in dhimma.
➪ sodaan inni dhumaa du'a. Kan hin oollees du'a. Warri yoo du'an eessa akka dhaqan hin beekne haa sodaatan malee warri beekan maal sodaaturee? sababiinsaa macaafni, “ammas immoo, "Mo'ichi kee meerree, yaa du'aa? Arfiin kees meerree yaa du'aa?" jedhamee caafame fiixaan ba'eera.” jedha. (1Qor. 15:55)
📖 Luq. 13 ¹⁰ Yesus guyyaa Sanbataatti mana sagadaa tokkotti in barsiisa ture. ¹¹ Kunoos dubartiin hafuura hamaadhaan qabamtee, waggaa kudha saddeet dhukkubsatte tokko achi turte; isheen goophoftee ol qajeeluu hin dandeenye. ¹² Yesus yommuu ishee arge, ofitti ishee waamee, "Dubartii nana, dhukkuba keettii hiikamteetta" jedhe. ¹³ Harka isaas ishee irra kaa'e; isheen achumaan ol qajeeltee dhaabattee, Waaqayyoof hooqubaa dhi'eessite. ¹⁴ Angafni mana sagadichaa garuu, Yesus guyyaa Sanbataatti fayyisuu isaa waan jibbeef, jarreen achi turaniin, "Guyyoonni ja'a hojii itti hojjechuun kan namaaf ta'u jiru; guyyoota sanatti kottaatii fayyifamaa malee, guyyaa Sanbataatti miti" jedhe. ¹⁵ Kana booddee gooftichi angafichaan, "Isin of tuultuu nana, isin keessaa guyyaa Sanbataatti saawwa isaa yookiis harree isaa hidhaattii hiikee, bishaanitti kan hin geessine eenyu inni? ¹⁶ Egaa dubartiin kunis, hafuurri hamaan waggaa kudha saddeet ishee hidhee kan ture, intalli Abrahaam, guyyaa Sanbataatti hiikamuun hin ta'uufii ree? jedhe. ¹⁷ Yommuu inni kana dubbate, warri isaan morman hundinuu in yeella'an; namoonni hundinuus waan dinqisiisaa inni hojjete hundumaatti in gammadan.
➪ Ijoon dubbii kanaa isa kana: "Intalli Abrahaam, guyyaa Sanbataatti hiikamuun hin ta'uufii ree?"
➪ Sanyii Abrahaamiif hiikamuu malee hidhamuun hin malu.
📖 Iyo. 39:5 “"Harree diidaa birmadummaatti eenyutu gad dhiise? Hidhaa harree diidaa kanas eenyutu hiike?”
➪ Inni bineensa dagalaa birmadummaatti jiraachise, siin birmaduu si baasuu dadhabaaree? Innoo ergamootaaf utuu hin taanee, sanyii Abrahaamiif in dhimma!
📖 Luq. 19 ¹ Yesus Yerikoo dhufee keessa darbe. ² Namni Zakewos jedhamu tokko achi ture; inni angafa warra qaraxxuu badhaadhaas ture. ³ Zakewos kun Yesus isa kam akka ta'e baruu barbaade; garuu namoonni waan baay'ataniif, hojjaan isaas gabaabaa waan tureef, isa arguu hin dandeenye. ⁴ Yesus karaa sana irra akka darbu yommuu beeke, namichi isa arguudhaaf dura fiigee, qilinxoo tokko yaabe. ⁵ Yesus iddoo sana yommuu ga'e, ol ilaalee, "Yaa Zakewos, dafii gad bu'i, har'a mana kee ooluun anaaf ta'ao" jedheen. ⁶ Zakewosis dafee gad bu'ee, gammachuudhaan Yesusin simate. ⁷ Jarri kana arganii, "Keessummummaaf mana nama cubbamaa kanaa dhaqe" jedhanii, hundumti isaanii Yesus irratti guunguman. ⁸ Zakewos garuu, ka'ee gooftichaan, "Yaa gooftaa walakkaa qabeenya kootii warra deegaadhaaf nan kenna, kana malees eenyu irraa illee waan tokko giddisiisee fudhadheera yoon ta'eef, dachaa afur nan baasaaf' jedheen. ⁹ Yesus deebiseefii, "Har'a fayyinni maatii kanaaf ta'eera; namni kunis immoo ilma Abrahaami'o. ¹⁰ Ilmi namaa isa bade barbaaduudhaaf fayyisuudhaafis dhufeera" jedhe.
🔊 "Har'a fayyinni maatii kanaaf ta'eera! Siqofaa miti, maatii keetiif, biyya keetiif har'a fayyinni ta'eera!
258
00:07
26.07.2025
👋 Hi!
⏰ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama!
🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!
┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@jcp_church 🛰
┃_
┃@Dailyspiritualfeeding 🔵
┃_
┃@marsiltvworldwide 📺
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃@Jireenyaboruuf 😀
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@morning_tips 💐
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@gaggeessummaa24🕖
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa ➕
┃_
┃@Now_speak_English 📕
┃_
┃@Danbalii_jaalala 💋
┃_
┃@shoppinggeni 🏷️
┃_
┃ 🎓
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365😀
┃_
┃@faarfannaahaaraa2 🎶
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🎓
┃_
┃Christian Living 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@waltajjii_ispoortii 🏅
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center📕
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative🔝
┃_
┃Daily Quotes 🗣️
┃_
┃@HamboofAroon1 🔵
┃_
┃ Hirko Tech ✅
┃_
┃@Gech_pdf 📂
┃_
┃@Abdii_Nagahoo ⏩
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
┃Oro Sport 💪
┃_
┃Football Highlight 🔖
┃_
┃@dirre_isportii 📌
┃_
┃Kana Beektuu ❓
┃_
┃@beka_techno 💻
┃_
┃@hirkotech 💻
┃_
┃Ergaalee Jaalalaa ♻️
┃_
┃@BARIIFAYYINAA ✉️
┃_
┃@abdifarfanna ✔️
┃_
┃@ComputerScienceExitExam 🌟
┃_
┃ 𝙱𝙴𝚂𝚃 𝙲𝙻𝙰𝚂𝚂𝙸𝙲𝙰𝙻 🎧
┃_
┃@SportNews_433 🏳️
┃_
┃Films and Drama ⭐️
┃_
┃@tokkummachannelmuslima 🎤
┃_
┃@walaloo24 🙏
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
┃@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
┃@orotv24 📺
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@sportnews_724 ♻️
┃_
┃@real_Madridfc123 ⚽️
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃Chelsi Fun Group ⚽️
┃_
┃@dirree_bohaartii 😀
┃_
┃@Oro_Website 🔵
┃_
┃@oro_Football_one 💟
┃_
┃@Matii_Oro_Football_One1 ⚽️
┃_
┃@youth_center1 👭
┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●
┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 😀
Contact: @Getu_Abera ☑
163
23:16
13.08.2025
imageImage preview is unavailable
📑 Yeroo baay'ee boca qaama keenyaa tolchuu ni dandeenya? Haala kamiini garuu?.... ➡️ As tuquun dubbisaa!
👇👇👇
🫱✨ See More✨
🫱 ✨See More ✨
👆👆👆
140
23:19
13.08.2025
👋 Hi!
⏰ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama!
🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!
┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@jcp_church 🛰
┃_
┃@Dailyspiritualfeeding 🔵
┃_
┃@marsiltvworldwide 📺
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃@Jireenyaboruuf 😀
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@morning_tips 💐
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@gaggeessummaa24🕖
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa ➕
┃_
┃@Now_speak_English 📕
┃_
┃@Danbalii_jaalala 💋
┃_
┃ @walaloo24 🎓
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365😀
┃_
┃@faarfannaahaaraa2 🎶
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🎓
┃_
┃Christian Living 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@waltajjii_ispoortii 🏅
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center📕
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative🔝
┃_
┃Daily Quotes 🗣️
┃_
┃@HamboofAroon1 🔵
┃_
┃ Hirko Tech ✅
┃_
┃@Gech_pdf 📂
┃_
┃@Abdii_Nagahoo ⏩
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
┃Oro Sport 💪
┃_
┃Football Highlight 🔖
┃_
┃@dirre_isportii 📌
┃_
┃Kana Beektuu ❓
┃_
┃@beka_techno 💻
┃_
┃@hirkotech 💻
┃_
┃Ergaalee Jaalalaa ♻️
┃_
┃@BARIIFAYYINAA ✉️
┃_
┃@abdifarfanna 🌟
┃_
┃ 𝙱𝙴𝚂𝚃 𝙲𝙻𝙰𝚂𝚂𝙸𝙲𝙰𝙻 🎧
┃_
┃@SportNews_433 🏳️
┃_
┃Films and Drama ⭐️
┃_
┃@tokkummachannelmuslima 🎤
┃_
┃@walaloo24 🙏
┃_
┃@oromiastudentcenter ✏️
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
┃@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
┃@orotv24 📺
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@sportnews_724 ♻️
┃_
┃@real_Madridfc123 ⚽️
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃Chelsi Fun Group ⚽️
┃_
┃@dirree_bohaartii 😀
┃_
┃@Oro_Website 🔵
┃_
┃@oro_Football_one 💟
┃_
┃@Matii_Oro_Football_One1 ⚽️
┃_
┃@youth_center1 👭
┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●
┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 😀
Contact: @Getu_Abera ☑
190
01:19
15.08.2025
imageImage preview is unavailable
🚨 Daqiiqaa 15 booda kaardiin abbaa 50 ni gadhiifama abbaa carraa taa'aa! 👇
As tuquun Join taasisaa!
👇👇👇
🫱✨ Join Fast✨
🫱 ✨Join Fast ✨
👆👆👆
Sponsar: Dinqisiisoo Addunyaa
148
01:22
15.08.2025
close
Specials
More Active Channels

Channels
25
145K
lock_outline
CPM
lock_outline$$ 72.80
$$ 58.24
-20%
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
f
**biubiu@*****.com
On the service since January 2025
28.02.202518:42
5
Precise task compliance
Show more
New items
Looking for more recommendations?
Launch ad campaigns
Create channel packages
Add channels to favorites
Channel statistics
Rating
23.0
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
10
Subscribers:
7.4K
APV
lock_outline
ER
1.0%
Posts per day:
2.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий