
🔥 Spring Deals: Final Week
Up to 70% off + 3.5% extra discount with promo code MAYFINAL!
Go to Catalog
27.9

Advertising on the Telegram channel «Yaadota»
5.0
2
Recreation & Entertainment
Language:
Other
346
0
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
Advertising publication cost
local_activity
$12.00$8.40local_mall
30.0%
Remaining at this price:4
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻
It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.
⚡️ Place your ad here in three simple steps:
1 Sign up
2 Top up the balance in a convenient way
3 Create your advertising post
If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.
Start your promotion journey now!
115
21:09
20.05.2025
imageImage preview is unavailable
Akka qorattoonni hambaalee Nam-durii qoratan ibsanitti, Jaarraa Qaroominni dhala namaa bobbocarraa gara Yaadaatti ce’e keessa tilmaamaan toora bara 1513, barreeffamoonni dinqiin, Hamminaafi gaarummaa Siyaasaa akkasumas tooftaa bulchiinsa ammayyaawaa kan wixineessan harka nama haxxee, Niccolò Machiavelli jedhamuutiin, bifa xalayyaatiin dhimmoota adda addaa of keessatti qabatanii barreeffaman. Barreeffamoonni kun, akkaataa salphaatiin akka itti aangoo of harka turasaniifi argatan akkasumas akka itti uummata bitan/bulchan irratti bulchitootaaf gorsa kan kennudha.
Gorsoota barreessichaa hedduun, siyaasa ammayyaa keessatti hojiitti hiikamanii jiru. Keessumaa ammoo biyyoota Sirna mootii hordofaniifi biyyoota sirnoota diimokraasii gurraamalaa hordofan keessatti, Yaaxinni kitaabichaa akka bidiruutti yaada siyaasessitootaa kan geejibudha.
Ejjennoowwan Namichaa keessaa inni guddaan tokko, “Mootiin tokko jaallatamuurra sodaatamuutu isaaf wayya” jedha. Itti fufees, “Bulchaa tokkoof safu-qabeessas, safu-maleessas ta’uun dirqama filannoo hin qabnedha” jedha. Afaan bara kanaatiin, ‘Gar-lamee’ akka jechuuti. Kun geggeessaan tokko jabaatee biyya tokko ceesisuuf, dirqama inni utuu hin jaallatin milkaa’inaaf gochuu qabudha jedha. Ammoo gaafa akka gaariitti gorsus, “Yaa Namana siyaasa keessatti waan kamuu caalmaa, Tasgabbiifi humni, yaada (ideal) caalmaatti si barbaachisu” jedha.
Walumaa galatti, kitaabni dinqiin Siyaasa haxxummaa barsiisu kun, riqicha siyaasni garraamummaafi gaarummaa irraa gara haxxummaafi kumaaraatti ittiin ce’eedha. Kitaaba bareedaa addunyaa kanaa jedhamees si’a hedduu badhaafameera. Afaanota Addunyaa kanaa hedduuttis hiikameera. Dabalataanis, barnoota ta’uun akka yaaxinaa (theory)-tti baratamaa jira.
Waggaa dhibba ja’a (600) booda ammoo kunoo Ogeessa falaasamaa (Philosophy) Dassee Alex tiin gara Afaan Oromootti hiikamee jira. Kitaabni kun bu’ura Siyaasaa waan ta’eef, namootni keenya hedduun bifa salphaatiin dubbisanii Siyaasa keenya isa akka Aannanii salphaa fakkaatu kana akka Lafee jabaachuusaa ni hubatu jedheen amana.
Barsiisaa Dassee Alex baga nagaan deebitee gara Ogbartuutti dhufte. Kitaabni kun Dilbata iftaanii ni eebbifama. Ergasii booda bakka hedduu ni qaqqaba.
The prince🫅 (Mooticha)
@Yaadota
304
15:57
24.04.2025
USDT fi crypto kamiyyuu namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuu dandeessu.
Hub:- screenshot gootanii erguun amma fi ammaamiin akka gurgurattan ibsuun jalqabdu
Usdt 1 qarshii 135 kaasee hanga 150tti baayyina isaa irratti hundaa’uun ni bitna.
455
07:08
28.03.2025
USDT fi crypto kamiyyuu namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuu dandeessu.
Hub:- screenshot gootanii erguun amma fi ammaamiin akka gurgurattan ibsuun jalqabdu
Usdt 1 qarshii 135 kaasee hanga 150tti baayyina isaa irratti hundaa’uun ni bitna
Dabalataan
Chaanaala Telegram fi Page Facebook bituus ta’ee namoonni gurguruu barbaaddan nu qunnamaa. Garee Teelegiraamii bara 2022 dura banamanis ni bitna
601
07:02
14.03.2025
Join waan gootaniif qofa Dollar 3$ kan siniif kaffalu yoo hojjattan ammoo waan gaarii kan irraa argattan airdrop bareedaa kana dafaatii itti bu'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
832
10:31
29.01.2025
Namootni hin jalqabin otuu daftanii jalqabdanii gaaridha.
https://t.me/TrumpsEmpireBot?start=friend=356935815=adjust=1h9jgqbc
Play with me, build your empire, and get a token Airdrop!
Also, get a FREE Welcome bonus:
⭐️ 30 STARS for common users!
⭐️ 90 STARS for Telegram Premium!
822
15:49
28.01.2025
✅ Garii durii (Old telegram) warra qabdaniif
✍️Baayyina miseensa Group hin barbaannu
✍️ Gatii madaalawaan ni bitna
➡️2019
➡️2020
➡️2021
➡️2022
Gatii 🟥 🔂Gatii group ittiin bitnu
✍️2018- 500birr
✍️2019- 400birr
✍️2020- 300birr
✍️2021- 250birr
✍️2022- 200birr
2023 ji'a jan-may kan baname
✔️Kaffaltiin : Telebirr, CBE
Gurguruu warreen barbaaddan inbox 👉 @Kaachuu_YW
⚠️ Hubachiisa❗️
⛔ Baayyinni Member ''0'' s ta'ee baayyee gatiin waluma qixa. Nuti kan barbaannu bara itti banamedha.
✅two step verification ta'uu isaa check godhaa
💗💗💗 💗💗💗💗
@kaachuu_YW
816
05:37
24.01.2025
imageImage preview is unavailable
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻
It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.
⚡️ Place your ad here in three simple steps:
1 Sign up
2 Top up the balance in a convenient way
3 Create your advertising post
If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.
Start your promotion journey now!
126
05:20
15.01.2025
Falmiin kee Jalqabaa si faana
~
Yeroo baayyee namootni yaadota haaraa ykn kalaqa addaa qabatanii gaafa dhufan namoota irraa carraan fudhatama argachuu isaanii baayyee dhiphaadha. Darbee ammoo "dhiisi sitti yaa hafu.... hin dandeessu.... cal jettee maaf dhamaata...." jechoota jedhaniin dubatti waarreen si harkisan akkasumas Abdii kee dukkaneessan sitti baayyachuu danda'u. Kuni wanta barameedha. Namoonni kana kan siin jedhan ofitti amanamummaa kee ilaalaniiti. Ofitti amanamummaan kee cimaa taanan namuu wanta yaadde dalaguu irraa si dhaabuu hin danda'u. Inni hunda caalu wanta yaadde sana hojiirra olchuuf kutannoo ati qabdudha.
Kana gochuun kan jalqabamu ammoo mataa kee irraa eegala. Dursa of injifachuu qabda. Wanta hojjechuuf yaaddu sanatti amanuu qabda. Dorgommiin kee jalqabaa suma mataa kee faana. Namni jalqaba of injifachuu hin dandeenye yaada namoota addunyaa kanarra jiranii injifachuu hin danda'uutii. Kufaatiin namootaa kan jalqabu osoo of hin injifatin namoota waliin yeroo dorgommii keessa seenani. Falmiin kee jalqabaa si faana. of injifadhu, Addunyaa ni injifatta
Maddi:- Dr. Hamarsan
@Yaadota
830
12:33
14.01.2025
Hubadhu
~
Dhalli namaa otuu hin hubatin tarkaanfata taanan Horii irraa adda hin ba'u. Horii abbaan fedhe gara fedhetti oofuu danda'aatii. Ati nama. Kabajamaa dhala namaa. Qabeenya miiliyoonni bituu hin dandeenye qabda. Sammuu.
~
Namni sammuu qabu ammoo hubachuu qaba. Tarkaanfiin kee kamiyyuu hubannaan kan guuttame ennaa ta'e. Ofis biyyas fayyadda. Ta'uu baannan garuu of qofa qabattee miti kan baddu. Dhalootas of faana balleessita. Oromoon gaafa makmaaku bar "Gubataa marqaa, hubataatu arga" jedhu.
~
@Yaadota
775
07:46
13.01.2025
close
Specials
Kaachuu Promotion

Channels
5
68.6K
lock_outline
CPM
lock_outline$$ 97.91
$$ 58.74
-40%
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
3 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeenold@******.io
On the service since June 2022
21.05.202520:54
5
Everything is fine. Thank you!
Show more
New items
Channel statistics
Rating
27.9
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
8
Subscribers:
3.1K
APV
lock_outline
ER
5.8%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий