
- Main
- Catalog
- Religion & Spirituality
- Advertising on the Telegram channel «Walaloo Hafuuraa»

Advertising on the Telegram channel «Walaloo Hafuuraa»
Spiritual poem
Channel statistics
Full statisticschevron_right👇👇👇
🫱✨ See More👈
🫱 ✨See More👈
⏰ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama!
┃
● Join All Channel ●
┃_
┃ @Gaggeessummaa
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa
┃_
┃@Reading_PDF
┃_
┃@Arara_tv_world_wide
┃_
┃@jcp_church
┃_
┃@Dailyspiritualfeeding
┃_
┃@marsiltvworldwide
┃_
┃@Gaaela_Gaarii
┃_
┃@Singer_Megertu_Official
┃_
┃@Kakuu_Studio
┃_
┃@Lebamsett
┃_
┃@Spiritual_PDF
┃_
┃@Coba_Yaadaa
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa
┃_
┃@Computer_Soln
┃_
┃Researchers Review
┃_
┃@Getu_Official
┃_
┃@Facts_and_quotes123
┃_
┃ @Seenaa_Tube
┃_
┃@Sona_Official1
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu
┃_
┃ @Spritpoem
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24
┃_
┃@Kii_Sii
┃_
┃@Naar_dos
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24
┃_
┃ kottaakolfaa
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa
┃_
┃Walaloo jaalalaa
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24
┃_
┃ @top_books_store
┃_
┃Godaannisa Sammuu
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide
┃_
┃@gaggeessummaa24
┃_
┃@miira_jaalalaa
┃_
┃@Amharic_proverb
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa
┃_
┃@Now_speak_English
┃_
┃@Danbalii_jaalala
┃_
┃ @walaloo24
┃_
┃@Academy_365
┃_
┃@faarfannaahaaraa2
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii
┃_
┃@DayStarBooks
┃_
┃@Gaggeessummaa
┃_
┃Christian Living
┃_
┃Kottaa Kolfaa
┃_
┃@waltajjii_ispoortii
┃_
┃@Walaloo_Faaruu
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center
┃_
┃Kottaa Kolfaa
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative
┃_
┃Daily Quotes
┃_
┃@HamboofAroon1
┃_
┃ Hirko Tech
┃_
┃@Jaala_Dhugaa
┃_
┃ Best Classicals
┃_
┃Oro Sport
┃_
┃Football Highlight 🔖
┃_
┃@dirre_isportii
┃_
┃Kana Beektuu
┃_
┃@beka_techno
┃_
┃@hirkotech
┃_
┃Ergaalee Jaalalaa
┃_
┃@BARIIFAYYINAA
┃_
┃@abdifarfanna
┃_
┃ 𝙱𝙴𝚂𝚃 𝙲𝙻𝙰𝚂𝚂𝙸𝙲𝙰𝙻
┃_
┃@SportNews_433
┃_
┃Films and Drama
┃_
┃Crypto News 🔘
┃_
┃@crypto6510
┃_
┃@walaloo24 🙏
┃_
┃@oromiastudentcenter
┃_
Garee Telegram Banaa
┃
┃_
┃@Daandii_Guddinaa
┃_
┃@orotv24
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@sportnews_724
┃_
┃@real_Madridfc123 ⚽️
┃_
┃@gaaela_gaariifamily
┃_
┃Chelsi Fun Group ⚽️
┃_
┃@dirree_bohaartii
┃_
┃@Oro_Website 🔵
┃_
┃@oro_Football_one
┃_
┃@Matii_Oro_Football_One1 ⚽️
┃_
┃@youth_center1 👭
Old Telegram Group
┃ 👇👇
┃_
┃2023 - @Daandii_Guddinaa 📩
┃_
┃@Gaaela_gaariifamily 🚨
┃_
● Join All Channels ●
┃@hopepromotion
┃@bittaafigurgurtaachannel
Contact: @Getu_Abera
👇👇👇
🫱✨ See More👈
🫱 ✨See More👈
⏰ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama!
┃
● Join All Channel ●
┃_
┃ @Gaggeessummaa
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa
┃_
┃@Reading_PDF
┃_
┃@Arara_tv_world_wide
┃_
┃@jcp_church
┃_
┃@Dailyspiritualfeeding
┃_
┃@marsiltvworldwide
┃_
┃@Gaaela_Gaarii
┃_
┃@Singer_Megertu_Official
┃_
┃@Kakuu_Studio
┃_
┃@Lebamsett
┃_
┃@Spiritual_PDF
┃_
┃@Coba_Yaadaa
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa
┃_
┃@Computer_Soln
┃_
┃Researchers Review
┃_
┃@Getu_Official
┃_
┃@Facts_and_quotes123
┃_
┃ @Seenaa_Tube
┃_
┃@Sona_Official1
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu
┃_
┃ @Spritpoem
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24
┃_
┃@Kii_Sii
┃_
┃@Naar_dos
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24
┃_
┃ kottaakolfaa
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa
┃_
┃Walaloo jaalalaa
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24
┃_
┃ @top_books_store
┃_
┃Godaannisa Sammuu
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide
┃_
┃@gaggeessummaa24
┃_
┃@miira_jaalalaa
┃_
┃@Amharic_proverb
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa
┃_
┃@Now_speak_English
┃_
┃@Danbalii_jaalala
┃_
┃ @walaloo24
┃_
┃@Academy_365
┃_
┃@faarfannaahaaraa2
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii
┃_
┃@DayStarBooks
┃_
┃@Gaggeessummaa
┃_
┃Christian Living
┃_
┃Kottaa Kolfaa
┃_
┃@waltajjii_ispoortii
┃_
┃@Walaloo_Faaruu
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center
┃_
┃Kottaa Kolfaa
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative
┃_
┃Daily Quotes
┃_
┃@HamboofAroon1
┃_
┃ Hirko Tech
┃_
┃@Jaala_Dhugaa
┃_
┃ Best Classicals
┃_
┃Oro Sport
┃_
┃Football Highlight 🔖
┃_
┃@dirre_isportii
┃_
┃Kana Beektuu
┃_
┃@beka_techno
┃_
┃@hirkotech
┃_
┃Ergaalee Jaalalaa
┃_
┃@BARIIFAYYINAA
┃_
┃@abdifarfanna
┃_
┃ 𝙱𝙴𝚂𝚃 𝙲𝙻𝙰𝚂𝚂𝙸𝙲𝙰𝙻
┃_
┃@SportNews_433
┃_
┃Films and Drama
┃_
┃Crypto News 🔘
┃_
┃@crypto6510
┃_
┃@walaloo24 🙏
┃_
┃@oromiastudentcenter
┃_
Garee Telegram Banaa
┃
┃_
┃@Daandii_Guddinaa
┃_
┃@orotv24
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@sportnews_724
┃_
┃@real_Madridfc123 ⚽️
┃_
┃@gaaela_gaariifamily
┃_
┃Chelsi Fun Group ⚽️
┃_
┃@dirree_bohaartii
┃_
┃@Oro_Website 🔵
┃_
┃@oro_Football_one
┃_
┃@Matii_Oro_Football_One1 ⚽️
┃_
┃@youth_center1 👭
Old Telegram Group
┃ 👇👇
┃_
┃2023 - @Daandii_Guddinaa 📩
┃_
┃@Gaaela_gaariifamily 🚨
┃_
● Join All Channels ●
┃@hopepromotion
┃@bittaafigurgurtaachannel
Contact: @Getu_Abera
👇👇👇
🫱✨ See More👈
🫱 ✨See More👈
👇👇👇
🫱✨ See More👈
🫱 ✨See More👈
It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.
⚡️ Place your ad here in three simple steps:
1 Sign up
2 Top up the balance in a convenient way
3 Create your advertising post
If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.
Start your promotion journey now!
FALMII FOONII FI LUBBUU
<<<Foon>>>
An gaaffiin siif qaba
Dhagayi mee lubbuu
Waantota heedduudha
Kanan sirraa jibbu
Takka sooma jettee
Garaacha na waadda
waaqan kadha jettee
Gombifamtee aadda
Nyaatarraa na lagdee
Qallistee na huubda
Himnaan hin dhageessuu
Maaf Sammuu na gubda?
<<<Lubbuu>>>
Fedhakee siif guutuuf
Arreedee utaalee
Qulqullummaa koorra
Cubbuu kootuu caalee
Fedhiinkee ejjuudha
Hanna sirbaaf machii
Sobaaf yakka malee
Haqni hin jiru achi
Kaleessa achii dhufe
Arra gallaan gaabbii
Deebitee na geessuuf
Na dhorkitaa dhaabbii?
<<< Foon>>>
Eyyeen deemuun fedha
Bakkicha kaleessaa
Dirqamaan na fidde
Gammachuuko keessaa
Nan fedha waan hundaa
Raawwadhee xabachuu
Waanan qabus gatee
Kan biraa qabachuu
Bakkan fedhe bulee
Eddoon fedhes ciisee
Jiraachuun barbaada
Kadhaaf sooma dhiisee
<<<Lubbuu>>>
Lafarraa waan dhufteef
Waan lafarraa yaadda
Cubbuu malee oollaan
Quuqaa malee aadda
Abboommii waaqayyoof
Kakuurra ejjettee
Waaqa na lolchiista
Hawwii darbuuf jettee
Harra jiraannullee
Makamnee Walitti
An samiirraan dhufe
Nan deeba samiitti
Gaafas ergamichi
Galmeesaa baafata
Balleessaakoo arraa
Tooraan nagaafata
Anis soba maleen
Hundasaa deebisa
Yoon Arra of eege
Gaafas na eebbisa
Kana utuun beekuu
Hunda utuun dhaga'uu
Cubbuudhaan gammaduuf
An sifaana hin ba'u
<<<foon>>>
Ana mo'uuf deemta
Dhugaadhaan na caaltee
Anis jibba hin qabu
Yoo jireenya dhaalte
Egaa maalan godha
Erga ati diddee
Waan heedduu namiite
Asiif achiin fiddee
Akka ati argattuuf
Mootummaa isa ballaa
Isa dogoggoreef
Deemnee gaabbii galla
<<<< Lubbuu fi foon>>>>
Nuti fooniif lubbuun
Walmakaatti nama
Namni immoo Ni beektu
Waanta darbuuf gama
Erga kana beeknee
Ammarraa eegallee
Waldhaga'uu qabna
Qaata waadaa galle
Waan gaarii hojjechuu
Taasifannee kaayyoo
Akka itti hirmaannu
Mootummaa waaqayyo
Wal dhageenyu tola
Himakeef himakoo
Waaqayyo haa bareechu
Dhumakeef dhumakoo
• @Walaloo_Hafuuraa24 •
Dhadhaa irraa argachuuf
tasa dhama hin raasani,
Bara darbuuf jedhanii
hadhaa dubbii hin baasani.
Gufuun nama dhayeedhaaf
deemsa dhaabuun fafadha,
Samiirra haabarartus
dhumni hallattii lafadha.
Fixeensi kan mul'atu
amma aduun ba'utti,
Guddinni warra sobduus
hamma yeroon ga'utti.
Alaabaan jal'aa ol ba'es
osoo hin tutturiin bu'a,
Muchi hadhaa kuusee baatuus
gaaf tokko ofiisaan gu'a.
Kan bade bada malee
nu hin bannu kakuu dhaalla,
Heddummina jal'ootaa
baay'annee dachaa caalla.
Sodaattanii hin rom'inaa
nuuf bari'uufi aduunii,
Kan nuuf malu jireenya
nu hin argatu baduuni.
┈┈••Share••┈┈
• @Walaloo_Hafuuraa24 •
• Daaddee Maaf Shaakaltaa? •
Waan tokko nahubadhu
Yaa seexana dhageessaa
Abdii narraa kutadhu
Yesustu nagaggeessa
'''
Gurra hin qabdumoo
Sobdeetuma diddaa
Yesus harkan jira
Mee maaluma fidda?
'''
Safuu hinbeektu atuu
Ati yaa Fara'ooni
Kankaleessaa singahuu
Nyaattee dhiigafifooni
'''
Ugum! diina quufee beekne
Nyaataa kakuufi nagaa
Ilkaan kee hindoomne
Sitti haa ajajuu dhagaa
'''
Lakkii! garbummaan bara baay'ee
Cubbuu sitti haatahu
Ammallee gadhiisi
Saba biyyaaf kahu
'''
Gaara natti taates
Deemsa koof sababa
Turtus yoo bultes
Ani kaayyoon qaba
'''
Sodaa gaara guddaa
Ati yaa yerikoo
Ce'umsa koo diddaa
Sitti dhufe Waaqni koo
'''
Ofirra naanna'uun
Duuba deebii miti
Haalotaan marfamuun
Barri kufuu miti
'''
Galaanas, yoo tahes abidda
Natti bobeessites dachaani
Rakkina yoo tahes gadda
Kankoo naadhufa gooftaani
'''
Rarraata'aa yoo dhufte
Mee maaloo waa siif dhaamuu
Ilaaltee natti butus
Ijji kee haa jaamu
'''
Ati abdii hin qabduu
Kototkotot goote miila
Yaaddee wanta jabduu
Humna hinqabdu silaa
'''
Kankee dura baddee
Amma sihaa gahuu
Maaf shaakalta daaddee
Si'ool siifhaa tahuu
'''
Hurgufamuu bubbee
Sodaa haalotarraa
Daaddifamaa deemuun
Bartee kee lafarraa
'''
Duute yoo jette
Raajiikee bututaa
Funyoo rakkina kee
Yesuus narraa kuta
'''
Na hin dhiigu qaamnikoo
Waraansa qoree xaddeen
Sitti na kennu Waaqnikoo
Yaada dhamaata daaddeen
'''
Kaasi soba adii
Balleessituu haqaa
Duuba keetu badii
Gargaaran koo Waaqa
'''
Amanamummaan nawaame
Humna isaatti amanee
Yesus koo nawajjin
Yoom takka naganee
'''
Gubachuuf jirta atuu
Boru si'oolitti
Kankoo galmi adda
Tulluu Tsiyooniti!
@Walaloo_Hafuuraa24
Reviews channel
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
Catalog of Telegram Channels for Native Placements
Advertising on the Telegram channel «Walaloo Hafuuraa» is a Telegram channel in the category «Религия и духовность», offering effective formats for placing advertising posts on TG. The channel has 3.4K subscribers and provides quality content. The advertising posts on the channel help brands attract audience attention and increase reach. The channel's rating is 12.4, with 1 reviews and an average score of 5.0.
You can launch an advertising campaign through the Telega.in service, choosing a convenient format for placement. The Platform provides transparent cooperation conditions and offers detailed analytics. The placement cost is 2.4 ₽, and with 1 completed requests, the channel has established itself as a reliable partner for advertising on Telegram. Place integrations today and attract new clients!
You will be able to add channels from the catalog to the cart again.
Комментарий