- Main
- Catalog
- News and Media
- 𝑽𝑶𝑰𝑪𝑬 𝑶𝑭 𝑯𝑼𝑴𝑨𝑵𝑰𝑻𝒀 ™
𝑽𝑶𝑰𝑪𝑬 𝑶𝑭 𝑯𝑼𝑴𝑨𝑵𝑰𝑻𝒀 ™
𝗩𝗼𝗶𝗰𝗲 𝗼𝗳 𝗵𝘂𝗺𝗮𝗻𝗶𝘁𝘆 𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗵𝗮𝗾𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗬𝗮𝗮𝗱𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝗻𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗼𝗱𝘂𝘂𝗳 𝗮𝘀𝗶𝗶𝗻 𝗻𝘂 𝗾𝘂𝗻𝗻𝗮𝗺𝘂𝘂 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘁𝘁𝘂 👉
Channel statistics
Gamtaan Eemireetota Arabaa (UAE) karooraafi carraaqqii Yunaayitid Isteetsi hogganamu kan darba Galoo Galaanaa Hoormuz Hormuz deebisee banuuf akeekametti hirmaachuuf qophaa’aa jirti. Kunis wayita walitti bu’iinsi naannichaa hammaachaa fi dhiyeessiin boba’aa addunyaa gufachaa dhufettidha.
Maddi diplomasiyaa Abu Daabii miidiyaa Ze Wool Istriit Joornaalitti akka himanitti, qondaaltonni Eemiraatis humnoota isaanii duula bal’aa karaa bishaanii murteessaa ta’e kana karra nagaan isaa amansiisaa gochuuf dhiyeessuuf filannoowwan jiran xiinxalaa jiru jedhan.
Karaan darba Galoo Galaanaa Hoormuz daldala boba’aa addunyaa harka shanan keessaa harka tokko kan ittiin deddeebifamuu fi addunyaa irratti naannoo darba boba’aa anniisaaf oolu kan baay’ee murteessaa ta’an keessaa tokkodha.
Odeessa guutuuf dubbisaa
https://www.facebook.com/share/p/1Kpvh39Qio/
@VOH_NEWS
#VOH_NEWS
#𝗩𝗼𝗶𝗰𝗲_𝗼𝗳_𝗵𝘂𝗺𝗮𝗻𝗶𝘁𝘆_𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲_𝗵𝗮𝗾𝗮_𝗾𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 KARAA MILKAA'INAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 MILKAA'INA JIREENYAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 GAAFFII FI DEEBII
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 ODUU HAALA YEROO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 AMANTAA ISLAAMAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA SAHAABOTA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA NABIYYII (S A W)
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 HADIISAAFI QUR'AANA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
👉Konkolaattonni Boba’aa fe’an buufatarratti hunda dura dursi akka kennamuuf,
👉 Omishtoonni ol'aanoo fi dhaabbileen alergitootaa kallattiidhaan,
👉Pirojeektoonni mootummaa fi dhuunfaa xiyyeeffannoo addaa barbaadan kallattiidhaan,
👉Konkolaattonni daldala alergii fi alaa galu dabalatee omishaalee guyya guyyaa fe’an,
👉Tiraaktaroota qonna ammayyeessan,
👉Konkolaattota Geejjibaa magaalaa fi qaxxaamura biyyaa,
👉Konkolaattota naafxaan hojjetan ta’anii kan uummataaf tajaajila kennan: Akkaataa adeemsa hojii dursa kennuutiin boba’aa akka argatan murtaa’eera.
@VOH_NEWS
#VOH_NEWS
#𝗩𝗼𝗶𝗰𝗲_𝗼𝗳_𝗵𝘂𝗺𝗮𝗻𝗶𝘁𝘆_𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲_𝗵𝗮𝗾𝗮_𝗾𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮
BANIINSA AKKAADAAMII ISLAAMAA AL-ISHARA!
Beekumsi ifa jireenyaati! Akkaadaamiin keenya "Al Ishara Islamic Academy" barnoota amantii Islaamaa gosa garaa garaa fi barnoota madaallii amantii (Comparative Religion) karaa Telegram isiniif beeksisa turuun ni yaadatamaa amma immoo sababaa soomanaaf kan dhaabee ture deebisuuf qophii isaa xumureera.
clock 2 Sa'aatii: 2:30 (Galgala - Ethio Time)
Sagantaa baniinsaa kana irratti hayyoonni fi dhiyeessitoonni bebbeekamoon akka:
Carraa beekumsa keessan itti guddiffattan kana akka hin dhabne! Namoota biroofis Share gochuun qooda keessan ba'aa.
Odeeffannoo Dabalataatiif
https://t.me/+L-34vxbyV74yYjJk
https://t.me/+w5Ha8Tk2P2lkMDNk
Guyyaa hardhaa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Yekkaa, Aanaa 9, iddoo addaa Kootobee 02 jedhamutti, balaa Tiraafika uumameen lubbuun nama sadii darbu poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
@VOH_NEWS
#VOH_NEWS
#𝗩𝗼𝗶𝗰𝗲_𝗼𝗳_𝗵𝘂𝗺𝗮𝗻𝗶𝘁𝘆_𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲_𝗵𝗮𝗾𝗮_𝗾𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮
Jilli qondaaltota olaanoo Mootummaa Itoophiyaa kan Ministera Maallaqaa Ahimad Shideen durfamu akkasumas Bulchaa Baankii Biyyoolessaa Iyyoob Takkaalany (PhD) qondaaltota Ministera Maallaqaafi Garee Daandii Qilleensa Itoophiyaa of keessaa qabu hojii tarsiimoo olaanaafi gara Chaayinaa imaluu beeksise.
Daawwannaan kun dhimmoota gurgurdoo lama irratti kan xiyyeeffatu yoo ta’u, marii walta'iinsa dhimmoota liqiifi ijaarsa Buufata Xiyyaara Idil-Addunyaa Bishooftuutiif haala faayinaansii kan mijeessuudha. Marii kanarratti Ambaasaaddarri Itoophiyaa kan Chaayinaa jiru Obboo Tafarraa Derrebew walgahii kanarratti argamaniiru.
Odessaa dabalataafi asiin dubbisaa:https://web.facebook.com/share/p/1AnoMx4Fim/

Minisitiirri Dhimma Alaa Iraan Abbaas Araaqchii, gita isaanii Minisitiira Dhimma Alaa Faransaay Jaa-No’eel Baaroo waliin marii bilbilaa taasisaniin, waraanni walta'iinsa Ameerikaafi Israaeliin Iraan irratti gaggeeffamaa jiru madaallii nageenyaafi diinagdee irratti miidhaa inni geessisaa jiru irratti mari'atan.
Akka tajaajilli oduu Tasniim gabaasetti, Jaa-No’eel Baaroo, Faransaay "waraana Iraan irratti banameefi haleellaa bu'uraalee misoomaa hawaasaa irratti raawwatamu kan mormitu ta'uu" irra deebi'uun mirkaneessaniiru.
@VOH_NEWS
#VOH_NEWS
#𝗩𝗼𝗶𝗰𝗲_𝗼𝗳_𝗵𝘂𝗺𝗮𝗻𝗶𝘁𝘆_𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲_𝗵𝗮𝗾𝗮_𝗾𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚.
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️
𝐀𝐝𝐬: 👇👇👇
https://t.me/+L-34vxbyV74yYjJk
https://t.me/+L-34vxbyV74yYjJk
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧: 👇👇👇
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0
Korri nageenyaa guddaan Qeerroo fi qarree guutuu Oromiyaa hirmaachise magaalaa Bishooftuutti geggeeffamaa ture Bitootessa 29, 2026 goolabamee jira.
“Wal-ajjeechaan Obboleewwanii haa Dhaabbatu; Nageenyi Waaraan Fulla’insaan haa Mirkanaa’u!” jedhuun geggeeffamaa kan ture korri kunini kaayyoon isaa guddaan walitti dhukaasa Naannoo Oromiyaa Godinaalee hedduu keessatti mudatu dhaabuufi rakkoo tasgabbii naannochaa furuu akka tahe miidiyaaleen mootummaa gabaasaaniiru.
Odeessa guutuuf dubbisaa
https://www.facebook.com/share/p/1Hh5pjwzEa/

Reviews channel
Catalog of Telegram Channels for Native Placements
𝑽𝑶𝑰𝑪𝑬 𝑶𝑭 𝑯𝑼𝑴𝑨𝑵𝑰𝑻𝒀 ™ is a Telegram channel in the category «Новости и СМИ», offering effective formats for placing advertising posts on TG. The channel has 1.9K subscribers and provides quality content. The advertising posts on the channel help brands attract audience attention and increase reach. The channel's rating is 21.1, with 0 reviews and an average score of 0.0.
You can launch an advertising campaign through the Telega.in service, choosing a convenient format for placement. The Platform provides transparent cooperation conditions and offers detailed analytics. The placement cost is 1.2 ₽, and with 0 completed requests, the channel has established itself as a reliable partner for advertising on Telegram. Place integrations today and attract new clients!
You will be able to add channels from the catalog to the cart again.
Комментарий