
Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
13.0

Advertising on the Telegram channel «Shaggar TECH️»
5.0
2
Computer science
Language:
Other
308
4
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$4.80$4.80local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
👋Hi family akkam jirtu
⚠️Waan kana of eeggadhaa !
⚠️Link namni akkasitti callisee isinitti ergu hin tuqiinaa
⚠️Telegram keessan hack wan godhuf of eeggannoo godhaa
⚠️Hiriyyoottan keessanif share godhaa wanti kun nama hedduu mudacha jira
Yoo wanti kun isin mudatee shawwadamtanittu tahe hatattaman keessa bahuf step gadii jiru kana fayyadamaa
✔️Setting ➡️ Device ➡️ Activate session jela galaa account achi jela jiru tuqun➡️ Terminate Session gochun ofirraa dhaabsisaa
#TechTips #Android #ShaggarTech1 #DeviceSettings #hack
411
12:07
24.03.2025
imageImage preview is unavailable
🤖Logomaster AI
✅Best For: Creating attractive Logos
Logomaster Ai iin haala salphaa ta'een fi Daqiiqaa muraasa keessatti logo professional ta'e garaagaraa ittiin hojjachuuf AI tools nu fayyadu kessa hedduu bareedaa ta'eedha. Yaalaa yoo isinitti tole 👍
Linkii: https://logomaster.ai/
#ShaggarTech1 #logomaster #TechTips #Android #AI #androidtips #Aitools
501
02:57
21.03.2025
✅ Google Play Store bilbila keenya irrattti yoo nuuf hojjachuu dide akkamitti sirreessuu dandeenya?
Google play store bilbilota Android haarawa irra tti fee'amee kan gurguramu yoo ta'u, yeroo tokko tokko nuuf hojjachuu yeroon didu jira. Sababa kanaaf device ykn bilbila keenya irrattti sooftiweerii ykn bilbila keenyaa Update gochuu fi appii haaraa download godhachuu hin dandeenyu. Kanaafuu maloota armaan gadii kanaan fayyadamnee sirreeffachuu ni dandeenya.
👉1. Guyyaa fi sa'aatii bilbila ( device) keenyaa sirreessuu qabna. Isas sirreessuuf Setting-> Date and time-> kan jedhu fillannee “Automatic date & time” and “Automatic time zone” akka hojjatu banaa gochuu ykn manual sirreeffachuu dandeenya.
👉2. Data kanaan dura Google Play Store qabatee jiru irraa qulqulleessuu. Play store irratti data kanaan dura irratti fayyadamaa turre( Cached data) irraa qulqulleessuu qabna. Isas steeppii kanaan fayyadamuu dandeenya.
Setting-> Apps-> Google play store-> Storage-> Clear Cache
👉3. Google Play Store keenya version dura turetti deebisuu. Yeroo tokko tokko play store haaraa update goonee bilbila keenya wajjiin rakkoo qabatuu danda'a kanaafuu gara dura turetti( factory version) deebisuu qabna. Isas gochuuf
Setting-> Apps -> Google play store bannee-> Uninstall Updates kan jedhuu gara duubatti deebisuu dandeenya.
👉4. Google Play Services hojjachuu isaa mirkaneessuu.
👉5. Google Play Store cufnee banuu, kunis mala namoonni hedduu fayyadamaniidha.
Isas gochuuf
Setting-> Apps-> Google play store-> Force stop kan jedhu filannee appicha dhabuu dandeenya. San booda iraa deebiin babuun fayyadamuu dandeenya.
👉6. Device ykn bilbila keenya cufnee banuu ykn restart gochuu bilbila keenya haaromsinee fayyadamuu.
👉7. Android operating System Device ykn bilbila keenya akka haaraatti hojii jalqabsiisuu. maloonni armaan oliitiin yaallee yoo nuuf sirraayuu dide bilbila keenya reset gochuun akka haaraatti operating System bilbila keenyaa jalqabsiisuun play store keenya akka nuuf hojjatu gochuu dandeenya.
#GooglePlayStore #Android #AppFix #Troubleshooting #DeviceSettings #TechTips #MobileSupport
624
13:46
19.03.2025
✅️Youtube_tip
Akkuma social media biroo youtube nis yeroo yeroon feature haaraa update gochaa jira. Youtube content video irratti ilaaluu dheeraa ta'uu irraa kan ka’e yeroo dheeraa irratti dabarsina , iiini immoo fayyaa keenyaa gaarii ta'uu dhabuu mala. Kanaafuu feature update ta'an keessaa muraasa isaanii haa ilaallu.
👉Remind me to take a break
Yeroo dheeraa youtube yoo ilaallu ta'e sa'aatii nuti boqannaa fudhachuu barbaanne akka nu yaadachisuu gochuuf feature nu dandeessisuudha.
Isas gochuuf: 👉YoutTube setting kan jedhu keessa galla-> general Remind me to take a break kan jedhu filannee sa'aatii fi Daqiiqaa itti boqachuu fi akka nu yaadachiisu feenu guutuun save gochuudha.
👉Remind me when it's bedtime
Yeroo tokko tokko osoo hin yaadatin youtube osoo ilaallu sa'aatiin hirribaa akka nu jalaa hin dabarreef akka nu yaadachiisu gochuu feature nu dandeessisuudha.
Isas gochuuf:👉Youtube setting kan jedhu keessa seenna -> Remind me when it's bedtime kan jedhu On gochuun sa'aatii hirriba keenyaa filachuun akka nu yaadachiisu gochuu dandeenya.
👉Restricted Mode
YouTube video qabiyyee garaagaraa qabantu irratti gadi lakkifama, isaan keessaa video qabiyye nut ilaallu hin barbaannee akka nu bira hin dhufne filter gochuun ofirraa dhoorkuuf feature nu dandeessisuudha.
Isas gochuuf: 👉Youtube setting galla->Restricted Mode kan jedhu On gochuun restrict gochuu dandeenya.
👉Family centre
Mana keessatti youtube namoonni gurgudaan ilaalan daa'imman/ijoolleen xixinnoon akka hin ilaalle gochuuf feature nu dandeessisuudha.
Feature kanaanis ijoolleedhaaf profile Create gochuun/banuudhaan viidiyoolee isaan madaalaniifi isaaniif ta'an qofa akka ilaalan gochuun ni danda'ama.
Isin feature kanneen keessaa kamtu isinitti tole? Comment tolchaa!!! Yoo isinitti tole 👍
#YouTubeTips #ShaggarTech1 #FamilyCentre #RestrictedMode #TakeABreak #TechTips #HealthyTechUse #YouTubeUpdate #DigitalWellness #TechTricks
538
19:23
17.03.2025
✍Message ykn Daataa garaagaraa bilbila keenya irraa delete nu jalaa ta'e deebisuuf (recover) gochuuf appii nu gargaaru.
👌Yoo tasa ykn namni bilbila keenya irraa messages, contacts, photos, videos, fi Daataa bitoo delete nu jalaa godhe appii recover gochuuf nu fayyadu kana liinkii armaan gadii kanaan seentaniii playstore irraa download gochuun fayyadamuu dandessu.
Linkiin: https://play.google.com/store/apps/details?id=recovermessages.restoredeleteddata.recoverdata.notifyme
How to Use:
👉Install the App: playstore appicha download gochuu
👉Allow Permissions: data bilbila keenyaa access akka godhu eyyama kennuu
👉Select Data to Recover: gosa data ( message, contact, photos ) recover gochuu barbaannu filachuu
👉Restore Data: data ykn message nu jalaa bade restore gochuu dandeenya.
#datarecovery #deletedmessages #recoverdata #recoveryapp #androidtips #restorefiles #restoredeleteddata
562
14:58
17.03.2025
✍Message ykn Daataa garaagaraa bilbila keenya irraa delete nu jalaa ta'e deebisuuf (recover) gochuuf appii nu gargaaru.
👌Yoo tasa ykn namni bilbila keenya irraa messages, contacts, photos, videos, fi Daataa bitoo delete nu jalaa godhe appii recover gochuuf nu fayyadu kana liinkii armaan gadii kanaan seentaniii playstore irraa download gochuun fayyadamuu dandessu.
Linkiin: https://play.google.com/store/apps/details?id=recovermessages.restoredeleteddata.recoverdata.notifyme
How to Use:
👉Install the App: playstore irraa appicha download gochuu
👉Allow Permissions: data bilbila keenyaa access akka godhu eyyama kennuu
👉Select Data to Recover: gosa data ( message, contact, photos ) recover gochuu barbaannu filachuu
👉Restore Data: data ykn message nu jalaa bade restore gochuu dandeenya.
#datarecovery #deletedmessages #recoverdata #recoveryapp #androidtips #restorefiles #restoredeleteddata
562
14:58
17.03.2025
Best telegram bots
👉@zoombot: Telegram irraa osoo hin bahin zoom meeting gochuuf telegram bootii nu gargaaruudha.
👉@LivegramBot: Sababoota garaagaraatiif namoonni akka inbox nu wajjin hasawan yoo barbaanne bootii ofii keenyaa create goonee bootii kanaan walqunnamsiisuun namoonni akka live nu wajjiin haasawan gochuuf bootii nu gargaaruudha.
👉@ONLYOFFICE_bot : appii dabalataa tokko malee Telegram irratti word document, spreadsheet, presentation fa'a haala salphaa ta'een faayila hojjachuuf telegram bootii nu gargaaruudha.
👉@Mad_AI_bot: Chat gpt 4 waliin kan walitti dhihaatuu fi gaafiif gaafanneef deebii kennuuf telegram bootii nu gargaaruudha.
👉@OpenHaaretzBot: Yeroo tokko tokko article yeroo dubbisuu barbannu kafaltii nu gaafata yoo ta'e bootii kana fayyadamuun article garaagaraa unlock gochuun fayyadamuuf bootii nu gargaaruudha.
#TelegramBots #TechTips #Productivity #AI #Telegram #Bots #ShaggarTech1
679
12:59
15.03.2025
✅ Internet yeroo fayyadamnu daataa keenya akka nuuf qusatamu maloota armaan gadii fayyadamuu ni dandeenya.
Part 1
❇️Daataa bilbila keenyaa kan waliigalaa qusachuuf
❶ #setting filachuu
❷ #data_usage filachuu
❸ #option ykn ... Tuqaa sadi kan harka mirgaa irra jiru
❹ #restrict_background_data kan jedhu filannee restrict gochuu dandeenya.
✅️ Application garaagaara yeroo fayyadamnu Daataa qusachuuf immoo maloota armaan gadii fayyadamuu dandeenya.
♻️Telegram irratti daataa akka nuuf qusatu gochuuf
❶ #Telegram banuu
👇👇👇👇👇
❷ #setting filachuu
👇👇👇👇👇
❸ #data_and_storage filachuu
👇👇👇👇👇
❹ #when_using_mobile_data kan jedhu filachuu
👇👇👇👇👇
❺ Right(✔) kan ta'e jiru hunda ofirraa cufuun sirreeffachuu dandeenya.
#Facebook_Lite irratti daataa akka nuuf qusatamu gochuuf
❶ #facebook_lite banuu
👇👇👇👇👇
❷ #setting banuu
👇👇👇👇👇
❸ #Data_Usage filachuu
👇👇👇👇👇
❹ #data_saver_ kan jedhu Off gochuu
✳️WhatsApp_ irratti daataan akka nuuf qusatamu gochuuf
❶ #whatsapp banuu
👇👇👇👇👇
❷ #option ykn --- tuqaa sadi gubbaa irra jiru filachuun banuu
👇👇👇👇👇
❸ #setting filachuu
👇👇👇👇👇
❹ #data_and_storage_usage filachuu
👇👇👇👇👇
❺ #whan_using_mobile_data kan jedhu filachuu
👇👇👇👇👇
❻ Right(✔) kan ta'e jiru hunda ofirraa cufuun sirreeffachuu dandeenya
🔰Messenger_irratti daataan akka nuuf qusatamu gochuuf
❶ #Messenger banuu
👇👇👇👇👇
❷ #setting filachuu
👇👇👇👇👇
❸ #Data_saver filachuu
👇👇👇👇👇
❹ #data_saver kan jedhu On gochuun daataan keenya akka nuuf qusatamu gochuu dandeenya.
👍1k for part 2
✅️ Odeeffannoo walfakkaataaf Chaanalii keenya hordofaa. GALATOOMAA 🙏
https://t.me/+6yGiMXEw3Nk1OWJk
711
16:53
13.03.2025
imageImage preview is unavailable
👌Telegram update/ feature haaraa gadi lakkisee jira.
Isaan keessaa tokko contact listiin ala kan jiru namni biraa yoo inbox yoo nuuf godhe lakkoofsichi biyya kamitti akka bahe, yoom akka banamee fi group garaagaraa share goone fi official account verified ta'e jalqabaa irratti nuuf fida.
Kunis gowwomsa(scam) garaagaraatiif akka hin saaxilamneef feature hojii irra ooleedha.
#ShaggarTech1 #Telegramupdate #MobileTips #Tech #TelegramBots
824
19:11
08.03.2025
imageImage preview is unavailable
👌Telegram update/ feature haaraa gadi lakkisee jira.
Isaan keessaa tokko contact listiin ala kan jiru namni biraa inbox yoo nuuf godhe lakkoofsichi biyya kamitti akka bahe, yoom akka banamee fi group garaagaraa share goone fi official account verified ta'e jalqabaa irratti nuuf fida.
Kunis gowwomsa(scam) garaagaraatiif akka hin saaxilamneef feature hojii irra ooleedha.
#ShaggarTech1 #Telegramupdate #MobileTips #Tech #TelegramBots
824
19:11
08.03.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
2 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
m
**55866888@*****.com
On the service since January 2025
13.01.202515:32
5
Prompt placement
Show more
New items
Channel statistics
Rating
13.0
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
3
Followers:
9.9K
APV
lock_outline
ER
2.9%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Followers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий