
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
31.2

Advertising on the Telegram channel «QUBEE MEDIA»
5.0
25
Welcome to our channel!
In this channel you'll find books, education information, exams, technology news, website building and etc.
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$6.00$6.00local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
#Exit_Exam
Bu'aan Exit Exam bara 2017 yoom gadhiifama?
Bu'aan qormaata bahumsaa ykn Exit Exam bara 2017 guyyaa sadi booda jechuunis Waxabajjii 13 bara 2017 guyyaa sa'aatii 7 irraa eegalee ni gadhiifama odeeffannoon jedhu ni jira.
Garuu odeeffannoon kun dhugaa ta'uu isaatiif ragaan homtuu hin jiru.
Nutis odeeffannoo sirrii hordofnee kan isin biraan geenyu ta'a nu hordofaa!
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Facebook
https://www.facebook.com/share/1AGMrCBSDB/?mibextid=qi2Omg
1456
17:19
17.06.2025
imageImage preview is unavailable
#Exit_Exam
Waxabajjii 2 bara 2017 irraa kaasee kennamaa kan ture qormaanni bahumsaa har'a xumurameera.
Guyyaa har'a dabalataanis barsiisonni sagantaa Gannaa qormaata bahumsaa fudhatan kuma 5 ol qormaata bahumsaa isaanii eegalaniiru.
Barattoonni kuma 190 ol Yuunivarsiitiiwwan 51 tti kan qopha'aan buufata qormaataa 87 tti qormaata bahumsaa fudhachaa turan. Isaan kana keessaa kuma 88 kan ta'aan irra deebiin qormaata bahumsaa kan fudhatanidha.
Guyyaan bu'aan qormaata bahumsaa itti gadhiifamu fi odeeffannoo dabalataa argachuuf channel keenya join taasisaa!
@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
Facebook
https://www.facebook.com/share/1AGMrCBSDB/?mibextid=qi2Omg
1713
16:27
17.06.2025
imageImage preview is unavailable
#Update
#Exit_Exam
Qormaanni bahumsaa qormaata guyyaa Jahaffaa kennamaniin itti fufeera.
Har'a Waxabajjii 9 bara 2017 qormaanni ganama fi waaree booda kan kennaman akka ta'e sagantaan bahe ni agarsiisa.
Boru Kibxata Waxabajjii 10 bara 2017 barsiisonni sagantaa Gannaatiin barnoota isaanii hordofaa turan 5,521 qormaata bahumsaa kan fudhatan akka ta'u ni beekama.
Barsiisonni kunneen qormaata bahumsaa kana giddu gala qormaataa 35 Yuunivarsiitiiwwanitti qopha'aanitti leenjii kan ittiin fudhatan sagantaalee 24'n qormaata ni fudhatu jedhameera.
Barsiisonni guyyaa har'a kanatti Username fi Password qormaataaf isaan barbaachisu fudhachaa jiru.
Barattoota fi Barsiisota qormaata bahumsaa fudhattan hundaaf carraa gaarii!
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Qubee_Media_Official ✅
@Qubee_Media_Official ✅
2929
08:32
16.06.2025
imageImage preview is unavailable
#Exit_Exam
#MoE
Sagantaa qormaata bahumsaa ykn Exit Exam kan bara 2017 guyyaa Jahaffaa Waxabajjii 9 bara 2017
Qormaanni bahumsaa ykn Exit Exam guyyaa boruu sagantaalee barnootaa ykn department garaa garaatiin marsaa lamaan ni kennama;
✅ Marsaa 1: Ganama Sa'aatii 2:30-6:00
✅ Marsaa 2: Waaree booda Sa'aatii 9:00-12:00
Barattoota qormaata bahumsaa fudhattan hundaaf carraa gaarii!
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Qubee_Media_Official ✅
@Qubee_Media_Official ✅
2854
17:47
15.06.2025
imageImage preview is unavailable
#Yuunivarsiitii
#Freshman
Mooraa ykn Yuunivarsiitii keessatti Qabxiin ykn «Grade» akkamitti hojjetama?
GPA ykn CGPA jechuun maal jechuudha?
#Share taasisaa!
Akkuma beekamu grading system Yuunivarsiitiiwwan biyya keenya keessaa hedduu wal fakkaataa dha.
Tokkoon tokkoon Seemisteeraatti;
⏺ 20% ykn 30% keessaa Test, Quiz, Group work ykn Assignment ta'uu danda'a.
⏺ 20% ykn 30% keessaa ammoo qormaata Mid dha.
⏺ 50% keessaa ammoo qormaata Final dha.
Tokkoon tokkoon koorsii xumura seemisteeraa sadan isaayyuu walitti ida'aamee, bu'aan ida'ama isaa kan koorsiiwwan hunda seemisteera sana keessa jiran waliin walitti ida'aamee hiramee gireediin hojjetama.
Gireediin ida'aama Koorsiiwwan sana hundaa erga walitti ida'aamee booda qabxiin argamu sun department filachuuf gahee ni qabaata.
👉 GPA jechuun qabxii ykn gireedii Seemisteera hunda irratti galmeessisnudha.
👉 CGPA jechuun ammoo avereejii qabxii ykn gireedii jechuudha.
Barattoota qabxii seemisteera jalqabaatiin qofa department filatam jechuunis department kanneen akka Law kan seenanis GPA seemisteera sanaa qofti kan ilaalamu yoo ta'u, warreen Seemisteera 2ffaa irratti filataniif garuu kan seemisteera lamaanii walitti ida'aamee erga lamaaf hirame booda CGPA sanaan department filatu.
Department filachuuf yeroo baay'ee qorumsi entrance kutaa 12ffaa 20% irraa kan qabamu yoo ta'u, CGPA ammoo 50% irraa qabama akkasumas iddoo tokko tokkotti 30% irraa qormaanni jira.
Maalumaafuu mee akka seeraan hubattaniif kan Yuunivarsiitii tokkoo kan seemisteera jalqabaa fakkeenya fudhannee haa ilaallu;
Critical Thinking.......... 5ECTS
General Psychology............ 5ECTS
Economics .................. 5ECTS
Communicative English I .... 5ECTS
Geography ..............5ECTS
Mathematics...........5ECTS
Physical fitness (pass or fail)
Walumaa galatti 32 ECTS ta'a, garuu Physical fitness waan hin qabamneef 30.
Fakkenyaaf barataan Tolaa jedhamu,
1. Critical Thinking - 77 (B+)
2. General Psychology - 82 (A-)
3. Economics - 59.9 (C)
4. Mathematics - 42 (D)
5. Communicative English I - 68 (B-)
6. Geography - 64 (C+)
7. Physical fitness - 70 (P)
As irratti wanti hubachuu qabdan,
A+ jechuun 90-100 yoo ta'u 4 qabata
A jechuun 85-90 yoo ta'u 4 qabata
A- jechuun 80-85 yoo ta'u 3.75 qabata
B+ jechuun 75-80 yoo ta'u 3.5 qabata
B jechuun 70-75 yoo ta'u 3 qabata
B- jechuun 65-70 yoo ta'u 2.75 qabata
C+ jechuun 60-65 yoo ta'u 2.5 qabata
C jechuun 50-60 yoo ta'u 2 qabata
C- jechuun 45-50 yoo ta'u 1.75 qabata
D jechuun 40-45 yoo ta'u 1 qabata
F jechuun 40 gadi dha.
Fide haa jennu, kana grade isaa yeroo hojjennu, ECTS sana grade dhaan baay'isuu qabna, kanaanis;
5×3.5 = 17.5
5×3.75 = 18.75
5×2 = 10
5×1 = 5
5×2.75 = 13.75
5×2.5 = 12.5
Ida'aamni isaa 120 keessaa 77.5 ta'a kanas baay'ina ECTS 30'f hirra sunis 2.58 dhufa. Qabxiin Tolaa 2.58 jechuudha.
Seemisteera jalqabaa irratti, GPA'n;
1.75-4.00 ➡Promoted
1.50-1.75 ➡Warning
1.00-1.50 🔫Academic dismissal
0.00-1.00 ❌Complete dismissal ta'a.
Kuni tarii Yuunivarsiitii dhaa Yuunivarsiitiitti garaa garummaa qabaachuu danda'a.
Wanti gaaffii isinitti ta'e yoo jiraate karaa group keenya irratti gaafadhaa!
Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa!
@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
3868
03:58
15.06.2025
imageImage preview is unavailable
#Yuunivarsiitii
#Universities_Budget
«Baajanni Yuunivarsiitiin tokko qabu ofii isaa kan Ministeera Barnootaa ni caala......» Dr. Abiy Ahmed
Yuunivarsiitiiwwan Mootummaa baajanni guddaan kan isaaniif ramadamu ta'uyyuu, baajata isaaniif ramadame sana piroojektiiwwan baay'ee barbaachisoo hin taaneef oolchaa jiru jechuun Mootummaan komate.
Tokkoon tokkoon Yuunivarsiitiiwwanii baajanni isaaniif ramadamu osoo ida'amee dhaabbata biyyattii kamirraayyuu kan caalu akka ta'e Dr. Abiy Ahmed marii bakka bu'oota barsiisotaa waliin taasisan irratti ibsaniiru.
Muummichi Ministeeraa maal jedhan?
«Baajanni Yuunivarsiitiin tokko qabu ofii isaa kan Ministeera Barnootaa ni caala. Baajanni ramadamu Biiliyoonaani. Sana booda Yuunivarsiitichi maal godha? staadiyeemii, hooteela, dallaa ni ijaara kanaafidha ijaarsi haa dhaabbatu kan jennu. Yuunivarsiitii jechuun waldaa ijaarsa Kondominiyeemii miti. Fakkeenyaaf Yuunivarsiitiin Jimmaa fayyaa irratti kan hojjetu yoo ta'e haa ta'u Hoospitaala haa ijaaru. Kan biraa ammoo Yuunivarsiitiin Adaamaa Saayinsii irratti kan hojjetu yoo ta'e laaybirarii Saayinsii haa ijaaru. Faashinii fakkaata hunduu Hospitaala ijaara kan isa fayyadus kan isa hin fayyadnes. Hunduu staadiyeemii, dallaan hundi mana Mootummaa fakkaata. Birriin kuni hundi itti ba'a. Tokkoon tokkoon Yuunivarsiitii qarshiin isaan fudhatan osoo ida'amee dhaabbanni kamiyyuu Itoophiyaa keessatti qarshii hanga sana kan fudhatu hin jiru.»
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Qubee_Media_Official ✅
@Qubee_Media_Official ✅
Facebook 📱
https://www.facebook.com/share/1AGMrCBSDB/?mibextid=qi2Omg
3452
17:00
14.06.2025
imageImage preview is unavailable
#Kutaa_12ffaa
#Ministeera_Barnootaa
#BBO
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2017 fudhattan hundaaf
Barattoota qormaata biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2017 fudhataniif Sagantaan tutorial gosa barnootaa hunda irratti, boqonnaawwan filatamaniifi barsiisota filatamoo ta'aniin haala qormaata biyyoolessaatiif barattoota qopheessuu danda'uun Ministeerri Barnootaa viidiyoon qopheessee dhiheessee jira.
Kanaafuu, barattoonni keenya sagantaa tutorial Ministeerri Barnootaa barattoota qormaataaf qopheessuuf dhiheesse kana Liinkii asii gaditti dhihaate kanatti kanatti fayyadamuun, kompitaraan ykn bilbila harkaan ta'an irratti barachuu ni dandeessu.
Barsiisonni, hawaasni barnootaa fi maatii barattootaa ; barattoota keenyaaf deeggarsa akka gootan dhaamsa keenya dabarsina.
Liinkii: https://examinfo.moe.gov.et/guides
Erga seentanii booda, mata duree «Tutorials» jedhu filachuun, bakka «Search» jedhu irratti kutaa hordofuu barbaaddan barreessaa!
Bakka «All Su» ykn «All Subject» jedhu keessa galuun Gosa barnoota barbaaddanii filadhaa!
Viidiyoon yoo dhufe, maqaa gosa barnootaa viidiyoorra jiru cuqaasaa (click) godhaa!
Kana Booda Sagantaa Tutooriyaalii (Sagantaa Cimsaa) barsiisota ciccimoon Viidiyoon isiniif dhihaatu jiru hordofuun of qopheessaa!
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Qubee_Media_Official ✅
@Qubee_Media_Official ✅
Facebook 📱
https://www.facebook.com/share/1AGMrCBSDB/?mibextid=qi2Omg
4162
04:02
14.06.2025
imageImage preview is unavailable
#Update
#Exit_Exam
Qormaanni bahumsaa ykn Exit Exam barattoota digirii jalqabaa oolmaa guyyaa shanaffaa har'a xumurameera.
Qormaanni kun guyyoota shanan darbaniif kan kenname yoo ta'u, guyyoota itti aanan lamaaniif (Sanbata fi Dilbata) akka hin kennamne sagantaan bahe ni agarsiisa.
Waxabajjii 2 bara 2017 irraa kaasee kennamaa kan jiru qormaanni bahumsaa kun Kibxata Waxabajjii 10 bara 2017 ni xumurama.
Barattoonni kuma 190 ta'aa qormaata bahumsaa kana karaa online ni fudhatu.
Ibsa Suuraa :- Yuunivarsiitii Dambi Doolloo, Addigiraat fi Yuunivarsiitii Wallaggaa
Barattoota qormaata bahumsaa fudhattan hundaaf carraa gaarii!
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Qubee_Media_Official ✅
@Qubee_Media_Official ✅
3718
18:14
13.06.2025
imageImage preview is unavailable
#Exit_Exam
#MoE
Sagantaa qormaata bahumsaa ykn Exit Exam kan guyyaa Shanaffaa ykn Waxabajjii 6 bara 2017
Qormaanni bahumsaa Waxabajjii 6 bara 2017 sagantaalee barnootaa ykn department suuraa irratti ka'aamaniin marsaa lamaan ni kennama;
✅ Marsaa 1: Ganama Sa'aatii 2:00-5:00
✅ Marsaa 2: Waaree booda Sa'aatii 9:00-12:00
Barattoota qormaata bahumsaa fudhattan hundaaf carraa gaarii!
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Qubee_Media_Official ✅
@Qubee_Media_Official ✅
Facebook 📱
https://www.facebook.com/share/1AGMrCBSDB/?mibextid=qi2Omg
3679
17:10
12.06.2025
imageImage preview is unavailable
#Exit_Exam
#MoE
Sagantaa qormaata bahumsaa ykn Exit Exam kan guyyaa arfaffaa ykn Waxabajjii 5 bara 2017
Qormaanni kun guyyaa boruu jechuunis Waxabajjii 5 bara 2017 sagantaalee barnootaa ykn department 58'f kan kennamu yoo ta'u;
✅ Marsaa 1: Ganama Sa'aatii 2:30-5:00
✅ Marsaa 2: Guyyaa Sa'aatii 5:30-8:00
✅ Marsaa 3: Waaree booda Sa'aatii 8:30-11:00 ni kennama.
Sagantaa qormaataa suuraa irraa ilaalaa share taasisaa!
Barattoota qormaata bahumsaa fudhattan hundaaf carraa gaarii!
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Qubee_Media_Official ✅
@Qubee_Media_Official ✅
Facebook 📱
https://www.facebook.com/share/1AGMrCBSDB/?mibextid=qi2Omg
3713
18:34
11.06.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
8 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
f
**biubiu@*****.com
On the service since January 2025
19.03.202513:54
5
Precise task compliance

QUBEE MEDIA
On the service since December 2023
03.05.202517:50
Thank you! 🙏
Show more
New items
Channel statistics
Rating
31.2
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
69
Subscribers:
22.5K
APV
lock_outline
ER
11.5%
Posts per day:
2.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий