
Advertising on the Telegram channel «Oromia Times»
Advert your services and products here.
Channel statistics
Qormaanni Bahumsaa ykn Exit Exam walakkeessa bara 2018 kennamuu jalqabuun isaa ni yaadatama.
Kanaanis hanga ammaatti guyyaa sadu barattoonni qormaata kan fudhatan yoo ta'u, kaleessa dabalatee guyyoota itti aanan lamaaf qormaanni Bahumsaa ykn Exit Exam hin kennamu.
Kunis guyyaa kaleessaa sababa hordoftoota Amantaa Adveentistii waliin wal qabatee yoo ta'u, har'a ammoo Dilbata waan ta'eef, akkasumas borimmoo ammoo Ayyaana Yaadannoo Adawaa waan ta'eefi.
Kibxata qormaanni guyyaa arfaffaa kan kennamu ta'a.
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Qormaanni Exit fi eebbi barattootaa bara 2018/2026 (kan xumura waggaa) filannoo booda akka ta'u barameera.
Barattoonni hundinuu filannoo biyyoolessaa filatanii deebi'anii barumsa isaanii akka itti fufan Ministeerri Barnootaa fi Boordiin filannoo murteessaniiru.
Kanaafuu, sodaan "wanti hundinuu filannoo dura xumurama" jedhamaa ture hafeera🙏
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Filannoo Biyyaalessaa fi Barattoota Yuunivarsiitii
Ministeerri Barnootaa xalayaa dhaabbilee barnoota olaanootiif ergeen waa'ee jiraachuu Barnootaa yeroo filannoo biyyaalessaa kana jedheera.
Caamsaa 24 bara 2018 kan gaggeeffamu Filannoo Biyyaalessaa irratti barattoonni filachuu akka danda'aaniif barnoonni kennamu filannoo dura akka xumuramu fi barattoonni gara maatii isaaniitti akka deeman hojimaanni yaadamee ture kenniinsa qulqullina barnootaa akkasumas qophii barattootaa qormaataaf.
Barattoonni deemanii filatanii deebi'uuf guyyoonni isaan barbaachisan qofti yaadamee akka isaaniif eeyyamamu fi filatanii akkuma deebi'aniin barnoota isaanii akka itti fufan Ministeerri Barnootaa fi Boordiin Filannoo Biyyaalessaa waliin dubbachuun walii galtee irra gahaaniiru.
Kana waan ta'eefis guyyoota isaaniif eeyyamame keessatti deemanii filatanii deebi'uu akka danda'aaniif eeyyamni akka isaaniif kennamu
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Natural Science Grade 11 Week 1 Weekly Study Program
Galmaa'uuf 👇👇👇👇👇👇
https://t.me/qubeeacademy/22401
Qormaanni Bahumsaa ykn Exit Exam walakkeessa bara 2018 rakkoo guyyaa har'a mudateen sagantaan isaa irra deebiin baheera
Kanaanis sagantaan Qormaata Bahumsaa ykn Exit Exam walakkeessa bara 2018 Gurraandhala 17 irraa kaasee hanga Gurraandhala 27 tti kan ture, amma ammoo Gurraandhala 18 irraa kaasee hanga Gurraandhala 27 bara 2018 tti guyyoota torbaaf ni kennama
Sagantaa guutuu qormaata bahumsaa fooyya'ee bahe kana suuraa armaan olii irraa ilaalaa!
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Qormaanni Bahumsaa ykn Exit Exam walakkeessa bara 2018 rakkoo guyyaa har'a mudateen sagantaan isaa irra deebiin baheera
Kanaanis sagantaan Qormaata Bahumsaa ykn Exit Exam walakkeessa bara 2018 Gurraandhala 17 irraa kaasee hanga Gurraandhala 27 tti kan ture, amma ammoo Gurraandhala 18 irraa kaasee hanga Gurraandhala 27 bara 2018 tti guyyoota torbaaf ni kennama
Sagantaa guutuu qormaata bahumsaa fooyya'ee bahe kana suuraa armaan olii irraa ilaalaa!
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
#Jalqabeera
Qormaani Ba’iinsaa dhaabbilee Barnoota barnoota ol'aanaa digrii jalqabaa (Undergraduate) kennamuu jalqabeera.
Qormaanni kun har’a, Guraandhala 17/2018 A.L.I irraa eegalee guyyoota saddeetiif ni kennama.
Guyyaa jalqabaa har’aa keessatti, qormaanni Accounting fi Finance bakka sadii (3 sessions)tti qoodamee kennama.
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Yaadachiisa barattoota qormaata bahumsaa ykn Exit Exam walakkeessa bara 2018 fudhattaniif tikkeettii seensa qormaataa qabachuun dirqama waan ta'eef download taasisuun qabadhaa.
Tikkeettii seensa qormaataa bahumsaa kana argachuuf Username fi Password isiniif kenname fayyadamuun link armaan gadii irraa download taasisaa.
Akkasumas kanneen qarshii kaffaltan ammoo lakkoofsa transaction fayyadamaa!
https://verify.ethernet.edu.et
Carraa Gaarii!
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Yaadachiisa barattoota qormaata bahumsaa ykn Exit Exam walakkeessa bara 2018 fudhattaniif tikkeettii seensa qormaataa qabachuun dirqama waan ta'eef download taasisuun qabadhaa.
Tikkeettii seensa qormaataa bahumsaa kana argachuuf Username fi Password isiniif kenname fayyadamuun link armaan gadii irraa download taasisaa.
Akkasumas kanneen qarshii kaffaltan ammoo lakkoofsa transaction fayyadamaa!
https://verify.ethernet.edu.et
Carraa Gaarii!
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Barattoota Qormaata Bahumsaa fudhattan hundaaf qormaanni bahumsaa ykn Exit Exam Gurraandhala 17 bara 2018 irraa eegalee guyyoota saddeetiif kennama.
Barattoonni qormaata kana fudhatan qajeelfamoonni isaan hordofuu qaban;
➫ Barattoonni qormaata kana fudhatan kutaa qormaataa keessatti bilbila harkaa, sa'aatii harkaa miimoorii of keessaa qabu, kaalkuleetarii saayintifikii, waraqaa eenyummaa kan isaanii hin taane akkasumas meeshaalee waraanaa kamiyyuu qabatanii seenuun dhorkaadha.
➫ Barattoonni qormaanni eegaluu isaatiin daqiiqaa 30 dursanii kutaa qormaataatti argamuu qabu.
➫ Barattoonni kutaa itti qormaataaf ramadamaniin ala qoromuun bu'aan isaanii akka haqamu taasisa.
➫ Barattoonni ajaja qormaata raawwachiiftotaa eeguu fi kabajuu qabu.
➫ Barattoonni National ID qabaachuuf dirqama qabu, akkasumas waraqaa eenyummaa isaan ibsu qabachuu qabu.
➫ Maqaa, Username fi Password nama biraatiin qoromuun hin danda'aamu.
Carraa Gaarii!
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Akkasumas barattuu Diinagdee tokko waliin wal arginee waa'ee Diinagdee gaafanneerra.
Maaliif Diinagdee filatte?
Economics seenuuf dorgommii guddaa qabaa?
Yuunivarsiitii irratti hundaa'uun garaagarummaa qaba. Garuu yeroo Ammaa kana barattoonni hedduun barbaadaa sababa dhufaniif dorgommii qabaachuu danda'a.
Economics ni cimaa?
Department'n hundiyyuu yoo hin dubbisne ni ulfaata. faallaa kanaatiin Economics immoo hubannoo barbaada. Dubbisa hedduus gaafata. Akkasumas, yeroo barattan osoo hin baayyatin Jala jalaa yoo dubbiftan Gaariidha.
Barattoonni baay'een isaanii Calculation'n Economics keessatti baay'eedha jedhu, dhugaadhaa?
Dhugaadha. Mana Barumsaa Sadarkaa Lammaffaa keessatti waa’ee function, derivative, integration fi Central tendency irratti beekumsa bu’uuraa yoo qabaatte; Economics keessattis ballinaan waayeema isaanii waan barattuuf bu'uura gaarii qabachuun kanneen Economics keessatti dhufan salphaatti hojjechuu dandeessa.
Garuu akkuma waggaan isaa dabalaa deemuun theory'n dabalaa deema, calculation'n immoo hir'achaa deema.
Yoon Economics baradhe hojii akkamiin argachuu danda'a?
Economist'oonni irra caalaa Baankii fi dhaabbilee miti mootummaa ykn NGO keessa hojjetu. Dabalataan Dhaabbilee kamiifuu gorsaa ta'uu danda'u, data analyst fi waajjiraalee mootummaa keessatti gitoota hojii adda addaa keessa hojjechuu ni danda’u.kanaaf daandiiwwan hojii baay’eedha.
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Reviews channel
5 total reviews
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
Catalog of Telegram Channels for Native Placements
Advertising on the Telegram channel «Oromia Times» is a Telegram channel in the category «Образование», offering effective formats for placing advertising posts on TG. The channel has 26.3K subscribers and provides quality content. The advertising posts on the channel help brands attract audience attention and increase reach. The channel's rating is 27.6, with 5 reviews and an average score of 5.0.
You can launch an advertising campaign through the Telega.in service, choosing a convenient format for placement. The Platform provides transparent cooperation conditions and offers detailed analytics. The placement cost is 3.6 ₽, and with 6 completed requests, the channel has established itself as a reliable partner for advertising on Telegram. Place integrations today and attract new clients!
You will be able to add channels from the catalog to the cart again.
Комментарий