
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
17.8

Advertising on the Telegram channel «Oromian Students»
5.0
4
Education
Language:
English
750
1
¤Chaanaalii @oromian_students irraa:-
👉Reference book
👉Text book
👉 Teacher guide
👉 Work sheet
👉 Intrance Exam
👉 Motivated & Engaging student
👌🏽 Hiriyoota keessaniif #share godhaa!
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$3.60$3.60local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
“Qophiin Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2017 xumurame “- Daayrektera Olaanaa Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa.
Daarektarri Olaanaa Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa obbo Esheetuu Kebbedee akka jedhanitti, qophiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 xumuramee jira.
Yeroo baay’ee qormaanni yeroo gaggeeffamu hanni qormaataa fi gowwoomsaan ni jiraata; kana hambisuuf mootummaan bara 2014 irraa eegalee barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa manneen barnootaa itti barataniifi yunivarsiitiiwwan keessatti akka fudhatan taasiseera.
Barattoonni meeshaalee sagalee ykn viidiyoo waraabbii hanna qormaataa fi gowwoomsaa keessatti gargaaruu danda’an kamiyyuu fayyadamuun dhorkaadha. Kanaan walqabachuunis sakatta’iinsi cimaan akka taasifamuu fi kanneen qabaman irratti tarkaanfiin akka fudhatamu ibsaniiru Dayirekterichi.
Barattoonni qormaata kana toora interneetii irratti fudhatan manneen barnootaa isaaniitti shaakala akka jiran kan ibsan Dr. Eshetuun, barattoonni qormaata kana waraqaa irratti fudhatanis hubannoo barbaachisaa ta’e akka argataniif tattaaffiin taasifamaa jira jedhan.
Qormaata kana milkaa’inaan xumuruuf qabeenyi qormaatichaaf barbaachisu sakatta’amuun humna namaatiif leenjiin kennamaa jiras jedhan Dr Esheetuun.
Dabalataan hoggantoota Biiroo Barnoota Naannolee fi hoggantoota yunivarsiitii waliin tumsi cimaan taasifamaa akka jiru Daarektarri Olaanaa Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa obbo Esheetuu Kebbedee himaniiru.
Akkaataa sagantaa Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaataa biyyoolessaa beeksiseen qormaanni kun Waxabajji 23/2017 hanga Adoolessa 8/2017tti kan kennamu ta’uu beeksisuun keenya ni yaadatama.
964
15:42
26.05.2025
✨Channel Telegram kan members 5k(5000) - @Oro_Books ol qabu bitachuu yoo barbaaddan karaa @BetterParrot nu qunnamaa📥
1294
19:32
22.05.2025
#BEEKSISA
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Fudhachuuf Qophaa'aa Jiran Hundaaf
------------
BBO-08/09/2017
Waraqaa Eenyummaa Galma Qormaataa ittiin seentan (Admission Card) liinkii asii gadii irratti gadhiifameera. https://exam.eaes.et
Kanaafuu,
- Barataan qormaataaf galmaa'e hunduu Mana Barnootaa itti galmaa'e irraa karaa bakka bu'aa isin galmeesseen argachuu ni dandeessu.
-Qoratamtootni dhuunfaa immoo, Mana Barnootaa akka buufata qormaataatti keessatti galmooftan deemuun waraqaa nagahee (Issue Number) yeroo galmooftan isiniif kenname agarsiisuun fudhachuu ni dandeessu.
#Haaluma_kanaan: Yeroo galmooftan dogoggora Suuraa, Maqaafi dogoggora qubee, Saalaa, gosa barnootaafi kkf yoo isin qunname gara mana barnoota keessaniitiin ragaan gurmaa'ee yoo dhihaate sirreessuun akka danda'amu Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaataalee Itiyoophiyaa beeksiseera.
1384
15:06
16.05.2025
imageImage preview is unavailable
Qabiyyee Qormaata Kutaa 12
---------------------
Qabiyyeen Qormaataa Biyyoolessaa Xumura Barnoota Sad. 2ffaa Kutaa 12ffaa Bara 2017:
#Kitaaba_barataa_irratti_kan_xiyyeeffateedha.
Kanaafuu, barattootni/qoratamaan hunduu kitaaba barataa(#Student_Text_Book) irraatti hundaa'ee qormaataaf akka qophaa'ufi beekumsaafi hubannoo dabalataa argachuuf immoo kitaaba wabii mijaa'aa ta'anitti akka fayyadamanis kan jajjabeessan ta'uu Daayirektarri Olaanaan Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Itiyoophiyaa Dr. Isheetuu Kabbadaa beeksisaniiru.
Kanaafuu, barattootni keenya kitaaba barataa irratti hundooftanii qophii barbaachisaa akka taasiftan dhaamsa dabarsaa, barsiisotni keenyas haaluma kanaan dura deeggarsa kennaa jirtan cimsuun kaayyoo keessan akka galmaam geessan isin yaadachiifna.
Haaluma walfakkaatuun, sagantaa tutoriyaalii viidiyoon kennamaa jirus hordoffiin akka itti fufu akka hin dagatamne jenna.
Link : https://examinfo.moe.gov.et/guides
#Carraa_Gaarii
1851
14:13
12.05.2025
#Beeksisa_Hatattamaa
#Barattoota_Qormaata_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa bara 2017 Fudhatan Hundaaf
-------------
https://examinfo.moe.gov.et/guides
BBO- Ebla 30/2017 Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2017 fudhataniif #Sagantaan_Tutorialii_Gosa_Barnootaa Hundarratti, #Boqonnaawwan_filatamaniifi_barsiisota_filatamoo ta'aniin haala #Qormaata_biyyoolessaatiif_barattoota_qopheessuu danda'uun Ministeerri Barnootaa #Viidiyoon_Qopheessee_dhiheessee jira.
Kanaafuu, Barattootni keenya sagantaa Tutooriyaalii Ministeerri Barnootaa barattoota qormaataaf qopheessuuf dhiheesse kana Liinkii asii gaditti dhihaate kanatti kanatti fayyadamuun, kompitaraan, bilbila harkaa/Android/Smart ta'an irratti barachuu ni dandeessu.
#Barsiisotni_Hawaasni_Barnootaafi_Maatii Barattootaa Barattoota keenyaa deeggarsa akka gootan dhaamsa keenya dabarsina.
Liinkii: https://examinfo.moe.gov.et/guides
Erga seentanii booda, Mata Duree: #Tutorials' jedhu filachuun
#Bakka 'search' jedhu irratti kutaa hordofuu barbaaddan barreessaa!
#Bakka "All Su" ykn 'All Subject' jedhu keessa galuun Gosa Barnoota Barbaaddanii filadhaa!#Viidiyoon yoo dhufe, maqaa gosa barnootaa viidiyoorra jiru cuqaasaa(click) godhaa!
#Kana_Boodaa_Sagantaa Tutooriyaalii(Sagantaa Cimsaa) barsiisota ciccimoon Viidiyoon isimiif dhihaatu jiru hordofuun of qopheessaa!
1617
10:01
07.05.2025
imageImage preview is unavailable
Guyyaa 26/08/2017
#YAADACHIISA
Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa Kennamuuf Ji'a Tokkotu Hafe.
---------------
#Guyyaa 26-27/09/2017 Qormaata Kutaa 6ffaa yoo ta'u,
#Guyyaa 03-05/10/2017 immoo Qormaata Kutaa 8ffaa Ta'uu wal yaadachiisun barbaachisaadha.
Qophii barbaachisaa taasisuufis ni gargaara.
1344
10:53
04.05.2025
#Kutaa 8ffaa
Oromiyaatti Qormaanni Kutaa 8ffaa waxabajjii 3-5, 2017 kennama
Qormaanni kutaa 6ffaa fi 8ffaa sadarkaa naannootti kennamu baatii Caamsaa fi Waxabajjiitti walduraa duubaan kan kennamu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Qormaanni kutaa 6ffaa caamsaa 26-27, 2017 kan kennamu yoo ta’uu, kutaa 8ffaan immoo waxabajjii 3-5, 2017 kan keennamu ta’uun ibsameera.
Biirichi Barsisonniifi maatiin deeggarsa barbaachisu akka kennan waamicha dhiyeessuu ragaan BBO irra argame ni mul’isa.
@Oromian_Students
1340
11:28
28.04.2025
imageImage preview is unavailable
“Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera!”
— Mat. 28:6
Hordoftootni amantaa kiristaanaa marti baga ayyaana du'aa ka'uu gooftaa keenya Iyyasuus kiristoosiin isin gahe.♥
@Oromian_Students
834
05:20
20.04.2025
imageImage preview is unavailable
Barattoonni Field kamiyyuu barattanii sadarkaan barnootaa keessan degree fi Isaa ol ta'ee akkasumas fedhii barsiisummaa qabdan hundaaf,
Ministeerri barnootaa ibsa baasee jira.
Ministeerri barnootaa barattoota sadarkaan barnootaa isaanii degree fi Isaa ol ta'eef leenjii gabaabaa kennuun hojii barsiisummaa irratti bobbaasuu barbaada.
Kanaafuu link armaan gadiin seentanii galmaa'uun leenjii gabaabaa erga fudhattanii booda hojii barsiisummaa irratti bobbaatanii hojjechuu akka dandeessan ministeerri barnootaa ibsa baasee jira👇👇
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSdE9xMEW7whtx0R1xZzZNki6d_rPDxDh7CZnSAI334B0kqP9Q/viewform
Via: @MOE
@Oromian_Students
1324
20:48
11.04.2025
"Barattoonni yuunivarsiitii eebbifamuun dura waggaa tokkoof akka barsiisan taasisuuf":- Ministeera Barnootaa
Ministeerri Barnootaa hojimaata barattoonni yuunivarsiitii eebbifamuu isaaniin dura waggaa tokkoof ogummaa barataniin hawaasa isaaniin akka barsiisan ykn tajaajilan taasisu hojiirra oolchuuf karoorfachuu beeksise.
Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaa kaleessa Ebla 02, 2025 Koreen Dhaabbii Dhimmoota Misooma Qabeenya Namaa, Boobbii Hojii fi Teknoloojii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa sababoota qabxiin barattoota kutaa 12ffaa gadi aanaa ta’e ilaalchisee qorannoo dhiyaate irratti marii yeroo gaggeessu karoora kana ifoomsaniiru.
Sagantaan “Tajaajila Yuunivarsiitii Itoophiyaa” jedhamuun moggaafame kun karoora barattoonni yuunivarsiitii osoo hin eebbifamin dura ogummaa barataniin hawaasa akka tajaajilan kan taasisu ta’uu Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa himaniiru.
Sagantaan “yoo danda’ame bara dhufu yoo ta’uu baate bara 2019 ALI hojiirra oola” jedhame kun, barattoonni yunivarsiitii beekumsa isaanii hojiitti hiikuuf kan dandeessisu ta’uus ministirichi akeekaniiru.
Itoophiyaatti hanqinni barsiisotaa 100,000 ol akka jiru kan ibsan Pirof. Birhaanuun, hanqina barsiisota gahumsa qaban olaanaa biyyattii keessatti mul’ate furuuf ministeerichi sagantaalee adda addaa kan akka “Tajaajila Yuunivarsiitii Itoophiyaa” karoorfachuun hojiirra oolchaa jiraachuu ibsaniiru.
2209
10:59
03.04.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeenold@******.io
On the service since June 2022
13.01.202500:50
5
Everything is fine. Thank you!
Show more
New items
Channel statistics
Rating
17.8
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
13
Subscribers:
7.7K
APV
lock_outline
ER
7.8%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий