Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
7.4

Advertising on the Telegram channel «Tolaa Bariisoo Gadaa»
Education
Language:
English
0
0
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$12.00$12.00local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
12500
01:05
17.07.2025
imageImage preview is unavailable
Qabxiin Qormaata Kutaa 8ffaa Bara 2017 Beekame
---------------
BBO- Adoolessa 09/2017 Naannoo Oromiyaatti barattoota bara 2017 qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhatan dhi -251,120 dub- 237,338 walitti, 488,458 keessaa dhi- 205,113 (81.7%) dub- 179,388(75.6%)
#walumatti barattootni 384,498 (78.7%) qabxii 50%fi ol galmeessisuun gara kutaa itti aanutti darbaniiru.
#Qabxii_keessan_ilaallachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa!
🔔 Jalqabaa link kanarratti tuquun OK tuqaa!
⚡️ Oromia.ministry
🚀 Check Result ✨ http://oromia.ministry.et
የ2017 የኦሮሚያ ክልል 8ኛ ክፍል ክልል አቀፍ ፈተና ውጤት ይፋ ሆነ
---------
ኦትቢ - ሐምሌ 09/2017 የኦሮሚያ ክልል የ2017 ዓም የ8ኛ ክፍል ክልል አቀፍ ፈተና ውጤት ይፋ ሆነ።
በክልሉ ፈተና የወሰዱ ተማሪዎች ወንድ 251,120 ፤ ሴት 237,338
በድምር 488,458 ስሆኑ ፤ ከተፈተኑት ተማሪዎች መካከል ወንድ 205,113 (81.7%) ሴት 179,388 (75.6%)
በድምሩ 384,498 (78.7%) ተማሪዎች 50% እና በላይ ውጤት በማስመዝገብ ወደ ሚቀጥለው ክፍል ተዛውሯል።
ውጤት ለማየት ከዚህ በታች ያለውን ሊንክ ተጠቀሙ።
🚀 oromia.ministry.et
🚀 Check my result ✨ http://oromia.ministry.et
💙 Oromia Education Bureau 💠
💙 Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
| |📱 Facebook | |📱 WhatsApp | |📱 YouTube | |
---------------
BBO- Adoolessa 09/2017 Naannoo Oromiyaatti barattoota bara 2017 qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhatan dhi -251,120 dub- 237,338 walitti, 488,458 keessaa dhi- 205,113 (81.7%) dub- 179,388(75.6%)
#walumatti barattootni 384,498 (78.7%) qabxii 50%fi ol galmeessisuun gara kutaa itti aanutti darbaniiru.
#Qabxii_keessan_ilaallachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa!
የ2017 የኦሮሚያ ክልል 8ኛ ክፍል ክልል አቀፍ ፈተና ውጤት ይፋ ሆነ
---------
ኦትቢ - ሐምሌ 09/2017 የኦሮሚያ ክልል የ2017 ዓም የ8ኛ ክፍል ክልል አቀፍ ፈተና ውጤት ይፋ ሆነ።
በክልሉ ፈተና የወሰዱ ተማሪዎች ወንድ 251,120 ፤ ሴት 237,338
በድምር 488,458 ስሆኑ ፤ ከተፈተኑት ተማሪዎች መካከል ወንድ 205,113 (81.7%) ሴት 179,388 (75.6%)
በድምሩ 384,498 (78.7%) ተማሪዎች 50% እና በላይ ውጤት በማስመዝገብ ወደ ሚቀጥለው ክፍል ተዛውሯል።
ውጤት ለማየት ከዚህ በታች ያለውን ሊንክ ተጠቀሙ።
| |
17400
21:33
17.07.2025
imageImage preview is unavailable
Hoggansa Barnootaa Godinaalee, Magaalotaafi Aanaaleef Kallattiin Hojii Bara 2018 Kenname.
-------------
BBO- Adoolessa 10/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Hojii Misooma Barnootaa Bara Bajataa 2018 keessa hojjatamuu qaban #Hoggansa_Waajjira_Barnootaa_Godinaalee_Bu_Magaalotaafi_Aanaaleerraa walitti babahaniif kallattiin hojii kennamee jira.
Giddu Gala Qorannoofi Leenjii Barnootaa Oromiyaa-Adaamaatti walgahii guyyaa tokkoof (09/11/2017) gaggeeffame irratti karoorri misooma barnootaa Biiroo Barnootaa obbo Hasan Idrisiin kan dhihaate yoo ta'u, dabalataanis, Rakkoo Barreessuu, Dubbisuufi Qoyyabuufi Fala Isaa Dr Bultoosaa Hirkootiin, Hojii Dhiheessuufi Gahumsa Barsiisotaa Fooyyessuuf Hojjatamaa Jiru obbo Girmaa Baayisaatiniifi Moosaajii(Software) Jijjiirraa Barsiisotaa Dr. Kaasahun Galaanaatin tartiibaan dhihaachuun mariin irratti gaggeeffameera.
Dhumarratti, Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo haasaa taasisaniin, karoorri misooma barnootaa bara 2018 haala fooyya'aa ta'een akka raawwatamu, Hojiin Tajaajila Lammummaa Ganna kanaa yeroo karoorfame keessatti qulqullinaafi saffisaan akka raawwatu, leenjiin barsiisotaa ganna kanarraa jalqabee daran cimee kan itti deemamu ta'uufi barreeffamoota waltajjiirratti dhihaatan yaada walii galaa hanga manneen barnootaatti gadi buusun dhaloota beekumsaan, dandeettiifi ilaalchaan addunyaarratti dorgomaa ta'e horachuu irratti xiyyeeffatamee akka hojjatamuu qabu kallattii kaa'aniiru.

11800
22:37
17.07.2025
imageImage preview is unavailable
63100
14:02
18.07.2025
#BEEKSISA
BBO- 04/11/2017 Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Naannoleefi Bulchiinsa Magaalotaa Federaalaa Keessatti Ijaaraa Jira.
Manneen Barnootaa Kunniin Bara 2018 Adeemsa Baruu Barsiisuu Kan Jalqabu Waan Ta'eef;
#1_Barsiisota_Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaa_ Sad.2ffaa Federaalaa Barsiisuu Barbaadaniifi Ulaagaa Guutan Dorgomsiisee Qacaruu Barbaada.
#2_Barattoota_Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaa Sad.2ffaa Federaalaa Barachuu Barbaadaniifi Ulaagaa Guutan Dorgomsiisee Fudhachuu barbaada
Kanaafuu, dorgommiif akka qophooftan,
#HUBACHIISA:- Galmeen hin jalqabamne.
Kanaafuu, Gamanumaa Qophii Barbaachisaa Ta'e akka taasiftan beeksifameera.
-#Fuulli/#Liinkiin/ irratti galmooftan fuuldura kan beeksisan ta'uunis tuqameera
Tolaa Bariisoo Gadaa💠

Tolaa Bariisoo Gadaa
16600
18:42
18.07.2025
imageImage preview is unavailable
Waltajjiin Dandeettiifi_Kennaan_Addaa Irratti Agarsiifamu Boru Ganama Banama
----------------
BBO- Adoolessa 12/2017 Sirna Feestivaalii Barnootaa Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Waggaa 3ffaa Boru Ganama 13/11/2017 Magaalaa Adaamaa Istaadiyemii Yunivarsiitii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaatti Banama.
Bokka hoggansa Olaanaan Mootummaa Naannoo Keenyaafi Mootummaa Federaalaa Argamanitti Sa'aatii 2;00 tti kan eegalu yoo ta'u, abbaa/haadha sirnaa kan ta'an barattootni qaxaleen Manneen Barnootaa Ifa Boru Bultii addaa Sad. 2ffaa 7, Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Waldaa Misooma Oromiyaa 2fi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa 41 walitti Manneen Barnootaa 50 Feestivaalicha haala ho'aa ta'een jalqabuuf mooraa Yunivarsiitii galuun qophii xumuraarra gahaniiru.
Barattootni qaxaleen dandeettii addaafi kennaa dinqisiisaa qaban boru ganama Dilbata sa'aatii 2:00 irraa jalqabe waltajji ni too'atu, gahumsa ajaa'ibsiisaa ni agarsiisu, mul'ata dhaloota ifa boruu irraatti qabnu ni mirkaneessu.
Kanaafuu, Barsiisotni bu'aa keessan, barattootni obboleewwan keessan hawaasni ijoollee keessan Istaadiyemii Ynivarsiitii S. T. Adaamaatti argamuun akka daawwattan Biiroon Barnootaa Oromiyaa maqaa isaafi maqaa barattoota qaxalee Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaatiin isin Afeereera!
📌 #Oromiyaa
📌 #Adaamaa

11100
19:12
19.07.2025
imageImage preview is unavailable
Sagantaan '#Live'n Darba
BBO- 12/11/2017 Sagantaan Feestivaalii Barnootaa Boru Ganama Chaanaalii #ETV_Afaan Oromoon Kallattiin Darba.
#Chaanaaliin ETV - Afaan Oromoo Adoolessa 13/2017
Ganama Sa'aatii 3:00 Irraa Eegalee Istaadiyemii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaa Irraa Sagantaa Feestivaalii Barnootaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa fi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Kallattiin Dabarsa.
#Daawwadhaa!
#Biiroo_Barnootaa_Oromiyaa
#Feestivaalii_Barnootaa
#MBBA_fi_MBA
#ETV_Afaan_Oromoo -' Live'

10900
01:02
20.07.2025
imageImage preview is unavailable
Feestivaaliin Barnootaa MBBA fi Addaa Sad. 2ffaa Waggaa 3ffaa Bara 2017 Magaalaa Adaamaatti Eegalame.
---------
BBO - Adoolessa 13/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Feestivaalii Barnootaa MBBA fi MBA Sad. 2ffaa Marsaa Sadaffaa Magaalaa Adaamaatti qopheesse har'a bakka Pirez. MNOfi Ambaasaddarri Barnootaa kabajamoo obbo Shimallis Abdiisaa, Ministir deetaa Ministeera Barnootaa aadde Ayyalach Isheetee, Kaantibaa Bul. Magaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldee, Pirezidaantota Yunivarsiitiiwwan addaa addaa irraa dhufan, Saayintistii Dhaabbata NASA- USA irraa afeeraman Dr. Birhaanuu T. Bulchaafi hoggantoota mootummaa Mootummaa Federaalaafi Naannoo adda addaa irraa afeeraman, hawaasa Adaamaafi Naannawashee, Barattootni Qaxaleen MBBAfi MBA argamanitti sirna ho'aan eegalameera.
Feestivaalichi Adoolessa 13 - 17/2017 guyyoota shaniif dorgommiiwwan ispoortiiwwan gosa adda addaa, dorgommii kalaqaa, gaaffiifi deebii, falmiifi kkf gaggeeffamaa kan turu ta'uu sagantaan bahe agarsiiseera.
Sirna baniinsaa irratti haasaa kan taasisan Pirez. Shimallis Abdiisaafi Dr. Tolaa Bariisoo yoo ta'an, Dr. Birhaanuu T. Bulchaas barattootaaf muuxannoo qabaniifi gorsa dabarsaniiru.
Haaluma walfakkaatuun, barattootni MBIBBA bara 2017 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa xumuran Barattuu Hasseet Geedewoonifi barataa Girmaa Damooz barattoota MBBAfi MBA tiif muuxannoo turtii isaanii qoodaniiru.
Walumaagalatti, Haasawa waltajjiirratti taasifaman tartiibaan kan dhiheessinu waan ta'eef nu hordofaa.

14800
15:53
20.07.2025
17000
20:44
20.07.2025
imageImage preview is unavailable
Dorgommiin Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Magaalaa Adaamaatti Gaggeeffama Jiru Har'as Itti Fufee Ooleera.
-------
BBO- Adoolessa 15/2017 Dorgommiin MBBAfi MBA guyyaa 13/11/2017 irraa eegalee Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jiru har'as gosoota dorgommii adda addaatiin itti fufeera.
#Dorgommii_Bishaan_Daakkaa barattootni injifatanis badhaasa meedaaliyaa argataniiru.
Dorgommii Bishaan Daakkaa ogummaan kan qajeelchaa jiran #Federeeshinii_Bishaan_Daakkii_Oromiyaa yoo ta'an, biiroo keenya waliin qindoominaan hojjachuu isaaniitiif #galata_guddaa_qabdan jenneerra.
💙 Oromia Education Bureau 💠
💙 Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
| |📱 Facebook | |📱 WhatsApp | |📱 YouTube | |
-------
BBO- Adoolessa 15/2017 Dorgommiin MBBAfi MBA guyyaa 13/11/2017 irraa eegalee Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jiru har'as gosoota dorgommii adda addaatiin itti fufeera.
#Dorgommii_Bishaan_Daakkaa barattootni injifatanis badhaasa meedaaliyaa argataniiru.
Dorgommii Bishaan Daakkaa ogummaan kan qajeelchaa jiran #Federeeshinii_Bishaan_Daakkii_Oromiyaa yoo ta'an, biiroo keenya waliin qindoominaan hojjachuu isaaniitiif #galata_guddaa_qabdan jenneerra.
| |
11800
14:48
22.07.2025
close
Reviews channel
No reviews
New items
Channel statistics
Rating
7.4
Rating reviews
0.0
Сhannel Rating
0
Subscribers:
46.2K
APV
lock_outline
ER
22.4%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий