
Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
29.0

Advertising on the Telegram channel «Asoosama»
5.0
Recreation & Entertainment
Language:
Other
202
0
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$18.00$18.00local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
USDT fi crypto kamiyyuu namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuu dandeessu.
Hub:- screenshot gootanii erguun amma fi ammaamiin akka gurgurattan ibsuun jalqabdu
Usdt 1 qarshii 135 kaasee hanga 150tti baayyina isaa irratti hundaa’uun ni bitna
Dabalataan
Chaanaala Telegram fi Page Facebook bituus ta’ee namoonni gurguruu barbaaddan nu qunnamaa. Garee Teelegiraamii bara 2022 dura banamanis ni bitna
128
07:01
14.03.2025
"...warri har'a magaalaa kanatti ishee argan kun eessa-dhuftee ishee namuun beeku.Sanyii maleettiidha se'u.Hunduu mararfaatee hidhii xuuxa.Isaan wallaalanis Bariiteen intala baadiyyaa Oromiyaa lafa dheedhiifi bilchaataa keessaa filatanii nyaatan,kan bishaan qulqulluu habbuuqqatanii,qilleensa qabbanaa suufan keessatti abbaa ishee obbo Liiban Bokkuufi aaddee Qabballee Guyyoo irraa dhalatte.
Maatii loon baay’ee bobbaasanii kila lixuun, garaacha uffatan irraa waan dhalatteef aannan habbuuqqattee, isuma itti unattee, dhadhaa isaas muuddattee guddatte. Fuulli ishee akka biiftuu barii kan calaqqisu, rifeensi dhadhaa quufe guddatee kan akka muujjaa birraa walirra luucca’e takka garana,takka garas luwwisee na arga na argaa jedhuudha.
Ijawwan gurguddoo bakkalcha barii fakkaataniifi maddiiwwan tuntunaa ilkaan aannan fakkaatu marsanii argaman siinboo ishee caalmaatti dabalanii intala bareedduu akka taate ragaa bahuuf.
Haata’u malee, namni kanaan dura ishee beeku amma osoo argee amanuun isa dhiba.Rifeensi mataa ishee akka bisii walirra naqamee dugda keessa gad aggaame sun luqqa’ee ooyiruu xaafii lolaan irraa hare fakkaatera.
Ijawwan ishee boqqoolloon sun boolla roobni qote fakkaataniiru. Gadi buunaan hidhiiwwan goraa diimate fakkaatu har’a muka soofame ta’eera.
Mudhiin duraan harka lamaan wal hingeessifamne akka lilmoo qallatee cituu cituu jedha. Gaddaafi naasuun rifatanii gara miila ishee jala yoo ilaalanis, koomeen dur bilillee fakkaatu akka lafa bokkaa dhabee babbaqaqeera.
Namni dur ishee beeku amma yoo arge, foon kan nama gowwoomsitu ta’uu ishee salphaatti mirkaneeffata.
Uggum bineensa ishee ciniinef. Intala kaleessa sana fakkaattu maaltu xuuxee qaama aannaniin ijaarame soofee lafee gogaatti baasen gaaffii deebii hinarganne ta’eera.
Tarii aannan dhabdee nyaata biraatti wallaalte akka hinjennes haalichi kan nama midhaan nyaatee hingallee bira darba. Erga gara maatiitti deebitee aannan dhuguu jalqabdees baatileen lakkaa’amaniiru. Garuu jijjiiramni gama miidhaginaafi simboo ishee duriin argame yoo caalmaatti manca’e malee fooyyee hinqabu...
''🌿☕🥰✍️
Gaaddisaa Tafarii
@OrNobel
266
15:18
07.03.2025
USDT fi crypto kamiyyuu namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuu dandeessu.
Hub:- screenshot gootanii erguun amma fi ammaamiin akka gurgurattan ibsuun jalqabdu
Usdt 1 qarshii 125 kaasee hanga 140tti baayyina isaa irratti hundaa’uun ni bitna
247
09:49
04.03.2025
imageImage preview is unavailable
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻
It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.
⚡️ Place your ad here in three simple steps:
1 Sign up
2 Top up the balance in a convenient way
3 Create your advertising post
If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.
Start your promotion journey now!
329
07:06
27.02.2025
✅ Garii durii (Old telegram) warra qabdaniif
✍️Baayyina miseensa Group hin barbaannu
✍️ Gatii madaalawaan ni bitna
➡️2019
➡️2020
➡️2021
➡️2022
Gatii 🟥 🔂Gatii group ittiin bitnu
✍️2018- 500birr
✍️2019- 400birr
✍️2020- 300birr
✍️2021- 250birr
✍️2022- 200birr
2023 ji'a jan-may kan baname
✔️Kaffaltiin : Telebirr, CBE
Gurguruu warreen barbaaddan inbox 👉 @Kaachuu_YW
⚠️ Hubachiisa❗️
⛔ Baayyinni Member ''0'' s ta'ee baayyee gatiin waluma qixa. Nuti kan barbaannu bara itti banamedha.
✅two step verification ta'uu isaa check godhaa
💗💗💗 💗💗💗💗
@kaachuu_YW
473
05:38
24.01.2025
Kitaaba Asoosamaa dubbistanii jaallattan keessaa karaa @Walaloo_bot nu affeeraamee.
390
03:52
20.01.2025
✅ Garii durii (Old telegram) warra qabdaniif
✍️Baayyina miseensa Group hin barbaannu
✍️ Gatii madaalawaan ni bitna
➡️2019
➡️2020
➡️2021
➡️2022
Gatii 🟥 🔂Gatii group ittiin bitnu
✍️2018- 500birr
✍️2019- 400birr
✍️2020- 300birr
✍️2021- 250birr
✍️2022- 200birr
2023 ji'a jan-may kan baname
✔️Kaffaltiin : Telebirr, CBE
Gurguruu warreen barbaaddan inbox 👉 @Kaachuu_YW
⚠️ Hubachiisa❗️
⛔ Baayyinni Member ''0'' s ta'ee baayyee gatiin waluma qixa. Nuti kan barbaannu bara itti banamedha.
✅two step verification ta'uu isaa check godhaa
💗💗💗 💗💗💗💗
@kaachuu_YW
584
08:32
04.01.2025
Har'aaf bor...
.
(mata dureewwan hafan keessaa)
.
Har'i sanbata duraa dha. Borimmoo dilbata. Guyyaan maal akka ta'e isinitti himuuf hin dhufne. Garuu guyyoonni lamaan kun jireenyakoo keessatti bakka addaa qabu. Anaaf isheen darbee darbee galgala galgala isa wal agarru caalaa guyyoonni keenya warra kana lamaan ture. Dadhabaa jiraannus, nutti tolee jiraannus...guyyoota kana lamaan wal agarra. Yookin lamaan isaanii keessaa guyyaa tokko inuma wal agarra.
.
An ishee arguudhaaf guyyoota kanan eega. Jimaata yeroo ta'u ishee arguuf akkan jedhutti natti dhaga'ama waan ta'eef natti tola ture.
.
Isheenis waan guyyicha eegduuf barreeffama 'wal agarruu?...ykn immoo 'eessa jirta?' jedhu qofaan wal waamnee wal agarra.
Ana: 'Eessa jirta?'
Ishe: 'Bet negn'
Ana: 'amma ba'uufan jedha daqiiqaa 10 booda ba'i'
Ishee: Hayyee ...kanumaan wal agarra.
.
Yeroo baay'ee anatu barreesseefii argaan. 'Hin qaqqabu' naan jettee hin beektu. Magaalaa keessa hin jirtu yoo ta'een ala kana naan jettee hin beektu.
.
Achii..wal agarraa...walk gochuu baay'ee jaallatti...xiqqoo deemna..manoota barre tokko tokko qabna(Kaaffee)..achi deemnee..maakiyaatoo dhugnee..hanga manicha cufanitti teenyee haasofna.
.
Yeroo baay'ee nan yaadadha...utudhuma teenyuu namni hundumtuu ba'ee warri mana qulqulleessan dhufanii mana miicuutti jalqabu. 'ka'aa ba'aa' nuun jechuu isaaniitin jedhaan. Kabaja nu dhowwachuu waan natti fakkaatuuf aaree warra akkas godhaniin wal lolee beeka. ...kaanee baana... walk goonee galla.
.
Galuu keenya dura garuu lakkaa'ee hin beeku garuu... yeroo 10 ol nagaa walitti dhaamuu dandeenya. Chawo waliin jennee kaanee daqiiqaa 30 booda achuma dhaabbachaa jiraachuu dandeenya.
.
Harkakoo qaqqabuu baay'ee jaallatti. Yoon harkakoon maddiishee qabu miirri jaalala addunyaan kun qabdu hunduu natti dhaga'ama. Barruun harkakootii qaamasheerra yoo ga'e ni junuunfatti... itti tola...daqiiqaa baay'eedhaaf lama taanee callisna.
.
Callisa jaalalaa guddaatu ta'a.
.
Yeroo baay'ee anatu humnaan beenuu gali ittiin jedha. Utuun nan dhabaakoo beekee yeroosheen lapheekootti jettee achumaan haftu callisee hin dhaggeeffadhun turee?..dhaabbanneee yoo bulles rakkoo maalii qaba?.. Humnumaan wal biraa galla.
.
Har'aaf bor...
.
Guyyoonni lamaan kun lamaan amma isheen na bira hin jirretti utuu hin dhufan ta'ee natti tola.
.
Dur gammadaan simadha. Amma garuu sababa isheen hin jirreef dukkanni waan natti dhufaa jiru natti fakkaata.
.
Guyyoonni kun lamaan guyyaa keenya qofa turan. Guyyoota madda gammachuukoo durii fi madda gaddaa fi gammachuukoo ammaati.
.
Na yaaddee bakka nuti dur deemnee teenyu dhuftii laata?..jedheen dhaqee qofaakoo taa'ee eegee dadhabee gala. Isayyuu na gaafatu.
.
'Hiriyaankeewoo?' ..maal hin turtewoo hin dhuftumoo har'a?'...'Yeroodhumasheen dhuftu siif ajajamnuu?'..naan jedhu... gaaffii deebii hin qabne. Eeyyee..maal jedheen deebisaaf?..
.
Ahh...eessa jirti laata?..garuu abdii qaba...deebitee ni dhufti. Garaaa natti hin jabaattu.
.
Har'aa fi bor. 💔
Lataa dha.
@OrNovel
645
14:56
21.12.2024
.....Faaruu san caalaa faarfattuun sun galatoo waaqaaf akkan dhiyeessu sababa ta'uu qalbiin tiyya amannaan, uumaaf hoo-quba jedheen. Walaloo faaruu keessaan jechoota dhangala'an caalaa, sochiin hidhiifi nyaarashii, yeedaloo akka dambalii galaanaa manii tuqee deebi'u caalaa, taliilli sagaleeshii iddoo aarsaatti dhiyaadhee, uumuu uumaa akkan dinqisiifadhuuf buusaawwan qaamakoo laaffisee, jilbikoo akka yaadaan sagadu dirqeera. Waaqni addunyaa mara uumee ifni ta'e, ifa sanaan waan gaarii argee 'Das' isa jedhe kan jedhu yoo barsiisan, tana argeemmoo gammachuun finish-nish jechuun oolu jedheen seeqe.
Lubbuun sun....Naxalaan nadoo shurrubbaa haguugus, dashoo gurraachi bantii sammuuraa danbali'ee ceekuu aguugu sun dhugumayyuu akka uumaa galateeffattu si qirqirsa. Harka tokkoon maayikii, harka laammuccee harcummee waaq fakkaattummoo olqabee yoo weeddistu uumaan akkuma kiyyaa ilaalee anas ilaalee waan natti inaafu natti fakkaate. Uumaan inaafus, waaqni hin inaafu jedheen of jabeeche😌
Jaarsoo ሞትባይኖር ክሩቤል kitaaba keechatti, "Gaafa uumaan nama biyyeerraa tolchu, bishaan baaldii 7 natu waraabeef." jedhee yoo garmaamu yaadadheen, ishii tana gaafa maaramiin uumtu garuu nadhii dammaa baaldii 9 waraabuu hin oolu jedheen ofitti ususe🥰 Faaruu sadi faarfatte. Sadi ta'uuyyuu namarraan odeeffadhe. Mata duree faaruu duraa malee homaan yaadadhu. Walaloo namni uume dhiiseen faaruu waaqaa...walaloo harka maaramiin barroofte, yeedaloo qalbii waaqaan yeedaloofte...abasuuda gurraattii san odoon ilyaadaan ilaaluu namtichi koodoma jaldeessaa fakkaatu atiroonoosii kore. Amantoonni moorichaa cabii fakkaatu, ayeetuurratti dheebicha hin unu jedheen bahee sokke😌
Abbaa Daakaa
@OrNovel
568
19:38
19.12.2024
(Iccitiidha)
Akkan isa jaaladhetti otuun of jaaladheera ta'ee innis na jaalata ture. Maal godharee yaadni fi jaalalli isaa of na gachisiise. Silaa akka uumaa nama jaalattufa jettee of qabda, sirritti of eegda. Kan koo garuu faallaa kanaati. Amma lubbuun koo baatuttan isa jaaladha bar. Jaalala haati ilmoo isheef qabdun isa jaaladha. Jaalala namni ija tokkoo ija isaaf qabun isa jaaladha.
Ganama barii hirriiba halkan guutuu abjuun isa natti argisiisu irraa dammaqee, utaalee ka'een golgaa fooddaa kootii banee karaa mana keenya cina darbu irra ija koo buufadha. Har'ammoo barfateera fakkaata faanni isaa hin mul'atu. Bilbila koo kaaseen sa'aatii ilaale. Natu durse malee daqiiqaa tokkotu isa hafa. Yeroo hundumaa ganama ganama Sa'aatii 1:20 irratti miidhagee uffatee karra keenya duraan darba. Galgalas sa'aatii 11:45 irrratti deebi'a. Uffannaa itti beeka. Keessattuu guyyaa kofoo suufii gurraacha shamizii gurraacha waliin uffatee ba'u, diimina fuula isaa irratti dabalamee Aaktara Fiilmii Hindii fakkaata.
Yeroo hundumaa qofaa isaati nama faana isa argee hin beeku. Maal akka inni hojjatu hin beeku. Ba'ee galuu isaa malee hojii yaa deemuu iddoo biraa waanan beeku hin qabu. Wanti nama ajaa'ibu maqaanumti isaallee eenyu akka ta'e hin beeku. Nama dhiba mitii? Anas akkasuma. Wanta tokko qofan beeka. Innis isa jaallachuu koo.
Guyyaa tokko akkuma bartee kiyyaa galgala gaafa hojiidhaa deebi'u fooddaa irraan yemmuu ilaalu amanuu hin dandeenye. Garuummoo nan dinqine. Mucaa baayyee bareeddu tokko faana harka wal qabatanii darban. Otuun hin beekinan inaafe. Imimmaan ija koorraa burqaan boqoo koo irraan dhimmisuu jalqabuu isaanii tureen hubadhe. Harmeen koo balbala rurrukuttee "Urjiikoo yeroon qoricha kee itti fudhattu ga'eera" naan jettee deebite. Na Dhukkube.
#Share
@OrNovel
517
10:45
15.12.2024
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
3 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeenold@******.io
On the service since June 2022
27.02.202523:01
5
Everything is fine. Thank you!
Show more
New items
Channel statistics
Rating
29.0
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
3
Followers:
2.8K
APV
lock_outline
ER
2.0%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Followers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий