Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
12.4

Advertising on the Telegram channel «Oduu Durii»
5.0
Recreation & Entertainment
Language:
English
0
0
Fuula kana irratti Oduu Durii Afaan Oromoo qofa argattu. Itti bohaartu, Irraa barattu Ijoollummaa keessan yaadattu.
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$3.60$3.60local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
USDT fi crypto kamiyyuu namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuu dandeessu.
Hub:- screenshot gootanii erguun amma fi ammaamiin akka gurgurattan ibsuun jalqabdu
Usdt 1 qarshii 125 kaasee hanga 140tti baayyina isaa irratti hundaa’uun ni bitna

337
09:50
04.03.2025
imageImage preview is unavailable
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻
It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.
⚡️ Place your ad here in three simple steps:
1 Sign up
2 Top up the balance in a convenient way
3 Create your advertising post
If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.
Start your promotion journey now!

312
04:12
24.02.2025
imageImage preview is unavailable
Eebba Fiilmii “ABBAA MALKA” 🎬✨
Guyyaa beellamaa keenya tokko lama jennee lakkaawachaa, Eebba Fiilmii “ABBAA MALKA” geenyeerra!
📅 Guyyaa: Dilbata / Sambata-Guddaa (Gurraandhala 16)
⏰ Sa’a: 7:30
📍 Iddoo: Galma Tiyaatira Biyyooleessa
🎟 Tikeeta Seensaa:
400 ETB
1,000 ETB
5,000 ETB
10,000 ETB
Nurraa hin hafinaa ! 🔥🎥
Koree Eebba Fiilmii “Abbaa Malkaa”

612
10:48
21.02.2025
play_circleVideo preview is unavailable
Abbaa Malkaa Teaser
Guyyaan Eebbaa:- Guraandhala 16/2017 (Fub,23,2025)
Iddoon Eebbaa:- Mana Tiyaatiraa Biyyoolessaa
Sa’aatiin Eebbaa:- 7:30 LT
#AbbaaLataaActing
#Share@AbbaaLataaActing

841
05:12
14.02.2025
✅ Garii durii (Old telegram) warra qabdaniif
✍️Baayyina miseensa Group hin barbaannu
✍️ Gatii madaalawaan ni bitna
➡️2019
➡️2020
➡️2021
➡️2022
Gatii 🟥 🔂Gatii group ittiin bitnu
✍️2018- 500birr
✍️2019- 400birr
✍️2020- 300birr
✍️2021- 250birr
✍️2022- 200birr
2023 ji'a jan-may kan baname
✔️Kaffaltiin : Telebirr, CBE
Gurguruu warreen barbaaddan inbox 👉 @Kaachuu_YW
⚠️ Hubachiisa❗️
⛔ Baayyinni Member ''0'' s ta'ee baayyee gatiin waluma qixa. Nuti kan barbaannu bara itti banamedha.
✅two step verification ta'uu isaa check godhaa
💗💗💗 💗💗💗💗
@kaachuu_YW

1300
05:38
24.01.2025
Adurreen,aanan naa eegi hin jedhaniin,waraabessaan harree naa tiksi hin jedhaniin,hantuutaan,meeshaa manaa naa laali hin jedhaniin,doofaan dubbii narraa eegi hin jedhaniin,dabeessaan diina narraa qoladhu hin jedhaniin,haasidaan qabeenya naa toohadhu hin jedhaniinii uf qusadhu.
Eeee
Nama sammuun xurii irra,nama harka xurii wayyaa beeki,sammuu xurii dhiqanii qulqulleessuun,akka harka xuraahe qulqulleessuu san salphaa mitii beeki!
Jaaloo
Yoo biyya lafaa tanarra nagaan jiraachuu feete,jiruu dhugaa jiraadhu,uf sobuufi nama sobuu dhiisi,wanti namni sobuuf,gadi aantummatu itti dhagahameetii beeki,ilaalcha namni alarraa itti kennuun jiraata waan taheefii taajjabi,ol kaasan ol jedha,gadi buusan gadi konkolaataa argi.
Namana
Yoo mataa kee irra hin dhaabbanne tahe osoo bakka deemtuuf hin gahin konkolaataa jiruu irraa buutaa beeki,nama fedhii dhuunfaatiif si barbaadu harkatti kuftaa laali,nama dhugaan si wajji jiraatu dhabdaa deemtaa xiinxalli,hujii siin wal-hin fakkaanne keessatti ruuqamtee dhaabbattee haftaa hubadhu.
Hey
Namni yoo ufirratti hojjachuu hin dandeenye,ufumaa uf diigaa beeki,suuta suuta,maatii isaas diigaa dhufaa xiinxalli,takka waa diiguu jalqabnaan,jaalala hawaasa isaa diiguun,homaa itti hin fakkaatuu hin komatinii itti dhiisi.
Hohohoo
Yeroo tokko,Konkolaachisaan Taaksii biyya chaayinaa, dubartii qaamni isii qullaa,utaaltee taaksii isaa korte argee,ijaan olirraa hanga gadii laale jedhan,ishiinis, maaliif na laalta? nama qullaa deemu hin arginee jetteen,innis yoo deebisuuf,ani qaama kee osoo hin taane,bakka ati maallaqa keessaa fuutee naa kaffaltu arguu dadhabe malee,siyyyuu quba hin qabu jedheen jedhama.
Eeee
Nama waan kennuufi waan fudhatu hin qabne,Nama seenaa gaarii sitti himu hin qabne,nama waan ufittuu himu hin qabne,nama barnootas,qabeenyas,jaalala namaas,hawaasummaas,amala gaariis hin qabne bira yoo oolte,muduudaa sammuufi qalbiin naafaa,fagotti ufirraa eegi.
Jaaloo
Olmaa kee filadhu. Santu Seera!
@Oduu_Durii

1400
05:32
15.01.2025
1400
09:41
05.01.2025
Kunooti Gareen banameera. Seenuun join godhaa hiriyoota keessanis itti dabalaa.
1400
05:53
05.01.2025
Dur durii
Jaartii Amantii isaaniitti jaboo ta'an tokkotu ture
Guyyaa 1 osoo daandii deemanii micayyoon xiqqoon ollaa isaanii 1 argitee akkas jetten mother sin yeroo hunda mana amantaa ni deemtu waan ta'eef yoo dhuguma waaqni kun siniif dhaga'a ta'e ergan dhaladhee kaasee
Cubbuu hagam akkan hojjadhe naaf gaafchuu dandeessuu? Jetteen jaartiin kunis eyyen boru gaafadheen sitti hima jedhaniin Guyyaa 2ffaa sanatti micayyoo sana arganii yaa ilmoo koo siif gaafadheera . Jedhaniin isheenis tole maal siniin jedheree? Jettee yeroo gaafattu waaqayyoon kee baayyee waanan si jaaladhuuf ani cubbuukee dagadheera akkuman ani si jaaladhutii atis na jaaladhuuti koottu mana koo siin jedhe jedhaniin jedhama
Shittoo Caalchisaatiin

1600
12:49
28.12.2024
Oduu Durii
Akkoo Manooyyee!
Dur durii giiftiin Oromoo biyya bulchitu Akkoo Manooyyee jedhamtu tokkotu turte. Giiftiin kun uummata garmalee rakkisaa turte. Namni hundumtuu odaa jalattii walga’ee Waaqayyoon galgalaa ganama harka isaanii gara samiitti olkaasanii yoo kadhatan, “Yaa Waaqi, giiftii gidiramtuu kana nurraa buqqisi” jedhanii kadhataa turan jedhama.
Gaaf tokko giiftiin tuni uummata walgayii waamtee namoota hojjaadhaan gaggabaaboo ta’an hundi akka ajjeefaman ajaja dabarsite. “Maaliif?” jechuun uummanni ishee gaafannaan, “Aangookoo keessa galanii waan jeeqaniif meeshaa waranaa qabdan hundaatti fayyadamuun balleessaa!” jettee ajaja dabarsite. Ummannis sodaachuun namoota gaggabaabaa fixanii, tokko hafnaan isas ajjeesuu dhaqan. Yeroo kana namichi gabaabaan kuni, “yeroo rakkinaafan isin fayyadaa na hambifadhaa. Mootittiin kun gaaffii isin deebisuu hindandeenye isin gaafachuuf jirti. Yeroosiif ani qoricha keessan nan tahaa na hambifadhaa!” jedheen. Jarris gabaabaa tokkicha kana qofa geessanii holqa odaa keessa dhofkatan.
Akkoon Manooyyee erga kana raawwachiiftee booda, otoo deemtuu kanniisni ishee hidde. Achumaan galtee, gaaguraa fi kanniisa lafa kana irra akka balleessitan jettee labsii dabarsite. Uummannis namicha gabaabaa mala akka himuuf dhofkatan san mala gaafatan. Namichis, “mucaa isheetii fi isheef damma laadhaa!” jedhee uummata gorse. Uummanni akkuma gorfameetti damma hoggaa ishiif laatu,“gaaguraafi kanniisa hintuqiinaa” jettee labsii dura dabarsite jijjiirte.
Yeroo gabaabaa erga turtee booda, uummata yaa’ii waamte. Uummanni yommuu walga’u, teessoo ishiirraa kaatee dhaabbattee, “mana ani itti boqodhu samiif ardii gidduutti hatattamaan akka naaf ijaartan,” jettee uummata akeekkachiifte. Sana booda, uummanni gara lixu dhabe. Ni yaadan, ni dhiphatan, waan godhan wallaaluun ammas namicha gabaabaa san bira dhaquun mala gaafatan. Namichi gabaabaan sunis akkas jechuun gorse.
“Akka aadaa keenyaatti utubaa abbaatu dhaabbata, kottuu dhabbadhu; isarratti hundoofnee siif ijaarra,” jedhaanii jedhee uummata gorse. Isheenis, utubicha dhaabuuf yaalte, garuu ta’uu dide. Kanaafuu, ajaja kanas diigdee ajaja biroo dabarsite. Ajajni kan biraanis akkana jedha ture: “Tulluun gamasii sana biyyoota ani bulchaa jiru ilaaluu waan na dhoowweef tullicha diriirsaatii dirree taasisaa!” jettee ajaja dabarsite.
Ummannis gorsa namicha abshaalichaa irratti hundaa’uun yeroo ishee hirribni fudhate balbala cufaatii karaa tulluun hin mullanneen balbala baasan. Barii yeroo kaatu gama ishii yoo laaltu dirreen itti mullannaan, “ajajni koo amma kunoo fiixaan ba’ee,” jettee gammadde.
Qajeelfamni ishii kun darbee yeroo xiqqoo erga turtee booda, uummata walitti qabdee, “biyya koo daawwadhee waliin ga’uu waan dadhabeef, bineensa gafarsa jedhamu qabaa fidaaatii kooraa itti naaf fe’aa,” jettee ajajje. Uummannis mala barbaada nama gabaabaa sana bira dhaqan. Namichi gabaabaanis akkas jedheen: “Waaqayyo furmaata isiniif kennu.” Uummannis, “akkamitti?” jechuun gaafatan. Namichi gabaabanis akkas jedheen,”funyoofi shiboo qopheessaatii gara bosonaa deemaa gafarsa marsaa qabaatii akkuma isheen jettetti kooraa irrattii fe’aafii. Achumaan ishees irratti jabeessaa hidhaa,” jedheeti uummata gorse. Uummannis akkaatuma gorfameen gafarsa qabuun irratti ishee hidhe. Daandii isheen irra deemtu irratti darbee darbee boolla waan tureef gafarsichi otumaa deemu boollicha yoo lixu, rifatee utaalee ba’uun Akkoo Manooyyee fudhatee bosona keessa bade. Yeroo kana, ishee kuffisee lafarra harkisee hallayyaa buusuun lubbuu ishee dabarse. Uummannis sana booda nagaa argatee jireenya haaraafi gaarii jiraachuu jalqabe jedhama.

18:13
24.12.2024
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeennew@******.io
On the service since June 2022
24.02.202523:49
5
Everything is fine. Thank you!
New items
Channel statistics
Rating
12.4
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
1
Followers:
3.5K
APV
lock_outline
ER
4.8%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Followers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий