
- Main
- Catalog
- News and Media
- ODDAA NEWS (ON)
Channel statistics
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC)- Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa gatii boba’aa irratti fooyyessii taasiseera. Ministeerichi waraana Giddugaleessa Bahaatti mudate hordofee gatiin boba’aa addunyaa sadarkaa olaanaan waan dabaleef gatii boba’aa irratti fooyyessiin taasifamuu ibsa baaseen hubachiiseera. Ulaan Hoormuuz cufamuu isaan boba’aa biyyoonni akka Sa’ud Arabiyaa, Kuweet, Eemireetonni Araba Gamtoomaniifi Iraaq guyyaatti dhiyeessan barmeelli miiliyoona 100…
https://t.me/OddaaNews
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018( FMC)- Magaalonni keenya qonnaan bulaa liqimsuu dhaabanii, qonnaan bulaa hammachuun, dinagdee waliinii ni ijaaru jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Sirni ijaarsa magaalaa barootaaf naannoo keenyatti hordofamaa ture dhiibbaa caasawaa umera; Dhiibbaan kun “loogii magaalaatiin kan bakka bu’u yoota’u, baadiyyaa liqimsaa,…
https://t.me/OBNOROMIFFAA
Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC)- Korporeeshiniin Manneen Federaalaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 50ffaa mataa duree ‘Boqonnaa Haaraan Egeree fooyya’aaf’ jedhuun qophiilee adda addaan ni kabaja. Bara 1968 kan hundaa’e korporeeshinichi Ayyaana hundeeffama isaa waggaa 50ffaa kana sagantaalee garaagaraan kan kan kabaju ta’uu ibse. Waggoottan shantaman darban keessa damee misooma manneen ashaaraa olaanaa kaa’eera. Hundeeffama isaarraa…
https://t.me/OddaaNews
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) –Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee misooma Koriidarii boqonnaa 2ffaa magaalaa Hawasaa daawwataniiru. Qaama biyya fooyyeftuu dhalootaaf ijaaruu kan ta’e hojiin misooma Koriidarii magaalota hedduu jijjiiraa jira jedhan. Har’a hojiilee misooma koriidarii boqonnaa 2ffaa magaalaa hawaasaa daawwanneerra jedhan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin. Hojiileen waliigalaa kunneen magaalummaa guddachaa…
https://t.me/OBNOROMIFFAA
Finfinnee Guraandhala 13, 2018(FMC)- Itiyoo-Telekoom hojimaata diijitaalaa ‘Teelee Istiriim’ eegalchiiseera. Sagantaa jalqabsiisa hojimaata kanaa irratti Hojii Raawwachiistuu Olaantuun Itiyoo-Telekoom Fireehiwoot Taammiruun akka jedhanitti dhaabbatichi tajaajila isaa guddisuuf hojjechaa jira. Hojimaanni diijitaalaa kunis maamiltootaaf faayidaa olaanaa kan kennuufi galii Itiyoophiyaa guddisuu keessatti qooda qaba jedhan. Carraa hojii haaraa uumuuf, kalaqxoota qabiyyeefi fayyadamummaa diijitaalaa lammiilee guddisuuf murteessaa…
https://t.me/OBNOROMIFFAA
Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (ON) – Shakkamaan Sanada wabii sobaan Baankiilee garaagaraarraatti yakka malaammaltummaa cimaa Birrii miiliyoona 89 raawwachuun barbaadamaa ture waahillan isaa waliin to’atame jedhe Poolisiin Federaalaa. Shakkamaan Baankii Gadaa, Hojii Gamtaa Oromiyaa, Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa fi dhaabbilee biroorratti yakka malaammaltummaa Birrii miiliyoona 89 raawwachuun barbaadamaa ture waahillaan isaanii waliin to’atamuu hime. Shakkamaan kun…
https://t.me/OddaaNews
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (ON) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala ijaarsi Piroojektii misooma jallisii Arjoo Dhidheessaa irra jiru daawwataniiru. Piroojektichi sadarkaa gaariirra jiraachuu daawwanneerra jedhan Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin. Piroojektiin guddaan kun yeroo gabaabaa keessatti xumuramuun hojii eegaluuf dhiyaatera jechuun ibsan. Wayita tajaajila eegalees akka biyyaatti tattaaffii birmadummaa nyaataan…
https://t.me/OddaaNews
Reviews channel
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
Catalog of Telegram Channels for Native Placements
ODDAA NEWS (ON) is a Telegram channel in the category «Новости и СМИ», offering effective formats for placing advertising posts on TG. The channel has 3.3K subscribers and provides quality content. The advertising posts on the channel help brands attract audience attention and increase reach. The channel's rating is 12.6, with 1 reviews and an average score of 5.0.
You can launch an advertising campaign through the Telega.in service, choosing a convenient format for placement. The Platform provides transparent cooperation conditions and offers detailed analytics. The placement cost is 2.4 ₽, and with 3 completed requests, the channel has established itself as a reliable partner for advertising on Telegram. Place integrations today and attract new clients!
You will be able to add channels from the catalog to the cart again.
Комментарий