Advertising on the Telegram channel «MILKII SABAA»
Educational news and explainers—clear, credible updates on current events, science, tech, history, and culture. Short summaries, trusted sources, and quick insights for learners who want to stay informed and think critically.
Channel statistics
Full statisticschevron_right#itti_fayyadama_miidiyaa_Hawaasaa
▶️yeroo ammaa kana rakkoo barattoota baay'ee kan ta'e keessaa tokko miidiyaa hawaasaati. miidiyaan hawaasaa akkuma yoo sirnaan itti fayyadamne faayidaa olaanaa qabu, yoo sirnaan hin fayyadamne ta'es miidhaan isaa olaanaadha. keessumaa barataan miidiyaa hawaasaa sirnaan hin fayyadamne taanan miidhaa guddaa qaba.
Walumaa galatti barataan akkamitti miidiyaa hawaasaa fayyadamuu qaba kan jedhuuf deebiin isaa kinooti. viidiyoo kana hanga dhumaatti ilaaluun #like gochuu, yaada barreessuun akkasumas hiriyoota keessaniif Share gochuun nu bira dhaabadhaan dhaamsa keenya.
👉Link➡️https://youtu.be/NXTP7Pd96z8?si=uP6DVK3PuqV05skH
Odeeffannoo barnootaa fi kanneen biroo argachuuf channel 👉 @Milkii_Sabaa join, Share💫 taasisaa!
Join👉https://t.me/Milkii_Sabaa
yeroo ammaa kana telegram'n namoota hedduu hatamee(hack ta'ee) jira. kanaaf namoonni isin jalaa butame haala step suura irratti mul'atu Kanaan Sirreeffachuu dandeessu.
yoo turtan account keessan dhabuu dandeessu.
❗❗ Account maddi isaa hin beekamne kan group adda addaa irratti ergamu kamuu hin Cuqaasinaa.

Yuunivarsiitiin Dambi doolloo Guyyaan Galmee Barattoota haaraa bara 2018 sagantaa sirreeffamaan Yuunivarsiitichatti ramadamanii Mudde 21 fi 22, 2018 qaamaan argamuun akka ta'e beeksiseera.
☑️Yeroo galmeef dhuftan waantotni fiduu qabdan;
▫️Ragaa Barnootaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa orjinaala fi koppii
▫️Tiraaniskiriiptii kutaa 9-12 orjinaala fi koppii
▫️Suurota gabaabaa 3×4 ta'an dhiheenya kaatan saddeet(8)
▫️Uffata qorraa, Ansoolaa fi uffata boraatiiti.
❗Hubachiisa; Barataa yeroo jedhame duursee yookaan dabarsee dhufe kan hin keessummeessine ta'uu yuunivarsiitichi beeksiseera.
Odeeffannoo barnootaa fi kanneen biroo argachuuf channel 👉 @Milkii_Sabaa join, Share💫 taasisaa!
Join👉https://t.me/Milkii_Sabaa
Maddi:-TOI

1. Yuunivarsiitii Arsii
2. Yuunivarsiitii Dambi Doolloo
3. Yuunivarsiitii Walaayittaa sooddoo
4. Yuunivarsiitii Diillaa
5. Yuunivarsiitii Waachamoo
6. Yuunivarsiitii Miizan Teeppii
7. Yuunivarsiitii Boongaa
8. Yuunivarsiitii jiinkaa(guyyaa hin beekamneef dheerateera).
9. Yuunivarsiitii Maqalee
⌚Yeroo dhiyootti waamuu waan danda'aniif, barattoonni yuunivarsiitiiwwan kanneenitti ramadamtan ammumaarraa kaasuun qophii barbaachisu xumuraan dhaamsa keenya.
Odeeffannoo barnootaa fi kanneen biroo argachuuf channel 👉 @Milkii_Sabaa join, Share💫 taasisaa!
Join👉https://t.me/Milkii_Sabaa
Yuunivarsiitiin addigiraat Guyyaan Galmee Barattoota haaraa bara 2018 sagantaa sirreeffamaan Yuunivarsiitichatti ramadamanii Mudde 06 fi 07, 2018 akka ta'e beeksiseera.
✅Mudde 08, 2018 barnoonni ni eegala.
☑️Yeroo galmeef dhuftan waantotni fiduu qabdan;
▫️Ragaa Barnootaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa orjinaala fi koppii
▫️Tiraaniskiriiptii kutaa 9-12 orjinaala fi koppii
▫️Suurota gabaabaa 3×4 ta'an afur
▫️Uffata qorraa, Ansoolaa, uffata boraatii fi Meeshaalee ispootii
▫️Waraqaa Eenyummaa biyyaalessaa(National ID)ti.
▫️Lakkoofsa Eenyummaa kanfalaa gibiraa(TIN)
❗Hubachiisa; Barataa yeroo jedhame duursee yookaan dabarsee dhufe kan hin keessummeessine ta'uu yuunivarsiitichi beeksiseera.
Odeeffannoo barnootaa fi kanneen biroo argachuuf channel 👉 @Milkii_Sabaa join, Share💫 taasisaa!
Join👉https://t.me/Milkii_Sabaa
Yuunivarsiitiin Wallaggaa Guyyaan Galmee Barattoota haaraa bara 2018 sagantaa sirreeffamaan Yuunivarsiitichatti ramadamanii Mudde 02 fi 03, 2018 akka ta'e beeksiseera.
✅Mudde 06, 2018 barnoonni ni eegala.
✅Bakki Galmee:
▶️ Barattoonni Saayinsii Hawaasaa; Mooraa Gimbiitti
▶️barattoota Saayinsii Uumamaa; dhiirota Qubeen jalqabaa isaanii A-D ta'ee fi Dubartoota qubeen jalqabaa isaanii A-H ta'e Kaampaasii Shaambuutti
▶️ Barattoonni Saayinsii Uumamaa dhiirota
a Qubeen jalqabaa isaanii E-Z ta'ee fi Dubartoota qubeen jalqabaa isaanii I-Z ta'eef mooraa guddicha(Kaaampaasii Naqamtee)tti.
☑️Yeroo galmeef dhuftan waantotni fiduu qabdan;
▫️Ragaa Barnootaa kutaa 8ffaa fi 12 orjinaala fi koppii
▫️tiraaniskiriiptii kutaa 9-12 orjinaala fi koppii
▫️Suura Gabaabaa 3×4 ta'e afur(4)
▫️Uffata qorraa, Ansoolaa, uffata boraatii fi Meeshaalee ispootiiti
❗Barataa yeroo jedhame duursee yookaan dabarsee dhufe kan hin keessummeessine ta'uu yuunivarsiitichi beeksiseera.
https://t.me/Milkii_Sabaa

Yuunivarsiitiin madda walaabuu Guyyaan Galmee Barattoota haaraa bara 2018 sagantaa sirreeffamaan Yuunivarsiitichatti ramadamanii Mudde 06 fi 07, 2018 akka ta'e beeksiseera.
✅Mudde 08, 2018 barnoonni ni eegala.
✅Bakki Galmee: Mooraa Yuunivarsitichaa Waajjira reejistiraara koollejjotaatti qaamaan argamuun
☑️Yeroo galmeef dhuftan waantotni fiduu qabdan;
▫️Ragaa Barnootaa kutaa 8ffaa hanga 12ffaa jiran hunda
▫️Waraqaa Eenyummaa gandaa haaromfame
▫️Uffata qorraa, Ansoolaa, uffata boraatii fi Meeshaalee ispootiiti
❗Hubachiisa; Barataa yeroo jedhame duursee yookaan dabarsee dhufe kan hin keessummeessine ta'uu yuunivarsiitichi beeksiseera.
Odeeffannoo barnootaa fi kanneen biroo argachuuf channel 👉 @Milkii_Sabaa join, Share💫 taasisaa!
Join👉https://t.me/Milkii_Sabaa
Yuunivarsiitiiwwan Hanga Yoonaatti Barattoota Sagantaa Sirreeffamaaf Waamicha taasisan:-
1, Yuunivarsiitii Salaalee; Sadaasa 2 fi 3
2, Yuunivarsiitii Booranaa; sadaasa 3 fi 4 gara sadaasa 8 fi 9 tti jijjiiramee ture.
3, Yuunivarsiitii qabri dahaar; sadaasa 4-7
4, Yuunivarsiitii Jigjigaa; sadaasa 5-8
5, Yuunivarsiitii Bahir dahaar; sadaasa 11 fi 12
6, Yuunivarsiitii Gambeellaa; Sadaasa 15 fi 16
7, Yuunivarsiitii Raayyaa; sadaasa 22 fi 23
8, Yuunivarsiitii jiinkaa; sadaasa 10 fi 11 irraa gara guyyaa hin beekamneetti dheerateera.
9, Yuunivarsiitii Dabaarq; mudde 16 fi 17
10, Yuunivarsiitii odaa bultum ; sadaasa 25 fi 26
11, Yuunivarsiitii dirre dhawaa; sadaasa 20 fi 21
12, Yuunivarsiitii Arbaa mincii; Sadaasa 25 fi 26
13, Yuunivarsiitii mattuu; mudde 01 fi 02
14, Yuunivarsiitii maqdalaa Ambaa; Sadaasa 25 fi 26
15, Yuunivarsiitii Amboo; Sadaasa 29 fi 30
16, Yuunivarsiitii Bulee horaa; Sadaasa 29 fi 30
17, Yuunivarsiitii Walloo; Sadaasa 25 fi 26
18, Yuunivarsiitii Asoosaa; Mudde 02 fi 03
19, Yuunivarsiitii Dabra Taaboor; Sadaasa 25 fi 26
20, Yuunivarsiitii Waldiyaa ; Mudde 06 fi 07
21, Yuunivarsiitii Samaraa; Sadaasa 25 fi 26
22, Yuunivarsiitii Gondar; Sadaasa 29 fi 30
23, Yuunivarsiitii Waraabee; mudde 02 fi 03
24, Yuunivarsiitii Dabra Maarqoos; mudde 02 fi 03
25, Yuunivarsiitii Dabra Birhaan; mudde 02 fi 03
26, Yuunivarsiitii injibaraa; mudde 09 fi 10
27, Yuunivarsiitii Aksuum; mudde 06 fi 07
28, Yuunivarsiitii Walqixxee; mudde 06 fi 07
Join
Share

13, Yuunivarsiitii mattuu mudde 01 fi 02

Reviews channel
3 total reviews
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
Catalog of Telegram Channels for Native Placements
Advertising on the Telegram channel «MILKII SABAA» is a Telegram channel in the category «Образование», offering effective formats for placing advertising posts on TG. The channel has 4.5K subscribers and provides quality content. The advertising posts on the channel help brands attract audience attention and increase reach. The channel's rating is 28.0, with 3 reviews and an average score of 5.0.
You can launch an advertising campaign through the Telega.in service, choosing a convenient format for placement. The Platform provides transparent cooperation conditions and offers detailed analytics. The placement cost is 3.6 ₽, and with 5 completed requests, the channel has established itself as a reliable partner for advertising on Telegram. Place integrations today and attract new clients!
You will be able to add channels from the catalog to the cart again.
Комментарий