
Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
12.4

Advertising on the Telegram channel «Miira Jaalalaa»
5.0
Celebrities & lifestyle
Language:
English
0
0
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$3.60$3.60local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
Miira!!
"Qulqullinni miira keenyaa qulqullina jireenya keenyaati" jedha Tooni Roobins
🔵 Miirri dhuguma siif maal jechuudha?
Maaliif sodaatta? Waan gochuu barbaadde akka hin hojjenne maaltu si dhorkaa jira? Gaheen miira keenyaa daandii jireenyaa keessatti waan xiqqaa miti, gaarummaa fi hammeenya irratti hundaa'un. Jireenyi addunyaa kana irratti siif kenname hundi kennaa kee isa gatii guddaa qabudha: Yeroo kee tokkoon tokkoon isaa haala barbaaddeen akka fayyadamtu siif hayyamama, waan hojjettu beekuunimmoo gahee kee ti.
✍️ Kennaa yeroo gatii guddaa qabu kana haala barbaannetti fayyadamuu akka dandeenyuuf miira keenya ilaaluu fi hubachuun barbaachisaa dha. Leenjii adda ta’e sa’aatii 40f fudhannu keessatti, waa’ee maalummaa miiraa fi akkaataa miira keenyaa tooftaa miira leenjisuun, kan namoonni baay’een furmaata argataniif, gadi fageenyaa fi ogummaadhaan baranna!
@miira_jaalalaa ❤️
123
12:43
09.03.2025
imageImage preview is unavailable
💌 Jaalala, Abdii fi Amantii haalan hin jeeqamne horachuuf dhoksaan jiru jaalalleewwan lameen gochaalee isaan calaqqisiisuun irra jiru,... ➡️ Itti fufii dubbisi!
👇👇👇👇
👉✨See More✨👈
👉✨See More ✨👈
👆👆👆👆
156
02:02
09.03.2025
🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~
🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!
┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@JCP_CHURCH 🛰
┃_
┃@marsiltvworldwide 📺
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃@kutannoo123 ✊
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃Oro Inspire Center ✊
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@morning_tips 💐
┃_
┃@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @Kutannoo123 📌
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@gaggeessummaa24🕖
┃_
┃@feeling_love123 ❤️
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa ➕
┃_
┃@Now_speak_English ⚙
┃_
┃@revealjesus 📕
┃_
┃@YerooFarfannaa 🎼
┃_
┃@shoppinggeni 🏷️
┃_
┃@Spoken_English24 🎓
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365😀
┃_
┃@ethioacadamic ✍️
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃@xinsammuu1 😀
┃_
┃Christian Living 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃@kbdstyles 🎹
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center📕
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative🔝
┃_
┃@Cryptoanalysisofficial 🌐
┃_
┃Daily Quotes 🗣️
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
┃@kaayyoodhugaa 📩
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
┃@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
┃@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
┃@research_helping 📝
┃_
┃@orotv24 📺
┃_
┃@learningtips123 🚸
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
┃@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃@dirree_bohaartii 😀
┃_
┃@be_positive24 ➕
┃_
┃@youth_center1 👭
┃_
┃@haadhamanaaogeettii ❤️
┃
┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●
┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 😀
Contact: @Getu_Abera ☑
144
02:00
09.03.2025
imageImage preview is unavailable
Dhibee Walqunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu (Premature Ejaculation)
Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala'u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda'a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda'a.
Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta'anii harka keessaa qabu.
1. Dhiphina/muddama sammuu (stress)
2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression)
3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda'u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu.
4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga'amuu
5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu.
AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA?
Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta'u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu.
1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa.
2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an.
3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha.
4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara.
5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna.
6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema.
7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf.
@miira_jaalalaa ❤️
238
00:44
08.03.2025
imageImage preview is unavailable
❤️ Haati manaa ogeettiin miidhagina abbaa manaati. Yeroo hundumaa amalli ishee,...➡️ Itti fufii dubbisi!
👇👇👇👇
👉✨See More✨👈
👉✨See More ✨👈
👆👆👆👆
242
20:53
07.03.2025
imageImage preview is unavailable
🩺 Wal Quunnamtii Saalaa wayita Ulfaa
Waa'een wal-qunnamtii saalaa wayita ulfaa gaafii isiin baay'inaan gaafachaa turtan keessaa isa tokko. Egaa wal quunnamtiin saalaa hanga ji'a afuritti haadha ulfaaf mijachuu dhiisuu danda'a. Sababni isaas wayita kana ol guurraan ,tuttufsiisaan fi dadhabbiin waan itti baayyatuuf fedhiin ishee hir'achuu ni danda'a. Garuu ji'a 4-7tti dhibeewwan armaan duratti caqafaman hir'achaa waan deemuuf fedhiin isaani ni dabala. Ji'a 8 hanga dhumaatti gadameessi daa'ima baatu guddaa waan ta'eef haalli qunnamti saalaaf mijachuu waan diduuf feedhii isaanii akka duraa hin ta'u. Walumaagalatti walquunnamtiin saalaa ji'aan hin dangeffamu,jechuun hamma dhibeen hin jirretti walquunnamtii saalaa hanga ji'a dhumaatti hin dhorkamu. Garuu wayita dhibeewwan armaan gadii mul'atan wal qunnamtii saalaa gochuun dhorkaadha.
1. Seenaa ba'uu ulfaa al lamaaf isaa ol yoo qabaatan.
2. Ulfa duraa irratti ciniinsuun osoo hin ga'iin itti dhufeera yoo ta'e.
3. Yoo karaa qaama isaanii dhigni dhangala'e.
4. Yoo bishaan gubbee dhangala'e.
5. Ultrasoundiin ilaalamtee yoo of-kaltiin balbala gadameessaa irra ykn mucaa dursee jiraa yoo ta'e dha.
Garuu qunnamtii saalaa booda yoo dhigni mul'atee fi bishaan gubbee dhangala'e atattamaan mana yaalaa deemuun barbaachisaadha.
@Dhimma_fayyaa
@miira_jaalalaa ❤️
317
00:24
07.03.2025
imageImage preview is unavailable
✉️ Namni ati baay'ee jaalattu akkasumas hariiroo cimaa fi turtii yeroo dheeraa waliin qabdu sababiilee kanneeniif yeroo hundumaa si yaadata,...➡️ Itti fufii dubbisi!
👇👇👇👇
👉✨See More✨👈
👉✨See More ✨👈
👆👆👆👆
302
23:32
06.03.2025
imageImage preview is unavailable
💔 Hundeen Jaalala dhugaa yaadota gurguddoo 5n kanneen... See More
🗣️ Amalootaa fi haasawa dubartiin tokko jaalala ittiin ibsattu keessaa muraasni,,..
👇
See More
See More
441
22:14
04.03.2025
imageImage preview is unavailable
Gaa'ela Booda✔️✔️, Gaa'ela dura🚫🚫
Faayidaa fayyaa walqunnaamtii saalaa!
1. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa hedduu cimsa.
2. Walqunnaamtii saalaaf fedhii akka qabaannu taasisa.
3. Dandeettii fincaan qabaachuu afuuffee fincaanii dubartootaa ni dabala.
4. Dhiibbaa dhiigaa qaama gadi buusuuf gargaara
5. Sochii qaamaa waan ta'eef fayidaalee sochiin qaamaa agamsiisu nuuf kenna
6. Carraa dhukkuba onnee tasaa gadi buusa.
7. Dhukkuubbii kamiyyuu kan qabnu yoo ta'e akka nutti hin dhaga'amne taasisa
8. Carraa kaanserii xannacha prosteetii dhiiraa hir'isa
9. Hirriba qulqullina qabu akka rafnu taasisa
10. Dhiphina sammuu (stress) nurraa ittisa.
Dr. Gurmessa (Source WebMed)
:¨·.·¨: 💖
`·. Love Message ✉️
@Miira_jaalalaa ❤️
441
22:14
04.03.2025
imageImage preview is unavailable
❤️ Nama jaalataniif sababiilee jaalalaa shamarran dhiheessan keessaa 10 ... See More
▶️ See More
See More
❓ Maaliif jaalalli miira Namaa Akka to'atu?... See More
475
02:53
04.03.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeennew@******.io
On the service since June 2022
12.02.202512:32
5
Everything is fine. Thank you!
New items
Channel statistics
Rating
12.4
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
1
Followers:
3.8K
APV
lock_outline
ER
5.0%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Followers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий