Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
12.4

Advertising on the Telegram channel «Xiyyeeffannoo»
5.0
Motivation & Self-Development
Language:
English
102
0
Share
Add to favorite
Channel temporarily not accepting requests
Choose another channel from recommendations or get a tailored list within your budget using AI
AI Channel Picker
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
➨ ይሄ ላንተ ነው !
1, እቅድህን ሳታካ ለማንም አትናገር
2, ኢንተርኔት ላይ ብዙ አትቆይ
3, የምትይዘውን ጓደኛ ምረጥ
4, ለራስህ ያለህን ክብር አትጣል
5, ሴቶችን አታሯሩጥ
6, ከፖርን ራቅ
7, ስፖርት መስራት ልመድ
ጀግናው ለወንዶች የተከፈተ ልዩ ቻናል ነው ፤ ወንድ ከሆንክ JOIN የሚለውን በመንካት ይቀላቀሉ እና አብረን እንለወጥ ። 🔥💪👇👇👇👇

32
14:03
25.10.2024
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 2𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 ol 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 2𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @zimitegnaww
Only for Islamic channel @ethio_gaza

29
12:20
25.10.2024
imageImage preview is unavailable
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐏𝐝𝐟 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️
📚📚📚📚📚📚📚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️
Add your channel 👇
@Guluma_Hailu0912

110
10:24
25.10.2024
Humna Harkisaa(The law of attraction)
Jireenya keessatti wanti nurratti raawwatamu martuu(gaariis ta'u yaraa) numatu ofitti harkisa.Waanuma nu raawwannutu deebi'ee nuuf ta'a. "Waanuma ittiin shallagdeen siifillee shallagama" kan jedhu wantichi.
Kana ega ta'e wanti carraa jedhamu kun xiqqoodha jechuudha. Namni kamuu carraa isaaf barraa'e osoo hin taane carraa ofii barreeffachaa jiraata. Kanaaf wanta raawwannu fi yaadnu hunda of eeggannoo dhaan haa goonu.

151
06:15
25.10.2024
#Dhiphina_Sammuu_fi_Gadda
=========
Gaddi namni jaallannu tokko yommuu duʼu, tarii miira hunda caalaa rakkisaa taʼuu dandaʼa.
Gadda jechuun adeemsa gadda sirrii ta’een ibsuudhaan nama jaallannu dhabuun dhugaa gaddisiisaa ta’e fudhachuudha. Akkaataan gadda itti ibsinu hariiroo fi haala du’a nama sanaa irratti hundaa’a.Fakkeenyaaf,gaddi sun akka tasaa fi kan hin eegamne yoo taʼe, miirri gaddaa nutti dhaga'amu rakkisaa ta'uu danda'a."Osoon akkas godhee ture jechuun gaabbii nutti dhaga'amu danda'a!" Wantoota osoo hin hojjenne dhiifne irraas gaddi dhufuu danda’a.
Miirri gaddaa, fedhii nyaataa dhabuu, yaadni namaa jeeqamuu fi kkf mallattoo dhiphina sammuu fi gadda walfakkeessaniidha. Namoota dhiphina sammuu qabaniif, du’a nama jaallatanin walqabatee dhukkubbii sana itti hammeessuu danda’a. Akkasumas darbee darbee gaddi gara dhiphina sammuutti jijjiiramuu danda’a.
Qorannoon akka agarsiisutti namoonni dhibbeentaa 10 hanga 20 ta’an erga namni jaallatan du’ee booda gadda yeroo dheeraa ykn dhiphinni sammuu akka isaan mudatu agarsiisa.Gadda yeroo dheeraa ykn walxaxaa yoo ta’e ogeessa yaala sammuu mariisisuun gargaarsa barbaachisuu argachuun ni danda'ama.
Odeeffannoo birof:
@MentalHealthMedia1
Nagaa ta'aa!
©Beekii M.(Og• yaala sammuu)

283
11:06
24.10.2024
All Major YouTube Video Codes [Update September 27]
💁🏼♂️Codiin inni hafe Hin qabu, Warri hin jalqabne amumma jalqaba.
Video #1
Code: 070624
Video #4
Code: 159390
YouTube Video Shorts #6
Code: 241086
💁🏼♀️ Jalqabuuf Start kan jedhu Tuquu dandessu
start
279
10:20
24.10.2024
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 2𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 ol 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 2𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @zimitegnaww
Only for Islamic channel @ethio_gaza
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 2𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 ol 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 2𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @zimitegnaww
Only for Islamic channel @ethio_gaza
81
06:31
24.10.2024
close
Selected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий