Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
11.4

Advertising on the Telegram channel «JIRRA MEDIA»
5.0
News and Media
Language:
Other
154
0
JIRRA MEDIA is an entertainment, Educational and news media established with a great vision to be the best Media in our country BAGA NAGAN GARA CHANNEL JIRRA MEDIA NAGAAN DHUFTAN CHANNEL KUN ODEEFFANNOO WAYITAWWAA KAN ISIN BIRAAN GAHUDHA
Share
Add to favorite
Channel temporarily not accepting requests
Choose another channel from recommendations or get a tailored list within your budget using AI
AI Channel Picker
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
Breaking news
Hangafa Dr. Lammaa Magarsaa kan ta’e Obbo Darajjee Margarsaa dabalatee maatiiwwan Dr. Lammaa hedduun mana hidhaatti guuramaa jiraachuu beekameera. Namoota hidhaman keessaa ilmaan eessumman Dr. Lammaa Magarsaa namoonni lama jechuunis Obbo Addaam Fayyisaa fi Obbo Geetuu Tashoomee akka jiran mirkaanaa’eera. Maatiin jumlaan hidhamaa jiran kunneen mana hidhaa Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Gudayyaa Jareetti yeroo geeffaman “isin maatii Lammaa Magarsaati” jedhamuun akka hidhaman beekameera. Obbo Darajjee Magarsaa ogummaa isaaniitiin bara dheeraaf sadarkaa aanaatti tajaajilaa akka turaniifii ji’a jaha dura immoo akka hojiirraa ariyatamanii qonna qotachuutti deebi’an mirkaneeffanneerra.
Ji’oota muraasa dura Dr. Lammaa Magarsaa bakka jiran Awurooppaa irraa qabanii biyyatti deebisuuf yaaliin mootummaan Abiyyi taasise akka hin milkoofne ni beekama.
262
19:35
18.04.2025
imageImage preview is unavailable
Gooooooolllllll Roonaaaaalllllldddddooooooo🔥
Goolii ajaa'ibaa Roonaaldoon Liigii Sa'udii irratti galche daawwachudhaaf 👇👇
165
22:27
17.04.2025
imageImage preview is unavailable
🏆 When did the first FIFA World Cup start..??
🎁 We have prepared a prize of 2000 Birr for 10 people who answered quickly, guess and be rewarded 🎁
➕ Add to us channel @PYSCHO_19
153
22:22
17.04.2025
imageImage preview is unavailable
😲 Don't miss this opportunity 😲
For those who want to take a hacking course, don't miss this opportunity🌬🌟
🫧The course is online so don't worry too much.
It's only for winter, so get in as soon as possible
✅ Get all courses through this channel 👇👇
➕ Add to us channel @PYSCHO_19
211
11:59

17
06:43
16.04.2025
imageImage preview is unavailable
🏆 When did the first FIFA World Cup start..??
🎁 We have prepared a prize of 2000 Birr for 10 people who answered quickly, guess and be rewarded 🎁
➕ Add to us channel @PYSCHO_19
190
07:39
07.04.2025
imageImage preview is unavailable
😲 Don't miss this opportunity 😲
For those who want to take a hacking course, don't miss this opportunity🌬🌟
🫧The course is online so don't worry too much.
It's only for winter, so get in as soon as possible
✅ Get all courses through this channel 👇👇
➕ Add to us channel @PYSCHO_19
132
05:30
02.04.2025
imageImage preview is unavailable
⚽🏆 Muka jigetti qottoon baay'ata akkuma jedhan rakkoon Maanchister Siitii baranaa qabxii dhabuu qofa miti. Himanni 115 irratti banamun qorannoo irra ture.
Galchii Piriimer Liigii hedduu lakkoofsisuun Saalaa waliin dorgomaa kan jiru Haalaand miidhamuun ammoo rakkoo biraa Siititti uume.
Halaand bakka hin jirretti eenyutu Siitif galchii lakkoofsisa?
👉🏿👉🏿 https://bbc.in/3QY0GG3
554
21:30
01.04.2025
imageImage preview is unavailable
⚽️🏆 Muka jigetti qottoon baay'ata akkuma jedhan rakkoon Maanchister Siitii baranaa qabxii dhabuu qofa miti. Himanni 115 irratti banamun qorannoo irra ture.
Galchii Piriimer Liigii hedduu lakkoofsisuun Saalaa waliin dorgomaa kan jiru Haalaand miidhamuun ammoo rakkoo biraa Siititti uume.
Halaand bakka hin jirretti eenyutu Siitif galchii lakkoofsisa?
👉🏿👉🏿 https://bbc.in/3QY0GG3
554
21:30
01.04.2025
imageImage preview is unavailable
Garee 'ATIS NAMAA' akkamiin du'arraa oolan?
Gareen 'ATIS NAMA' jedhaman kan beela'e nyaachisuu fi hiyyeessatti mana ijaaruu fi daara baasuun beekaman osoo gargaarsa harka qalleeyyiif kennuuf imallarra jiranuu balaa isaan mudateerraa lubbuun oolan.
Balaa hamaan kun akkamiin isaan mudate? Osoo hin miidhamiin konkolaataa gaggaragale keessaa akamiin bahan?
Gaafanneerra. 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cqj4rwe7z9no?at_medium=social&at_format=link&at_link_origin=BBC_News_Afaan_Oromoo&at_campaign_type=owned&at_link_type=web_link&at_ptr_name=facebook_page&at_campaign=Social_Flow&at_link_id=30A430BC-0ED9-11F0-AFDF-A6A85EC93A2C&at_bbc_team=editorial&fbclid=IwZXh0bgNhZW0CMTEAAR0Tf5SYZfCjU9sFqcZRzg92dvkPKqD5FSeXxoQs-aBLaBRVEwk1vj0kiVg_aem_VpIbCPVPVFDhMMRIZACzrg
492
18:01
01.04.2025
close
New items
Selected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий