
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
12.6

Advertising on the Telegram channel «Gorsaa Ganamaa»
5.0
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$2.40$2.40local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
See More
282
19:46
09.02.2025
1.
2.
3. 👉 Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama. (Wiiliyaam Sheekispir)
4.
5. 👉 Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu. (William Shekispir)
536
08:26
09.02.2025
Change is a Nature of life, but challenge is a aim of life. So you have to challenge the changes but not to change the challenges.
🔗 @Gorsa_Ganamaa
617
14:29
08.02.2025
Yaada
Beekumsa caalaa yaadni barbaachisaadha. Sababni isaas beekumsi waan yeroo ammaa beeknuu fi hubannu hunda kan ibsu yoo ta’u, yaadni garuu waan ammallee argachuu fi uumuu dandeenyu hunda agarsiisa.
🔗 @Gorsa_Ganamaa
Beekumsa caalaa yaadni barbaachisaadha. Sababni isaas beekumsi waan yeroo ammaa beeknuu fi hubannu hunda kan ibsu yoo ta’u, yaadni garuu waan ammallee argachuu fi uumuu dandeenyu hunda agarsiisa.
637
01:03
08.02.2025
Wantota kitaabicha keessaa natti tolanii fi na quubsan keessaa.... Toom Joon namichi jedhamu dubbii cimaa tokko akkas jedhee dubbate...
☞ "Adaraa yaa Waaqayyo wantoota lama akkan sirriitti beekuuf na gargaari. Isaanis;
#1ffaa: "jireenya koo keessatti wantan gonkumaa jijjiiruu hin dandeenyeef obsa naaf kenni"
#2ffaa: "Wantan jireenyakoo keessatti jijjiiru yoo jiraataniif jecha akkan jijjiiruuf onnee naaf kenni jedhe"
☞ Lafan yaade hin geenye yoon ta'ellee lafan yaade ga'uuf hin teenye!
☞ jecha hin danda'amu jedhutti gonkumaa hin amaniin!
☞ Never believe in never!
☞ Barrisuu kan dandeessu hanga barrisuu dandeessu yoo of amansiiste qofaadha!
☞ Your attitude means the difference between success and failure!
☞ Ati of daangessitee teessa taanaan eenyu daangaa si ceesisaa? Of beekuuf murtoo hin qabdu taanaan yoo of beektes murtoo hin murteessitu.
☞ Of beekuun beekumsa beekumsa caaluudha. Barachuun beekuu hin ibsu.Beekuun garuu barachuu ibsa.
☞ Hirkattummaan diina of beekuuti.
Osoo of hin beekiin du'uun osoo hin dhalatiin du'uu wajjin tokkuma.
☞ Qabeenyi guddaan addunyaa kanaa dhala namaati. Namni lakkoofsa guutuuf dhalate hin jiru. Lakkofsa guutuu ta'ee dhalate malee.
☞ Dammaqi waan haaraa siin dalagamutu jiraam. Wanti haaraan siin dalagamummoo gati si kanfalchiisu of keessaa qaba.
☞ Addunyaa keessa jirramoo addunyaatu nu keessa jiraa? Yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenya ati qooddachuuf eeggattuudha.
❖ Nama jechuun bu'aa yaada isaati!
Namni waanuma nyaate fakkaata!
❖ Ilaalchi ati ofiif qabdu eenyummaa ati mul'ata kee dhugoomsuuf taasisaa jirtu mul'isa.
❖ Namoonni ofittoon summii mul'ataa qabu malee, sammuu mul'ataa hin qaban.
❖ Carraan amma qabdu kan guddinaati malee kan badiisaa miti.
❖ Meeshaa ammayyaa caalaa sammuu injifannoo qabaadhuutii gara dirree seeni.
702
19:44
07.02.2025
6P
1. Pray/Waaqa Kadhadhu.
-Waaqni kenna waan hunda keenna, Kanaaf yeroo hundaa madda jireenya keenyaa waliin hariiroo qajeeltuu qabaachuu qabna. Kanaaf yeroo hunda waaqa haa kadhannu.
2. Plan/Karoorfadhu.
-Namni karoora hin qabne akka xiyyaara kallattii malee balali'uuti. Jireenya keessatti kallatti sirrii filatanii irra deeman.
Plan = Vision + How to act
Karoorfachuun dura mul'ata jireenyaa, kallattii jireenyaa qabaachutti dursa. Karoorri mala mul'aticha gara gochaatti deebisuuti. Karoorfachuun qisaasa'ama jireenyaa hir'isa.
3. Prioritize/Duraa duuba eegi.
-Karoorsuun waan dansaa. Waan karoorfatan duraa duuba eeganii gochatti hiikuun oogummaa gaafata. Yeroo malee akka hin dhalanneef, wantoota xiyyeeffannaan murteessanii gochatti hiikuun murteessaadha.
4. Persistent/Cichoominaan itti fufuu.
-Qabxiin kunis baay'ee murteessaaf baay'ee ijoodha. Jalqabanii dhiisuun amala namoota dhiibbaa dansaa uumuutii moti. Qeeransa hin qabni qabnaan gad hin dhiisani jedhanii mitiiree, mala jijjiiranii dhiphisanii itti deemuun yeroo maraa bu'aa guddaa qaba.
5. Patience/Obsa qabeessa ta'i.
- Bartee obsaa guddifachuun yeroo hundaa barbaachiisaadha. Ciminaa fi laafina, bu'iinsaa fi ba'iinsa, gaddaa fi gammachuu, dhabaa fi argachuu, gufuu fi qorumsa kamiyyuu obsaan jala muran. Obsaan qaalloman. Haala kamuu keessatti ciniinnadhuu obsi, harka hin kennin.
6. Play/Taphadhu.
-Gammachuu qabaadhu, yeroo hundaa gammada keessaa madde fuula ifaa qabaadhu, maatii kee waliin, hiriyoota kee waliin taphadhu, kolfi...enjoy godhi... gammachuu hin beellamanu, har'a jiraadhu. Boru, gaafa argadhe gammada, bashannana hin jedhin, hojjataa gammadi, gammadaa hojjedhu.
974
06:13
06.02.2025
➲ Sɑmmuu ofii hojjechiisuun dɑndeettii horɑchiisuu utuu hin tɑɑne, dɑndeettii sɑmmuu
sɑnɑɑ hojiitti hiiksisuudhɑ.
#Wiiliyɑɑm Jeems akkas jedha giddu gɑleessɑɑn ilmɑɑn nɑmɑɑ parsantii 10-12% qofɑɑ sɑmmuu isɑɑniitti fɑyyɑdɑmɑnii dɑrbɑn jedha! Kɑnɑ jechuun sɑmmuun ilmɑɑn nɑmɑɑ heddumminɑɑn hojii isɑɑ utuu hin hojjetin ɑkkumɑ wɑliin dhɑlɑtetti wɑliin du'ɑ jechuudhɑ. Biyyeen ɑlbuudɑ guddɑɑ hɑmmɑnɑ gɑ'u kuufɑchɑɑ jirti! Addunyɑɑ kɑnɑ cɑɑlɑɑtti dɑndeettii sɑmmuu nɑmɑɑ qɑbeenyɑ isaa kɑn godhɑte biyyeedhɑ jechuudhɑ.
@Gaggeessummaa
943
15:09
05.02.2025
Addunyaan ilaalcha yookiin yaada kee keessa jira; Yaadni kee dhugaa lafa kanarra jiru jijjiiruu yoo baatellee dhiibbaa jireenya kee irratti fidu ni hir’isa; Guyyaa fokkisaadha jechuurra guyyaa bareedaadha jedhi; Itoophiyaa keessa jiraachuun na hin barbaachisu jechuurra, rakkoon amma jiru hundi ni darba, Itoophiyaan biyya mijataa taati jedhi! Hojii hin argadhu jechuurra, hojii hin dhabu jedhi; Jireenya koo jijjiiruu hin danda'u jechuurra, jireenyi koo guyyaa guyyaan fooyya'aa jira jedhi! Na amani yaada gaarii yaaduu yoo dhiifte, jireenyi kee ni hammaata, kanaaf yaada gaarii qabaadhu!
1000
14:08
05.02.2025
Work For A Cause
Not For Applause
Live Life To Express
Not To Impress
Don’t Strive To Make
our Presence Noticed
Just Make Your
Absence Felt …
973
13:12
05.02.2025
15 Rules to Live By
• Be Thankful.
• Be Kind.
• Be Useful.
• Be Strong.
• Be Loving.
• Be Honorable.
• Be Respectful.
• Never Quit.
• Never Fear.
• Refuse To Lose.
• Stay Happy.
• Stay Healthy.
• Stay Faithful.
• Stay Confident.
• Remain Humble.
🔗 @Gorsa_Ganamaa
Seera 15 Ittiin Jiraachuu Qabnu
• Galateeffadhu!
• Gaarummaa hojjedhu!
• Barbaachisaa ta'i!
• Jabaadhu!
• Jaalala qabaadhu!
• Kabajamoo ta'i!
• Kabaja Qabaadhu!
• Gonkumaa Hin Dhiisin!
• Gonkumaa Hin Sodaatin!
• Mo'amuu Didi!
• Gammachuu Qabaadhu!
• Fayyaa qabaadhu!
• Amanamaa Ta'i!
• Ofitti amanamummaa qabaadhu!
• Gad of deebisi!
🔗 @Gorsa_Ganamaa
• Be Thankful.
• Be Kind.
• Be Useful.
• Be Strong.
• Be Loving.
• Be Honorable.
• Be Respectful.
• Never Quit.
• Never Fear.
• Refuse To Lose.
• Stay Happy.
• Stay Healthy.
• Stay Faithful.
• Stay Confident.
• Remain Humble.
Seera 15 Ittiin Jiraachuu Qabnu
• Galateeffadhu!
• Gaarummaa hojjedhu!
• Barbaachisaa ta'i!
• Jabaadhu!
• Jaalala qabaadhu!
• Kabajamoo ta'i!
• Kabaja Qabaadhu!
• Gonkumaa Hin Dhiisin!
• Gonkumaa Hin Sodaatin!
• Mo'amuu Didi!
• Gammachuu Qabaadhu!
• Fayyaa qabaadhu!
• Amanamaa Ta'i!
• Ofitti amanamummaa qabaadhu!
• Gad of deebisi!
1200
03:01
04.02.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeennew@******.io
On the service since June 2022
28.05.202518:43
5
Everything is fine. Thank you!
Channel statistics
Rating
12.6
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
2
Subscribers:
9.6K
APV
lock_outline
ER
2.6%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий