
- Main
- Catalog
- Motivation & Self-Development
- Advertising on the Telegram channel «GAGGEESSUMMAA»

Advertising on the Telegram channel «GAGGEESSUMMAA»
To live a successful life, you need to be ready to use your hidden POWER, motivation and ABILITY
Channel statistics
Full statisticschevron_right1. Amalli xixiqqoon jijjiirama guddaa fida
2. Galma baafachuu dagadhu. Kanaa mannaa sirna kee irratti xiyyeeffadhu!
3. Amala eenyummaa irratti hundaa’e ijaaruu
— Atomic Habit
@Gaggeessummaa
1. Guyyoota keessa jiraattu hunda irratti hojjedhu malee guyyaan sirratti hin hojjetiin. Sababnisaa, yoos kaayyoo kee jiraatta.
2. Humna jijjiiramaa si keessa jiru baasii itti fayyadami. Sababnisaa, humni jijjiiramaa si keessa jiru si jijjiiruuf gahaadh waan ta'eef.
3. Karoora kee raawwachaa deemi malee akkasumaan guyyoota kee hin balleessiin.
4. Waan barbaaddu hanga harka keessa galfattutti jabeessii hojjedhu.
5. Jireenya kee keessatti namaaf iddoo kenni. Nama wajjin hojjechuu beeki. Namatti fayyadamuus bari. Sababnisaa, namni namaaf bu'aadha waan ta'eef.
@Gaggeessummaa
Namichatu osoo karaa deemuu Arbawwan gurguddaa funyoo xixiqqoodhaan kaloo keessa hidhamanii marga coratan argee tasa rifatee dhaabbate. Funyoowwan isaan ittiin hidhaman baay'ee qaqal'oo kan taatee fi humna Arbaa wajjiin kan wal simtu waan hin turreef "Akkamitti uumamni guddaan kun funyoo xiqqoo laaftuu tanaan hidhamuu danda'e?" jedhee gaaffii waan itti uumeef abbaa arboota kana hidhee leenjisee fayyadamu kan isaan cinaa tureen "Yaa namana mala maaliitiin Arbi hammana guddatu kun funyoo qal'oo kanaan hidhamee dhaabbata?" jedhee gaafate.
"Arboota kana kan leenjise yemmuu isaan ilmoo xixiqqoo turanitti. Yeroo sanitti humni isaanii dadhabaa waan tureef kutanii deemuudhaaf hangam yaalaniyyuu hin milkoofneef ture. Erga yaalanii abdii kutanii booda akka kutuu hin dandeenye amananii leenji'anii jiraachuu jalqaban. Ergasii kaasee qaamni isaanii guddatuyyuu animmoo funyoo kana itti hin jijjiirre. Isaanis jabina funyoo kanaa isuma gaafa ijoollummaa isaanii san beekaniin amananii dandeettii fi humni isaanii immoo dabaluu isaa osoo hin yaadin jiraachaa jiru. Kanaafuu funyoon kun yeroo isaan ilmoo turanitti humna waan hin qabneef qaama isaanii hidhee ture; yeroo ammaatti garuu qaama isaanii osoo hin taane sammuu isaanii hidheeti" jedhee deebiseef jedhama!
@Gaggeessummaa
Reviews channel
3 total reviews
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
Catalog of Telegram Channels for Native Placements
Advertising on the Telegram channel «GAGGEESSUMMAA» is a Telegram channel in the category «Мотивация и саморазвитие», offering effective formats for placing advertising posts on TG. The channel has 30.6K subscribers and provides quality content. The advertising posts on the channel help brands attract audience attention and increase reach. The channel's rating is 23.2, with 3 reviews and an average score of 5.0.
You can launch an advertising campaign through the Telega.in service, choosing a convenient format for placement. The Platform provides transparent cooperation conditions and offers detailed analytics. The placement cost is 3.6 ₽, and with 10 completed requests, the channel has established itself as a reliable partner for advertising on Telegram. Place integrations today and attract new clients!
You will be able to add channels from the catalog to the cart again.
Комментарий