
- Main
- Catalog
- Books, Audiobooks & Podcasts
- Advertising on the Telegram channel «Faaruu Ortodoksi»
Advertising on the Telegram channel «Faaruu Ortodoksi»
Nageenyi waaqa isin walin haa ta'uu.
Channel statistics
ለእኔማ
ብርቱ ነኝ ገብርኤል አለ ከጎኔ
የሚረዳኝ የሚረዳኝ ወገኔ
ለእኔማ[2]ገብርኤል አባቴ ነው
Anaafo(2)
gabri'eel abbaa koo
ስንት ብስራት ቤቴ ገባ ከሰማይ
በአንተ ገብርኤል የመጣልኝ ከአዶናይ
ያኔ ገና ልጅ እያለሁ ብላቴና
መርተኸኛል እንዳልባክን እንዳልጠፋ
ብርቄ ነህ ለእኔማ አልጠግብህም ገብርኤል ብዬ
" ማታጎድለኝ ጉብዝናዬ
" የመለስከኝ ከስህተቱ
" የመራኸኝ ወደ እውነ
ለክርስቶስ መመስከሬ እንዲጸና
የአገልግሎት ጎዳናዬ እንዲቀና
ስንቱን እሳት በረድ አድርገህ ከዙሪያዬ
ብርታት ሰጠኝ እንዲሰምር ፍፃሚዬ
ብርቄ ነህ ለእኔማ ወደ መዳን እንድደርስ
" ምታግዘኝ እንድወርስ
" ያለቀከው እጆቼን
" ያጸናኸው ቅጥሮቼን
ወደጄ ነው ኧኸ ወደጄ ነው
አባቴ ነው ኧኸ የልቤ ነው
በመንገዴ ኧኸ ሚጠብቀኝ
ከእሳቱ ኧኸ የሚነጥቀኝ
የሚያነሳኝ ኧኸ በእጆቹ
ሚጋርደኝ ኧኸ በክፎቹ
Anaafo (2)
Gabri'eel Aantee Koo
Eegaa koodha Eeyyee
Abbaa koodha
Fira koodha Eeyyee
Aantee koodha
Akka pheexroos Eeyyee
Mana hidhatti
Na miliqse Eeyyee hidhamutti
As kan jirruuf Eeyyee nutis har'a
Nu Oolcha inni Eeyyee
rakkoo hedduu irraa
ለእኔማ(2) ገብርኤል አባቴ ነው
ወዳጄ ነው ኧኸ ወዳጄ ነው
አባቴ ነው ኧኸ የልቤ ነው{}
በዘማሪ ዲ/ን ምትክ ሲሳይ=====Join via====== @faaruutewaahido ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
GABRI'EEL
Gabri'eel cinaa koo dhaabbate
Naaf lole isa na morkate
Fedhii koo hunda naaf guuteera
Diina koo lafa laalchiseera
Boji'ame ammoo nuuf kenne
Gari'eel cinaa kooti hin deemne
Waa'ee koof tasa hin sodaanne
Harka koo gabri'eelittan kenne (2)
Wanti hin jedhamne tasa hin jiru
Waan baay'ee dubbatan hundumtuu
Waaqayyoo hamaaf nuti hin laatne
Gabri'eel gara keenya goree (2)
Abiddichi gooftumma hin argamne
Nu oolchera inni nut amanne
Nabuukadanatsoor qaana'ee
Gabri'eel wabii keenya ta'ee (2)
Waan baay'ee sichiis hubanneerra
Seexanni gooftumma dhabeera
Amanneerra araaraaf dhiifama
Gari'eeliif ililchaa yaa nama (2){}
F/taa Dn Rooberaa Girmaa
=====Join via======
👇👇👇👇👇👇👇👇
🖤@faaruutewaahido🖤
❤️@faaruutewaahido❤️
🤍@faaruutewaahido🤍
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
FUULA WAAQAA
Ulfinni kee Guddaa Hangafa Ergamaa
Gargaara koo Dhugaa Gabri'eel sin waama
Fuula Waaqaa dura surraan kan dhaabbattu
Kabajni siif ta'a hunduu si haa faarfatu
Gammachuu namaaf oduu gaarii himta
Warra si waammateef gargaaruuf dhaabbatta
Aangoon kee guddaadha hangafummaa qabda
Akkan kufee hin hafneef ati harka na qabda
Ijoollee sadani abiddaa baastetta
Qirqoosiif Haadhasaa atoo gargaartetta
Naafis dafii kottu iyyeen si waammadha
Gargaarsa kee beeka oolmaa keen faarfadha
Haadha Gooftaa keenyaf kabaja kan laatte
Kasoomina guddaa nuunis nu barsiiste
Raamarra kan jirtu magaalaa ergamootaa
Ergamaa Gabri'eel na cinaa dhaabbatta
Koochoon kee gaaddisa na fuuldura bu'i
Diinni koo haa na'u cinaa koo naaf ta'i
Mana kee olseenen galata kee hima
Har'as naaf mul'adhu Gabri'eel Ergamaa{}
F/taa Firaa'ol Tashoomaa=====Join via====== 👇👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Kottuu Nagaadhani /4/
Surra qabeessa Ariyaam
Balaqeessa Raamaa
Himaa misirachoo Gabri'eel Ergamaa
ijoollota sadan abidda kan baastee
Abidda boba'aa bishaan kan taasiste
Nuufis nuuf dhaabbata albeesaa luqqise
Gaaddisa nuuf ta'a koochoosaa diriirsee
Oduu gammachiisaa kan namatti himtu
Fuula Waaqaa dura araaraaf dhaabattu
Gargaraankoo sihi gaafa rakkinakoo
narraatii hin fagaatiin Gabri'eel abbaakoo
Waaqayyoon amannaan itti inaaffanii
Qirqoosiif Haadhasaa Abidda buusanii
mucaan waggaa sadii Gooftaaf dhugaa bahee
Gabri'eeltu dhufe diinnis ni qaana'e{}
=====Join via======
👇👇👇👇👇👇👇👇
🖤@faaruutewaahido🖤
❤️@faaruutewaahido❤️
🤍@faaruutewaahido🤍
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Siif haa ta'u nagaani miidhagaa foolii urgaa
Himaa missiraachoo Gebri'eel Ergamaa nagaa
/Ulfina qabeessa kottu nagaan gara koo
Ifaa fannoo warqee miidhagaa yaa gugeekoo/*2
Diinni qofummaa koon namarsuuf si'oomee
Sagalee koochookee dhageenyaan nii rom'ee
Samiirra dhufuunii na jajjabeessitee
Ifaa aalbee keetiin mormaa koo kan hiitee
Magaala ergamootaa Raamaarra qubatta
Fuula waaqaa duraa galataaf dhaabbatta
Hamootiin hin baataniim ifa fuulaakeetii
Lallabaa misraachoof ulfina waaqaatii
Urgaan foolii keetii abdiidhaan na guutaa
Dambali'e yaanni koo gannata daawwataa
Mallattoo dhugaadhaa kochoo keerraa qabdaa
Eegumsaaf kennaakoo ulfinni kee addaa
Si'iif ajajamaa abiddi boba'aanii
Gebri'eel dhaameeraa albeen kee tuqnaani
Kanaafan si waamaa har'as dafii kottuu
Leeyya'ee seexanni abdiisa haakutatu{}
=====Join via======
👇👇👇👇👇👇👇👇
🖤@faaruutewaahido🖤
❤️@faaruutewaahido❤️
🤍@faaruutewaahido🤍
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Ergamaa nagaa himaa gammachuu
Kan jiru raamaa irra isa nu Oolchu
Gabri'eel ×2 kan nuuf kadhatu
Fuula Uumaa isaa kan dhabatu
Fuula Gooftaa isaa kan dhaabatu
Rakkoo namootaa kan argu dursee
Dafee qaqqaba kochoon barrisee
Gargaaraa dhugaa isa beekamu
Waaqaafi nama hundaaf isa Ergamu
Eegee nu tiksa waanta hamaa irra
Gabri'eel ergamaan nu wajjin jira
Nuti hin sodaannu raafamnee gonka
Waaqni Gabri'eel nuuf ta'a hiika
Maqaa fayyinaa Daawwaa isa ta'e
Iyyasuus Jennaan Martuu dhaga'e
Lallabaa duraa kakuu haaraati
Gabri'eel guddichi Eegaa hundaati
Inni kan marsu naannoo Amantootaa
Kan barbadeessu Ganda diinotaa
Harras nu faana karaa keenyatti
Nu cimsa inni Gooftaa amanuutti
Cufti akka argatuuf lubbuuf fayyina
Waaqaa ergamee ta'e hunda cina
Surraa Gooftaa isaan isa golgame
Eebba in argata kan isa Waame
Abidda seennaan nu baasuuf dhufee
Isa arginaan sodaan keenya hafe
Faarfanne hafuuraan Osoo ilaalani
Raajeffachiise kan nuun mormani{}
👇👇👇👇👇👇👇👇
@faaruutewaahido
GABRI’EEL
Akkaa nuu eebbistuufi fannoo warqeetin (3) eyyee
Dedebi’i nuuf kadhu(4) gabri'eeli Lalisaa warqii eyyee(3)
Angoon waaqayyoorraa siif laatame
Gammachuu akka himtuuf akeekamee
Himaa misraachoo qulqulluu gabri'eeli
Ati nu faana ta'i maaloo kadhaa keeni
Gabri'eeli lalisaa warqee
Eyyee (3) Rakkinniif qorumsi nutti baay'ateera
Maaloo nurraa dhaamsi ati ergamaa raamaa
Gabri'eeli lalisaa warqee
Ijoollota sadan wajjin taatee
Abiddicha haama bishaan goote
Maqaan kee bareeda urgaa'aa fooliin kee
Nurraa calaqqisa eebbaafi sugni kee
Gabri'eeli Lalisaa warqee
Eyyee (3).....
Qirqoos mucaa xiqqoo haadhasasu
Waaqayyoo biraa argamtee gargaarteetu
Mucaan waggaa sadii gooftaaf dhugaa bahee
Diinni isaas ni kufe har'as ni qaana'ee
Eyyee (3) ...
Siinaan ka'a anoo nan burraaqaa
Si waliin kan jiru maqaan waaqaa
Na hin gatin maaloo gabri'eel hirkoo koo
Narratiin hin faagaatiin sidha naaf beekaan koo
Eyyee (3)......
Miseensaa ta'aa share taasisaa
F/ttoota sadeen {}
@faaruutewaahidoGonoostiksii namoota jedhaman waliin kan wal qabatu dha. Gonostiks jechuun jecha giriikii irraa kan dhufe yoo ta'u hiiknisaa Ogeessota beektotaa akka jechuuti. Geggeesaaan isaanii Simi'oon Masarrii jedhama. Simi'oon Masarrii macaafa qulqulluu keessatti nama kennaa afuura qulqulluu qarshiin bituuf duuka bu'oota gaafate dha. " Phexros garuu deebiseefii, "Kennaan Waaqayyoo horiidhaan in bitama jettee waan yaaddeef, horiin kee sii wajjin haa badu!" (Hoj8: 20)
Barumsa falaasamaafi amantii goonostikotaa hedduu keessaa "Waaqa lamatu jira" kan jedhan tokko yoo ta'u waaqonni kunis tokko 'waaqa gaarii' yoo ta'u tokkommoo 'waaqa hamaa' dha jedhu.Waan gaariifi bareedaa jedhanii kan isaan yaadan hunda fakkeenyaaf nama keessaa dhiira, waqxii keessaa bona, aduu, lubbuu, samii, gannataa fikkf waaqa gaarii; waaqni hamaan immoo faallaa fakkeenyota armaan olii shamarran, ganna, foon, lafa, si'ol walii galatti hamaa dha jedhanii kan isaan yaadan hunda uume jedhu.
Bu'uura barumsa isaanii kanaan waaqni gaariin bona uume waqtii gannaa yeroo rooba hamaa kan dabarsu 'muka tsidii' (gaattiraa) irra buleetii jedhanii amanu. Kanaafis ragaa isaan dhiyeessan gaattiraan waqtii bonaas ta'e ganna kan hin gogneefi baalli isaas kan hin harcaane waan ta'eef jedhaniiti.
Falaasama kana qabatanii ganni isaanii yeroo seenu muka gaattiraa faaya garaagaraan bareechuun waaqa gaarii kan jedhan kanaaf galata dhiyeessu. Maalis barumsi shakkummaa goonistikoota guutummaan guutuutti addunyaa kanarraa baadus aadaan isaanii garuu amma yoonaatti geggeeffamaa jira. Isaan keessaa sirna waaqeffanaa isaanii kan ture mukni gannaa yeroo amma kanatti biyya Awurooppaa keessatti bifa adda ta'een kan duraanii caalaattii waqxii dhaloota gooftaa ykn bara haaraa isaaniitti faaya adda addaan muka gannaa bareechuun dabarsu.
Gara biyya keenyaatti yoo dhufnu hanqina beekumsaa irraa kan ka'e duraan muka gaattiraafi kan isa fakkaatan muruun, ammaa immo pilaastika irraa fakkaatee kan hojjatame muka gannaa iccitiifi barumsaa mana kiristaanaa keenyarraa adda ta'e aadaa waaqeffannaa gonostikootaa raawwachaa jirra.
Manni kiristaanaa kan nu barsiiste gooftaan akka mooraa looniitti dhalate, 'carqiin' akka marame, loon afuura isaanii itti baafachuun ho'a akka kennan, ifni akka ture; ergamoonnifi dhalli namaa waliin ta'uun akka galata dhiyeessan malee seenaa gaattiraa waliin wal qabatee tokkollee hin jiru.
Kanaafuu gochaa kana raawwachuu irraa of haa qusannu. Dhugumaan kabajuu yoo barbaanne hiika mana kiristaanaa keenya kan qabu fakkii sirna dhaloota gooftaa keenya Iyyesuus kiristoos agarsiisu fayyadamuun kabajuu dandeenya. Kanaan ala garuu biyya keenya keessatti aadaa amantaa gonostikoota babal'isaa akka jirru dagachuun nurra hin jiru.
Galanni Waaqayyo jabaaf haa ta'u!
Miseensa chaanalotaa keenya ta'aa
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Utubaa_Amantaa
t.me/Kadhannaa_Qulqullootaa
https://t.me/GalateeffamaadhaF/ttuu Caaltuu Taaddasaa👇👇👇 https://t.me/Galateeffamaadha https://t.me/Galateeffamaadha
Reviews channel
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
Catalog of Telegram Channels for Native Placements
Advertising on the Telegram channel «Faaruu Ortodoksi» is a Telegram channel in the category «Книги, Аудиокниги и Подкасты», offering effective formats for placing advertising posts on TG. The channel has 24.3K subscribers and provides quality content. The advertising posts on the channel help brands attract audience attention and increase reach. The channel's rating is 12.6, with 1 reviews and an average score of 5.0.
You can launch an advertising campaign through the Telega.in service, choosing a convenient format for placement. The Platform provides transparent cooperation conditions and offers detailed analytics. The placement cost is 20.4 ₽, and with 1 completed requests, the channel has established itself as a reliable partner for advertising on Telegram. Place integrations today and attract new clients!
You will be able to add channels from the catalog to the cart again.
Комментарий