
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
12.4

Advertising on the Telegram channel «Dhimma Fayyaa»
5.0
Health & Medicine
Language:
English
202
0
Everyone Deserve good Health. Medical should be free For all. This channel is created for wellness and awareness about Health issues.
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$3.60$3.60local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
💔 Miira Jaalalaa baay'ee ulfaataa ta'e keessaa bahuu yoo barbaadde wantoota 5n kana,...👉 Itti fufii dubbisi
👇👇👇
🫱✨ See More✨
🫱 ✨See More ✨
👆👆👆
64
03:21
02.06.2025
imageImage preview is unavailable
Faayidaa Cidhaan Re'ee, hoolaa fi sangaa (Health benefit of Testicle)
Namoonni baay'een beeyiladoonni yeroo qalaman cidhaan isaanii ni gatu, Muraasni garuu Ibidda irratti waaddanii nyaatuu.
Cidhaan beeyiladaa uumamaan Hormooni dhiirotaa "Testestrone" jedhamu baay'inaan of keessaa qabaa.
Hormooni kun faayidaalee akka:-
✍ Qaama saala dhiiraa dhaabuu(penile erection)
✍ Spermii qulqullinna qabu oomishuu
✍ Furdina qaama hirdhisuu
✍ Atileetotaaf
✍ Wal hormaata qulqullinna qabuuf faayidaa olaanaa qabaa.
✍ Araada adda addaa irralle bilisa tahuf shoraa guddaa qaba.
QABBIYYEE FOON CIDHAANII
1. Cooma 135 g
2. kaarbohayidreeti-1g
Akkasumas Pirootinii coomaa hin taane(non fat protien) fi elementoota fayyaa qaama keenyaf barbaachisan kan akka: Iron, zinc, magnisium, phosphorus fadha of keessa qaba.
@Dhimma_Fayyaa 🩺
80
22:34
01.06.2025
imageImage preview is unavailable
GUYYAA GUYYAAN QAAMA DHIQACHUUN (daily showering) fayidaa moo miidhaa qabaa?
Guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun fayyaa gogaa keenyaa ni huba! Akkamitti?
1. Qaamni keenya uumamaan dibata ofirraa qabu balleessuudhaan akka gogu taasisa. Qaamni keenya yoo gogu ammoo qaawwa xixiqqoo (crack) baasuudhaan:
● Baakteeriyaan dhukkuba nama qabsiisan qaawwa sanaan seenanii akka infection uumanii fi
● Waantoonni alarjii namatti fidan/kaasan qaawwa sanaan seenanii alarjiif akka nama saaxilan taasisa.
2. Saamunaan nuti guyyaa guyyaan fayyadamnee qaama dhiqannu kan farra bakateeriyaa of keessaa qabu yoo ta'e ammoo baakteeriyoota uumamaan gogaa keenya irra jiraatan (kan ofii isaanii dhukkuba nama hin qabsiifne) dhabamsiisuun, baakteeriyoota hamoo dhukkuba nama qabsiisaniin akka bakka bu'an taasisa!
3. Qaamni keenya maadiinummaa (immunity) waantoota alagaa ta'aniif akka hin horanne taasisuu danda'a. Kunis guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun carraa qaamni keenya waantoota naannoo jiraniin wal-argee, maadinummaa haaraa waan arge kana irratti horachuu isaa waan gadi buusuuf dha.
Namoonni tokko tokko garuu guyyaa guyyaan qaama isaanii dhiqachuuf sababoota armaan gadiif barbaaduu danda'u:
1. Foolii qaamaa badaa kanneen ofirraa hambisuuf dhiqachuu barbaadan.
2. Hirriba irraa yoo dammaqan miiraa gaariin gara hojii deemuuf warreen dhiqachuu barbaadan.
Walumaa galatti, guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun fayyummaa qaama keenyaaf gargaarsa kan hin goone; gogaa keenyaa ammoo akka hubuu danda'u beekuun barnaachisaadha.
@Dhimma_Fayyaa 🩺
107
20:09
01.06.2025
imageImage preview is unavailable
📩💔 Ergaalee miira jaalalaa ittiin ibsachuuf filatamoo ta'an eessaan argadha?... 👉 See More
👇👇👇
🫱✨ See More✨
🫱 ✨See More ✨
👆👆👆
171
21:41
31.05.2025
imageImage preview is unavailable
Hir'achuu fedhii wal-qunnamtii saalaa dubartootaa maaltu fida?
Akkuma beekamu wal-qunnamtiin saala miira uumaan Abbaa manaafi haadha manaaf eebbisee kennedha! Dubartoonni Baay'een fedhiin wal-qunnamtii saalaa kiyya hir'ateera jettanii kan keessaan nu gaafattan danuudha. Maaltu rakkoo kana namatti fida:
1. Dhukkubbii yeroo wal-qunnamtii saalaa
2. Dhiphina yookiin stress hamaa
3. Wal-shakkuu/wal-amantaa dhabuu
4. Mana keessaa walii-galtee dhabuu
5. Rakkoo yeroo ijoollummaatti irra ga'e, kan akka gudeeddii
6. Yeroo ulfaa gara jalqabaa, harma hoosisuu fi yeroo laguun irraa dhaabbatu(gara dullumaa)
7. Abbaan manaa taatewwan wal-qunnamtii Dura godhaman kan akka (dhungoo, warmup) gochuu dhiisuu
8. Dhibee fayyaa akka sukkaara, dhiibbaa dhiigaa fi hir'ina hormoonii taayirooyidii
9. Hojiin itti baay'achuu ykn dadhabuu
10. Alkoolii baay'inaan dhuguu fi tamboo aarsuu
11. Fedhii ofii bilisaan Abbaa manaa waliin dubbachuu dhabuu!
@Dhimma_Fayyaa 🩺
171
21:41
31.05.2025
👋 Welcome!
🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!
┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@JCP_CHURCH 🛰
┃_
┃@marsiltvworldwide 📺
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃@kutannoo123 ✊
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃@Jireenyaboruuf 😀
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@morning_tips 💐
┃_
┃@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @Kutannoo123 📌
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@gaggeessummaa24🕖
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa ➕
┃_
┃@Now_speak_English 📕
┃_
┃@Danbalii_jaalala 💋
┃_
┃@shoppinggeni 🏷️
┃_
┃@Spoken_English24 🎓
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365😀
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🎓
┃_
┃Christian Living 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center📕
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative🔝
┃_
┃Daily Quotes 🗣️
┃_
┃@muhsiinkhan11 ✅
┃_
┃@HamboofAroon1 🔵
┃_
┃ Hirko Tech ✅
┃_
┃@Gech_pdf 📂
┃_
┃@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
┃@Coba_Qalamaa ✅
┃_
┃@QAROO_SABAA 🔵
┃_
┃@successboosters ❤️
┃_
┃Oro Sport 💪
┃_
┃@beka_techno 💻
┃_
┃Hirko Tech 💻
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
┃@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
┃@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
┃@research_helping 📝
┃_
┃@orotv24 📺
┃_
┃@learningtips123 🚸
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃@dirree_bohaartii 😀
┃_
┃@be_positive24 ➕
┃_
┃@youth_center1 👭
┃_
┃@haadhamanaaogeettii ❤️
┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●
┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 😀
Contact: @Getu_Abera ☑
155
21:39
31.05.2025
Qaamni saalaa dhiiraa inni sirrii dheerinni isaaf furdinnisaa hangami?
Fayyaan saalfii hin qabu, gaaffii kana namoonni hedduu waan na gaafataniif.
Qaamni saalaa dhiiraa namaa namatti garaagarummaa kan qabu yoo ta'u qorannoon bara 2015 dhiirota 15,521 irratti godhamee ture akka agarsiisutti giddu galeessaan(yeroo qaamni saalaa dhiiraa ka'uttti) dheerinni isaa 13.12cm, furdinni isaa(marsaa) 11.66cm dha.
Namoonni qaamni saalaa isaanii dheerinni isaa 7cm gadi tahe qaama saalaa dhiiraa xiqqoo (Micropenis) kan jedhamu sababa jeeqamuu hormoonii yeroo ulfaa kan uumamudha.
Namoonni qaamni saalaa isaanii 7cm gadi ta'e yoo sababa jeeqamuu hormoonirraan kan dhufe yoo ta'e Yaaliin hormooniin bakka buusuu nii godhamaaf. Taateen kun namoota 100 keessaa nama 6 irratti argama.
@Dhimma_Fayyaa 🩺
155
21:39
31.05.2025
imageImage preview is unavailable
Faayidaa Aappilii (Apple)
Apple soorachuun faayidaa inni qabu danuu ta'u illee keessaa muraasa kunoo:
1. Dhibee kaanserii nurraa ittisa.
2. Fayyaa lafee keenyaaf
3. Fayyaa sammuu keenyaa bara dullumaaf
4. Kolestroolii qaama keenya keessaa ni xiqqeessa.
5. Fayyaa Onnee keenyaaf
6. Qaamni keenya dhibee garaa garaa akka dandamachuu danda'uuf ni gargaara.
7. Dhibee asmiif ni fayyada.
8. Qulqullummaa fi Fayyaa ilkaan keenyaaf ni gargaara.
9. Carraa dhibee shukkaaraan qabamuu keenya ni xiqqeessa.
10. Furdina qaamaa gar malee nurraa ittisa.
11. Siha'iina nii dabala
12 . Gogaa keenya barechuuf nitola.
13. Fayyaa ijaa kenyaaf nigargaara.
14. Feedhii nyaata nidabala.
15. Rakkiina salqunnaamti ni xiqqeeysa.
16. Humna qaama keenya ni dabala.
Faayidaa hedduu waan qabuuf Apple haa soorannu!
178
03:03
31.05.2025
imageImage preview is unavailable
🫂 Nama jaalattu🌹tokko yommuu yaaddu miira keessa jirtu ibsuuf ergaalee itti fayyadamuu dandeessu,.... ➡️ Itti fufii dubbisi
👇👇👇
🫱✨ See More✨
🫱 ✨See More ✨
👆👆👆🌹
178
03:03
31.05.2025
imageImage preview is unavailable
Faayidaa Aappilii (Apple)
Apple soorachuun faayidaa inni qabu danuu ta'u illee keessaa muraasa kunoo:
1. Dhibee kaanserii nurraa ittisa.
2. Fayyaa lafee keenyaaf
3. Fayyaa sammuu keenyaa bara dullumaaf
4. Kolestroolii qaama keenya keessaa ni xiqqeessa.
5. Fayyaa Onnee keenyaaf
6. Qaamni keenya dhibee garaa garaa akka dandamachuu danda'uuf ni gargaara.
7. Dhibee asmiif ni fayyada.
8. Qulqullummaa fi Fayyaa ilkaan keenyaaf ni gargaara.
9. Carraa dhibee shukkaaraan qabamuu keenya ni xiqqeessa.
10. Furdina qaamaa gar malee nurraa ittisa.
11. Siha'iina nii dabala
12 . Gogaa keenya barechuuf nitola.
13. Fayyaa ijaa kenyaaf nigargaara.
14. Feedhii nyaata nidabala.
15. Rakkiina salqunnaamti ni xiqqeeysa.
16. Humna qaama keenya ni dabala.
Faayidaa hedduu waan qabuuf Apple haa soorannu!
@Dhimma_Fayyaa 🩺
178
03:03
31.05.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeenold@******.io
On the service since June 2022
09.02.202516:12
5
Everything is fine. Thank you!
Show more
Channel statistics
Rating
12.4
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
2
Subscribers:
3.6K
APV
lock_outline
ER
3.3%
Posts per day:
2.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий