
Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
17.7

Advertising on the Telegram channel «Cholle Tech»
5.0
2
Computer science
Language:
Other
308
4
Welcome to Cholle-Tech! Simplifying tech, solving problems, and guiding you through the
digital world. Let's dive in!!
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$2.40$2.40local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
✅Telegram_Update
Telegram appii update gochuudhaan feature haaraa gadi lakkifamee check godhaa!
👉Group call
Kanaan dura nama 2 oliin group call haasawuunf group create gochuu nu barbaacisa ture , amma garuu group create gochuun nu barbaachisu.
👌 Feature haaraa kanaanis; Nama tokko irratti bilbillee, kan lammaffaas "add" gochuun, ... akkasumatti itti fufnee namoota hanga 200 add gochuun group call wajjiin haasawuu dandeenya.
👉Automated Business Accounts
Fayyadamtionni Telegram premium Telegram business feature irratti 3rd party chatbot dabaluu ni danda'u.
👌Bootichaanis message automatically deebisuu, profile manage gochuu, gift & star manage gochuu, story manage gochuu fi kkf gochuu ni danda'u.
👉Easily share
Post Chaanalii tokko mallattoo share sirritti gadi qabuun haala salphaan namaaf ykn ofiif share gochuu dandeenya.
👉Frozen account
Contact keenya irrattti namoonni nuti save hin godhin irra dedebiidhaan spam message nurratti ergu yoo ta'e ykn nutis account keenyan scam garaagaraa irratti yoo hirmaanne account keenya freeze ta'uu danda'a. Yoo account keenya freeze ta'e immoo message erguu hin dandeenyu, group fi Chaanaalii irratti barreessuu ykn post gochuu hin dandeenyu. Read-only mode irratti waan deebiuuf dubbisuu fi ilaaluu qofa dandeenya. Yoo waan akkasii nu muudate appeal gochuu dandeenya.
Follow our Facebook page: Cholletech
#Cholletech #AndroidTips #SocialMedia #telegram #Telegramupdate #TechTips
143
05:09
02.05.2025
📱 Koodiiwwan Barbaachisoo Bilbiloota Android (Ethiopia keessatti)
1️⃣ Lakkoofsa IMEI ilaaluuf
👉 *#06#
IMEI (International Mobile Equipment Identity) bilbila keenyaa beekuuf nu fayyada.
2️⃣ Call Forwarding (Bilbila gara biraatti darbuu) ilaaluuf
👉 *#21#
bilbilli keenya bilbila biroo irratti hidhamuu fi dhiisuu isaa baruuf nu fayyada.
3️⃣ Call Waiting (Bilbilli keenya qabamee jiraachuu beeksisu)
👉 *43#
Yoo bilbila keenya itti haasawa jiranne namni biraan yoo nuuf bilbile akka nu beeksisu gochuuf.
4️⃣ Lakkoofsa keenya yeroo namaaf bilblillu akka hin mul’anne gochuuf
👉 *31#
Lakkoofsi keenya nama biraatti akka hin mul'anne gochuuf– private number jechuun mul’ata.
5️⃣ Haala Battery) ilaaluuf
👉 *#0228#
Haala battery (chaarjii ) bilbila keenyaa ilaaluuf nu gargaara.
6️⃣ Bilbila gara sirna jalqabaa deebisuuf (Factory Reset)
👉 *#*#7780#*#*
Bilbila keenya irraa waan hunda balleessuuf, Faayilii, app fi settings hunda ni haquuf coodii gargaarudha.
7️⃣ Power button bilbila keenyaa sirreessuu dfooyyessuuf
👉 *#*#7594#*#*
Button cufaa tokkicha tuqee bilbila off gochuu dandeessa.
8️⃣ *Wi-Fi keenya sirriitti hojjataa jiraachuu isaa ilaaluuf
👉 *#*#232339#*#*
Wi-Fi keenya test godhuuf. Sirna networkiifi wal qunnamtii sirriitti ilaaluuf.
9️⃣ Bluetooth Address ilaaluuf
👉 *#*#232337#*#*
bluetooth address bilbila keenyaa ilaaluuf.
🔟 Tajaajila Google Play store ilaaluuf
👉 *#*#426#*#*
Google Play Services fi ergaa App keessaa ilaaluuf fayyada.
#AndroidTips #Cholletech #DeviceSettings #androidcodes #AndroidTips #TechTips
242
18:20
01.05.2025
ODUU GAMMACHIISAA!!Afaan Oromootiin Barnoota Teknooloojii Barachuu Ni Barbaadduu❓ Afaan Keenyaan Barnoota Technology Barachuu Namni Barbaaddan Join Gochuudhaan Nu Hordofaa. Barnoota Isin Argattan Kanneen Gaditti Argamaniidhaa. 👇👇
Ads, Tech info, Thumbnail Design, Banner Design, Poster Design, Business Card, Social Media Post Design, Video Editing𝐀𝐝𝐬:👇👇👇 1, 👉https://t.me/+VJ2oaFt_QEg3OGI0 2, 👉https://t.me/+6yGiMXEw3Nk1OWJk
265
09:39
01.05.2025
imageImage preview is unavailable
🛑 Namoonni DV-2026 #apply gootanii turtan #result keessan guyyoota muraasa booda jechuun May 3, 2025 irraa eegaluun karaa website armaan gadii ilaalachuu dandeessu.
Link: http://dvprogram.state.gov
🛑 Ilaalaadhuuf Confirmation Number kan yeroo galmee siniif kennamu san qabaachuun kan isin barbaachisu yoo ta'u, sana ittin galchuun check gootu.
CARRAA GAARII
#Cholletech #DV2026 #lottery
#telegram #SocialMedia #TechTips
386
19:24
30.04.2025
imageImage preview is unavailable
✅️ Odeeffannoo fi Barumsa waa'ee cyber security argachuuf bloogii fi application hedduu fayyadu kana namoonni barachuu feetan itti fayyadamaa.
Barumsoota akka;
👉Tech hach
👉Windows tricks
👉Android tricks
👉Hacking and cracking
👉Programming
👉Virus creation
👉Operating system fi kkf haala salphaa ta'een ofii keessanii yaaltanii baruuf kan isin gargaaruudha.
✍️Blog
Https://www.spyboy.blog
✍️Application
https:Download spyboy app,this is about ethical hacking https://play.google.com/store/apps/details?id=info.androidhive.spyboy
#Cholletech #AndroidTips #SocialMedia #Hacking #TechTips
420
19:24
29.04.2025
imageImage preview is unavailable
✅ Instagramiin appii Video edit ittiin godhamu kan mataa isaa hojjachuun hojirra oolchee jira.
Appiin Instagramii kunis "Edits" jedhamun kan moggaafame yoo ta'u video edit gochuuf kan fayyadu instagramiin guyyoota muraasa dura hojiirra oolchee jira. Innis feature Capcutiin walfakkaatu kan qabuudha.
Appiin kun AI tools waan of keessatti qabateef content creator namoota ta'aniif hedduu mijataadha.
Appicha fayyadamuuf play store irraa download gochuun fayyadamuu dandeenya.
👉Link->Edits
👉Follow our Facebook-> Cholle Tech
#Cholletech #instagram #Edits #Videoediting #SocialMedia #TechTips
495
08:09
29.04.2025
imageImage preview is unavailable
✅TikTok New Update.
Tiktok Update haaraa gadi lakkisee jira. Isaan keessaa muraasni;
👉Video hanga sa'aatii tokko (1) dheeratu post gochuun ni danda'ama.
👉 Iddoo Comment irratti photo upload gochuu ni danda'ama.
👉TikTok built-in video editor irratti wantootni baayyeen dabalamanii jiru.
👉Photo ykn profile keenya yeroo edit goonu AI feature itti dabalamee jira.
👉 TikTok yeroo ilaallu Earphone fayyadamna yoo ta'e earphone osoo irraa hin baasin sagalicha background akka taphatu gochuu dandeenya.
Isas gochuuf " Video ilaalaa jirru sirriitti gadi qabuun san booda background audio kan jedhu filachuudha.
👉Join our Facebook Cholle tech
#Cholletech #TikTokUpdate #SocialMedia #AndroidTips
575
12:18
28.04.2025
imageImage preview is unavailable
✅TikTok New Update.
Tiktok Update haaraa gadi lakkisee jira. Isaan keessaa muraasni;
👉Video hanga sa'aatii tokko (1) dheeratu post gochuun ni danda'ama.
👉 Iddoo Comment irratti photo upload gochuun commentii kennuun ni danda'ama.
👉TikTok built-in video editor irratti wantootni baayyeen dabalamanii jiru.
👉Photo ykn profile keenya yeroo edit goonu AI feature itti dabalamee jira.
👉 TikTok yeroo ilaallu Earphone fayyadamna yoo ta'e earphone osoo irraa hin baasin sagalicha background akka taphatu gochuu dandeenya.
Isas gochuuf " Video ilaalaa jirru sirriitti gadi qabuun san booda background audio kan jedhu filachuudha.
👉Join our Facebook Cholle tech
#Cholletech #TikTokUpdate #SocialMedia #AndroidTips
575
12:18
28.04.2025
✅️ Telegram Verification code
✍️Kanaan dura telegram account bilbila biroo irratti lakkoofsa keenyan login gochuuf yeroo jennu login code ykn verification code message dhaan nuuf ergamaa ture. Amma garuu dhaabbatni telegram tajaajilicha adda kutee jira.
✍️ Kanaafuu telegram account keenya two-step verification yoo hin qabne Gmail account ittiin baname yoo daganne account keenya argachuuf carraa 1qofa qabna.
👉Innis telegram account premium gochuun text message simiidhaan akka nuuf ergamu gochuudha. Kana gochuuf accountiin keenya #Username qabaachuu qaba. Telegram account keenya premium yoo goosisne telegram achirraa qarshii waan argatuuf text message nuuf erguu danda'a.
✅️Kanaafuu akka booda hin rakkanneef;
1. Telegram keenya irrattti two-step verification #On gochuu.
2. Password Gmail keenya irraanfachuu dhabuu ykn save godhachuu qabna.
Toora Facebook Cholle tech hordofuus hin irraanfatinaa.
#Cholletech #telegram #SocialMedia #verificationcode #AndroidTips
633
19:30
27.04.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
m
**55866888@*****.com
On the service since January 2025
13.01.202515:32
5
Prompt placement
Show more
New items
Channel statistics
Rating
17.7
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
3
Subscribers:
10.0K
APV
lock_outline
ER
2.9%
Posts per day:
1.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий