Save up to 70% on New Year Sale
Make the most of the season — grab the best ad placements by January 10!
Get discount
12.5
Advertising on the Telegram channel «ፍቅሬን በ ግጥም»
5.0
Art & Design
Language:
English
139
0
Share
Add to favorite
Channel temporarily not accepting requests
Choose another channel from recommendations or get a tailored list within your budget using AI
AI Channel Picker
Recent Channel Posts
♥️ይህ ነው ለእኔ ፍቅር 💟 ማለት፤
➣ ያለምላሽ ወዶ መገኘት፤
➣ በንፁህ ልብ ጠልቆ መዋኘት፤
➣ ይህ ነው ለእኔ ፍቅር ማለት💟
➣ ያለምላሽ ወዶ መገኘት፤
➣ በንፁህ ልብ ጠልቆ መዋኘት፤
➣ ይህ ነው ለእኔ ፍቅር ማለት💟
3100
21:20
20.07.2024
♥️ Jaalalli anaaf hiika kana 💟;
➣ Deebii malee jallatanii argamuu;
➣ Garaa qulqulluun gadi fageenyaan dambalii jaalalaa daakuu;
Jaalalli anaaf hiika kana
➣ Deebii malee jallatanii argamuu;
➣ Garaa qulqulluun gadi fageenyaan dambalii jaalalaa daakuu;
Jaalalli anaaf hiika kana
2900
21:19
20.07.2024
🍀 Obsaan dubbisi 🍀
Fayyadamuu 🚗 fi Jaallatamuu❤
🌹Namichi wayii osoo konkolaataa isaa miicuu, mucaansaa waggaa 6 dhagaa fuudhee cinaa konkolaataa hooqee sarara itti uume. 🌹Aareetu, harka mucaa qabee baay'isee reebe
🍀
🌹akka miidhaa jiru hin hubanne ture.❤
🌹Mucaa hospitaala geessanis qubni cacabuun, mucaan quboota harkaa hunda dhabe.❤
🌹Mucaan yommuu abbaasaa argu, ...❤
🌹ijasaa imimmaaniin guuteen,"qubnikoo yoom fayya?'' jedhee gaafate❤
🌹Namichi nahee waan dubbatu wallaalee;❤
🌹achi deebi'ee konkolaataasaa deddeebisee dhidhiite.❤
🌹Gochaasaatti baay'ee miidhame.....❤
🌹konkolaataasaa fuuldura taa'ee isa dhodhooqesse ilaale;❤
🌹Mucaansaa 'Abba sin jaalladha' jedhee barreesse.❤❤
🌹Guyyaa itti aanutti, namichi of ajjeese. . .❤
🌹Aarii fi jaalalli dhuma hin qaban;❤
🌹Jireenya bareedaa fi jaalalaa jiraachuuf isa lammaffaa filadhu....❤❤.
🌹Wantoonni ni fayyadamamu, namoonni ni jaallatamu.❤
🌹Garuu rakkoon biyya lafaa har'aa,❤
🌹Namoonni ni fayyadamamu, wantoonni ni jaallatamu.❤
🌹Bara kana, wantoota kanaaf iddoo haa laannu:❤
🌹Wantootatti haa fayyadamnu, garuu namoota haa jaallannu❤
🌹Yaadakee ilaali; isaantu jecha ta'a.❤
🌹Jechootakee ilaali; isaantu gochoota ta'a.❤
Gochootakee ilaali; isaantu bartee ta'a.❤
🌹Barteekee ilaali isaantu amala ta'a;❤
🌹Amalakee ilaali; isaantu dhuma jireenyakee ta'a.❤
🌹Kana hiriyaankoo yaadannoof naaf erguusaatti guddaan gammada.❤
🌹Waaqayyo si haa eebbisu.❤
🌹Kana yoo nama biraaf dabarsuu dhiifte badiin uumamu hin jiru; 🌹yoo dabarsite garuu jireenya nama tokkoo jijjiiruu dandeessa❤
🌹Hariiroo ijakee lamaanii beektaa?❤
🌹Wal faana libsatu, wal wajjin socho'u, wal faana boo'u, wal faana waa ilaalu, wal faana junuunfatu.❤
🌹Haa ta'u malee wal hin argan.❤
🌹Hiriyummaan akkana ta'uu qaba!
🌹Jireenyi Hiriyootaan alaa duwwaadha.
🌹Michuunkee eenyu? Kana hundumaa michuuwwankeef ergi. Anis isaan keessaa tokko yoon ta'e deebisii naaf ergi. Meeqatu akka siif deebise ilaali. Yoo 7 ol argatte, ati dhugumatti nama jaallatamudha!🌺🐾
Join Channel 👉 @farfannaahaaraa

3300
00:09
11.07.2024
Bari'uuf yo jedhu dukkanatu hammaata rakkinatu kuufame akka dhagaa ulfaata
Yo tokko ulkaafame 1 bu'uu
Yo tokko jiraate 1 du'uu
Yo tokko nu bane 1 cufuu
Yo tokko dhaabbatee 1 kufuu
Jajjabaadhaa jira gooftaan🥹🙏🙏
Join Channel 👉 @farfannaahaaraa
Yo tokko ulkaafame 1 bu'uu
Yo tokko jiraate 1 du'uu
Yo tokko nu bane 1 cufuu
Yo tokko dhaabbatee 1 kufuu
Jajjabaadhaa jira gooftaan🥹🙏🙏
Join Channel 👉 @farfannaahaaraa
2200
10:53
09.07.2024
በርግጥ ናፍቀኸኛል
..............................
ግን ግን አንተን ማግኘት ማለት፡
በጠራራ ፀሀይ እሳት እንደማንደድ፡
ከሙሽሮች መሀል ሙሾ እንደመውረድ።
እየሄድኩ በመታኝ እንቅፋት መደገም፡
ከመስጊድ ደጃፍ ላይ አማትቦ መሳለም።
የኔ መንገድ ካንተ እንዲህ ነው ተቃርኖ፡
በናፍቆት መዳፍ ላይ መኖር ንፋስ ዘግኖ።
🦋🙏ከወደዱት ሼር🙏🦋
..............................
ግን ግን አንተን ማግኘት ማለት፡
በጠራራ ፀሀይ እሳት እንደማንደድ፡
ከሙሽሮች መሀል ሙሾ እንደመውረድ።
እየሄድኩ በመታኝ እንቅፋት መደገም፡
ከመስጊድ ደጃፍ ላይ አማትቦ መሳለም።
የኔ መንገድ ካንተ እንዲህ ነው ተቃርኖ፡
በናፍቆት መዳፍ ላይ መኖር ንፋስ ዘግኖ።
🦋🙏ከወደዱት ሼር🙏🦋
602
13:53
13.10.2024
imageImage preview is unavailable
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻
It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.
⚡️ Place your ad here in three simple steps:
1 Sign up
2 Top up the balance in a convenient way
3 Create your advertising post
If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.
Start your promotion journey now!

822
20:42
14.10.2024
❤️🔥ጓጉቻለሁ ፍቅሬ💓
ጓጉቻለሁ የምር፣
ሽክ ብለህ እምር፣
ስትመጣ ወደ'ኔ፣
ባንተ ድምቀት ምክንያት
ሲፈካልኝ ቀኔ፣
እንደ ወጣቶቹ እስካይህ ዘንጠህ፣
በሱሪ በሸሚዝ በካፖርት አጊጠህ፣
ወይ እንደ አባቶችህ ጋቢና ከዘራ፣
ሰው ሰው እስክትሸተኝ ነብስ እስክትዘራ፣
ጓጉቻለሁ በጣም....
ልክ እንደ ክርስቶስ....
ባይኖርህ ትንሳኤ በሶስተኛዋ ቀን፣
ትመጣለህ በሚል እየዎዘዎዘኝ
የናፍቆት ሰቀቀን፣
መቃብር ፈንቅለህ
እስካገኝህ ባካል፣
ስንት አመት ይፈጃል መቼላይ ይሳካል፣
እላለሁ....
ሁልጊዜ እብሰለሰላለሁ....
ግን እባክህ ፍቅሬ....
ባቆሰልኩት ፊቴ በደራረብኩት ማቅ፣
ንገረኝ መምጫህን ትንሳኤህን እንዳቅ፣
በቅርቡ ከመጣህ ሳይደክም ጉልበቴ ፣
እቀበልሀለሁ ደግሼ ከበቴ፣
ምናልባት ከሆነ ....
ለመምጣት ያሰብከው....
አመታት ተቆጥሮ ዘመንን ሲገፋ፣
እንዳንጠፋፋ....
እኔው እመጣለሁ ጠብቀኝ አትልፋ።
#SHARE FOR YOUR FRIENDS💘
ጓጉቻለሁ የምር፣
ሽክ ብለህ እምር፣
ስትመጣ ወደ'ኔ፣
ባንተ ድምቀት ምክንያት
ሲፈካልኝ ቀኔ፣
እንደ ወጣቶቹ እስካይህ ዘንጠህ፣
በሱሪ በሸሚዝ በካፖርት አጊጠህ፣
ወይ እንደ አባቶችህ ጋቢና ከዘራ፣
ሰው ሰው እስክትሸተኝ ነብስ እስክትዘራ፣
ጓጉቻለሁ በጣም....
ልክ እንደ ክርስቶስ....
ባይኖርህ ትንሳኤ በሶስተኛዋ ቀን፣
ትመጣለህ በሚል እየዎዘዎዘኝ
የናፍቆት ሰቀቀን፣
መቃብር ፈንቅለህ
እስካገኝህ ባካል፣
ስንት አመት ይፈጃል መቼላይ ይሳካል፣
እላለሁ....
ሁልጊዜ እብሰለሰላለሁ....
ግን እባክህ ፍቅሬ....
ባቆሰልኩት ፊቴ በደራረብኩት ማቅ፣
ንገረኝ መምጫህን ትንሳኤህን እንዳቅ፣
በቅርቡ ከመጣህ ሳይደክም ጉልበቴ ፣
እቀበልሀለሁ ደግሼ ከበቴ፣
ምናልባት ከሆነ ....
ለመምጣት ያሰብከው....
አመታት ተቆጥሮ ዘመንን ሲገፋ፣
እንዳንጠፋፋ....
እኔው እመጣለሁ ጠብቀኝ አትልፋ።
#SHARE FOR YOUR FRIENDS💘
604
19:48
17.10.2024
🤍💞 ይቆጨኝ ነበረ 💞🤍
ከፍቅርክ ከፍታ ላፍቃሪ ከራቀው
ኩራት ከውበት ጋር ከተደባለቀው
ከሚታየው ርቆ የዝናህ ቅርንጫፍ
ከጥላቻህ አናት ከመፈቀርህ ጫፍ
አላፈቅርም ብለህ
አልወድሽም ብለህ
እንኩዋን ገፈተርከው
እንኩዋን መሬት ጣልከው
እንኩዋንም ባንተ እጅ ልቤ ተሰበረ
ባላፈቅርህ ኑሮ ይቆጨኝ ነበረ💕
,,,,,,,,,,,,🌹❣🌹❣🌹❣,,,,,,,,,,,
•═•••♥️🍃🌺🍃♥️•••═
ከፍቅርክ ከፍታ ላፍቃሪ ከራቀው
ኩራት ከውበት ጋር ከተደባለቀው
ከሚታየው ርቆ የዝናህ ቅርንጫፍ
ከጥላቻህ አናት ከመፈቀርህ ጫፍ
አላፈቅርም ብለህ
አልወድሽም ብለህ
እንኩዋን ገፈተርከው
እንኩዋን መሬት ጣልከው
እንኩዋንም ባንተ እጅ ልቤ ተሰበረ
ባላፈቅርህ ኑሮ ይቆጨኝ ነበረ💕
,,,,,,,,,,,,🌹❣🌹❣🌹❣,,,,,,,,,,,
•═•••♥️🍃🌺🍃♥️•••═
398
22:31
22.10.2024
⭐️list Ta'uuf Yeroo Muraasatu Hafe, Airdrop Kun isin hin darbiin.
✈️Ammuma link kanaan senaa👇👇👇
https://t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0001rN5S
Farm TOMATO with me and secure your token allocation through Tomarket.ai!
I've prepared a warm welcome meal just for you! 🍅
Use my link to get 2,000 TOMATO! Limited time offer.

43
07:16
30.10.2024
imageImage preview is unavailable
➡️ PAWS Pre market irra bahee jira.
1PAWS=0.04$
➡️ Family wanti kun gaarii fakkata Kannen ammale hin eegalle eegalaa.
Start now👉 https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=ikHSyBIZ
@Burqaa43
1PAWS=0.04$
➡️ Family wanti kun gaarii fakkata Kannen ammale hin eegalle eegalaa.
Start now👉 https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=ikHSyBIZ
@Burqaa43
225
11:36
02.11.2024
close
Top Rated in the Topic
New items
Selected
0
channels for:$0.00
Followers:
0
Views:
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий