
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
30.3

Advertising on the Telegram channel «Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)»
5.0
2
🌟 Welcome to BBO, where we connect with an engaged audience of 115k + subscribers,Our channel focuses on education,tech,crypto, lifestyle, providing valuable content that resonates with our followers
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$14.40$14.40local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
🚨 Price Update 🚨
✅Old group✅old group✅
Gattii Hin Amanamnen bitta jiraa።
🔵 Wantii Adda Nuu Godhuu:
🔴 Ammanamaa ta'uu kenyaa✅
🔴 Gattii Medalama ta'ee kafalu kenya 💵💵
Gattii Harawwa Basnerraa 🔔🔔
Halumaa Kananii :
✅2024(First 2 months) ..💰
✅2023..💰
✅2022..💰
✅2021..💰
✅2020.. 💰
✅2019.. 💰
⬇️ Link Asii Gaddii fayyadamun Nufii baressaa. ⬇️
➡️ @Geezforex ➖➖💬
➡️ @Geezforex ➖➖ 💬
➡️ @Geezforex ➖➖ 💬
➡️Kafalttii Bank Barbaddanin Fudhachuu ni dandessuu.🏦
➡️Telebirr💵
1
08:18
10.08.2025
🚨 Price Update 🚨
✅Old group✅old group✅
Gattii Hin Amanamnen bitta jiraa።
🔵 Wantii Adda Nuu Godhuu:
🔴 Ammanamaa ta'uu kenyaa✅
🔴 Gattii Medalama ta'ee kafalu kenya 💵💵
Gattii Harawwa Basnerraa 🔔🔔
Halumaa Kananii :
✅2024(First 2 months) ..💰
✅2023..💰
✅2022..💰
✅2021..💰
✅2020.. 💰
✅2019.. 💰
⬇️ Link Asii Gaddii fayyadamun Nufii baressaa. ⬇️
➡️ @Geezforex ➖➖💬
➡️ @Geezforex ➖➖ 💬
➡️ @Geezforex ➖➖ 💬
➡️Kafalttii Bank Barbaddanin Fudhachuu ni dandessuu.🏦
➡️Telebirr💵
1
08:18
10.08.2025
play_circleVideo preview is unavailable
❗️ Tired of one-sided coverage of events in Western Media? It's time to subscribe to Sputnik Africa!
Here you will find:
🔺 News about Africa and around the world;
🔺 The latest information on the Ukrainian conflict;
🔺 Exclusive interviews, analyses and expert insights;
🔺 Podcasts, videos with subtitles, and simple explanations of key issues.
Read us:
👉 in English: https://t.me/+kMKHPkZ-1H9iNDdi
👉 in Amharic: https://t.me/+cC4l0-ivFd1mNzZi
10600
08:54
11.08.2025
Sagantaa #Dhaqqabsiisaafi Mala Baruu Barsiisuu #Gulantaa_Sirrii_Ta'erratti Barsiisuu jedhaman irratti leenjiin har'a kennamaa oole.
---------------
BBO- Adoolessa 03/2017 Sagantaa 'Catch -Up' (dhaqqabsiisaa)fi
Malli Baruu Barsiisuu 'Teaching at The Right Level' (TaRL) /Gulantaa Sirrii Ta'erratti Barsiisuu jedhaman irratti guyyaa har'aa marsaa 1ffaa wiirtuulee sagal irratti leenjiin kennamaa ooleera.
Leenjii Barsiisota Afaan Oromoofi Herrega Kutaa 3ffaa - 5ffaa;
#Marsaa 1ffaa
#Sagantaa Dhaqqabsiisaa
(Cutch-Up Program)
#Mala Baruu Barsiisuu:- Gulantaa Sirrii Ta'erratti Barsiisuu.
(Teaching at The Right Level) jedhaman irratti barsiisota, dura bu'ootaafi supparvaayizarootaa kuma 27 oliif kennamaa kan oole yoo ta'u, marsaa 2ffaafi 3ffaa dabalatee hanga Hagayya 21/2017tti namoota kuma 57 oliif kan kennamu ta'uu sagantaa bahe agarsiisee jira.
Malli Baruu Barsiisuu kun MB Sad.1ffaa keessatti yeroo gabaabaatti barattootni #Dubbisuu_Barreessuufi_Herrega Shallaguu dandeessisuudha.
Sagantaa Dhaqqabsiisuu :- Sagantaan kun barattootaa dubbisuu, barreessuufi shallaguu hin dandeenye ykn dubbisuu danda'anii barreessuu hin dandeenye ykn shallaguu hin dandeenye akka hanqina isaaniitti adda baasuun/akkuma dandeettii isaaniitti ramaduun bakka tokkotti barsiisuun sadarkaa kutaa keessa turanii biraan dhaqqabsiisuudha.
Barattootni dubbisuu, barreessuufi shallaguu hin dandeenye kan qoqqoodaman sadarkaa kutaatiin otuu hin taane Gulantaa Dandeettii Dubbisuu, Barreessuufi Shallaguutiin qoqqoodamanii yeroo gabaabaa keessatti dandeettii isaan hanqatee ture san gonfachuun gara sadarkaa kutaa isaaniitti makamu jechuudha.
Muuxannoon biyyoota Eshiyaa keessatti kan hojiirra oolefi bu'a qabeessummaan isaa mirkanaa'e yoo ta'u, biyyoota Afrikaa tokko tokko keessattis hojiirra oolun bu'aan isaa kan mirkanaa'efi hoggantootni BBO's biyyoota muuxannoo qaban kanneenitti argamuun daree barnootaa daawwachuun ragaa bahaniiru.
Sagantaafi Malli Baruu Barsiisuu kun Rakkoo Dubbisuu, Barreessuufi Herrega Shallaguu Manneen Barnootaa Sad. 1ffaa keessatti uumamaa ture guutumaa guututti kan hambisu ta'uun amanameera.
Kanaafuu, kutannoon barsiisotaa, dura bu'oota manneen barnootaafi supparvaayizaroota barnootaa murteessaa ta'uun dagatamuu hin qabu.
Dhumarratti, hoggansi BBO wiirtuuwwan 9 leenjiin itti kennamaa jiran irratti argamuun kan jalqabsiisan yoo ta'utti hanga xumura leenjichaatti hordoffiifi deeggarsa kan taasisan ta'uun beekameera.
#Hoggansaafi_deeggarsa leenjitootaaf ganama sa'aatii 2:30 irratti kennamaa ture #Suuraan:-
43656
10:06
11.08.2025
Are You Student ❔
43096
19:00
11.08.2025
Friends, if you want real international news, we recommend subscribing to our partners at @geopolitics_prime.
Unlike many other channels that just repost the same content, they publish in-depth analysis, historical insights, and unexpected throwbacks—so their channel is truly unique, highly recommended.
Hiriyyoota, oduu idil-addunyaa dhugaa yoo barbaaddan, michoota keenya @geopolitics_prime irratti subscribe gochuu gorsina.
Chaanaalonni biroo hedduu qabiyyee walfakkaatu qofa irra deebi’anii maxxansan irraa adda ta’ee, xiinxala gadi fageenya qabu, hubannoo seenaa, fi duubatti deebi’uu hin eegamne maxxansu-kanaaf chaanaaliin isaanii dhuguma adda, baay’ee gorfama.
9620
15:59
19.08.2025
Fooyya'insa #Qabxii_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Sagantaan Tutooriyaalii Gahee Olaanaa Akka Taphate Ibsame.
-----------
BBO- Hagayya 12/2017 Qabxiin barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2017 Qormaata Naannoo fudhatanii qabxii bara 2016 walcinaa qabamee yoo ilaalamu fooyya'insa guddaa agarsiiseera.
Fooyya'insa qabxii barattootaa kanaaf sababni isaa #sagantaa_tutooriyaalii_barsiisotni_yeroo_boqonnaa_isaanii_ijoollee keenyaaf kennan irraa kan madde ta'uun beekameera.
Barsiisotni qabxii bara 2017 fooyya'e kanaaf #Sanbataafi_Dilbata akkasumas, wayitii boqonaa isaanii barattootaaf tutooriyaalii kennuun barattootni akka ciman taasisuun qabxiin bara 2017 fooyya'eera.
Haaluma kanaan,
#barattoota_bara_2016 qormaata naannoo kutaa 6ffaa fudhatan keessaa, 81.1% gara kutaa 7ffaa darbuu kan danda'an yoo ta'u,
#Bara_2017 immoo, barattootni 85.6% gara kutaa 7ffaa darbaniiru.
Kunis fooyya'insa 4.5% agarsiiseera.
Haaluma walfakkaatuun, #Barattoota_kutaa_8ffaa
#Bara_2016 qormaata naannoo fudhatan keessaa 73.11% gara kutaa 9ffaa kan darban yoo ta'u,
#Bara_2017 immoo, barattoota qormaata naannoo fudhatan keessaa 78.7% gara kutaa 9ffaa darbaniiru.
Kunis, fooyya'insa 5.59% agarsiiseera.
Fooyya'insa #qabxii_kana_Saalan adda baafnee yoo ilaallu:
1) Kutaa 6ffaa
#Barattoota_Dhiiraa Kutaa 6ffaa #bara_2016 qormaata fudhatan keessaa 81.18% ,
#bara_2017 immoo, 86.2% , kunis caalmaa 5.02% kan qabu yoo ta'u,
#Barattoota_Shamarran kutaa 6ffaa
#bara 2016 qormaata naannoo fudhatan keessaa 80.99% yoo darban,
#bara_2017 immoo, 85.1% ta'uun caalmaa 4.11% agarsiisee jira.
2) Kutaa 8ffaa Saalan
#Dhiira_bara_2016 qormaata fudhatan keessaa 76.44% kan darban yoo ta'u,
#Bara_2017 immoo, 81.7% darbuun fooyya'insa 5.26% agarsiiseera.
#Shamarran_bara_2016 qormaata fudhatan keessaa 69.86% gara kutaa 9ffaa kan darban yoo ta'u,
#Bara_2017 kan qoraman keessaa immoo, 75.6% darbuun, 5.74%n fooyya'insa agarsiiseera.
- #Garaagarummaa_Saala_lamaan_jidduu jiru yoo ilallu:
1) #Kutaa_6ffaa
#Bara_2016_barattoota qorman keessaa #dhiirri 81.18% kan darban yoo ta'u, #dubarri 80.99% #garaagarummaan dhiira - dubara jidduu jiru 0.19% kan ture yoo ta'u,
#Bara_2017 immoo #dhiirri 86.2% kan darban yoo ta'u, #dubarri 85.1% ta'uun #garaagarummaan gara 1.1% bal'ateera. Kunis, xiyyeeffannoo irratti hojjatamuu qaba.
2) #Kutaa_8ffaa:
#Barattoota_Bara_2016 Qormaata fudhatan keessaa #dhiirri 76.44% fi #dubarri 69.86% darbuun #garaagarummaan dhiiraa - dubara jiddu jiru 6.56% kan ture yoo ta'u,
#Bara_2017tti immoo, #dhiirri 81.7% #dubarri 75.6% darbuun #garaagarummaan gara 6.1% gadi hir'atullee hojiin cimaan hojjatamuu akk qabu kan agarsiisedha.
#Kanaafuu, Garaagarummaa dhiiraa - dubara jidduu jiru fooyyessuuf barattoota dubaraa gahomsuu irratti hawaasni manneen barnootaafi maatiin barattootaa hojii manaa cimaatu nu eeggata.
Walumaa galatti, Sagantaan Tutooriyaalii barattootaaf barsiisotni keenya ofkennanii hojjachaa jiran fooyya'insa qabxii barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa irratti mul'ateera.
Kanaafuu, barsiisota sagantaa cimsaa kanarratti kutannoon hirmaachaa jiraniif biiroon keenya galata galchaa, barattootni, maatiin barattootaafi hawaasni keenya fooyya'insa bu'aa barachuu barattootaa irratti barsiisota keenya cinaa dhaabbachuun gahee keessan akka baatan dhaamsa keenya ta'a.
#Barsiisaan_Bu'uura Beekumsaati!
19265
17:42
19.08.2025
Friends, if you want real international news, we recommend subscribing to our partners at @geopolitics_prime.
Unlike many other channels that just repost the same content, they publish in-depth analysis, historical insights, and unexpected throwbacks—so their channel is truly unique, highly recommended.
Hiriyyoota, oduu idil-addunyaa dhugaa yoo barbaaddan, michoota keenya @geopolitics_prime irratti subscribe gochuu gorsina.
Chaanaalonni biroo hedduu qabiyyee walfakkaatu qofa irra deebi’anii maxxansan irraa adda ta’ee, xiinxala gadi fageenya qabu, hubannoo seenaa, fi duubatti deebi’uu hin eegamne maxxansu-kanaaf chaanaaliin isaanii dhuguma adda, baay’ee gorfama.
11100
15:34
21.08.2025
Guyyaa -15/12/2017
#Ergaa_Ariifachiisaa!
Barattoota Kutaa 8ffaarraa Gara 9ffaa darbaniif
--------------
Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa ijaarsisetti barachuuuf barattoota ulaagaa guutaniifi fedhii qaban beeksisa bahe irratti hundaa'uun marsariitiin (online)n galmaa'aa turuun ni beekama.
Haata'u malee, sababa adda addaatiin barattootni hedduun hin galmoofne.
Kanaafuu, #Guyyaan_Galmee_dheeratee jira.
Guyyaan galmee:- #Hanga_Hagayya_25/2017tti waan dheerateef;
#Barattootni kanaan dura hin galmaa'in Akka Galmooftan!
#Barattootni kanaan dura yoo galmooftan dogoggora yoo qabaattan sirreessitanii akka galmooftan haata'u.
#Liinkiin_Galmee:- https://sbs.moe.gov.et/apply
Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa bara barnootaa 2018f qophaa'an;-
- Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Walisootti argamu, MBBA Walisoofi
- Ollaa Godina Shawaa Kibba Lixaa, Walisootti dhihoo kan ta'e,
MBBA Bu'ii waan ta'eef carraa kanatti fayyadamuun barbaachisaadha.
Ragaa dhiheeffachuu qaban:-
- Qabxii kutaa 6ffaafi kaardii kutaa 6ffaa fuula duraafi duuban iskaan(scan) gochuun maxxansuu (walqabsiisuu.
- Qabxii ministirii kutaa 8ffaafi kaardii fuula duraafi duubasaa iskaan gochuun maxxansuu(walqabsiisuu)
- Kaardiin kutaa 8ffaa yoo isiniif dhaqqabuu baate immoo, qabxii 'online' jiru iskaan gootanii akka walqabsiiftan haata'u.
#Iyyannoon_Yoo_Guutamu:
Gosa barnootaa barattan akka filattan isin beeksifna.
- Gosa barnootaa kanaan dura hin baratin, fkf. ICT, Afaan Amaaraa, Ispoortiifi kkf. 'zero' (0) guutaa!
- Gosa Barnootaa Biology Physics fi Chemistry jedhu Saaynsii Waliigalaa jedhamee akka filannoo lamaan waan dhihaateef filannoo lamaan keessaa kan Barataniin 'click' gochuun akka filattan.
#Qormaatni_Seensaa_kan_kennamu:-
Afaan Oromoofi Amaaraatiin ta'a.
#Hubachiisa:- Iyyannoo guutuu yoo rakkattan/isin dhibe/ lakk. Bilbilaa Naatii nama jedhamu ogeessa ICT Ministeera Barnootaa Itoophiyyaa kan ta'an bira bilbilaa +251947951924
Dhumarratti:- Iyyannoo guutuu irratti barattootni keenya akka hin rakkanne maatiin barattootaa deeggarsa akka taasisan dhaamsa keenya ta'a!
Galmaa'aa!
Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Walisootti Kan argamu MBBA Sad. 2ffaa Walisoofi Olluma sanitti kan argamu MBBA Sad. 2ffaa Bu'ii Galaa!
አስቸኳይ መልዕክት
የልዩ አዳሪ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የተማሪዎች ምዝገባን በተመለከተ
የፌዴራል ልዩ አዳሪ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ተማሪዎች ምዝገባ ባለፉት ቀናት በኦንላይን ሲካሄድ መቆየቱ ይታወቃል ። ነገር ግን በተቀመጠው ጊዜ ገደብ ውስጥ የ8ኛ ክፍል ውጤት ያልደረሰላቸው በርካታ አካባቢዎች በመኖራቸው እንዲሁም በሌሎች ምክንያቶች ያልተመዘገቡ ተማሪዎች በመኖራቸው ምዝገባውን ለተወሰነ ጊዜ ማራዘም አስፈልጓል።
በመሆኑም እስካሁን ያልተመዘገባችሁ ተማሪዎች ምዝገባ እስከ ነሃሴ 25/2017 ዓ.ም ድረስ የተራዘመ መሆኑን አውቃችሁ መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን ለመግለጽ እንወዳለን።
ለ2018 ትምህርት ዘመን ሥራ የሚጀምሩ ት/ቤቶች በደቡብ ምዕ/ ሸዋ ወሊሶ ከተማ የሚገኘው ወሊሶ ልዩ አዳሪ ሁለተኛ ደረጃ እና በአቅራቢያው ያለው ቡኢ ልዩ አዳሪ ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት ስለሆኑ ዕድሉን ተጠቀሙ።
ማሳሰቢያ፦
ምዝገባው እስከ ነሃሴ 25/2017 ዓ.ም ድረስ የሚከናውን ሲሆን: -
የ6ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና በ2015 የትምህርት ዘመን ያልወሰዳችሁ ተማሪዎች የክፍል ውጤታችሁንና ካርዳችሁን፣
8ኛ ክፍል በተመለከተ የምታስገቡት ውጤት የሚኒስትሪ ውጤታችሁን ሲሆን የሚኒስትሪ ካርድ ያልወሰዳችሁ ኦላይን ያለውን ውጤታችሁን ስካን አድርጋችሁ ማያያዝ የሚጠበቅባችሁ መሆኑን ለማስገንዘብ እንወዳለን።
ከዚህ ቀደም የተመዘገባችሁ እና በትክክል ያላስገባችሁ ተማሪዎች በድጋሚ አስተካክለችሁ መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እየገለጽን ለመመዝገብ https://sbs.moe.gov.et/apply
11590
17:25
21.08.2025
🚨 Gattii Guddan Old Group Bittaa Jirra.. 🚨
💰 Akkasumas Old Group kan baraa 2024 ji'aa January fi February baname bittuu egalerra
📌Group barottaa armanii gaddii kan binuu ta'uu kabajanii beksifnaa.
💎 2018,2019
💎2020,2021
💎2022
💎2023 Gattii Guddan
💎 2024 Yeroo gababa ta'eef..
🎁Group 2 olii namaa gurgurufii Bonus kan qabuu ta'uu kabajan beksifnaa
⬇️Inbox Now
➡️ @GeezForex
➡️ @GeezForex
4237
11:04
22.08.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
2 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
d
**ssundg@*****.com
On the service since December 2023
22.08.202511:46
5
Prompt placement
Show more
New items
Channel statistics
Rating
30.3
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
5
Subscribers:
149K
APV
lock_outline
ER
10.6%
Posts per day:
4.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий