![](https://telega-images.storage.yandexcloud.net/uploads/ord_organization/files/6/image_promo_cus.png)
Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
12.5
![Advertising in Telegram. Telegram Channel logo "BIIROO BARNOOTA OROMIYAA(BBO)" Advertising in Telegram. Telegram Channel logo @Biiroo_Barnota_Oromia](/system/channels/avatars/000/184/586/original/img.png)
Advertising on the Telegram channel «BIIROO BARNOOTA OROMIYAA(BBO)»
5.0
Dhaloota Beekumsaan qaroome Omishuudha kaayyoon keenya! ✅️For any book about grade 1-12 ✅️For Grade 12 Result ✅️For University course and information ✅️For remidial ✅️For any students join our channel and interest it
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$2.40$2.40local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
#Update
#Kutaa_12ffaa
#Sagantaa_reemeediyaalii
Ministeerri Barnootaa qabxii darbiinsaa barattoota sagantaa reemeediyaalii dhaga'uu hin dandeenyee ifoomseera.
Kanaanis bara 2016 tti qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii Yuunivarsiitii Mootummaatti (baasiin isaanii Mootummaa dhaan haguugamee) barachuuf qabxiin darbiinsaa;
► Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaa barattoota dhiiraatiif 600 keessaa 192
► Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaa barattoota Shamarraniif 600 keessaa 186
► Sagantaa Piripaatooriitiin Dhiirota Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaatiif 700 keessaa 224
► Sagantaa Piripaatooriitiin Shamarraniif Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaa 700 keessaa 217 fi isaa ol ta'uu Ministeerichi ibseera.
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
Join fi share gochuun hin dagatiina👇👇
@Biroo_Barnota_Oromia

375
21:14
15.10.2024
imageImage preview is unavailable
Naannoo Harariitti barattoota qabxii Olaanaa galmeessaniif badhaasni kenname
Mootummaan Naannoo Hararii barattoota qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasa kenneera.
Saganticharratti Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ordiin Badrii haasawaa taasiisaniin, qulqullina barnootaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoo kennuun hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Naannichatti Baratootaa kutaa 12ffaa qormataa biyyaalessa fudhatan kuma 2 fi 525 keessaai %m 13.3 darbuun ibsameera.
Barattootaa qabxii olaanaa galmeessanii fi manneen barnootaa raawwii foyyaa’aa qabaniif badhaasnii fi beekamtiin kennameera.
#FBC gabaase

1100
09:24
15.10.2024
imageImage preview is unavailable
Bakki placement yoom gadhifama? akkasuma remedial Yom wamamuu? Gaffile kanaaf kannen biroof start godha dubiisaa👇👇👇
1200
05:26
15.10.2024
imageImage preview is unavailable
#Kutaa_12ffaa
#Biiroo_Barnoota_Oromiyaa
Biiroon Barnoota Oromiyaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 qabxii olaanaa kan fidan barattoota Mana Barnootaa addaa Yuunivarsiitii Salaalee sadiif badhaasa kenneera.
Naannoo Oromiyaatti qabxii olaanaa ta'ee galmaa'e 568 barataan fide Raajii Tasfaayee kan jedhamuuf laptop ammayyaawaa fi badhaasni birrii 30,000 kennameera.
Bifa wal fakkaataan 545 kan fide barataan Hundeessaa Fayyisaa fi 535 kan fide barataan Tolchaa Bojaa laptop ammayyaawaa fi birrii 20,000 kennameefiira.

1300
20:36
14.10.2024
BBO- Onkololeessa 03/2017 Biiron Barnootaa Oromiyaa adeemsi baruufi barsiisuu bara 2017 sagantaafi karooraan akka deeggaramu gochuuf guyyoota barnootaa semisteera 1ffaafi 2ffaan addaan qoqqoodee kaalandarii guyyoota barnootaa hanga MBtti gadi buusuun ni beekama.
Kanuma bu'uureeffachuun guyyoota barnootaa bara 2017 semisteera 1ffaa baay'inni guyyootaa 99 yoo ta'u, Fulbaana 07/2017 irraa eegalee adeemsi baruufi barsiisuu jalqabameera.
Guyyootni barnootaaf karoorfaman manneen barnootaa hunda keessatti walqixa akka jalqabamu erga labsamee booda harcaatiin tokko tokko manneen barnootaa adda addaa keessatti mul'achuun hin hafne.
Hanga guyyaa har'aatti guyyoota barnootaa 18 dabarsineerra. Guyyoota barnootaa 18 darban keessatti adeemsi baruufi barsiisuu #mana_barnootaa_kiyyaa_maal_fakkaata? Barsiisaan barattoota isaatiif hangam hojjate? Barattootni barnoota isaanii hangam qoyyabatan kan jedhu guyyoota barnootaa 18 darban waliin wal cinaa qabnee of madaaluu qabna.
Guyyoota barnootaa semisteera 1ffaa 99 -18 = 81 kan hafe yoo ta'u, guyyaa 19ffaa immoo boru ganama wixata 04/02/2017 kan itti fufnu waan ta'eef #maal_fooyyessuufi_akkamitti_fooyyessuu akka qabnu, #cimina_jiru_akkamitti_itti_fufsiisuu akka qabnu kan yaaduufi madaaluu qabnu yeroon amma. Jalqaba ji'a Onkololeessaa kana ta'uu qaba.
#Hojiin_jalqabni_tole_xumurri_isaatis_bu'a #qabeessa ta'a.
Kanaafuu, qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojii hojjatamu keessaa tokko qisaasama wayitii barnootaa hambisuudha.
Qisaasama wayitii barnootaa hambisuuf immoo, dura bu'aa MB, Barsiisota, Barattootaafi Supparvaayizarootni gahee isaanii bahuu qaban. Haala humnaa oliitin yoo qisaasa'amellee hatattamaan bakka buusuun murteessaadha.
#Keessattuu, barattootni #kutaa_12ffaa_8ffaafi_6ffaa qormaatni isaanii dursee waan jalqabuuf #xiyyeeffannoon_olaanan_akka_kennamuuf_dhaamsa_keenya ta'a.
Boru wixata 04/02/2017 guyyaan barnootaa 19ffaan itti fufa.
#Tokko_taanee_hojjachuun_qulqullina_barnoota_keenyaa_ni_mirkaneessina !
#Torban_Gaarii !

1900
05:12
14.10.2024
imageImage preview is unavailable
#Xiyyeeffannoo
Barattoonni Godina Gujii Aanaa Girjaa Ganda Qabbanaawaa Gugguuffii irraa gara Godina Gujii Aanaa Adoolaa Reeddee Mana Barumsaa Kuchii Sadarkaa Tokkoffaa jedhamutti baratan akkaatuma suura irratti mul'atu kanaan galaana guddicha akka kibba Oromiyaatti beekamu Laga Gannaalee irra ce'anii baratu.
Kun ammoo sodaa guddaa haawwasaatti waan uumeef Barattoonnis sodaaf yaaddoo tokkoo malee barnoota isaanii sirnaan akka hordofan haalli mijataan uumamuu qaba Kan jedhan maatin barattootaa sodaa qaban ibsan.
Biiroon Barnoota Oromiyaa qaama dhimmichi ilaallatu waliin ta'uun hawaasichaaf mana barnootaa dhiyeenya irratti ijaarsisuu yookiin riqicha hojjechiisuu qabas jedhan.
Join fi share gochuun hin dagatiina😊

2000
13:12
13.10.2024
👉𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐢𝐠𝐢𝐫𝐢𝐢 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚 2017 𝐘𝐮𝐮𝐧𝐢𝐯𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐝𝐝𝐢𝐬 𝐀𝐛𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐬𝐜𝐡𝐨𝐥𝐚𝐫𝐬𝐡𝐢𝐩 𝐦𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐮𝐧𝐟𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐦𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐚 𝐠𝐚𝐥𝐦𝐞𝐞𝐟 𝐛𝐚𝐡𝐞.
Yuunivarsiitiin Addis Ababa bara barnootaa 2017 barattoota sagantaa barnoota digirii jalqabaa idileetti galmaa'an hundaaf akkaataa Ministeera Barnootaa fi ulaagaa galmee barnoota digirii jalqabaa yuunivarsiitichaatiin:-
Barattoonni Finfinneen (Addis Ababaan) ala dhuftan Onkoloolessa 5 fi 6, 2017 mooraa yuunivarsiitii ramadametti akka argamtanii fi gabaasa akka dhiyeessitan yuunivarsiitichi beeksise. Yeroo barattoonni galmeedhaaf dhuftan
1. Orijinaala fi kooppii bu'aa qormaata xumuraa kutaa kudha lamaffaa,
2. Suuraa paaspoortii afur, .
3. Gosa doormii keessaniif Uffata qorraa, Ansoolaa ( Afata firaashaa ) fi hidhannoo ispoortii fiduun isin gorfama.
• Barattoota Addis Ababaan ala jiraataniif, lakkoofsa UAI qormaata ittiin fudhattan fayyadamuun dormitory yuunivarsitichi isiniif ramade argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa.
👇👇👇
https://portal.aau.edu.et/NewStudents/DormitoryPlacement
• Namoota Guyyoota caqafaman (Onkl. 5 fi 6) Finfinneen (Addis Ababaan) alatti dhuftaniif.
Barattoota Buufataalee Konkolaataa karaa Markaattoo Awutoobis taraa, Laamberat, Aqaaqii fi Askoo
Buufataalee kanneenitti yuunivarsitichi tajaajila geejjibaa akka kennu beeksise.
• Barattoonni magaalaa Finfinnee (Addis Ababa) keessa jiraattan fi Yuunivarsiitii Addis Ababaatti ramadamtan ragaa fi dokimentoota armaan olitti ibsaman qabattanii guyyaa Wiixataa, Onkl. 11, 2017 akka gabaasa gootan beeksifame.
https://portal.aau.edu.et/NewStudents/Welcome.www.aau.edu.et
• Orienteshiniin barattoota hundaaf Sanbata duraa (qidaamee) Onkl. 9, 2017 ni gaggeeffama.
• Galmeen koorsii barnootaa Wiixata, Onkl. 11, 2017.
• Barnoonni seemestera jalqabaa bara 2017 Kibxata, Onkl. 12, 2017 ni jalqaba.
• Adeemsa galmee fi odeeffannoo dabalataa ilaalchisee, liinkii armaan gadii irraa argachuu dandeessu.
👇👇👇
https://portal.aau.edu.et/NewStudents/Welcome
www.aau.edu.et irratti ni argattu.
Galmeessaa (Register) Yuunivarsiitii Addis Ababa

07:15
13.10.2024
imageImage preview is unavailable
#Wamiichaa_universiitii
Yuunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Addis Ababa barattoota haaraa waggaa tokkoffaa bara 2017 dhaabbaticha seenan Onkoloolessa 3 fi 4, 2017 ni simata.
Yuunivarsiitichi barattoota naannoo adda addaa irraa dhufaniif Qaallitti fi Maganaanyaatti tajaajila geejjibaa qopheessuu isaa ibseera.
Haala kanaan, Sanbata guddaa sa’aatii 5:00 fi Wiixata sa’aatii 4:00tti bakkeewwan caqafaman irratti argamuun, konkolaataa baanarii simannaa fi loogo yunivarsiitichaa qaban fayyadamu akka dandeessan ibsameera.
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
Join fi share gochuun hin dagatiina🙏🙏
https://t.me/Biroo_Barnota_Oromia

2200
14:46
12.10.2024
imageImage preview is unavailable
#Waamicha
#Sagantaa_Reemeediyaalii
#BuleHoraUniversity
#Yuunivarsiitii_Bulee_Horaa
Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota idilee buleeyyiitiifi barattoota sagantaa reemeediyaalii bara 2016 tiif waamicha taasiseera.
Kanaanis bara 2016 tti sagantaa reemeediyaaliin Yuunivarsiitii Bulee Horaatti barnoota keessan hordofaa turtanii qabxii darbiinsaa kan fiddan, akkasumas barattoonni buleeyyii Digirii jalqabaa fi Digirii lammaffaa guyyaan galmee bara barnootaa 2017 Onkoloolessa 11 fi 12 bara 2017 akka gaggeeffamu Yuunivarsiitichi beeksiseera.

12:08
12.10.2024
imageImage preview is unavailable
#Update
Filannoo Yunivarsitii fi damee barnoota guutuun hanga Onkoloolessa 6/2017tti dheerateera.
Bara barnootaa 2016tti barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii darbiinsaa argattan guyyaan filannoo Yunivarsitii hanga Obboleessa 6/2017tti dheerachuu ministeerri barnoota beeksiseera.
Kunis kan ta'e, manneen barnoota tokko tokkotti rakkoo Siistama irraa kan ka'e guutuu waan hin dandeenyef jedhameera.

2600
05:53
11.10.2024
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeennew@******.io
On the service since June 2022
10.01.202522:47
5
Everything is fine. Thank you!
New items
Channel statistics
Rating
12.5
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
1
Followers:
14.5K
APV
lock_outline
ER
--%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Followers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий