
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
14.2

Advertising on the Telegram channel «Bīblē Stõrîës»
5.0
Gareen kuni garee kanirraa addaa kan isa godhu #Ayyaana beekumsa,hubaana, Ogumma fi ga'umsaa hafuuratti wal jajjabeessu fi wal guddisuu kan hojeetudha. Qol 3:16 Gartuun kuni barumsa M.q Faar ,Kadhannaa fi walaloo hafuura kkfof keessaatti hammata. Efe5:30
Share
Add to favorite
Buy advertising in this chat
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Forwards
Delete after 24 hours, pinned for the duration of the post
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$6.00$6.00local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
ማክሰኞ 05/09/17
የሐዋርያት ሥራ መልዕክት ( ክፍል 61 )
ፈጣኑ ለውጥ
ሐዋ 17:1-9
የተሰሎንቄን ቤተክርስቲያን የተከሉአት አገልጋዮች በብዙ መስዋዕትነት ቢሆንም ፈጣን የሆነው ለውጡዋ ግን እጅግ አስደሳች ነው ። ጳውሎስ በተሰሎንቄ የነበረው ቆይታ ሶስት ሳምንታት ሲሆን ሉቃስ ሲናገር " ጳውሎስም እንደ ልማዱ ወደ እነርሱ ገባ ፥ ሦስት ሰንበትም ያህል ከእነርሱ ጋር ከመጻሕፍት እየጠቀሰ ይነጋገር ነበር " ሐዋ 17:2 በዚህ ቆይታ ግን እነዚህ ቅዱሳን ስለነበራቸው ለውጥ ጳውሎስ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች በጻፈው በመጀመሪያ መልዕክቱ እንዲህ ብሎአል " ... እናንተ ቃሉን በብዙ መከራ ከመንፈስ ቅዱስ ደስታ ጋር ተቀብላችሁ ፥ እኛንና ጌታን የምትመስሉ ሆናችሁ " 1ኛ ተሰ 1:6 ጳውሎስና ጓደኞቹ በፊሊጵሲዩስ በደረሰባቸው ስደት ወደ ሰሜን ምዕራብ አንፊጶልንና አጶሎንያ የተባሉ ፣ በቅርብ እርቀት የሚገኙ ከተሞችን አልፈው ነበር ወደ ተሰሎንቄ የመጡት ። የተሰሎንቄ ቤተክርስቲያን ከራስዋ አልፋ በዙሪያዋ ወዳሉ ከተሞች ወንጌልን በማድረስ የፈጠረችው ተጽዕኖ የአገልጋዮችዋን ልብ ደስ ያሰኘ ነበር " ስለዚህም በመቄዶንያና በአካይያ ላሉት ምእመናን ሁሉ ምሳሌ ሆናችሁላቸው ። ከእናንተ ወጥቶ የጌታ ቃል በመቄዶንያና በአካይያ ብቻ አልተሰማምና ፥ ነገር ግን ምንም እንድንናገር እስከማያስፈልግ ድረስ ፥ በእግዚአብሔር ዘንድ የሚሆን እምነታችሁ በሁሉ ስፍራ ተወርቶአል " 1ኛ ተሰ 1:7,8 በዚህ ክፍልም በውስጥዋ ስለነበሩ ሰዎች ምንነት እንመለከታለን :-
1. ረሃብተኛ ሰዎች
" ጳውሎስም እንደ ልማዱ ወደ እነርሱ ገባ፥ ሦስት ሰንበትም ያህል ከእነርሱ ጋር ከመጻሕፍት እየጠቀሰ ይነጋገር ነበር " ሐዋ 17:2
ጳውሎስ በሚሄድባቸው ከተሞች ሁሉ ወደ አይሁድ ሙክራቦች በመግባት በእጃቸው በያዙአቸው የብሉይ መጽሐፍት በመነጋገር ምስክርነቱን ይጀምር ነበር ። አይሁድ በእጃቸው የነበረው መጽሐፍት ስለሚያወራለት መሲህ ባለማወቃቸው ጳውሎስ በሄደባቸው ስፍራዎች ከመጽሐፍት በመረጃ እየጠቀሰ ፣ ምን ማለት እንደሆነ እያብራራና እየተረጎመ ያስረዳቸው ነበር ። እነዚህ ሰዎች በኢየሩሳሌም የነበረውን የኢየሱስን አገልግሎትና የሆነውን ታሪክ የሚያውቁ ሰዎች በመሆናቸው ጳውሎስ መጽሐፍትን " ሲተረጉምም ክርስቶስ መከራ እንዲቀበልና ከሙታን እንዲነሣ ይገባው ዘንድ እያስረዳ ፦ “ይህ እኔ የምሰብክላችሁ ኢየሱስ እርሱ ክርስቶስ ነው” ይል ነበር " ሐዋ 17:3 ሰዎች በየትኛውም ዘመን ይሁን ፣ የትም ስፍራ ይገኙ ለአንድ ጉዳይ ያላቸው ምላሽ የተለያየ ነው ። ስለዚህም በዚህ የጳውሎስ ምስክርነት ብዙ አይሁድና የግሪክ ሰዎች ፣ የከበሩ ( ባለጠጋ ) ሴቶች እውነቱን ተረድተው ወደ ክርስቶስ ዘወር ብለዋል ።
2. ክፉ ሰዎች
" አይሁድ ግን ቀንተው ከሥራ ፈቶች ክፉ ሰዎችን አመጡ ሕዝብንም ሰብስበው ከተማውን አወኩ ፥ ወደ ሕዝብም ያወጡአቸው ዘንድ ፈልገው ወደ ኢያሶን ቤት ቀረቡ " ሐዋ 17:5
ምንም እንኳን ወንጌል ለሰው ሁሉ ቢሰበክም ሁሉም ሰው ግን ታዛዥ አይደለም ። ጳውሎስ ለተሰሎንቄ ሰዎች የጸሎት ርዕስ ሲያቀርብ " ደግሞም ሰው ሁሉ እምነት ያለው ስለማይሆን ከዐመፀኞችና ከክፉ ሰዎች እንድንድን ጸልዩልን " 2ኛ ተሰ 3:2 ይላል ። የዲያቢሎስ አገልጋይ የሆኑ ሰዎች በከንቱ በመጥላት ፣ በማሳደድና በማሰቃየት በቅዱሳን ላይ መከራን ያመጣሉ ። የኃይማኖት መሪዎች የከተማውን ሥራ አጥና ክፉ ሰዎችን በማሳደም ሐዋርያት ከከተማቸው ለቅቀው ይወጡ ዘንድ ከተማውን አወኩ ። ምንም ክፉ ሰዎች ቢኖሩም የወንጌልን ዘር ለመዝራት ከልካይ ይሆኑ ዘንድ አይችሉም ። ወንጌል እንደዚህ ( Aggressive ) በሆነ መንገድ ካልተመሰከረ ቤተክርስቲያን ውጤታማ ልትሆን አትችልም ።
3. መንገድ ዘጊዎች
" ሕዝቡና የከተማውም አለቆች ይህን ነገር በሰሙ ጊዜ ታወኩ ፥ ከኢያሶንና ከሌሎቹም ዋስ ተቀብለው ለቀቁአቸው " ሐዋ 17:8,9
ከተማው በታወከበት ወቅት ጳውሎስና ጓደኞቹ ከተማውን ለቅቀው ወጥተዋል ። ከተማውን ያወኩ ሥራ ፈት ሰዎች እነርሱን በማጣታቸው ጥቂት ወንድሞችንና በእንግድነት የተቀበላቸውን ኢያሶንን ይዘው ዓለምን ያወኩ እነዚህ ሰዎች ከቄሳር ውጪ ኢየሱስ የሚሉት ንጉስ አለ እያሉ ቄሳርን ይቃወማሉ በማለት በሐሰት በአለቆቻቸው ፊት ከሰሱአቸው ። እነሱም ሐዋርያት ደግመው ወደዚህ ከተማ እንዳይገቡ ዋስ አሲዘው ለቀቁአቸው ። ይህ የተደረገው የዋስ ጉዳይ የአገልጋዮችን መንገድ ለመዝጋት የተደረገ የዲያቢሎስ ሥራ ነበር ጳውሎስም እነሱን መልሶ ለማየት በናፈቀ ጊዜ ወደነሱ ያለው መንገድ በማን እንደተዘጋ ይናገራል " እኛ ግን ፥ ወንድሞች ሆይ ፥ በልብ ያይደለ ፊት ለፊት ለጥቂት ጊዜ አጥተናችሁ ፥ በብዙ ናፍቆት ፊታችሁን ለማየት እጅግ ሞከርን ፤ ወደ እናንተ ልንመጣ ወደን ነበርና ፥ እኔ ጳውሎስም አንድና ሁለት ጊዜ ፥ ሰይጣን ግን አዘገየን " 1ተሰ 2:17,18
መንፈስ ይሙላባችሁ !
telegram :-@mentesnotkebede2020
👍 join በማድረግ እየተቀላቀሉን ሌሎችም እንዲሳተፉ ሼር በማድረግ ይሳተፉ Email :- [email protected] ስልክ :- 0911693190
159
05:37
13.05.2025
Abraham gaafa waaqayoon amanate Waaqayoo qabeenyadhan isa ebbise miti, Manan isa ebisee miti,. dhalan isaa ebbise miti, waaqayoo qajeelumadhan isa ebisee .
Qaajelumma jeechuun ijaa jabinaan gara teessoo ayaana waaqayootti dhiyaachuu jeechuudha
Egaa nuyis waaqayoon amanuu keenyaan ebba Abrham ebifamee irraa hirmaatoota taneerraa
Eebbi Abraham argate karaa kiristos Saba waaqayoo warra hin ta'iin hundumaf akka keenamuuf,hafuura isa waaqayoo abdachisees amantidhan akka fudhaannuf kiristos nu fureera
Gal 3:13_14
Egaa dhugumaan jaalala waaqayoo kanatti enyuutu gargar nu baasa.
21:51
12.05.2025
Col,1:20
Waaqayyoo wantaa hundumma karaa isaa ofittti ararsee;dhigaa kirstoosi isaa fannoo irraatti dhangala'eenis lafaa irraatti,waaqa irraatis nagaa buseraa.Egaa kanarra kan nuti hubannuu fannoocha Oso hin taanee isaa fannoocharrati ta'etu bu'a akka qabuu hin hubannaa.akkuma kana fannoo gafaa jennuu dhigni kirstoos inni qulqullunille akkaa dhibayyutti akka achii irraatti lole yadachuu qabnaa egaa inni kun yeroo hundumma akka waan cafaame rarafametti fulaa kenyaa duraa nuuf haa jiratuu.
21:49
12.05.2025
16:55
12.05.2025
14:24
12.05.2025
Risaa Aayyoo
Risaatu tibba tokko akkamittiin daa'imman ishee guddisuf akka qabdu dubartii tokkof barnoota kennite.
"Sanyii namaa, akkam nagumaa?"
Dubartittiin dhiphina wayii keessa waan jirtuf waan dubbattu wallaalte.
Garuu immoo risattiidhaan akkas jetteen:
"Sodaadheen jira. Daa'imni kiyya dhalachuuf yeroon ga'ee jira. Haata'u malee waan nashakkisiisu baay'eetu jira. Daa'ima da'uf jedhu kanaaf waan gaggaarii hundan gochuufii barbaada. Garuu immoo
, sirriitti guddisuufi guddisuu dhabuu kiyyayyuu akkamittiinan beekuu danda'aa?"
Risattiin damee mukaa mijatuf tokkotti utaaltee qubattee gaaffii dubartittiif akkas jettee deebii kennite.
"Daa'imman guddisuu jechuun hoggayyuu qananiidhaan kunuunsuu jechuu miti, hubadhu. Wucooliin kiyya wayita dhalatan ani citaafi baallee simbirrootaa lallaafaa irran raffisa. Citichi itti o'a. Garuu umuriin isaanii dabalee wayita jajjabaachuu eegalan baallee simbirroofi citaa itti o'u sana jalaa kaaseen gatuu jalqaba. Qoraattii kophaatu mani'ee jiraannu keessatti hafa."
- Dubartittiin wayita haasaa risattii kana dhageessu akka nyaara guuruu taate. Risattiidhaanis, "qoraattii kophaa mani'ee keessatti hambisuun gara jabummaa natti fakkaata," jetteen.
Risattiinis ija dubartittii keessa ilaalaa, "ijoollee kee qananii dhorkun kee akka isaan socho'an godha. Qoraattichi akka isaan mani'ee sana keessatti isaan hinrafne isaan godha. Irra wayyaa'aa waan tahe barbaachaaf jecha barrisuuf ijibbaatu. Bakka isaanif tahu barbaaduu eegalu. Qananii isa durii keessa jiraachuun isaanii garuu waan isaan barsiisu tokko illee hinqabu."
Gorsi risattii nifaajjesseen. Dubartittiin yaadicha fudhachuu shakkitee, "yoo kufanii miidhaan irra ga'ewoo?" jetteen risattiidhaan.
Gaaffiin dubartittii gaaffii sirrii ta'uu isaa nirkaneessuf jecha risattiin mataa raastee ibsa ishee ittifufte.
"Eeyyee, nikufu. Qilleensa keessatti illee nandarbadhaan. Barrisee dhaqeen immoo isaan qaba. Ammas deebiseen darbadhaan. Ammas barrisee dhaqeen isaan qaba. Hanga isaan barrisuu baranitti waan kana irra deddeebi'een shaakalchiisaan. Dhuma irratti kophaa isaaniin gad dhiisaan. Isaanis nugargaari naan hinjedhan. Walabbummaa isaanii labsatu jechuudha.
Dubartittiidhaaf dubbiin ifa tahaa wayita dhufef fuulli jijjiiramuu eegale. Garuu immoo ammallee shakkiin keessa jira.
-"Wucooliin sun ofi danda'anii barrisuuf qophaa'oo yoo hintahinoo?" jetteen dubartittiin risattiidhaan.
"Yaaliii hingodhan taanaan yoomiyyuu mataa isaaniitiin barrisuuf qophaa'oo ta'uu hindanda'an. Yeroo hundumaa qananiidhaanan hammadhee taa'a taanaan gonkumaa barrisuu hinbaratan.
Akka isaan ofi danda'an shakalchiisuun isaan gidirsuu miti, beeki.Bu'aaba'ii barsiisuun akka isaan jabaatan, akka isaan guddatanif gargaaruudha,"
- Dubartittiin harka ishee garaa ishee irra keessee, afuura dheeraa baafattee seeqxe.
"Galatoom risaa aayyoo. Ogummaan ati natti himte, anaaf kennaa guddaadha," jettee gurra risattiitti hasaaste dubartittiin.
Dubartittiin gorsa risattiin kennitef qalbii isheetti sorattee, haadha ijoollee jajjaboo tahuf ofiif waadaa galtee risaa aayyoon adda baate.
☆☆☆ ♤♤♤♡♡♡
Ijoolleen kee oli ba'anii akka barrisan yoo barbaadde baallee/koblaa isaanii jireenya qananiitiin hinhidhiin.
Qilleensicha qorraa haa'argan.
Qilleensicha gubaas haadhandhamatan.
Gufatanis haakufan. Hin'na'in. Nika'u.
☆☆☆☆ ♡♡♡♡
Maddi: Dr. Flip Monroe
FB hinsene mekuria
769
09:41
12.05.2025
Hey there Struggle, and welcome to Bīblē Stõrîës! How are you?
06:43
12.05.2025
Kadhata!
🫵Kadhata kana na faana kadhadhu!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
🤲Yaa waaqayyo keessa onnee koo ilaali: Garaa koos sakatta'i!
Kan an qabu; waanti an ofii kootii " #kan_kooti" jedhee ittiin of jejus tokkollee hin jiru;
🫴 Hundi isaayyuu kan keeti! hojii gariin an "kooti" ittii jedhus hundi isaa kanuma keeti!
🖐️ Ittiin Na barsiisuudhaaf waantotni ati goote sun akkam anatti tolu!
#Duwwummaa koo arguun immoo anaaf gammachuu guddaadha!
🫴Ofii kootii waanti an qabus dhabamee;
🫳 Inni kan dhuunfaa kee ta'e, inni si gammachiisu sun; natti haa guutamu!🙏
Waanta na keessaa baasuu barbaadde kamillee maqaa yesuusiin haxaayii na keessaa baldheessi!🙏
🤲 #Amma! kunoo Keessi koo duwwaadhaa waanta barbaadde natti guuttadhu!
🙏Waanuma hundumaaf; maqaa Yesuus Kiristoosiin galanni siif haa ta'u!
✨✨✨✨✨✨✨✨
#Ameen! Ameen!
---
17:56
11.05.2025
Sababa isa na keessaa jiraatu sanaaf ani nan jiraadha
20:52
10.05.2025
Yesuus qofti ga'aadha! Warri Yesuusitti waa dabaluu yaadan isaan Diina!
20:46
10.05.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
4 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
s
**miilock45@*****.com
On the service since July 2024
14.12.202411:43
5
Excellent 👍👍👍
Show more
Channel statistics
Rating
14.2
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
4
Subscribers:
4.6K
APV
lock_outline
ER
--%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий