
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
17.7

Advertising on the Telegram channel «Asoosamaa fi Walaloo»
5.0
2
Recreation & Entertainment
Language:
English
214
0
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$2.40$2.40local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
📑 Yeroo baay'ee boca qaama keenyaa tolchuu ni dandeenya? Haala kamiini garuu?.... ➡️ As tuquun dubbisaa!
👇👇👇
🫱✨ See More✨
🫱 ✨See More ✨
👆👆👆
386
23:19
13.08.2025
Kolfaaf 😁
Barsiisaan Daree seeneera. Osoo barumsa hin eegalin.....
barsiisaan: Abdii mee olka'imee!
Abdii: Olka'ee dhaabbate.
Barsiisaan: Mee gara fuula duraatti maal ta'uu feeta?
Abdii: Rifeensa mataa isaa fo'aa ..... Qarshii baay'ee horadhee, mana viillaa, ijaarradhee, jaalallee bareedduu baafadhee, koonkolaataa, V8 bitadhee, Visa daangaa hin qabne baafadhee, Ji'atti yeroo tokko biyya alaa deemee bashannanuun barbaada.😜
😜
😜
Barsiisaa: Kolfa aariin walmake kolfaa mee ka'ime boontu
Barsiisaa: Atihoo gara fuula duraatti maal ta'uu feeta? jedhee yeroo gaafatu maal jettee yoo deebifte wayya?
★
★
★
Boontuu: Jaalallee Abdii ta'uun fedha! hin jettu seetanii.
392
07:43
14.08.2025
Qaallichaa fi Qaallittii
Qaallichatu mana wadaajaa bule. Iddoon ciisichaas gahaa waan hin taaneef xiqqoo iddoon dhiiraa fi dhalaa wal bira buute. Qaallichi kun kara tarree dubartootaatti aanee rafe. Osuma rafanii ifaan lip jedhee bar. Qaallichi jilbaan lafarra deemuu eegale waa barbaada. Osuma deemuu dhaqee bira gahe. Osuma takka qaqqabachaa jiruu hirribaa itti kaate.
Qaallittii: Maal godhu jirta yaa salphataa?
Qaalicha: Sa an maalittiin waa jira mitii! Lukkuu mataa foonii tokkootu bar, du'alleen sodaatuu baatirii malee dukkana deema.
Qaallittii: Eeysa deema?
Qaallicha: Sa an maalittiin beeka! Afaanis beekee warri kun jedhee yoo itti dhihes mana nama ol hin seenuu useetuma deemaa.
Qaallittii: Foon mataarraa qabaa jettee sa sanuu?
Qaallicha: Eekaa sa; wahi mataa qofaa qaamuma isaa hundaa foonii!
Qaallittii: Foon dila kana fudhatee eeysa deemaan duuba yaa dhiiroo?
Qaallicha: Foon haarawaa wayyaadha, kanuma jijjiirraallee yoon arkadhe jedhee deemaan bar!
Qaallittii: Kanuma mataasaarra sanitti osoo fayyadamee isaaf irra wayya. Osoo haarawaan barbaada jedhee deemuu beelawaa harka bu'ee sanuu dhabuu taa'aa.
Qaallicha: Tanaan siin ja'aamii sa! Atu tasa hulaa tee dura yoo bahe, harkaan qabdee ol hin galchituuhiin siin je'ee bar?
Qaallittii: Harka lamaaniini malee! Arkadhee moo?
Achi dubbiin dumattee hujiin eegalame.
Dhubbiftee hin callisin!
React fi share godhi!
357
07:42
15.08.2025
imageImage preview is unavailable
Aagaa Dhaga'aa!
Goota Hin Jilbiiffanne; Namni asii olitti argitan kun Akaakayyuu Abeebee Tufaati. Zawudee Maammoo Abeebee jedhama. Torban Eekkaa keessaa Amma Eekkaa Taafoo Naannoo amma poolisi Xaabiyaa(Eegumsa poolisii) jedhamu jiraatu. Amma immoo seenaa akaakayyuu isaanii fi Oromoota akka isaanii kan finfinnee irraa dhiibamee naannawa Finfinnee fi Oromiyaa bakka gargaraa jiraata jiranii Seenaa ofii isaanii beekanii fi manguddoota hiriyaa isaanii irraa dhagahanii(primary source) barreessanii Dubbiftoota biraan gahuuf jedhu.
Dhaloota seenaa akkasii qooduufi barreessuun manguddoota akkasiin seenaa Oromoo barreessitoota Habashaa fi warruma keenya osoo seenaa gad fagoo hin beekin barreessaa turaan irraa abbaan seenaa fi qa'ee Malkaa oromootaa Finfinnee argachuun hedduu nama boonsa.
Maarree Eebba kitaabaa seenaa Abeebee Tufaa fi Finfinnee irratti xiyyeeffate Akaakayyuu isaaniin kan barreeffame kun gaafa Hagayyaa guyyaa 24/12/2017 kutaa magaalaa laga Xaafoo laga daadhii Galma Dargagoo fi Ispoortiiti kan eebbifamu ta'a.
Kanaaf oromoon marti fi namoonni ergaan kun isin dhaqabe akka irratti argamtan Waamicha keenya fi kan BARREESSICHAA isiniif dhaamna.
Iddoo kanatti yoo argamtan kitaaba kana qofa osoo hin taanee waa baay'ee lapheetti fudhatanii galtu jedheen eega.
Miira Oromoota Finfinnee irraa dhiibamee Naannawaa Finfinnee fi bakkoota garaagaraa jiraatu hedduu barachuu irraa darbee seenaa ragaa waliin jiru hedduu dhageessuu.
Miidiyaalleen oromoo, Dhaabbilleen oromoo, barreessitoonni fi Hayyoonnii seenaa Manguddoo akka kanaa irraa Seenaa warabamees yaa ta'u barreeffamee akka ta'u utuu irraattii hojjetaan baay'ee gaariidha.
Maatii Abeebee Tufaafi gurguddoota Finfinnee
Hayyotaa Waa'ee Finfinnee fi Oromoota Finfinnee Bara jireenya isaaniin beekan fi wantoota baay'ee ni dhiyaata waan ta'eef namoonni Finfinnee fi Naannawaa finfinnee jirtan fi bakka kamuu jiraataan akka irratti argamtan kabajaan isinin geenya.
324
19:58
14.08.2025
imageImage preview is unavailable
🚨 Daqiiqaa 15 booda kaardiin abbaa 50 ni gadhiifama abbaa carraa taa'aa! 👇
As tuquun Join taasisaa!
👇👇👇
🫱✨ Join Fast✨
🫱 ✨Join Fast ✨
👆👆👆
Sponsar: Dinqisiisoo Addunyaa
337
01:23
15.08.2025
imageImage preview is unavailable
🆗 Karaalee gurguddoo 7n dubartoonni dhiirota irraa addadha..🤷 maalfa'i?...➡️ As tuquun dubbisaa!
👇👇👇
🫱✨ See More✨
🫱 ✨See More ✨
👆👆👆
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
257
06:50
16.08.2025
imageImage preview is unavailable
❤️ 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗙𝗶 𝗛𝗶𝗻𝗮𝗮𝗳𝗳𝗮𝗮n Waan baay'ee nama godha. Kanneen keessaa isaan gurguddoo 5,...➡️ As tuquun dubbisaa!
👇👇👇
🫱✨ See More✨
🫱 ✨See More ✨
👆👆👆
26
00:11
17.08.2025
close
Specials
More Active Channels

Channels
20
120K
lock_outline
CPM
lock_outline$$ 57.40
$$ 45.92
-20%
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeenold@******.io
On the service since June 2022
20.05.202517:33
5
Everything is fine. Thank you!
Show more
New items
Channel statistics
Rating
17.7
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
4
Subscribers:
3.2K
APV
lock_outline
ER
9.5%
Posts per day:
1.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий