Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
17.4

Advertising on the Telegram channel «Galaa Sammuu»
Books, Audiobooks & Podcasts
Language:
English
533
1
The reading nation, the leading nation!
In this channel:-
👉Books
👉Cultural Clothes
👉New apps and technolgies
Share
Add to favorite
Channel temporarily not accepting requests
Choose another channel from recommendations or get a tailored list within your budget using AI
AI Channel Picker
Recent Channel Posts
Barattoonni qormaata seensa manneen barnoota Bultii Addaa qoramtanii dabartan hundii baga gammaddan!
Ramaddiin keessan dookimentii kana keessatti qindaa'ee waan jiruuf ilaallachuu dandeessu.
Tokkummaan Misoomaaf!
@odawmo

6900
17:19
20.09.2024
Tapha dhaabbanni telegiraama haaraa fide kana join godhaa. Kun hundarraa waan faayidaa qabuudha jedhamaa jira. Join it...
👇👇👇
https://t.me/major/start?startapp=386005481

1600
06:03
21.09.2024
Hamster season 1 is end successful 👏
Join for second season
👇👇👇
https://t.me/hamster_koMbat_bot/start?startapp=kentId386005481

608
07:06
21.09.2024
Waamicha barattoota kutaa 12ffaa mana barumsa Bultii Addaa WMOf
(WMO-Fulbaana 15/ 2017)
Baga bacaqii gannaa baatanii booqaa birraa nagaan isin gahe jechaa barattootni kutaa 12ffaa mana barumsaa Bultii Addaa WMO Fulbaana 21/ 2017 gara mooraa mana barnootaatti deebi’uun fulbaana 22 barnoota idilee akka eegaltan beeksisaa guyyaa jedhameen ala barataa dhufu manni barnootaa kan hin keessummeessine ta’u cimsinee isin beeksisna.

5200
09:31
26.09.2024
Biiroon Barnoota Oromiyaa barattoota mana barumsa Bultii Addaa WMO qabxii olaanaa galmeessan badhaase.
(WMO-Fulbaana 16/2017)
Biiroon Barnoota Oromiyaa barattoota mana barumsa Bultii Addaa WMO qorumsa biyyoolessaa bara 2016 qabxii olaanaa galmeessisan 21'f badhaasa Meedaaliyaa, qarshii 20,000.00fi Laptooppi core i7 badhaase.
Badhaasa kana sadarkaa I/A pirezedaantii mootummaa naannoo Oromiyaatti qindeessaa kilaastara hawwaasummaa obbo Saadaat Nashaa irra fudhatan yoo ta'u, barattoota qabxii 530 ol fiduun badhaafaman 71 keessaa barattoonni 21 mana barumsa Bultii Addaa WMO irraa ta'uun hubatameera.

7500
15:24
26.09.2024
It's said that major will be listed starting from October 1st. So it's a time to join and collect more stars. Join godhaa star 🌟 walitti qabadhaa!
👇👇👇
https://t.me/major/start?startapp=386005481
👇👇👇
https://t.me/major/start?startapp=386005481
1500
20:40
28.09.2024
Cimina Engineering qabaniin daandiiwwan konkolaataafi baaburaa ajaa'ibsiisoo, buufatawwan xiyyaaraafi doonii, akkasumas kaanaaloota, giddugala oomisha boba'aa hedduu ijaarteerti; ijaaraas jirti!
Moral of story!
Aadaa, duudhaa, amantiifi sirna hawaasummaa kanuma keenya cimsachuun STEM ammoo giddugaloota barnoota addunyaa kamittuu dhaloota barsiifachuun muummee kanneeniin beekumsaafi argannoo akkasumas kalaqa ofii keenyaan dabaaluu! Achiin dinagdee cimaa ijaaruun biyyoota addunyaa gurguddoon ትከሻ መለካካት!
©Kumaa Margaa Hundeeti!
Onkololeessa 27/2024!

4200
17:12
27.10.2024
"Barbaachisummaa STEM Guddina biyyoota garagaraa keessatti".
Jechi STEM jedhu kuni gabaajee(Acronmy) yoo ta'u jecha afaan Ingiliizii hiika "Jirma" jedhu qaba. Jirmi egaa qaama biqiltuu kan dameeleefi firii akkasumas baala utubee baatu yoo ta'u guddinaafi bu'a qabeessummaa biqiltuu sanaaf daran murteessaadha. Jechi STEM jedhu kuni yoo hiikkatu"Science, Technology, Engineering and Mathematics" jedhamuun muummeewwan gurguddoo afur kan guddina biyya tokkoof darbees addunyaaf murteessaa ta'e of keessaa qaba.
Saayinsiin dameelee lamaaninuu(uumamaafi hawaasaan) qorannoowwan hedduun kan jireenya ilma namaa salphisuun mijeessudha. Teeknolojiin ammoo argannoowwan adda addaa kan hojiilee seektaroota kanneenii saffisiisaniifi bu'a qabeessa taasisan kan yeroodhaa gara yerootti guddachaafi fooyyeffamaa adeemudha. Engineering ammoo muummee barnootaa beekumsa caasaa ijaarsawwan adda addaa nama gonfachiisudha. Mathematics(Herregni) ammoo dandeettii yaaduu ilma namaa cimsuun shallaggiiwwan garagaraa jireenya guyyuu keessatti maayii nama baasan shaakaluufi hojjachuuf kan nama gargaaruudha. Egaa, hiika isaanii xiqqoo hanga kana yoo jenne(hiikni STEM kana qofa osoo hin taane dachaa meeqa himoota kanneenitti deebi'a. Ani hanguma beekumsiifi yeroon koo na dandeessisen barreesse) gahee isaan qaroomaafi guddina biyyootaafi ummattootaa keessatti qabaachaa turan muraasa gabaabbinaan ilaalla.
1. Qarooma Kuush:- Ummanni Kuush wiirtuu mootummaa isaanii Kaaba Baha Afrikaa bakka amma biyya Misir jedhamu taasifachuun kutaalee addunyaa hedduu keessatti hambaalee qarooma adda addaa gumaachuun darbaniiru. Fakkeenyaaf, karaa ijaarsaa(engineering) piraamidiiwwan biyyoota akka Misir, Sudaan, Peeruu, Meeksikoo, Raashiyaafi Chaayinaa keessatti ijaaraman beekumsa STEM isaan qabaachaa turaniifi bu'aa inni isaaniif qabaate agarsiisa. Gama kaaniin siidaawwaniifi iddooleen awwaalchaa akkasumas ijaarsawwan biroo kan caasaan ijaarsi isaanii precision addaa qabu, akkasumas tiyooramiiwwan herregaa hedduu gumaachaniiru; amma fail godhee duubatti deebinus😥(bal'ina isaa barreeffama qorannoo mata dureen isaa "Hangafummaa Qaroomaa, Kufaatiifi Egeree
Oromoofi Gurraachotaa” jedhu ani bara 2021 qopheesserraa karaa telegram Channel #Galaa_Sammuu ni argattu)
2. Warraaqsa Industiriifi Inlaayitmantii biyyoota Awurooppaa!
Warraaqsi industiriifi Inlaaytimantii biyyoota Awurooppaa kanneen akka Ingiliiz, Faransaayiifi kkf keessatti jaarraa 18ffaafi 19ffaa keessa gaggeeffame xiyyeeffannoofi bu'uurri isaanii lammiileen barnoota STEM kanaan akka dhangi'amaniif ture. BZW kanneeniin dura sochiiwwan akka reenasaansiifi rifoormeeshiin illee religious conservativeness hambisuun lammiileen akka gara saayinsiitti dhufaniif taasifamaa turaniiru. Egaa sochii kanaan kunoo awurooppaan guddina saayinsiifi teeknolojiitiin addunyaarratti maqaa qabdu taatee jirti.
3. Warraaqsa Zooniziimiifi STEM
Yihuudonni addunyaarratti akka callee cittee bibittinnaa'anii turan kan deebi'uun bara 1958 abbaa biyyaa ta'an warraaqsa zooniziimiitiini. Warraaqsi kunis, aadaa, duudhaafi amantii akkasumas sirna ofiitiin gurmaa'uun beekumsa STEM ammoo barnootaan gabbifachuudha. Akkaataa kanaan duudhaafi eenyummaa isaaniin jiraachaa STEM dhaan ammoo mataa addunyaarra taa'aniiru. Ijaarsaafi beekumsa military qabaniin Iron dom tolchanii missile Hizbollah fi Hamaas irraa itti gadi dhiifamu samii keechatti bishaan itti naqaa oolti😌 Kuni hunduu bu'aa STEM tii beeki! Malee humna waaqayyoon miti!
4. Warraaqsa aadaafi communism Chaayinaa!
Chaayinaan bar-kurneewwan muraasa dura mukukkula hiyyummaan waxalamaa akka turte seenaan ni hima. Bara mootii Maa'oo Zee Doongiin booda warraaqsa aadaatiin ilaalcha Konfishaaniziimiin ijaarsa hawaasummaa cimsatanii STEM ammoo hayyoota isaanii kaan Jaappanitti, kaan Raashiyaafi kaan ammoo Ameerikaatti ergachuun barsiifatanii biyyatti deebifachuun giddugala hunda keessatti KG irraa kaasuun gabbisaafi gahoomsaa guddisafatan! Har'a kunoo dinagdee addunyaarraa 2ffaa ta'e ijaaruun, Afrikaa guutuufi Laatiin Ameerikaanillee utuu hin hafin harkatti galfattee jirti.

4100
17:12
27.10.2024
close
New items
Selected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий