Get clients in any niche!
Delegate the launch of advertising to us — for free
Learn more
12.2

Advertising on the Telegram channel «ABDII SABAA STUDENTS»
5.0
News and Media
Language:
Other
0
0
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! Kun Channel barattoota kutaa 1ffaa irraa kaasee hanga University jiraniiti. Odeeffannoo barattoota sadarkaa 1ffaa, 2ffaa, Yuunivarsiitii fi Koolleejjii hunda iddoo tokkotti asitti ni argattu.
Share
Add to favorite
Channel temporarily not accepting requests
Choose another channel from recommendations or get a tailored list within your budget using AI
AI Channel Picker
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
#Kutaa_12ffaa
#Kutaa_8ffaa
#Kutaa_6ffaa
#BBo
Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaa, 8ffaafi biyyoolessaa kutaa 12ffaa Caamsaafi Waxabajjii 2017 keessa walduraa duubaan ni kennama jedhame.
-------------
BBO- Ebla 20/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa
1 Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad 1ffaa kutaa 6ffaa bara 2017 Caamsaa 26-27/ 2017,
2 Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa kutaa 8ffaa bara 2017 Waxabajjii 3-5/2017tti,
3 Qormaata Biyyoolessaa Xumura Barnootaa Sad. 2ffaa kutaa 12ffaa bara 2017 Walakkaa ji'a Waxabajjii 2017 irraa eegalee akka kennamu, BBOtti Daayirektarri Daayirektoreetii Qormaataafi Iyyaafannoo obbo Huseen Qaasim beeksisaniiru.
Kanaafuu, barsiisotniifi maatiin barattootaa deeggaraa barattoota keenyaa taasisaa jirtan akka itti fufuufi haala gahaan akka qopheessitan jechuun kan dhaamsa dabarsan obbo Huseen, dabalataanis kallattiin abbaa dhimmaa kan ta'a barattootni keenyas sagantaa bahe irratti hundaa'un gamanumaa qophii akka taasisan jechuun ergaa dabarsuun carraa gaariin akka qunnamus barattootaaf hawwaniiru.
Carraa Gaarii
@ABDII_SABAA_STUDENTS

209
13:01
28.04.2025
imageImage preview is unavailable
#Barattootni_Qormaata_Biyyoolessaa bara 2017 '#ONLINE'niin fudhatan adda bahuun beekamaniiru
------------
BBO- Ebla 18/2017 Barattootni Bara 2017 Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa 'Online'niin qoraman adda bahanii kan beekaman yoo ta'u, barattoota akka naannoo keenyaatti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 fudhatan idilee 200,112 keessaa barattootni 28,691 online'niin kan qoraman ta'uun beekameera.
Barattootni 'online' qormaata fudhatan bakka kompitaraafi haala qormaata itti SHAAKALANIS Iddoo qophaa'uun beekameera.
Bakki shaakallii qormaataa manneen barnootaaf waan kennameef barattootni ni beeku.
Haala Shaakala Qormaataa ilaalchisee immoo;
#1_Liinkii asii gadii kanaan gara siistama "Safe Exam Browser" (SEB) galuu,
(https://examdemo.ethernet.edu.et)
#2_Lakk. ID gara SEB ittiin galan mana barnootaa irraa argataniin (Manneen Barnootaa Barattoota 'online' qorsiisan hundaaf ergame galchuu,
#3_Erga lakk. ID fayyadamanii bananii booda 'password' akka uummattan isin gaafata.
Kanaafuu, '#password' lakkoofa #dijitii_afur_qabu_irraa_paaswordii_dhuunfaa_keessanii_uummattu.
Paaswordii uumtan kanaan yoo bantan #Qormaata_Shaakaltan_argattan jechuudha.
#Hubachiisa:- Sirna shaakalaa kana kan hogganuufi shaakalsiisu manneen barnootaa keessatti qaamni hogganu abbummaan ramadameera.
#4_Haala_Qormaata 'online' kennamuu kun bakka interneetiin kompitaran walqunname hundatti, desktop fi laptop'n jirutti, manaafi iddoo barbaadan taa'anii shaakaluun ni danda'ama.
#Walumaa_galatti, Barattootni Qormaata online'n fudhatan kanneen waraqaan qoraman caalaa haala salphaa ta'een kan hojjatan ta'uufi qormaata heddumminaan kan darbaniifi qabxii olaanaa kan galmeessisan ta'uu muuxannoo barattoota bara 2016 qormaata biyyoolessaa qoraman irraa argachuun danda'ameera.
Kanaafuu, haala salphaafi mijawaa ta'een qormaata hojjachuuf 'online'n filatamaa ta'uun hubatamuu qaba.
#Barattoota_keenyaaf_carraa_garii_hawwineerra.

4000
15:19
26.04.2025
Waggaa 11 dura guyyaa har'a tapha xumuraa Copa Del Rey Ispeen Real Madrid fi Barcelona gidduutti taasifameen Real Madrid 2 fi 1'n injifachuun Waancaa kaasanii turan. Waggaa 11 booda guyyaa boruu yeroo jalqabaaf Waancaa xumura Copa Del Rey tiin waliin taphatu.
Highlights tapha ajaa'ibaa kana link kana tuquun ilaalaa subscribe taasisaa!
https://youtu.be/Dhv9wz7ezRE

767
15:53
25.04.2025
imageImage preview is unavailable
Guyyaa har'a waggoota 12 dura jechuunis bara 2013 gareen Jurgen Klopp Dortmund garee Jose Mourinho 4 fi 1'n injifatan.
Tapha kana irratti gooliiwwan arfanu kan Dortmund dhaaf galche Robert Lewandowski dha.
Highlights tapha ajaa'ibaa kanaa TikTok keenya irraa ilaalaa, like fi follow taasifadhaa!
https://vm.tiktok.com/ZNd2LBAAx/

237
18:22
24.04.2025
imageImage preview is unavailable
#Exit_Exam
#MoE
Guyyaan Galmee qormaata bahumsaa ykn Exit Exam kan Waxabajjii kennamuu kan irra deebiin qoromanii yoomi?
Qormaata Bahumsaa ykn Exit Exam Waxabajjii bara 2017 kennamu barattoota irra deebiin qoromuuf eegaa jirtaniif guyyaan Ebla 14 bara 2017 irraa kaasee hanga Caamsaa 05 bara 2017 tti kan taasifamu ta'uu isaa Ministeerri Barnootaa ibseera.
Guca galmee ykn ulaagaalee fi wantoota barbaachisan website kana irraa ilaaluu dandeessu.
https://exam.ethernet.edu.et
Guyyaan qormaanni itti kennamu gara fuulduraatti kan ibsamu ta'a.
Qormaata kana fudhachuuf ykn qoromuuf National ID Fayda qabachuun dirqama yoo ta'u, kaffaltii tajaajilaa birrii 500 karaa Telebirr qofaa kaffaluu qabdu.
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Qubee_Media_Official✅
@Qubee_Media_Official✅
Facebook📱
https://www.facebook.com/share/1AGMrCBSDB/?mibextid=qi2Omg

@Qubee_Media_Official

842
14:26
24.04.2025
imageImage preview is unavailable
Appilikeeshinii ajaa'ibaa bilbila keessan irraa gonkumaa dhabamuu hin qabneefi hojii keessan kan isiniif salphisu, namoota hunda kan fayyadamu, keessattuu barattootaaf ammoo baay'ee barbaachisaa kan ta'e, wanta achi irratti gaafattan ariitiidhaan kan isiniif deebisu! Link kanaa gadi jiru tuquun bakka Install ykn Download jedhu tuquun ammuma buufadhaa itti fayyadamaa!
📱 📱 📱 📱 📱 📱 📱 📱 📱 📱 📱
👇👇👇
https://www.qubeeonline.com/2024/04/appilikeeshinii-gaaffii-deebisu.html

1200
13:09
21.04.2025
imageImage preview is unavailable
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hundi Baga Ayyaana Yaadannoo Du'aa ka'umsa Gooftaa Iyyesuus Kiristoos nagaadhaan geessan!
Ayyaanni kun kan jaalalaa, kan tokkummaa, kan gammachuu isiniif haa ta'u!
@ABDII_SABAA_STUDENTS
@ABDII_SABAA_STUDENTS
Ayyaanni kun kan jaalalaa, kan tokkummaa, kan gammachuu isiniif haa ta'u!
@ABDII_SABAA_STUDENTS
@ABDII_SABAA_STUDENTS
1200
06:10
20.04.2025
imageImage preview is unavailable
#Kutaa_12ffaa
#Ministeera_Barnootaa
Qormaanni Biyyaalessaa kutaa 12ffaa yoom kennama?
Ministeerri Barnootaa Piroofeesar Biraanuu Naggaa qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ji'a tokko ykn Ji'a tokkoo fi walakkaa booda akka kennamu ibsaniiru.
Ministeerichi «Kenniinsa haaraa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaatiin kun qormaata yeroo arfaffaaf kennamu dha» jedhaniiru.
Ministeerri Barnootaa waggoota darbaniif qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa Manneen Barnootaa isaaniitii barattoonni ba'aanii gara Yuunivarsiitii deemuun achitti akka fudhatan taasisuun isaa ni yaadatama.
Ministeerri Barnootaa waa'ee qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa ykn bara 2017 yeroo dubbatanitti barattoonni kuma 150 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kana karaa online akka fudhataniif qophiin taasifamaa jiraachuu isaa ibsaniiru.
Piroofeesar Biraanuu Naggaan «Akka kanaan duraatti iddoo akkaadaamii ta'e barattoota iddoo dhaa iddootti sochoosanii deemuu irra bara darbe barattoota kuma 29 ture karaa Online kan qoroman, bara kana ammoo barattoota kuma 150 karaa online qoruuf qopha'aa jirra.» jedhaniiru.
Ministeerichi qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa yeroo itti kennamu adda baasanii ifatti himuu dhiisaniyyuu qormaatichi ji'a tokko ykn Ji'a tokkoofi walakkaa booda akka kennamuuf qophiin taasifamaa jiraachuu isaa ibsaniiru.
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Qubee_Media_Official✅
@Qubee_Media_Official✅
Facebook📱
https://www.facebook.com/share/1AGMrCBSDB/?mibextid=qi2Omg
#Ministeera_Barnootaa
Qormaanni Biyyaalessaa kutaa 12ffaa yoom kennama?
Ministeerri Barnootaa Piroofeesar Biraanuu Naggaa qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ji'a tokko ykn Ji'a tokkoo fi walakkaa booda akka kennamu ibsaniiru.
Ministeerichi «Kenniinsa haaraa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaatiin kun qormaata yeroo arfaffaaf kennamu dha» jedhaniiru.
Ministeerri Barnootaa waggoota darbaniif qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa Manneen Barnootaa isaaniitii barattoonni ba'aanii gara Yuunivarsiitii deemuun achitti akka fudhatan taasisuun isaa ni yaadatama.
Ministeerri Barnootaa waa'ee qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa ykn bara 2017 yeroo dubbatanitti barattoonni kuma 150 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kana karaa online akka fudhataniif qophiin taasifamaa jiraachuu isaa ibsaniiru.
Piroofeesar Biraanuu Naggaan «Akka kanaan duraatti iddoo akkaadaamii ta'e barattoota iddoo dhaa iddootti sochoosanii deemuu irra bara darbe barattoota kuma 29 ture karaa Online kan qoroman, bara kana ammoo barattoota kuma 150 karaa online qoruuf qopha'aa jirra.» jedhaniiru.
Ministeerichi qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa yeroo itti kennamu adda baasanii ifatti himuu dhiisaniyyuu qormaatichi ji'a tokko ykn Ji'a tokkoofi walakkaa booda akka kennamuuf qophiin taasifamaa jiraachuu isaa ibsaniiru.
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Qubee_Media_Official
@Qubee_Media_Official
https://www.facebook.com/share/1AGMrCBSDB/?mibextid=qi2Omg
1100
08:45
19.04.2025
imageImage preview is unavailable
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa marti Baga guyyaa yaadannoo Fannoo Gooftaa Iyyesuus Kiristoos nagaadhaan geessan!
@ABDII_SABAA_STUDENTS
@ABDII_SABAA_STUDENTS
@ABDII_SABAA_STUDENTS
@ABDII_SABAA_STUDENTS
992
07:27
18.04.2025
Tapha Liigii Awuroppaa ykn Europa League guyyaa kaleessaa taasifameen Manchester United Olympic Lyon goolii 5 fi 4'n injifateera.
Tapha ajaa'ibaa, tapha kana namoonni hin ilaalle link kanaa gadi jiru tuquun highlights isaa dheeraa YouTube irraa ilaalaa Subscribe taasisaa!
https://youtu.be/UiThpXvmBOI

899
04:45
18.04.2025
close
New items
Selected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий