
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
12.4

Advertising on the Telegram channel «Karaa Milkaa'inaa (The way of Success)»
5.0
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$2.40$2.40local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
✅DUBARA AKKA KANAA HIN TA'IN!
▬▬▬▬▬▬▬
1. Telegramiin 'Hi!' siin jedhe!
2. Deebii utuu hin deebisiniif profile isaa ilaalte!
3. Uffanni isaas ta'ee, hojjaan isaa ni miidhaga.
4. Irra deebi'ee Hi! jedhe.
5. Amma garuu gammachuun deebifteefi.
6. Yaada waljijjiiruun jalqabame.
7. Qaaman walarguuf beellamni qabame.
8. Uffata gaarii uffattee, urgooftuu dibattee qophooftee dhaqxe!
9. Bakka bashannanaa gaariitti si fudhatee qajeele.
10. Yeroo gaarii dabarsuu jalqabdan!
11. Harka kee jaalalaan qaqqabe. Qoosadhaan si kofalchiise!
12. Ija kee ija jaalalaatiin ilaalee gammachuu si soora.
13. Wal beekumsa cimaa qabaachuun sitti dhaga'ame.
14. Kutaa akka qabattanif sitti hime, waliif galte!
15. Gammachuun akka sitti dhaga'amu godhe!
16. Jaalalaan hidhii kee dhungachuu jalqabe!
17. Sirrii akka hin taane yoo siif gale illee gammachuun sitti dhaga'ame.
18. Kabajaan gara sireetti si fudhate!
19. Mormuuf humna dhabde!
20. Wanti biraa haa hafu, karaa ittisaa fayyadamuuf yaada dhiheessite.
21. Xoofoo fedhiitiin waan guutamteef sitti dhaga'amuu hin dandeenye.
22. Ni Jaalatte, gammachuus argatte.
23. Qabbaneessituu keessaa bishaan qorraa siif fidee ofiisaatii si obaase.
24. Kabajni siif kennu baay'ee si booji'e.
25. Akka carra qabeettiiitti of lakkoofte.
26. Dhiira barbaaddu akka argatteetti sitti dhaga'ame.
27. Uffata kee uffatte!
28. Gara manaatti hammatee si gaggeesse!
29. Boqoo kee dhungatee yeroo gaarii akka dabarsitan sitti hime.
30. Adeemsaaf maallaqa harka keessa si kaa'e.
31. Fuula ifaadhaan boru walhaa arginu bareedaakoo jetteen!
32. Inni garuu deebii siif hin kennine!
33. Gammachuun akkuma fuulli kee ifetti deemtee mana geesse.
34. Gammachuun akkuma mana geesseen #message ergiteefi.
35. Online ta'us deebii siif hin deebifne.
36. Bitaa sitti galee irra deebiin barreessiteefi!
37. Ammas deebiin hin jiru.
38. Daqiiqaa booda yoo ilaaltu Telegram irratti #block taatee jirta.
39. Block akka taate sitti beekame!
40. Guyyaa, torban, jiini darbe!
41. Miidhamni sitti dhaga'amuu jalqabe. Dadhabbiin, hir'inni ulfaatinaa...
42. Gara hospitaalaa deemuun qorannoo taasifte.
43. Turtii booda ogeettiin fayyaa bu'aa qorannoo qabattee dhufte.
44. HIV +ve fi ulfa akka taate sitti himte!
45. Akkamitti???
46. Dhugaa waliin morkatte!
47. Dhiphinni sirratti moo'e! Sodaan si liqimse!
48. Fedhiin abdii dhabummaa sitti dhaga'ame!
49. Duuti akka sitti dhihaate sitti dhaga'ame.
50. Haalonni duubatti deebi'amee utuu sirreeffamee hawwite!
51. Garuu maal gatii qabaree, barfateera!
52. Gara Waaqaatti iyyitee kadhata goote.
⁃ ➨Dubara akkanaa hin ta'in!
⁃ ➨Fedhiin hin gaggeeffamin!
⁃ ➨Qabeenyaan nama hin madaalin!
⁃ ➨Mucaan kee isheen dubaraa wanta utuu siif taatee si gammachiisuu fi ilmoo keetif wanta hawwitu atis akkas ta'i!
Waaqni hunduma keenyaaf obsa haa kennu!
Share godhii obboleettii kee baraari⤵️⤵️⤵️ @Kitaabota_Saayikoloojii
2233
00:42
11.01.2025
✅Seenaa baay'ee Nama Gaddisiisu
Please shareFrom Besufekad Amare @Kitaabota_Saayikoloojii
342
22:31
05.02.2025
🛜Boqonnaa Sammuu Keetiif Dursa Kenni:
1⃣. Sammuun boqonnaa qabu hojii gurguddaa hojjeta.
2⃣. Kalaqa gurguddaa dhaloonni bara baraan itti fayyadamee jiraatu kan uumu sammuu boqonnaa qabuu dha.
3⃣. Yaada gaarii addunyaa borcamaa jirtu kanaaf furmaata hunda biratti fudhatamu kan oomishu, nama xiin-sammuu isaaf iddoo kenne dha.
4⃣. Iddoo guddaa sammuu keetiif kenni!
5⃣. Yaada xinnoo ofii keetiif gonkumaa hin qabaatin! Waan xiqqoodhaanis of hin madaalin!
6⃣. Yaada namoota hundaa hin deeggarin! Yaada sammuu keetii addatti dhaggeeffadhu!
7⃣. Namni dhugaa dhaga'u, dhugaa dubbachuudhaan addatti hin ilaalamu.
8⃣. Guyyaatti yoo xiqqaate daqiiqaa 15f iddoo tasgabbaa'aa turuun yaada sammuu keetii dhaggeeffadhu!
9⃣. Wanti hundumtuu harka kee keessa jira. Jireenya sitti kenname itti fayyadami! Hundumtuu bakka jirutti gammadee jiraata.
🔟. Sammuu kee irratti dhiibbaa uumuu dhaan haala kamiyyuu moo'attee jiraachuu akka dandeessu siif mirkaneessa.
1672
19:58
15.02.2025
"Dhala namaa jaallachuu kee nama gaarii ta'uudhaan agarsiisi" kan jedhu akkuma jiru,
" Dhala namaa jaallachuu kee duroomuu fi milkaa'uu keetiin mul'isuunimmoo daandii jaalalaa kan biraati. Osoo qarshii qabaattee nama meeqa beela akka baastu, nama meeqa daandiirraa akka manatti galchitu, ....
Duroomuu keetti sirnaan yoo fayyadamte abdii namoota baayyee taata!
1465
09:36
18.02.2025
Sana booda baay'ee gammanne garaan keenya aannan dhuge ni boqonne. Dhugaa kana qaamni qulqulleeffachuu barbaadu yoo jiraate Konkolaataa lakkoofsi gabatee isaa 50650 ta'e Jimaata 14/06/2017 ganama saatii 4:00 tti Magaalaa Walqixxee irraa gara Finfinnee imale Poolisii Tiraafikaa Dubartii qarqara magaalaa Asgorii turte biraa qulqulleeffachuu danda'a. Poolisii Tiraafikaa Dubartii sana Ani Maqaa ishee hin beeku isheen goota dha dhugaa Namni hunduu osoo akka ishee ta'ee maal qaba laata jenne ishee eebbisaa galle.
Waanti akkanaa Kun bakka tokko qofa osoo hin taane bakkee hundumatti uummata keenya rakkisaa waan jiruuf xiyyeeffannoo Itti kennuun gahee hunda keenyaa haa ta'u.
Asirratti qabxiileen qaamni dhimmi ilaalu xiyyeeffannoo kennuufii qaba jedhee yaadu:
#1ffaa. Imaltoonni mataan isaanii dhimma kana ofirraa mormuu qabu. Tikkeettii Buufata Konkolaataa keessaa seenanii kutachuun imaluu qabu. Sananarratti dabalaa yoo jedhaman diduu Tikkeettii irra lakkoofsi bilbilaa tolaa waan jiruuf bilbilaachuu.
#2ffaa. Hojjettoota Buufata Konkolaataa keessaa Tikkeettii gargaaraa Konkolaachisaatti gurguranii dhumeera jedhan irratti tarkaanfiin fudhatamuu qaba.
#3ffaa. Poolisoonni Tiraafikaa Fi hojjettoonni waajjira Geejjibaa Karaarra dhaabatan uummata kanaaf dhaabachuu; imaltoota rakkoo isaanii gaafachuu, Taarifa meeqa akka kanfalan gaafaachuufi deebisiisuu.
#4ffaa. Imaltoonnis yeroo Poolisiin Tiraafikaa rakkoo isaanii gaafatu sodaachuu dhiisuun tokkumaan himachuu qaban jedha.
As tuquun dura kutaa jalqabaa dubbisi 👆👆👆👆
✍Galatoomaa
Share gochuun qaama dhimmi ilaalu biraan gahaa@Saayikoloojii1
1228
17:09
22.02.2025
826
12:47
16.03.2025
imageImage preview is unavailable
Karaan amantii cimaa barachuu dandeenyu qorumsa guddaa dandamachuu qofa.
445
12:19
08.08.2025
imageImage preview is unavailable
#10 ✍️
➗Dubbiilee Barsiisoo 10 🟣
1. Dubbii gaariin dubbisa gaarii keessaa argama!
2. Eenyummaa ofii abuuruun, jalqaba addunyaa abuuruuti!
3. Rakkoo addunyaa furuuf dhalatanii, rakkoo ofii waliin du'uun fafa!
4. Eenyummaa kee barbaaddee akka argattuuf namni uumame si qofa ta'uu hubadhu!
5. Baratte jechuun ni beekta jechuu sitti hin fakkaatiin! Hedduun baratanii jiru. Kan beeku muraasa. Of beekuunis akkasuma!
@Gaggeessummaa ✅
389
11:04
09.08.2025
imageImage preview is unavailable
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻
It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.
⚡️ Place your ad here in three simple steps:
1 Sign up
2 Top up the balance in a convenient way
3 Create your advertising post
If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.
Start your promotion journey now!
147
07:53
13.08.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
1 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
c
**ffeennew@******.io
On the service since June 2022
13.08.202518:17
5
Everything is fine. Thank you!
Channel statistics
Rating
12.4
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
1
Subscribers:
4.0K
APV
lock_outline
ER
11.5%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий