
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
12.3

Advertising on the Telegram channel «Kitaabota Saayikoloojii Irraa💠»
5.0
Education
Language:
English
443
1
Xiin-sammuu jechuun qo’annoo sammuu fi amalaati. Innis qo’annoo sammuu, akkaataa inni itti hojjetuu fi akkaataa inni amala ...
Psychology is the study of the mind and behavior. It is the study of the mind, how it works, and how it affects behavior.
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$6.00$6.00local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
play_circleVideo preview is unavailable
Of eeggannoo godhaa!
#Share
👇👇👇
@Saayikoloojii1
950
18:02
30.05.2025
Shaamaadhaan(Dungoodhaan) eenyutu si gube jennaan isa ibidda natti qabsiise caalaa kirrii isan hammadhee ofitti aansee jirutu na gubee na balleesse jette.
@Saayikoloojii1
1462
17:25
29.05.2025
Kana Dubbisime!!!! SAYIKOLOGII YKN XIINSAMMUU DHALA NAMAA AJAAYIBSIISOO
***
1 .Nama tokko jaallachuu ykn jibbuuif daqiiqaa afur duwwaa sitti fudhata
2. Jaalalleewwan lama ija keessa gaafa wal ilaalan onneen isaanii yeroo tokko rukuta
3. Jaalalli araadni isaa araada kokeeyinii wal fakkata…suusiidhaam!!!!!
4. Suuraa nama jaallattuu ilaaluun dhukkubbii si irraanfachiisa.
5. Nama wal hin beeknen sekondii 30f ija keessa wal ilaallan jalalaan qabamuu dandeessa
6. Namoonni tasuma jaalalan qabamuu hin dandeenye jiru
7. Dhungoon umurii dheeressa tokkichi isaa sekondii 10f umurii dabala.
8. Jaalalli ija nama jaamsa…jaallannan mudaa nama sanaa hin argitu.
9. Jaalala sodaachuun philophobia jedhama.
10. Hasawa daqiiqaa 34 booda dubarri dhiira wajjin itti fuftu murtessu dandeessi.
11. Namni dafee aaru jaalala barbaada
12. Namni wanumma hundaaf kolfu keeessa isatti qofaadha.
13.Dubartoonni guyyaa keessatti daqiiqaa 180 ykn sa’aatii 3 guutuu waayee walqunnamtii saalaa yaadaa oolu dhiirrimmoo daqiiqaa 150.
****
Horaa bulaa
DR OLYAAD
@Saayikoloojii1
1827
12:45
28.05.2025
Jireenya kee keessatti namoota gurguddoo sadiituu si fuuldura dhaabbata. Inni tokkoo, si jabeessa, si onneessa, Abdii hin jirre si keessatti uumee, Abdii Galaa jireenyaa sii galeessa.
Inni 2ffaa ammoo, si dura dhaabbatee abdii si kutachiisa. Kun hin ta'u, sun hin ta'u, kun hindanda'amu sunis akkasuma siin jedhee Gaalaa Abdii inni sun siif hidhe si jalaa haleessa.
Inni sadaffaan ammoo dhimma kee hin.qabu, Sin quuqu, sin luuguu, sin jaju, sin jaji'u, sin jabeessuus sin laaffisuus.
Ati yoo jabaattee isaan lachuu mo'atte jireenya qabda. Sammuun keemmoo isa Galaa Abdii mo'ichaa siif galeessuu waaleffannaan Tulluuyyuu ni jigsita.
Maaltu beeka. Boru Birraadha.
. ➦ Gαℓαтσσмαα!!!
. Υєʀσσ Gααʀιι
1773
15:20
19.05.2025
Jireenya kee keessatti namoota gurguddoo sadiituu si fuuldura dhaabbata. Inni tokkoo, si jabeessa, si onneessa, Abdii hin jirre si keessatti uumee, Abdii Galaa jireenyaa sii galeessa.
Inni 2ffaa ammoo, si dura dhaabbatee abdii si kutachiisa. Kun hin ta'u, sun hin ta'u, kun hindanda'amu sunis akkasuma siin jedhee Gaalaa Abdii inni sun siif hidhe si jalaa haleessa.
Inni sadaffaan ammoo dhimma kee hin.qabu, Sin quuqu, sin luuguu, sin jaju, sin jaji'u, sin jabeessuus sin laaffisuus.
Ati yoo jabaattee isaan lachuu mo'atte jireenya qabda. Sammuun keemmoo isa Galaa Abdii mo'ichaa siif galeessuu waaleffannaan Tulluuyyuu ni jigsita.
Maaltu beeka. Boru Birraadha.
. ➦ Gαℓαтσσмαα!!!
. Υєʀσσ Gααʀιι
@Saayikoloojii1
1773
15:20
19.05.2025
✍Jireenya kee keessatti namoota gurguddoo sadiitu si fuuldura dhaabbata.
✅Inni tokko, si jabeessa, si onnachiisa, Abdii hin jirre si keessatti uumee, Abdii galaa jireenyaa siif galaasa.
✅Inni 2ffaa immoo, si dura dhaabbatee abdii si kutachiisa. Kun hin ta'u, sun hin ta'u, kun hin danda'amu sunis akkasuma siin jedhee galaa abdii inni sun siif hidhe si jalaa balleessa.
✅Inni sadaffaan immoo dhimma kee hin.qabu, Sin quuqu, sin luugu, sin jaju, sin jaji'u, sin jabeessuus sin laaffisus.
Ati yoo jabaattee isaan lachuu mo'atte jireenya qabda. Sammuun keemmoo isa galaa abdii mo'ichaa siif galeessu waaleffannaan Tulluuyyuu ni jigsita.
Maaltu beeka. Boru Birraadha.
. ➦ Gαℓαтσσмαα!!!
. Υєʀσσ Gααʀιι
@Saayikoloojii1
1773
15:20
19.05.2025
play_circleVideo preview is unavailable
✅Obsa Doktora kanaaf kenne Nuufis haa kennu🙏
Share godhaa yoo xiqqaate nama 10'n biraan gahaa!
2154
07:01
18.05.2025
play_circleVideo preview is unavailable
✅Obsa Doktora kanaaf kenne Nuufis haa kennu🙏
Share godhaa yoo xiqqaate nama 10'n biraan gahaa!@Saayikoloojii1
2154
07:01
18.05.2025
Gaaf tokko ni gammadda Gaaf tokko ni gaddita
Guyyaan tokko gaariidha guyyaan tokko immoo akkasuma gadheedha
Waanti hundumtuu ni dhufa ni darbas.
Garuu kan har'a jiraatee bor hi badne bara baraan kan jiraatu Waaqayyo ykn Rabbi qofaadha.
@Saayikoloojii1
3630
12:29
10.05.2025
✍ Maaf sirraa Fagaatan?
#Yeroo heddu nama tokko wajjin baay'ee wal jaalattanii waan heddu wajjin dabarsitanii icciitii heddu illee osoo wajjin qabdanii yeroo booda of biraa dhabdu ykn isinitti jijjiirama.
Yeroo jaalalaan jirtan guyyaatti yeroo heddu waliif bilbiltu ykn waliif barreessitu; Qaamaan hanga wal argitanitti dharraatu, wal beeloftu akka bishaani wal dheebottu.
#Namoonni kunniin kan isaan sirraa fagaataniif waantota Gurguddoo Afur Jiran keessaa tokko ta'uu danda'a.
#Isaanis:_
✍️1. Haala mijataa argatanii
#Namoonni tokko tokko haalli yoo mijateef bakka ati jirtullee hin yaadatan. Kan biraa dhiisii maqaa keeyyuu ni dagatu. Kan kaleessa dirree rakkinaa keessa wajjin turte gaafa tulluu milkaa'inaa irra bahan eessaa akka dhufanis sis ni dagatu. Silaa haalli mijateefii konkolaataa wayii qabatan taanaan, Kaampaanii cimaa wayiitti qacaraman taanaa, mana kiraa keessaa bahan taanaan, qabxiin darbinsaa dhufeefii darban taanaan ati akka waan achi keessatti hidhamteetti si ilaalu.
✍️2. Haala rakkisaa keessa jiraatanii
#Namoonni kunniin immoo warreen haala hin taane keessatti kufanitu si saalfatanii sirraa fagaatu. Fakkeenyaaf kasaaraan yoo isaan mudate, jireenya hin taane keessatti yoo kufan, araada garaagaraan yoo qabaman, jireenya abdii kutannaa keessa warra seenanidha. Isaan kunniin maatii isaanii fi hiriyoota isaanii irraas adda bahanii gara lafa namni isaan hin beekneetti badanii dhokatanii jiraatu. Hamma barri kun darbutti eenyuttiyyuu hin mul'adhu jedhanii bilbila isaanii jijjiirratanii hidhii xuuxaa jiraatu. Isaan kun ofuu dagatanii akkamitti si yaadatuu komattaree?
✍️3. Waan sirraa barbaadan dhabanii
#Namoonni kunniin durumaaniyyuu situ beekkachuu dide malee faayidaa wayiitiif sitti dhiyaatani. Kan isaan si wajjin turanis hamma waan barbaadan sana sirraa argatanitti qofadha. Tarii maallaqa ta'uu danda'a, carraa hojii wayii ta'uu danda'a, ykn si wajjin ciisuuf ta'uu danda'a. Kan si dhibu namoonni kun waan barbaadan sana yoo argatanis yoo dhabanis si bira hin turanu inuma deemu.
#Fakkeenyaaf ati dubartiidha haa jedhu dhiirri tokko si wajjin ciisuuf kaayyoo godhatee yoo sitti dhiyaate yoo ati shakkitee didde obsa fixatee si dhiisee deema. #Ati dhuguma na jaalate jettee wajjin waan inni si gaafate kana yoo raawwattes mana siree qabee si geesse sana balbala isaa gadi siif bin deebisu dhimmasaa xumurannaan qabattoo isaa hidhataa achumatti si gatee sokka.
✍️4. Waa siif gochuu dadhabanii
#Namoonni kunniin immoo namoota baay'ee si jaalataniidha; garuu waa siif gochuu yaadanii yeroo milkaa'uu dadhaban ykn jaalala siif qaban irraan kan ka'e waan guddaa siif gochuuf karoorsanii yeroo hafan saalfatanii achumaan badu. #Kanarratti Fakkeenya tokko mee haa ilaallu Hiriyaa ykn nama ati baay'ee jaalattu tokko jalaa Firri boqotee(du'ee) osoo bira hin gahin yoo turte har'a boru osoo jettuu achumaan hafta. Erga yeroon turee hamma kana tureemmoo waanuma cimaa tokko qopheeffadheen deema osuma jettuu siif mijachuu didee gargar fagaattee hafta.
👇👇👇
@Saayikoloojii1
4501
18:50
05.05.2025
close
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
0 reviews over 6 months
c
**ffeennew@******.io
On the service since June 2022
20.08.202413:13
5
Everything is fine. Thank you!

Kitaabota Saayikoloojii Irraa💠
On the service since August 2024
20.08.202419:01
Thanks so much!
Show more
New items
Channel statistics
Rating
12.3
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
2
Subscribers:
11.4K
APV
lock_outline
ER
8.8%
Posts per day:
0.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий