
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
23.6

Advertising on the Telegram channel «Yerusaaleem Haaraa»
5.0
6
Share
Add to favorite
Buy advertising in this channel
Placement Format:
keyboard_arrow_down
- 1/24
- 2/48
- 3/72
- Native
- 7 days
- Forwards
1 hour in the top / 24 hours in the feed
Quantity
%keyboard_arrow_down
- 1
- 2
- 3
- 4
- 5
- 8
- 10
- 15
Advertising publication cost
local_activity
$1.20$1.20local_mall
0.0%
Remaining at this price:0
Recent Channel Posts
👋 Welcome!
🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!
┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@JCP_CHURCH 🛰
┃_
┃@marsiltvworldwide 📺
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃@Jireenyaboruuf 😀
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@morning_tips 💐
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@gaggeessummaa24🕖
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa ➕
┃_
┃@Now_speak_English 📕
┃_
┃@Danbalii_jaalala 💋
┃_
┃@shoppinggeni 🏷️
┃_
┃@Spoken_English24 🎓
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365😀
┃_
┃@faarfannaahaaraa2 🎶
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🎓
┃_
┃Christian Living 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center📕
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative🔝
┃_
┃Daily Quotes 🗣️
┃_
┃@muhsiinkhan11 ✅
┃_
┃@HamboofAroon1 🔵
┃_
┃ Hirko Tech ✅
┃_
┃@Gech_pdf 📂
┃_
┃@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
┃@QAROO_SABAA 🔵
┃_
┃Oro Sport 💪
┃_
┃Football Highlight 🔖
┃_
┃Kana Beektuu ❓
┃_
┃@beka_techno 💻
┃_
┃Hirko Tech 💻
┃_
┃@JARA_TECH ♻️
┃_
┃@BARIIFAYYINAA ✉️
┃_
┃@abdifarfanna ✔️
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
┃@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
┃@orotv24 📺
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@sportnews_724 ♻️
┃_
┃@real_Madridfc123 ⚽️
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃Chelsi Fun Group ⚽️
┃_
┃@dirree_bohaartii 😀
┃_
┃@Oro_Website 🔵
┃_
┃@Matii_Oro_Football_One1 ⚽️
┃_
┃@dargaggootaaf1 👭
┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●
┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 😀
Contact: @Getu_Abera ☑
64
05:49
23.07.2025
imageImage preview is unavailable
💟 "Jaalalaa fi miidhama - Jaalalli Nama miidha jettanii yaaddanii beektuu???... Karaalee gurguddoo 5n kanneen,... 👉 Itti fufii dubbisi!
👇👇👇
🫱✨ See More✨
🫱 ✨See More ✨
👆👆👆
51
05:52
23.07.2025
#FAYYINA_OFII_HOJJACHUU_MOO #FAYYINA_OFIIN_HOJJACHUU
✓BURJAAJA'INSA_PHEENXEE_HAMBISUUF.
✓Burjaaja'insa adveentistii hambisuuf
✓Burjaaja'insa ortodoksii hambisuuf
✍️Mee kutaa macaafa qulqulluu Kakuu Haaraa keessaa,caqasa pheenxonni,adveentistoonnii fi ortodoksiin ittiin burjaaja'an tokko kaasnee mata duree Barumsa keenya guyyaa har'aa waliin haa barannu......#Isa dura kutaa gadii kana waliin haa dubbisuun haa jalqabnu👇
✓“Kanaafis yaa michoota ko! Yeroo hundumaa akkuma abboomamtan, yeroon isin bira jiru duwwaa utuu hin ta'in, caalaadhumatti yommuun isin bira hin jirre akkasuma godhaa! Hojii fayyina keessanii wajjin waliif galu sodaadhaa fi rom'aan itti fufaa hojjedhaa!”
— Filp. 2:12
🤌Amantoonniif tajaajiltoonni baay'een kutaa caqasa Filp 2:12 olii kana garmalee(jallisanii) hiikuudhaan "Fayyina keessaniif hojjadhaa " nun jedhanii yeroo hojii yesus hojjatee fiixaanbaase irratti hojii biraa dabalan argina......#Kunimmoo Barumsa Fayyinaa Isa sirrii fi wangeela ayyaanaa Isa kan kristoos irratti daba guddaa hojjachuu waan ta'eef ....#Ani ammoo burjaaja'insa isaaniitiin mormuudhaan Hiikkaa sirrii kutaa Sanaa gadi fageenyaan ibsuun deebii itti kennuun barbaachisaa waan ta'eefan Barumsa kana qopheessee gara keessan dhufe.
#Hiika sirrii Kutaa Barumsa keenya har'aa kana ilaaluuf afaanota(vershinii) macaafa qulqulluu Filp 2:12 vershinii (afaan) Giriikii fi ingiliffaan haa ilaallu:_
🤌Filiphisiiyus 2:12 irratti jechi afaan Giriikii "κατεργάζεσθε τὴν σωτηρίαν ἀμῶν μετὰ φόβου καὶ τρόμου" jedhu yeroo baayʼee Afaan Ingiliffaatti, "sodaafi sodaadhaan fayyina keessaniin hojjechaa itti fufaa jiraadhaa" jedhamee hiikameera.
✓Jechi afaan Giriikii "κατεργάζομαι" (katergazomai) jedhu, wanta tokko raawwachuu,bakkee baasuu,baasanii mul'isuu ykn hojjachuu jechuudha.
✓Jechi "μετὰ φόβου καὶ τρόμου" (meta phobou kai tromou) jedhu, "sodaadhaa fi rom'aan" jechuu akka ta'e ilaallee jirra.
✅HIIKKAA_ISAANII_TOKKO_TOKKOON_HAA_ILAALLU:_
📌1"FFAA:_Hojjadhu(hojjadhaa):_Work out" (κατεργάζεσθε - katergazesthe ): Jechi afaan Giriikii kun, wanta tokko fudhachuuf utuu hin taʼin Isa fudhanne hojiidhaan argisiisuu ibsa. Kana jechuun Fayyina karaa ayyaana waaqayyootiin fudhanne(arganne) Sana hojiidhaan argisiisuu,ibsuu fi gadi baasnee namootatti argisiisuu;tokkoon tokkoo bu'aa fayyina keenyaa ibsa .
📌2"FFAA:_Fayyina kee((keessan))" (τὴν σωτηρίαν ἀμῶν - tēn sōtērian humōn):
**Kana jechuun, jireenya Kee keessatti hojiin Waaqayyo si fayyisuuf karaa yesus hojjate karaa ayyaana isaa kan itti fufuufi akka gadi ba'ee ammoo mulʼatu argisiisa...#Kun fayyina argachuuf(Fayyuuf) utuu hin taane,erga fayyinee booda bu'aa fayyinakee mul'isuuf baastee argisiisuu irratti kan xiyyeeffatudha.
📌3"FFAA:_Sodaa fi rom'aan" (μετὰ φόβου καὶ τρόμου - meta phobou kai tromou): Jechi kun, sodaachisa ykn naasisuu Waaqayyoo utuu hin taʼin, Fuula Waaqayyoo duratti kabajaafi gad of deebisuudhaan akka deddeebi'uu fi jiraachuu qabnu nuuf ibsa . Sodaa qulqulluun humna Waaqayyoofi ulfinasaa hubachuudhaan, of eeggannoo akka goonuu fi ajajamnuuf nu kakaasa.....#kunimmoo ija Fayyinaa akka nuti kenninuuf nu gargaara.
✅HUBANNAA_IJOO:_Jalqaba irratti, Phaawulos Filp 2:12 irratti kan ibsuu barbaade;fayyina ofii keetiif hojjedhuu ykn Fayyuuf hojjadhuu((work for ❌) utuu hin taane,,, Fayyina ofiin ykn Mataa keen (Isa fayyite Sanaan) hojjachuu akka qabnu ykn Fayyina keenya hojiidhaan akka agarsiifnu(Work out✔️) dubbata.
⁉️hubadhu Garaagarummaa kana beekuun barbaachisaa dhaa? Eeyyee! Caaffanni Qulqullaa'oon fayyinni Waaqayyoo hojii Yesusirratti amantii qabaachuudhaan qofa akka dhufu(argamu), hojiin keenya Akka itti hin dabalamne beekamuu akka qabu nutti dubbata.
✓Efe. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁸ Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti;
79
08:03
23.07.2025
⁹ hojiidhaanis miti, namni tokko illee akka ittiin of hin janyetti.
#HIIKA_BAL'AA_FI_GAD_FAGOO_FILP:2:12_IRRAA:_
✓Akkuma Afaan Giriikii fi ingiliffaan tokko tokkoon ilaallee jirru;Kutaan Kun waayee "work out your salvation" jedha;kunimmoo waayee fayyina ofii hojjatachuu utuu hin taane,,waayee fayyina ofiin hojjachuuti....#kana jechuun ammoo Fayyina ofii bakkee baasuu jechuudha.....#kunimmoo Fayyina karaa yesusiin waaqayyo biraa karaa amantiin arganne(fudhanne) Sana hammam bareedaa,guutuu fi ajaa'ibsiisaa akka ta'e mul'isuu ykn biyya lafaa kanarratti argisiisuu ibsa.....#Kunimmoo akkaataa nuti Fayyinni keessa keenyaa jiru akka gara alaatti yaa'ee mul'atuufi namoota hin amanne illee gara yesusitti amanuutti isaan waamudhaan argisiifnu dubbata.....#kana jechuun ammoo Fayyina keessaniin hojjadhaa dha malee Fayyuudhaaf ykn Fayyina keessan fiixaan baasuuf hojjadhaa jechuu miti.
#KUFAATII_WALDAA_GALAATIYAA_FI_DHEEKKAMUU_PHAAWULOOS.
✓waldaan Galaatiyaa akkaataa gaariin eegalan.
✓jalqaba irratti ayyaanaan akka fayyan beeku turan,garuu deebi'anii dhamaatiif carraaqqii Mataa Isaanii irratti xiyyeeffachuu jalqaban.
✓Kunis Fayyina isaanii yaalii Mataa isaaniitiin fiixaan baafachuu barbaadan.
🤌Mee waan Phaawuloos isaaniin jedhe waliin haa ilaallu:-
✔️Gal. 3
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Isin yaa warra wallaalota Galaatiyaa! Fannifamuun Yesus Kristos akka waan caafamee rarraafameett, ija keessan dura ture; kana deebitanii akka walaltaniit eenyutu qoricha isinitti godhe?
² Waan seerri isin irraa barbaadu gochuudhaan moo yobkiis wangeela dhageessanii itti amanuudhaan hafuura qulqulluu fudhattan? Kana duwwaa isin irraa baruu nan barbaada.
³ Attam akkas wallaalota taatu? Hafuura qulqulluudhaan jalqabdanii, amma immoo yaada fooniitiin raawwachuu barbaadduu ree?
🫰Kutaa olii kana keessatti,,"Phaawuloos" waayee lammaffaa dhalachuu warra hin amaniinitti dubbachaa Jira utuu hin taane,, amantoota warra lammaffaa dhalatanitti dubbataa ture malee.
🤌Inni akka amantoonni Galaatiyaa haala gaariidhaan eegalan dubbate,garuu dhiibbaa warra seera lallaban Jala galanii bitaacha'an jechuudha....#kunimmoo eebba waaqayyoo Argachuudhaaf akka waan abboomamuu qabaniitti barsiifaman ; kunimmoo burjaaja'insa amantota Galaatiyaa Isa guddaa ture😲
#Kanaafuu, Galaatiyaa 3 kana irratti isaan ayyaana waaqayyootiin Akka itti fufan isaan kakaasa,akkuma waldaa Qolosaayis jechuudha.
👉“Egaa Kristos Yesus goofticha akkuma fudhattanitti isatti jiraadhaa!”
— Qol. 2:6
🤌Mee al-tokko itti yaadi;Nuti akkamiin Isa fudhanne?
✓Jalqaba salphaadhumatti ni amanne.
🤌Erga lammaffaa dhalannee'oo akkamiin adeemsa itti aanu itti fufna?
✓Ammas salphaadhumatti amantidhaani.
✓Ayyaanni ittiin fayyine nu fayyisuuf erga ga'aa ta'ee,Ayyaanumti sun nu dhaabudhaaf ga'aadha jechuudha.
#NB:_walumaagalatti,ayyaanaan fayyine ayyaanaan ammoo jabaannee hanga dhumaatti dhaabbanna,ayyaanaan tajaajilla,ayyaanaan baanee Galla,ayyaanaan rafnee kaana,ayyaanaan eebba hafuuraaf foonii hundumaa mi'eeffanna.
✍️AMANAAN TOKKO AYYAANA WAAQAYYOOTIIN:_
✓Ayyaana isaatiin fayyeera (Efe 2:8-9)
✓Ayyaana isaatiin jabaatee ni dhaabata ni eegama (Rom 5:2, 1Phe 2:9)
✓Ayyaanasaatiin ni tajaajila (Efe 4:7, 1Qor 12:4-11, 1phe 4:10-11)
✓Ayyaanasaatiin qulqullummaatti jiraachuu ni shaakala (Tit 2:11-15) ✓Ayyaana waaqayyootiin hamma dhumaatti fiixaan ba'insa argata. (Filp 1:6)
GALATOOMAA
112
08:03
23.07.2025
👋 Welcome!
🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!
┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@JCP_CHURCH 🛰
┃_
┃@marsiltvworldwide 📺
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃@Jireenyaboruuf 😀
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@morning_tips 💐
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@gaggeessummaa24🕖
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa ➕
┃_
┃@Now_speak_English 📕
┃_
┃@Danbalii_jaalala 💋
┃_
┃@shoppinggeni 🏷️
┃_
┃@Spoken_English24 🎓
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365😀
┃_
┃@faarfannaahaaraa2 🎶
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🎓
┃_
┃Christian Living 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center📕
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative🔝
┃_
┃Daily Quotes 🗣️
┃_
┃@muhsiinkhan11 ✅
┃_
┃@HamboofAroon1 🔵
┃_
┃ Hirko Tech ✅
┃_
┃@Gech_pdf 📂
┃_
┃@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
┃@QAROO_SABAA 🔵
┃_
┃Oro Sport 💪
┃_
┃Football Highlight 🔖
┃_
┃Kana Beektuu ❓
┃_
┃@beka_techno 💻
┃_
┃Hirko Tech 💻
┃_
┃@JARA_TECH ♻️
┃_
┃@BARIIFAYYINAA ✉️
┃_
┃@abdifarfanna ✔️
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
┃@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
┃@orotv24 📺
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@sportnews_724 ♻️
┃_
┃@real_Madridfc123 ⚽️
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃Chelsi Fun Group ⚽️
┃_
┃@dirree_bohaartii 😀
┃_
┃@Oro_Website 🔵
┃_
┃@Matii_Oro_Football_One1 ⚽️
┃_
┃@dargaggootaaf1 👭
┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●
┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 😀
Contact: @Getu_Abera ☑
49
06:42
24.07.2025
imageImage preview is unavailable
❤️ Yommuu namootaan walitti dhiyaattu muuxannoo fi beekumsa akkamii qooddachuu qabda?.... . 👉 Itti fufii dubbisi!
👇👇👇
🫱✨ See More✨
🫱 ✨See More ✨
👆👆👆
54
06:44
24.07.2025
#PHEENXOTA_3"N:_
1"FFAA:_WARRAAMPHEE\warraaddaa pheenxee)):_pheenxee Yesusiin ganee Amantaa jijjiirratu( #fkf:_Xawaalwallota Amantaa kan akka Abdi Regesa,Amanu'el fi pastaricha poostarii ta'ee hafe Sana.
✓2Phe. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁰ Gooftaa keenyaa fi fayyisaa keenya Yesus Kristosin beekuudhaan xuraa'ummaa biyya lafaa duraa baqatanii erga ba'anii, deebi'anii ittiin qabamanii yoo mo'aman, akki isaan itti jiran inni booddee isa duraa irra in hammaata,
²¹ Karaa qajeelummaa erga beekanii booddee, abboommii qulqulluu isa isaaniif kenname irraa gara galuu irra, takkaa utuu hin beekin hafaniiru utuu ta'ee, isaaniif in wayya ture,
²² Jechi inni, "Sareen diddigee diddiga isaatti in deebi'a" akkasumas, "Booyyeen dhiqatee dhoqqee keessa gangalachuutti in deebi'a" jedhu dhugaa ta'uun isaa, waan isaan kana irra ga'uun in mul'ata.
✓Ibr. 6
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁴ Warri ga'an yoo garagalan immoo, attamitti isaan deebisuun danda'ama ree? Isaaniif takka ifeeraaf; isaan kennaa waaqa irraa miyeeffataniiru; hafuura qulqulluuttii hirmaataniiru.
⁵ Gaarummaan dubbii Waaqayyoo fi humni bara isa dhufuuf jiruu isaanitti dhaga'ameera.
⁶ Warri akkasii kun amantii irraa garagallaan, deebi'anii yaada garaa isaanii geddarachuudhaaf haareffamuu hin danda'an; isaan ofuma isaaniitii ilma Waaqayyoo deebisanii fannisaniiru, mul'inattis isa tuffachiisaniiru.
✅2"FFAA:ARRAAMPHEE(Araadaa pheenxee):_pheenxee Yesusiin kan hin ganne, akkasumas biyya lafaas kan hin ganne(waluma duukaa oofaa warra deemani)......#isaan Kun giddu gidduu warra akka surree obboo gudduuti.😁
✓“Isin namoota garagaggaltuu nana! Biyya lafaatti michoomuun diina Waaqayyoo akka nama godhu hin beektanii ree? Namni michuu biyya lafaa ta'uu barbaadu, diina Waaqayyoo of in godha.”
— Yaq. 4:4
✓“Akka bakkeedhaan mul'atutti nama Waaqayyoo in fakkaatu, humna isa nama akkasii keessa jiru garuu in ganu; warra akkasii irraa fagaadhu!”
— 2Xim. 3:5
✅3"FFAA:_QORRAAMPHEE(Qorax pheenxee):_pheenxee Yesusiin amanee erga biyya lafaaf bu'aa isaa ganee,kan hanga dhumaatti yesusiif jiraatu jechuudha.
✓“Inni tuuta jaraa bartoota isaatii wajjin ofitti waamee, "Namni tokko illee ana duukaa bu'uu yoo barbaade, waa'ee ofii isaa dhiisee, fannoo isaa [isa anaaf jedhee baatu] of irra kaa'atee, ana duukaas haa bu'u!”
— Mar. 8:34
✓Gal. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁹ Ani Waaqayyoof jiraachuudhaafan karaa seeraa, seera jalaa du'e; ani Kristosii wajjin fannifameera.
²⁰ Egaa si'achi Kristos isa ana keessaatu jiraata malee, anatu jiraata miti; jireenya ani amma fooniin jiraadhu immoo, ilma Waaqayyoo isa na jaallate, ofii isaas dabarsee isa anaaf kennetti amanuudhaan nan jiraadha.
Galatoomaa.
91
07:19
24.07.2025
👋 Welcome!
🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!
┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@JCP_CHURCH 🛰
┃_
┃@marsiltvworldwide 📺
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃@Jireenyaboruuf 😀
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@morning_tips 💐
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@gaggeessummaa24🕖
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa ➕
┃_
┃@Now_speak_English 📕
┃_
┃@Danbalii_jaalala 💋
┃_
┃@shoppinggeni 🏷️
┃_
┃@Spoken_English24 🎓
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365😀
┃_
┃@faarfannaahaaraa2 🎶
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🎓
┃_
┃Christian Living 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center📕
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative🔝
┃_
┃Daily Quotes 🗣️
┃_
┃@muhsiinkhan11 ✅
┃_
┃@HamboofAroon1 🔵
┃_
┃ Hirko Tech ✅
┃_
┃@Gech_pdf 📂
┃_
┃@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
┃@QAROO_SABAA 🔵
┃_
┃Oro Sport 💪
┃_
┃Football Highlight 🔖
┃_
┃Kana Beektuu ❓
┃_
┃@beka_techno 💻
┃_
┃Hirko Tech 💻
┃_
┃@JARA_TECH ♻️
┃_
┃@BARIIFAYYINAA ✉️
┃_
┃@abdifarfanna ✔️
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
┃@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
┃@orotv24 📺
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@sportnews_724 ♻️
┃_
┃@real_Madridfc123 ⚽️
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃Chelsi Fun Group ⚽️
┃_
┃@dirree_bohaartii 😀
┃_
┃@Oro_Website 🔵
┃_
┃@Matii_Oro_Football_One1 ⚽️
┃_
┃@dargaggootaaf1 👭
┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●
┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 😀
Contact: @Getu_Abera ☑
2
01:44
25.07.2025
imageImage preview is unavailable
🐓Dubartiin Waan afur dhiira caalaa dandeessi!...👉 Itti fufii dubbisi!
👇👇👇
🫱✨ See More✨
🫱 ✨See More ✨
👆👆👆
1
01:46
25.07.2025
Beeksisa dadhabootaaf ba'e
🌏 Biyya lafaa kana keessatti namni akka akkasaatti sadarkaa qaba. Akka sadarkaa isaattis wal michoomfata.
☝Daldalaan daldalaa akkasaatii, barataan barataa akkasaatii, hojjetaanis hojjetaa akkasaatii hiriyummaaf michoomfata.
☝Inni dadhabaan garuu fira hin qabu. Hiyyeessi ollaa isaa biratti iyyuu in jibbama, sooressi garuu firoota baay'ee qaba; (Fakkeenya 14:20)
☝Inni tokkichi beeksisa ulagaa barnootaaf dandeettii namaa hin hammanne baase ilma waaqayyoo qofaadha.
📖 Maatewos 11:28 (MACQUL) Yesus itti fufee, Isin warri itti dhamaattanii dadhabdan, ba'aanis kan isinitti ulfaatu hundinuu gara koo kottaa; ani boqonnaa isiniifan kenna.
👉 Yeroo rakkinaaf dhiphinaa aantiin ofiillee nama dhiisee namarraa gora.
👉 Kan haala ilaalee namarraa hingorre ilma waaqayyoo qofa. Inni, fira obboleessa caalaa namatti aanuudha.
📖 Fakkeenya 18:24 "Fira fakkaatanii kan nama balleessan jiru, firri obboleessa caalaa namatti aanus immoo jira.
☝Firrikee inni dhugaan sun har'as kan ba'aan sitti ulfaateef waamicha taasisaa jira. Garasaa kottu ba'akee fudhattee hin galtuu!
🔊 Ati garasaa dhufnaan gaaffiin hindeebine, ba'aan sirraa hin fuudhamne hin jiru. Sababiinsaa, gooftaa guddaa malee, dhibee guddaan hin jiru.️
Galatoma.
36
10:35
25.07.2025
close
Specials
More Active Channels

Channels
20
120K
lock_outline
CPM
lock_outline$$ 57.40
$$ 45.92
-20%
Reviews channel
keyboard_arrow_down
- Added: Newest first
- Added: Oldest first
- Rating: High to low
- Rating: Low to high
5.0
2 reviews over 6 months
Excellent (100%) In the last 6 months
f
**biubiu@*****.com
On the service since January 2025
28.02.202518:42
5
Precise task compliance
Show more
New items
Channel statistics
Rating
23.6
Rating reviews
5.0
Сhannel Rating
10
Subscribers:
7.5K
APV
lock_outline
ER
1.1%
Posts per day:
2.0
CPM
lock_outlineSelected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий