
Monetize Telegram Mini App with Telega.io
Connect your app, set CPM, and watch your revenue grow!
Start monetizing
7.3

Advertising on the Telegram channel «KUTANNOO123 ✊»
5.0
Business & startups
Language:
Amharic
0
0
1→Kaayyoo kee irratti kutannoo fi murannoo qabaadhu!Channel kanaan, 👉 👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes) 👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) 👉Gorsa(advice) contact
Share
Add to favorite
Channel temporarily not accepting requests
Choose another channel from recommendations or get a tailored list within your budget using AI
AI Channel Picker
Recent Channel Posts
imageImage preview is unavailable
. 🔱 HUBADHU 🔱
👇Utuu nuti jirruu
🤔 Farfaanna haaraa eessan argadha?
🤔 Akkamittan bufachu danda'a?
👇 Maaloo Yoo qabaattemo naf dabarsi ? #JECHUN
#Walumaa_galatti nama kadhachun hafeera!!
#Dursa filannoo keessan nu godhadha👇👇👇
🔱❤️🔱❤️ JOIN ❤️🔱❤️🔱 gochun
keessa seenaa, sana booda buufachu qofadha!
👇FILANNOON KEESSAN MAALI👇
38
20:00
01.08.2025
imageImage preview is unavailable
#KAAYYOODHUGAA™️🏆
FURTUU MILKAA'INAA
┄┄┄┄┄┄❅ ❅┄┄┄┄┄
━━━━━⊱✿⊰━━━━━
☑️Namni kamiyyuu Jireenya milkaa'aa, karaa
milkaa'aa fi Gabaa milkaa'aa Keessa jiraachuu
akka barbaadu waan irratti mari'atamu miti.
✳️Milkaa'inaaf sababni:-
haala jireenya maatii kee,
haala biyya keetii fi iddoo jireenya keetii utuu hin
ta'in,
☑️Karoora,
☑️Sagantaa,
☑️yaadaa fi
🔆Ilaalcha mataa keetiif qabdu irratti hundaa'a.
👌Furtuun Milkaa'inaa Dandeettii fi Humna qabduun haala kamiyyuu keessatti of jijjiiruuf kutannoo jijjiiramaaf ati gochuu qabduu dha.
🔐Wantoota 4 milkaa'inaaf barbaachisoo ta'an.
☑️Wanta barbaadduu fi eessa akka adeemtu
murteessi!
☑️Galma xumuuraa qopheessi! ☑️Galmicha gahuuf karoorsi!
☑️Karoora kee irratti hojjadhu! guyyaa guyyaadhaan kallattii galmichaatti imali!
☑️Hanga milkaa'inaatti Gonkumaa:
🔅Hin dhaabatin!
🔅Hin laafin !!
🔅Mogoleen si in bu'in!
🔅Harka hin kennin!
~~\\\\\~~~
#halkan_Gaarii_Qabaadha!
galatoomi
Follow👇👇
👉Facebook.com👈
👆👆
53
22:25
01.08.2025
imageImage preview is unavailable
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!
𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐮𝐬𝐬𝐢𝐧𝐞𝐬𝐬 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮? 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐘𝐨𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚'𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐌𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚!!
Ads: 👇👇
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0
https://t.me/+Tp9uTd-k1IFkMzA0
46
22:40
01.08.2025
imageImage preview is unavailable
Bu'aan qormaata Ministirii kutaa 6ffaa guutumaatti ifoomeera! 🎉🎉
Warri ammallee hin ilaallatin jirtan ADD kan jedhu tuquun Registration keessan galchitanii ilaallachuu dandeessuu!! 👇👇
53
23:42
01.08.2025
imageImage preview is unavailable
💥 Ergaalee jaalalaa walitti fufaa argachuuf,...👉 As tuquun Itti fufii dubbisi!
👇👇👇
🫱✨ See More✨
🫱 ✨See More ✨
👆👆👆
36
07:35
02.08.2025
👋 Welcome!
🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!
┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@JCP_CHURCH 🛰
┃_
┃@marsiltvworldwide 📺
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃@Jireenyaboruuf 😀
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@morning_tips 💐
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@gaggeessummaa24🕖
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa ➕
┃_
┃@Now_speak_English 📕
┃_
┃@Danbalii_jaalala 💋
┃_
┃@shoppinggeni 🏷️
┃_
┃@Spoken_English24 🎓
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365😀
┃_
┃@faarfannaahaaraa2 🎶
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🎓
┃_
┃Christian Living 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@waltajjii_ispoortii 🏅
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_center📕
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Dire_Sport ⚽️
┃_
┃@sportnews_724 🏐
┃_
┃@Lifetips30
┃_
┃Idea Creative🔝
┃_
┃Daily Quotes 🗣️
┃_
┃@HamboofAroon1 🔵
┃_
┃ Hirko Tech ✅
┃_
┃@Gech_pdf 📂
┃_
┃@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
┃Oro Sport 💪
┃_
┃Football Highlight 🔖
┃_
┃@dirre_isportii 📌
┃_
┃Kana Beektuu ❓
┃_
┃@beka_techno 💻
┃_
┃Hirko Tech 💻
┃_
┃@JARA_TECH ♻️
┃_
┃@BARIIFAYYINAA ✉️
┃_
┃@abdifarfanna ✔️
┃_
┃@ComputerScienceExitExam🌟
┃_
┃@Durseenaa ⏩
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
┃@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
┃@orotv24 📺
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@sportnews_724 ♻️
┃_
┃@real_Madridfc123 ⚽️
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃Chelsi Fun Group ⚽️
┃_
┃@dirree_bohaartii 😀
┃_
┃@Oro_Website 🔵
┃_
┃@Matii_Oro_Football_One1 ⚽️
┃_
┃@dargaggootaaf1 👭
┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●
┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 😀
Contact: @Getu_Abera ☑
35
07:32
02.08.2025
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
Channel/Group 20K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam
22
07:57
02.08.2025
Old group 2022
👇👇👇👇
1000birr
👇👇👇
Old group 2023
👇👇👇
1000birr
OLD GROUP 2024
January and February ➡️500 birr
Group +5 ol➡️550 birr
March : may ➡️200 birr
June ➡️ 150 birr
@Mr_waverio
👆👆👆 amma naf barreessaa!
#Hub
Groupichi ulaaga nuti barbaannu guutu qaba!
Carraa argattanitti fayyadamaa group 3 qofan barbaada .
Darbes gatii kanaan har'a qofan bita!
16
11:38
02.08.2025
💥Namoonni Yeroo gabaabaa keessatti Channel keessan guddifachuu barbaddan Kam channel keessan 1k ol ta'ee Na qunnama.
🔥Channel 1k+ subscribers
🔥Channel 2k+ subscribers
🔥Channel 3k+ subscribers
🔥Channel 4k+ subscribers
🔥Channel 5k+ subscribers
🔥Channel 10k+ subscribers
🔥Channel 15k+ subscribers
🔥Channel 20k+ subscribers
🔥Channel 25k+ subscribers
🔥Channel 30k+ subscribers
Ta'e karaa username asi gadii na qunnamaa.
✅Na qunnamuuf👉 @mr_waver2
✅Na qunnamuuf👉 @mr_waver2
💥BAKKA MURAASA QOFATI HAFE AMMUMA FIDADHAA💥
Hub. Channel view hin qabne natti hin fidinaa❌
No hi kallatiman link channel keessani ergaa!
1
12:40
02.08.2025
imageImage preview is unavailable
#Ergaa_Lafa_Irraa
Ergaa Lafaa fi Urjiilee Gidduu:
Bara 2008tti , dhalli namaa ergaa dijitaalaa lafa irraa gara pilaaneetii fagoo #Gliese 581c jedhamtuu fi bara ifa 20.3 fagaattee urjii Libra keessatti argamtutti ergaa tokko ergeera.yaaliin kun pirojektii “Ergaa Lafa Irraa” jedhamuun kan beekamu yoo ta’u, Ejensii Hawaa Yukireen kan durfameedha.
Yaaliin kuni Suuraalee fi ergaawwan of eeggannoodhaan filataman 500 ol ta’an, kanneen akka Baaraak Obaamaa, Hilarii Kilinton, Jiiliyaan Andersan fi Cheeriil Kool eeruun dabalatee gara Gliese 581c bara 2007 ergameera, pilaaneetiin kuni ulfaatina lafaa gara dachaa 5.5 kan qabu yoo ta'u, pilaaneetii sadaffaa urjii diimaa xiqqaa ta'etti naanna'u ta'ee argama. ergaan kun dhumarratti bara 2029tti Gliese 581c ni ga'a jedhamee eegama.Aliyaanoonni bakka sana jiru ergaa biyya lafaa yoo fudhatee fi battalumatti deebii kennuudhaaf yoo murteesse, lafti bara 2050 deebii argachuu dandeessi.
Join us👇👇👇
@beekkumsa_walii_galaa
1
12:56
02.08.2025
close
Selected
0
channels for:$0.00
Subscribers:
0
Views:
lock_outline
Add to CartBuy for:$0.00
Комментарий